You are on page 1of 3
MAGALATA Finfinnee, Ebla 30/1990 Ebb LUE B47 TOE Finfine, May &* 1998 OROMIYAA GP Ape ty (Df? MEGELETA OROMIA Gatiin Tokkoo . 2.65, ‘Too’annaa Caffee Mootummaa Lakk. S. Poostaa . 101769 Naannoo Oromiyaatiin Kan Bahe a OACLE DANE OF PLT Eke he mart fom P.O.Box ye QABEENTAA ote CONTENT Labsii Lakk. 23/1990 APE €0C F/O Proclamation No. 23/1998 Labsii Naanno ormiyaatti haala itti] nA@*L? HAA AR.ITAFOTF +410C A Poclamtion to amend the fayyadama lafa baadiyyaa hojii PLOA LIME MEF AMIEPY utilization of rural lands for invest- invastimantiif ta’u murteessuuf |A*@A? fama? APE e970 £/10% #4 |ment activities in the Oromia region fooyyessa bahe AVATA COM KEE LABSII LAKK. 23/1990 APE HE / TET Proclamation No. 23/1998, “TABSITNAANNOO~ eee ORMIYAATTI HAALA. OACOLS HAA AA TiN TeOHe A Proclamation to amend the ITTI FAYYADAMA LAFA PING PLO IME 27 utilization of rural lands for BAADIYYAA HOJII AMPOP? AMONs fom investment activities in the INV ARAN TERA, APE & F/NREE ATTA ee raoes, MURTEESSUUF BAHE LAKK. APES PEAS ATTA, wiih 3/1987 FOOYYEESUUF BAHE Om APE 1. Short Title 1. MATA DUREE GABAABAA. + APC CON This Proclamaiton may be cited as Labsiin kun ii Naannoo Oromiyaatti haala itti fayyad- ama lafa baadiyyaa hojii invast- imantiif tahu murteessuuf bahe lakk. 3/1987 fooyyeessuuf bahe lakk. 23/1990” jedhamee waamamuu ni danda’a. 2, ‘TUMAATOOTA FOOYYEES: Taannoo oromiyaatti haala itti fayyadama lafa baadiyaa hojii ivestimentiif ta'u murteessuuf kan bahe labsii lakk, 3/1987 akka ammaan gadiitti fooyya’e- era,: 1. Keewwata 7(4) ti aanee jechi “yeroo barbaachiisaa ta’ee argametti, Boordiin qaama biraa bakka buusuu ni danda’a.” jedhu dabalame- era. RAMA OLY CAG LITE FE LU NPE “ONCOLE HAM AATIN Tepe 1G LOA ere mat hinders novwny gon APE th) 104 (TAIL) NPR &- BET” Ite Amen LFA # ONeLS NAA ARTIN OO FNC CLEA CME BLA hee IPT NPONY LON KZ t-f/ TORRE NRL tNO FFA & eR 79) NIA corn TAO 96% 1G Natrona OAL PAP CNIAL “nnenr UT OF 1 OCH PANY NOHAT ADA AHA Aemimt LAA 2” the “Utilization of Rural lands for investment activities in the Oromia Region (Amendment) Proclamaiton No, 23/1998", 12. Amendments ‘The utilization of rural land for investment activities in the Oromia Region stated in Proclamation No. 3/1995 is hereby “amended as follows: 1, Article 7(4) is hereby amended by adding the following statement at its end: “The Board may deleate its powers & duties to another organ as it deems it necessary. new Labsii_Lakk. 23/1990, Fuula 2 APE rc #i/tti Proclamation No. 23/1998, Page 2 2. keewwata 8(2) jalatti jechi “30 (soddoma)” jedhu hagamee Jecha “45” jedhuun bakka buuf- ameera, 3. keewwata 10ti keewwatooni xi- xiqaan (2) fi() armaan gadiitti ibsaman dabalamaniiru; “2, Invastarri lafa baadiyyaa misooma bigiltuu bunaa, shaahi, shankooraa fi bigil tuu biraa kan Boordiin mu- rteessuuf barbaachiisu he- ktaara 100 ol kan hamatu- urratti yoo hojjata ta’e wag- gaa afuriif kafaltii kiraa lafaarra bilisa ni ta’a. 3. Pirojaktiin ijaarsa induust- rii, hoteelaa, mana nyaatafi kan biraa lafa baadiyyaarra- tti yoo hojjatame, gatiin kiraa lafichaa waliigalteen murtaawa.” 4, Keewwata 13(1) jalatti jechi “waggaa waggadhaan duraan dursee” jedhu hagamee jecha ‘jota jahan duraa waggaa kee- ssatti” kan jedhuun bakka buuf- ameera. 5. Keewwatni 14(2) haqamee kan aramaan gadiitiin bakka buufa- meera: “2. Dirgamni ‘keewwata’ kana keewwata xiqqaa (1) keessatti ibsame yoo gama invastarichaa- tin guutamiuu baate, akka girr- eesu of-eegannoon ji’a jahaa ni kennamaaf; dirqama kana yoo guutu bate, qaama dhimmi ilaaluun waliigaltichi ni cita.” 6. keewwatni 16(1) hagamee kan armaan gadiitiin bakka buufa: meera: “1. Invastariin mirga lafa baadi- yyaatti fayyadamuun kennam- eef qabiyyee lafichaa nama bira- atiif dabarsuu ykn nama biraa wajjin seeraan gurmaahe miso- omsuuf mirga ni qabaata.” T.keewwata 16 jalatti keewato- oni xixiqqaan (4) fi (5) armaan gadiitti_ ibsaman dabalamani- iru: & OAR 28) eC “nner 40” FLNO her twcH “DACA ATAT 400” NLA tha BR eeahtet Fon ATR ONER TC PAP CPA “E WAIL oF YnAC ONE Urs Fame ae. Ag. COG AHA + te tha ope foe ThA ofr cm feLonro AA 4f4% Aha AeLAeT RATES Ane 900% PUA