Welcome to Scribd, the world's digital library. Read, publish, and share books and documents. See more
Download
Standard view
Full view
of .
Save to My Library
Look up keyword
Like this
8Activity
0 of .
Results for:
No results containing your search query
P. 1
asosma afan oromotin

asosma afan oromotin

Ratings: (0)|Views: 1,499 |Likes:
Published by aelemoo
asosamni gababdun tun tan nama gargaratin barroftefi internet irra woliiti qabamteedha, ishe tana dubbisuun waan bayye nama qayyabchiifti kanaafu dubbisa ,seena, aada fi haala jiruuf jirenya ni ibsisti bara 2004 akka ixoophiyat
asosamni gababdun tun tan nama gargaratin barroftefi internet irra woliiti qabamteedha, ishe tana dubbisuun waan bayye nama qayyabchiifti kanaafu dubbisa ,seena, aada fi haala jiruuf jirenya ni ibsisti bara 2004 akka ixoophiyat

More info:

Published by: aelemoo on Mar 18, 2012
Copyright:Attribution Non-commercial

Availability:

Read on Scribd mobile: iPhone, iPad and Android.
download as DOCX, PDF, TXT or read online from Scribd
See more
See less

03/20/2014

pdf

text

original

 
 
“LEARN.&.KNOW YOUR HISTORY!!!”
 
“Soniyyee
!!
”.
 
*YOUR WORLDLY LIFE IS EQUAL WITH YOUR WORK &ATTITUDE. SO HAVE GOOD ATTITUDE &DO GOOD!!
.eelaan ija ogbarruun kan jedhuufii Rakkoof hiikoo filmiiOROMOO kan jedhu irraa assoosama bareedduu tana fudhadhee!
Yoo qalbi’iin Dubbiftan Waan baay’ee Irraa Hubachuu Dandeettan jedheetan Amana!!Walii galu’uufi waliif amanamuun bu’uuraguddinnaafi Takkumma’aati!!Who do you become in nature?
 The Curious you
? ………………………
? The Creative You?Contact information:abdiboru67@yahoo.com
“Oromia
 
space!”
 
Finifinnee14.5.2006
 
 
“DON’T
TOO LATE TO CHANGE YOUR ATTITUDE!!
“.
 
HAWASSA UNIVERSITY.
*my opinions have changed,but not the fact that I’m right!.
A.Brilliant.
 
INISTITUTE OF TECHNOLOGY. *Minds are like parachutes. They are only function when they are open .SCHOOL OF INFORMATICS.BENTA SINTA BEDASO. *Act in the valley so that you need not fear thosePROGRAM: DEGREE.
Who stand on the hill!…Danish proverb.
 DEPARTMENT: INFORMATICS. *if a million people say a foolish thing, it is stillSPECAILIZATION: INFORMATION SYSTEM. A foolish thing!.Anatole France.CONTACT INFORMATION:
bentasinta@gmail.com.Oromoshort stories.Assosamoota gaggabaaboo Oromoo.Mammaaksotaafi Assoosamoota gaggabaaboo Oromoo.N.B.
assoosama gabaabaa kanaafi makmaaksota itti aanaan yoo qalbi‟iin dubbiftan waandanuu irraa hubattan jedheetan amana!!walii galu‟uufi waliif amanamuun waa hunda
caala!!
dubbisa gaarii!! “Oromia Space”.
 
“Soniyyee…”.
 
Gatii qalbi
‟i
i
fuulduraaf!!……………………..
Finifinnee 14.5.2006
 
Oromoshort stories.Assosamoota gaggabaaboo Oromoo.
“Soniyyee kophaa kee maal asii goota?” naan jette intalli diimtuu, dheertun ilkaankaarruu takka, Dilbata ganama ji‟a Waxabajjii
Bara 2000. Ani wayta san YunivarsiitiiFinfinnee, kaampaasii guddaatti barataa waggaa sadafaan ture.
 
“Lammata akkanatti na hin waamin sin hin jennee?” jedheeni ishiin na aarsinaan.
 
“Ati immoo baruma baraan
 muudiin
sii hin galu. Waggaa sadii as turtee jirta, garu waan
waggaa tokko as turte hin fakkaattu”.
 
“Sanaaf hin rakkatin isin yoo nuuf ammayyoomtan nu gaha. Bartoota muudiin galeef 
 jennee karra tokkaffatti suuraa keessan maxxansina. Tariis immoo
 jiinas buukii muudotaa
 irratis maqaa keessan barreesina, ammaaf 
garu maal si gargaaru?”
 
“Baruumsa tokkotu naa galuu didee, xinnoo na qo‟achiisuu dandeessaa?”
 
“Tole, mee yaa ta‟u” jedheen barumsicha ibsuufi jalqabe. Otoo daqiiqaa lamaa hin ibsiniif 
 
“Soniyyee, Daamxoon bar na gaafatee” jette
 
“Isa booddee hasofnaa, amma
 
mee na dhaggeeffadhu”
 
“Tolee”, jette otoo hin fixin
 
“Intalli kun immoo gurbaa kanaa wajjin yoom jalqabdee?” jette quba ishii qaqalloo gara
dhiira fi dubartii wal hammatanii deeman tokkootti eeraa. Kaballaa itti cufi na godhe.Garuu mooraa keessatti nama t
umuun dhorkaa waan ta‟eef nan obse. Aarii koos akka nairratti hin beekne jedheen ishiif kan ishiin ilaaltu ilaaluu didee barruulee qo‟annuuttideebi‟e.
 
“Sona dhiifama! Sin jeeqee?” jette hidhi ishii xuxxessaa.
 
“Lakkii na hin jeeqnee” jedhe aarii koo akka
 
na irratti hin beeknee dhoksaa. “Ilaa,qormaanni gahaa jira waan ta‟eefi yaada Keenya sassaabbannee qalbiin yaa qo‟annu”.
 
“Tolee, Sonniyyee!” jette deebitee barrulee na wajjin ilaaluu jalqabde. Sarara lamaan
tokko yoon ibsuuf hamoommachuu eegalte. Maal akka ishii godhu wallaalee otoon yaaduu
“Maaliif buna hin dhugne?” naan jette
 
“Lakki, booddee dareen qaba waan ta‟eefi asuma taa‟een xinnoo ishii dubbisa; ati garuudhaqii dhugi”
 
“kophaa koo hin dhugu. Anis daree waanan qabuuf walumaan deemnee dhugneeti
achu
maan daree gallaa”.
 

Activity (8)

You've already reviewed this. Edit your review.
muhidinkemal added this note
oromia
muhidinkemal added this note
oromia
muhidinkemal added this note
i need to join
1 hundred reads
1 thousand reads
mootiig liked this
Merga Deraro added this note
rabbin kee yaada kee sif haa milkeessu
Wendiye Mamuye liked this

You're Reading a Free Preview

Download
/*********** DO NOT ALTER ANYTHING BELOW THIS LINE ! ************/ var s_code=s.t();if(s_code)document.write(s_code)//-->