You are on page 1of 24

QUBEE AFAAN OROMOO

QUBEE GUDDAA

A G M S Y
B H N T Z
C I O U
D J P V
E K Q W
F L R X

QUBEE XIQQAA
a f k p u z
b g l q v

c h m r w
d I n s x

e j o t y 1
QUBEE DUBBACHIFTUU
Aa Ii Uu Ee Oo

QUBEE DUBBIFFAMAA
Bb Cc Dd Ff Gg Hh Jj

Kk Ll Mm Nn Pp Qq Rr

Ss Tt Vv Ww Xx Yy Zz

QUBEE DACHAA
CH NY SH
DH PH Ts
QUBEE DACHAA SAGALEEN WALIIN BARREESSAA

CHA
Cha
CHE
Che 2
CHI
Chi
CHO
Cho
CHU
Chu
DHA
Dha
DHE
Dhe
DHI
Dhi
DHO
Dho
DHU 3
dhu PHA
NYA pha

nya PHE
NYE phe

nye PHI
NYI phi

nyi PHO
NYO pho

nyo PHU
phu 4
SHA TSA
sha tsa

SHE TSE
she tse

SHI TSI
shi tsi

SHO TSO
sho tso

SHU TSU
shu tsu 5
GILGAALA
QUBEE DACHAA IRRA DEEDEBI’UUN BARREESSI

CH
DH
NY
TS
PH
SH
Dubbiffamaa+Dubbachiiftuu= sagalee
b+a = ba c+a = ca
b+e = be c+e = ce
b+i = bi c+I = ci
b+o = bo c+o = co
b+u = bu c+u = cu
d+a = da f+a = fa
d+e = de f+e = fe
d+i = di f+I = fi
d+o = do f+o = fo
d+u = du f+u = fu 6
g+a = ga h+a = ha
g+e = ge h+e = he
g+I = gi h+I = hi
g+o = go h+o = ho
g+u = gu h+u = hu
dubbiffamaa + dubbachiftuu = sagalee
j+a = ja k+a = ka
j+e = je k+e = ke
j+I = ji k+I = ki

j+o = jo k+o = ko
j+u = ju k+u = ku
l+a = la m+a = ma
l+e le m+e = me
l+i = li m+I = mi
l+o = lo m+o = mo
l+u = lu m+u = mu
7
n+a = na p+a = pa
n+e = ne p+e = pe
n+I = ni p+I = pi
n+o = no p+o = po
n+u = nu p+u = pu
sagaleewwan armaan gadii dheeressii barreessii
Ba
Caa
Daa
Faa
Gaa
Haa
q+a = qa r+a = ra s+a = sa
q+e = qe r+e = re s+e = se
q+I = qi r+I = ri s+I = si
q+o = qo r+o = ro s+o = so
q+u = qu r+u = ru s+u = su 8
t+a = ta v+a = va w+a = wa
t+e = te v+e = ve w+e = we
t+I = ti v+i = vi w+I = wi
t+o = to v+o = vo w+o = wo
t+u = tu v+o = vo w+u = wu
x+a =xa y+a = ya z+a = za
x+e = xe y+e = ye z+e = ze
x+i = xi y+I = yi z+I =zi
x+o = xo y+o = yo z+o = zo
x+u = xu y+u = yu z+u = zu
sagalee gabaabaa fi dheeraa
ba be bi bo bu
baa bee bii boo buu
ca ce ci co cu
caa cee cii coo cuu
da de di do du
daa dee dii doo duu 9
fa fe fi fo fu
faa fee fii foo fuu
ga ge gi go gu
gaa gee gii goo guu
ha he hi ho hu
haa hee hii hoo huu
la le li lo lu
laa lee lii loo luu
ma me mi mo mu
maa mee mii moo muu
na ne ni no nu
naa nee nii noo nuu
pa pe pi po pu
paa pee pi poo puu
qa qe qi qo qu
qaa qee qii qoo quu
ra re ri ro ru
raa ree rii roo ruu 10
sagalee gabaabaa fi dheeraa
sa se si so su
saa see sii soo suu
ta te ti to tu
taa tee ti to tuu
va ve vi vo vu
vaa vee vii voo vuu
wa we wi wo wu
waa wee wii woo wuu
xa xe xi xo xu
xaa xee xii xoo xuu
ya ye yi yo yu
yaa yee yii yoo yuu
za ze zi zo zu
zaa zee zii zoo zuu

