You are on page 1of 3

GABAASA H+AALA MANKARAARISTOOTAA A/MOOYYALEE

1.Marii Qaamolee Adda Addaa Ilaalchisee Tl Qaama mariyatee Karoora Dhi 45 89 53 7 Dub 68 45 Ida 45 157 98 7 Raawwii Dhi Dub 30 62 46 42 3 38 Ida 30 108 70 3

1 Imaamota Masaajida 2 Hojjaatoota Mootummaa 3 Dargaggoota Baadiyaa 4 Miseensa Magaalaa 5 Uummata Magaala 6 Waldaa Sunii fi suufii 7 Uummata Baadiyaa Idaama Yaadowwan kaa Kallattii fuulduraa kaawwame

Dhimmii mootummaan Amantaa keessa seene jedhuu soda guddaa kan uume tauu isaa Olollii Mootummaan Amantaa haaraa Al-Abash jedhu alaa fide jedhuu soda fi naasuu guddoo uummata keessatti uumuu isaa Namoottan seeraan alaa dhimmaa mankaraaressumma kan babalisan mootummaan atattaamaan tarkaanffii irratti fudhachuu maaf dide

Rakkoon Biyyaa keessatti deemaa jirtu rakkoo ammaataa waan taeef gama jirru kamiiniiyyuu dura dhaabbannee biyya fi Amantaa keenyaa eegganna Olola kallatti akka akkaan kauu ni cabsina Namoottan olola Mootummaan Amaantaa keessa seene jechuun uummata kakkaasan cimnee ni tisina,ni saxilla Mootummaanis gama isaatiin nagaa biyyaa tasgabeessuuf cimee hojjachuu qaba Waldaan sunii fi suufiyaa miseensa isaanii filachuu isaaniif ammas mootummaan deeggarsaa adda addaa akka taasisuuf (Waajjira,Baajata) tauu isaa.Haa tauu malee soda guddaa kan qabani dha.

2. Tooftaan Waahabiyyaan ittiin sochouu ilaalchisee


Soochiin uummata keessatti gochaan balinnaan mulattu jiraachuu baattullee;Ololli(ilaalchi) dhimma naannoo Finfinneetiin taeen walqabatu balan gama uummataa fi hoggansa naannoo shanii (N5 ) Namoottan maxannoo taan muraasaan ni jira.Kunnis,Mootummaan Amantaa Musilimaa irratti dhiibbaa geesisaa jira,uummata hidhaa jira,uummata ajeessaa jira, Amantaa keessa seenaa jira waan jedhu olola oofuun ni jira. Odeeffannoon tokko tokkoo namoonni bifa DAAWWAA deemna jedhuun keenyaa keessa gara Itiyoophiyaatti dhufaa jiranis,garee lamaan gargar bahani (tokko Itiyoophiyaa seentee,taani ammo Keeniya Gaamboo keessa) yeroo dheertuuf turuuf bahan kan Waajeraa fi Waasoo irraa kaan. Sodaa odeeffannoo Al-shabaab gama naannoo 5 tiin biyyaa seenteera jedhu Olola Muummichi ministeera waan Amantaa Musilimaa tuqeef dhukkubsate jedhu (N5)

3. Ragaalee buuuraa ilaalchisee


Namoota hardcore taan 7 addaan baaniiruu 1. Shk Maamud Maammad_Masaajida Boolee 2. Abdoo faranjii _Masaajida Guddaa 3. Maamad Abdikariim _Masaajida Sh/barree 4. Maama Oromoo _Masaajida Guddaa 5. Umar _ ( sh/barree gara Booleetti gale) 6. Galgaloo Deergoo _Masaajida Tuqaa 7. _Masaajida Guddaa Masaajidoota rakkoo qabana 1. Masaajida Ganda 02 Boolee 2. Masaajida Guddaa Ganda 01 3. Masaajida Ganda 02-Qoxxobaa 4. Masaajida Ganda Qabbanaawaa 5. Masaajida Ganda Tuqaa Barattoota yuuniversiitii fi koolleejjii dhufaa jiru; ammaa yoonaatti barattota dhi___dub__ idaa ____galmaaaa jiru. Yeroo galmeen xumuramtee leenjii fi afeerraa tolchuuf qophoofneera.

4. Haalota jiran ilaalchisee


Caasaa keenya-caasaan keenya dhimmaa mankaraaressummaa kana keessatti hirmaachu baatanisbalinnaan balaaleffata jiru,irrattis akka qabsaaan waadaa galaniiru.

Hojjatoota Mootummaa-Amma yoonaatti hojjatootni rakkoo mankaaraaressuumaa Amantaan addatti baan baayeen jiraachuu baatullee, kan xiyyeeffannoon hordofamaa jiran jiru.(fkn. Barsiisaa Galgaloo Deergoo ;Tuqaarraa.) Uummata Baadiyaa_ uummanni baadiyaa dhimmaa mankaaraaressummaa jedhu kan balinaan wanti keessa seenee ololaan raafaman jiraachuu baatullee hubannoon kennameefii jira Uummataa Magaala_Uummanni magaalaa ololaa mankaaraaressummaatiif ilaalchota dogongoraa Amantaan walqabatanii jiraniin raafamuun,sodaachuun jira.

5. Rakkoo fi furmaata kennameen walqabatee


Rakkoo
Olola balaa Mankaraaresuummaa Amantaan walqabtee jiruu dha. Hawaasa sadarkaa sadarkaan jiru hundaa mariisisuuf,dursa uummata naannoo keenyaa marisiisuun itti aanees hoggansa naannoo 5 waliin tauuf uummata gama suniin jiru hunda mariisisuu

Furmaata

You might also like