Hee hee 99 eur oer LAMPA # NIMC et AL NIK AIA Ate UA Pan OT Fonte 27 TIPE PeRNtA hurd Pama Mek tery NkCRE PLOY evens” & ONIER IMG) oc “ARGeok PE MCS OC arie “RL Ao hed “bwrcH” ARGC Coe ee ASNT OCF whe” OLA hed PHA E NIER TAQ toce aerntaw arene BON KN MY IER WON NFER(1) HC PIA OO 18H HATA LF NIRLEP SHY OCA mites LOMPAT ONY UL ONT MASA TH Ont ANA AAO hha LALA & IPR TMS) twce NeLhtAw- tenAY “Fe MMe Pet Carmdy, eon RrhM@ ANC L0G. LB MOA om AMTTAAG ORI MA ower net hooey RNB cutie Fon NRE OnIER g c PAPER 2. The phrase “thirty years’ appearing in Article 8(2) is hereby deleted and replaced by the phrase “fourty five years."* 3. The following new sub-articles are added to Article 10: “2,.An investor who plants coffee, tea, sugar, cane or anyother plantation which shall be de- cided by the board, covering an area of more than one hundred “hectares in rural land shall not pay a land rent for four years. 3. The tent of a rural land required for the setting up of industries, hotels, restaurants “& other es- tablishments shall be determined on the basis of a rte to be negotiated.”* |4. The phrase “first month of each year" appearing in Article 13(1) is hereby deleted and replaced by the phrase. ‘first six: months of cach year."* 5. Article 14(2) is hereby deleted and replaced by the Following sub-ar- ticle 2): “2, Where the investor fails to meet the obligation mentioned under sub- article (1) of this Article, he shall be notified to fulfill within a period of six months; if he fails todo so within is period, the contract shall be terminated by a concemed body,” 6. Article 16(1) is hereby deleted:and replaced by the following sub-ar- ticle (1): “41, An investor who is granted to use rural land shall have a right to transfer his holding to another per- son of inest in partnership in accor~ dance with the law.”” 7. The following new sub-articles are added to Article 16! Labsii_Lakk. 23/1990, Fuula 3 APE kG #t/T0RT Proclamation No. 23/1998, Page 3 “4, Invastariin lafti baadiy- yaa kiran kennameef kam iyyuu qabiyyee lafic- haa fi qabeenya isa lafic- haarratti argamu Baank- itti ykn qaama biraatti qabsiisee liqaa fudhac- huu ni danda’a, 5. Invastarichi liqaa fudhate yoo kafaluu dadhabe, qaa- mni qabiyyee fi qabeenya isaa qabatee ture yeroo wa- ligaltee hafeef keessatti ofii isaaf misoomsuu ykn nama biraa wajjin hojjac- huu ykn dabarsee kirees- uf mirga ni qabaata.” 8. keewwatni 23(2) haqamee kan armaan gadiitiin bakka buufameera; “2, Invastarri lafa qotee bulaa kiran fudhate yoo teek- nolojii_amayyaatti fayyada- mee misoomsa ta’e, kiraan isaa wagga 15 yeroo hincaa- lef godhamuu ni danda’a” 3. YEROO LABSIIN KUN ITTI RAGGA'U Labsiin kun Ebla 30/1990 irraa jalqabee hojiirra kan oolu ta’a. FINFINNEE, EBLA 30/1990 KUMAA DAMMAQSAA. PIREZIIDAANTII MOOTUMMAA NAANNOO, OROMIYAA % Mme wer tomer le “4. An investor who is granted to oN Chm ATI Lore LUPO Now ects AL S010) LI P04. CO Mews aPrET Ane hah oe haa NO APNE LEA 2 & ANNs PENRO“ THA AeA + ANACO NPDES Asia mare dace tent DARALO farm Ney REN ete PTAC LP AA ho 20 1H ued NEVET Pooper LF ANA hax S7trANE ont Nnos” & NOR AW toce new Pho tebe + “@ AMOS WACO ARC RENELOD OZ NaEGE ana, omer FOLEAT WUY POMC NEL OA hee AEE oop AAMAM 2h ALL LFA BE APH tonoTnt a LY APE NLLUS A HY THEE PERC C05 LUSH = BILE OLUS GHD DET her Ramee PACOLE HANG cop TOMATT use a rural land may mortage and/ or pledge his holding and proper- ties on the land as a collateral to get loan from a bank or another doner. 5. Where the investor fails to pay the loan in due time, the doner shall have the right to develop or jointly invest with another person in accordance with the law or transfer the possession ofthe land toa third party for the remaining lease period.” 8. Article 23(2) is hereby deleted _and replaced by the following: “2. Wherethe investor works by using modem farming tech- nology, the contract may be made for a period not exceeding fifteen ae 3. Effective Date This Proclamation shall enter into force as ofthe 8th day of May 1998. Done at Finfine, this 8th day of May, 1998, KUMA DEMEKSA President of the Regional State of Oromia

You might also like