11
gilgaala
deebii sirrii ta’ee filadhu
1.Qubeen afaan oromoo bakka meeqatti qoodamaa?
a.4 b.2 c.5
2.Qubeen dachaan meeqaa?
a.6 b.4 c.5
3.qubeen dubbachiftuu ta’ee kamii?
a.shu b.chu c.e d.pho
4.sagalee gabaabaa ta’ee kamii?
a.ba b.N c.shoo
5.sagalee dheeraa kan ta’ee kamii?
a.shee b.ch c.do
sagalee dhaan barreessii
1.ma
2.za
3.na
4.pa
5.Ra 12
sagalee fi sagalee waliittii fiduu dhaan jecha umuu
sagalee + sagalee = jecha
bo + na = bona
bo + fa = bofa
ma +na = mana
la + fa = lafa
na + ma = nama
la + ga = laga
bi + ra = bira
mu + ka = muka
ba + ra = bara
so + ba = soba
la + ma = lama
gilgaala
Deebii sirrii ta’ee filadhuu
1.dubbifamaa fi dubbachiftuu waliitti ida’amanii?
a.jecha b.sagalee c.qubee 13
2.sagalee fi sagaleen waliitti ida’aamani?
a.sagalee b.qubee c.jecha
3.maqaan ji’a jalqabaa maal jedhamaa?
a.onkolooleesa b.muddee c.fulbaana
4.torban tokkoo keessa guyyaa meeqatuu jiraa?
a.torba b.shan c.lama
jechoota gabaabaa 5(shan) barreessii
1.
2.
3.
4.
5.
jechoota gabaabaa barreessii
 jara
 dibe
 baha
 hera
 qama
 luka
 bite
 roga
 saba 14
 qaree
 turee
jechoota dheeraairra deddeebi’uun barreessii

 foolii
 diimaa
 daaraa
 duudaa
 seenaa
 coomaa
 deemee
 beekaa
 laafaa
 moofaa
 kooraa
 buutii
 muudaa
 saamuu
 booraa
 daakuu
jechoota dheeraa leexaa
 aadaa
 caalaa
 fiiguu
 gaarii 15
 shaashii
 waatii
 eegee
 buusaa
 Eeboo
 buutii
sagalee gabaabaa sagalee dheeraa
bona mootii
bofa caasaa
buna seenaa
bifa kaasuu
bara raajii
bite boonuu
mana xaafii
nama foolii
soba
jechoota jabaa
damma carraa
amma rakkoo
farra iddoo 16
biyya qottoo
tabba irra
dallaa hurrii
waggaa lubbuu
xiqqaa
jechoota laafaa jechoota jabaa
bira birraa
soda soddaa
samuu sammuu
badaa baddaa
qoree qorree
booka bokkaa
gubaa gubbaa
bitaa bittaa
hatu hattuu
Guyyoota torbani
1.wixata 3.roobii 5.jimaata
2.kibxata 4.kamisa 6.sanbata 7.dilbata 17
Ji’oota waggaa
1.fuulbaana 5.amajjii 9.caamsaa
2.onkoololessa 6.guraandhal 10.waxabajjii
3.sadaasa 7.bitooteesa 11.adooleessa
4.muddee 8.Eebbilaa 12.hagayyaa
jechoota irra butaa
morma jaarsa marga
wanjoo haamtuu ibsa
marqaa abdii harma
galma halkan dugda
humna harka marxoo
waldaa
jechoota faallaa ta’an
soba = dhugaa
furdaa = qal’aa
dheeraa = gabaabaa
nyaachuu = dhuguu
banu = cufuu 18
guyyaa = halkan
Abbaa = haadha
sorreessa = hiyyeessa
keessaa = ala
Adii = gurraacha
jechoota faallaa waliitti firoomsii
A B
1 Abbaa A soba
2 xiqqaa B guyyaa
3dheeraa C furdaa
4 dhugaa D haadha
5 qal’aa E guddaa
6 dhuguu F gabaabaa
7Adii G gurraacha
8 Dalgaa H nyaachuu
9 Galgala I Ganama
10 dimmaa J olii 19
jechoota hudhaa
sa’a
ji’a
ta’a
ka’e
Ida’uu
bu’aa
mul’ata
fe’ii
hoo’aa
Gabaabaa dheeraa jabaa irra butaa
nama fooli rakkoo morma
Bofa shaashii biyyaa jaarsa
bite eelee soddaa galma
bifa aanaa birraa marga
bara koomee adda
20
Walitti firoomsii
A B
1 Rakkoo A maqaa magaalaa
2 ja’a Bmaqaa guyyoota torbanii
3 finfinee Cjecha irra butaa
4 Roobii D jecha jabaa
5 ilkaan E jecha huudhaa
jechoota faallaa barreessii
Furdaa
Dhiira
Haadha
Guddaa
Gurraacha

21
GAAFFILEE ARMAANGADIIF
DEEBII SIRRII TA’EE FILADHUU
1.Guyyaa kibxatati kana nee dhuufuu kamii?
A.Roobii B.Kamisa C.Wixata
2.Jecha dheeraa kan ta’ee kamii?
A.Eeboo B.Soba C.Nya
3.Jecha huudhaa kanta’eekamii?
A.Jaarsa B.Sa’a C.Rakkoo
4.Jecha irra butaa kan ta’ee kamii?
A.Qottoo B.Marga C.Bu’aa
5.jechii sagalee 4 qabu kamii?
A.Lafa B.Misira C.Haataatamaa

22

You might also like