You are on page 1of 18
Beto tete dete ta ket te tr ve ve tre sete atest a i te aide ie aia de ai ir ve di ie io fe ot ae oe side ae sta ‘ : x * t z : * * * * s z * — Qgfeelfama Dambit Sirna Kenniinsa : t * *” : Manaafi Lafa mana fireenyaa ; = x z Barstisotaa f : + *” 2 = te * : s we * z £ : : * * fe * a * i : . : s * * : : z = * * *” * = $ : + : * . * : * * * * : - : : tte fe te te ee te fede te de de de te fede tif fe dd ite tif ain ee da ve oor Hogganaa Itti Aanaa Biiroo Barnont : / Lakk. BBO/_Hy2._ Z| 23 Be hs CfTeR Guyyaa 16/03/2009 Waajjira Barnootaa Goathel/ ul Mag, /KBB, TOumead To peats te - Qajeelfama Dambii Sirna Kenniinsa Manaafi Lafa Mana Jireenyaa Dhimmi Barsiistotaa Erguu Ilaala. Dambii Sirna Kenniinsa Manaafi Lafa Mana Jireenya Barsiistotaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. 183/2008 hojiirra oolchuuf akka tolu Qajeelfama Sirna Kenniinsa Manaafi Lafa Mana Jireenya Barsiistotaa qophaa’ee dhiyaate Manni Maree B.M.N.O. walge'ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa , Waggaa lammaffaa Onkoloolessa 25 bara 2009 gaggeesseen raggaasiisuun akka hojiirra oolt Xalayaa Lakk. 02/Dh-40/64 gaafa 13/03/2009 biiroo keenyaaf barreeffameen nubeeksiisee jira. Kanaaf, isinis gama keessaniin kana beekuun dhimma kanaaf xiyyeeffannaa olaanaa kennuun gahee hojii Dambii Sirna keenniinsa manaafi lafa mana jireenya barsiistotaa Lakk. 1183/2008 fi Qajeelfama Dambii kana hojiirra oolchuuf bahe Lakk. 05/2009tiin isiniif kenname bu'ureettachuun hojiin kun akka_—milkaa’uu—ofeeggannoo —_cimaafi ittigaafatamummaa olaanaan akka hojiirra oolchitan hubachiisaa, qajeelfamicha fuula (4 5~ xalayaa gaggeessituu kanaan walqabsiifinnee kan isiiniif ergine tau keenya ni beeksiifna. Nagaa Wajin — Oromivan GG Waajira Hogganaa BBOf Daay. Misooma Barsiistotaafi Hoggansa Adeemsa Hojii Bul. Humna Namaa, Barsiistotaafi Hoggansa Barnootaaf Adeemsa Hojii Karooraafi Piroojeektiif Finfinnee Frammas Naannoo Orosiyaa Pireridasntii PHOTLS Adve He nal Government “veil the President ec (Addis Ababa) Guyyaa Dar rt Lakk/Ret.So Here arnocta Oromiyaatiif nvaisee:- Qaieeifama Ragga’e Isinii Erguu taala. g BMN.O Walgaii idilee 2. Bara Hojii 1" Nownnoe Oromiyaa Lak. 183/2008 Hojiirra Ooichuuf Bahe Laki is fuula 15_salayaa kana waliin miiltoo goonee isini maa Magaaleafi Manneeati Oromiyaatiif romiysatiif 2 fi Ogummaa Oromiyaatiif tiyau iva Pirezidaa L.M.BM.N.Oromiyaatiif kioreetii Daimma Kaabineetiif ov + witht bbe (AAD DON) Qajeetfana Dambit Siena Kenniinsa Manaa ff Lafa Mana Jireenya Barsiistorac 5/2009 ta'ee ka! exguu k Waggaa 2 Onkoloolesss 25 Bara 200° Qajeclfama Dambii Sima Kenniinsa Manaa fi Lafa Mana Jireenya Barsiistotaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lak, 183/2008 Hojiirra Oolchuuf Bake Lakk. 5/2009 Sima kenniinsa manasa fi lafa mana jireenyaa sarsiistotaa iftoominaa fi bu'aa qabeessa aka tau gochuuf akkaataa Dambii Sirna Kenniinsa Manaa fi Lafa Mana Jireenyaa Barsiisota Moottummaa Naannoo Oromiyaa Lak. 183/2008 keewwata 25 tiin qajeelfamni kun bahee jira Kutaa Tokko ‘Tumaalee Waliigalaa 1. Mata Duree Gabaabaa Qajcelfamni kun “Qajeelfama Sima Kenniinsa Manaa fi Lafa Mana Jireenyaa Barsiistota Naannoo Oromiyaa Lakk, 5/2009” jedhamee waamamuu ni danda’a. 2. Vika ‘Akkaataan jechichaa hiika biroo kan kennisiisuuf yoo ta’e male gajeelfama kana keessatti: 1) “Barsiisaa” jechuun barsiisaa barnoota idileen duraa irraa hanga qophaa’inaatti manneen barnootaa = mootummaa —naannichaa__keessatti__ mootummaadhaan dhaabbiidhaan gaxaramee barsiisu yoo ta'u; dura bu’aa, itti aanaa dura bu’aa, supparvaayizara, barsiisaa dhaabbata leenjii teeknikaa fi ogummaa, barsiisaa kolleejjii parnoota barsiistotaa, barsiisa kolleejjii paabiliki sarviisii Oromiyaa, barsiisaa koolleejjit Fayyaa Oromiyaa fi leenjisaa Inisit itiyuutii Leenjii ogeessota qaamolee haqaa fi qo'annoo seeraa Oromiyaa keessatti barsiisu yookiin leenjist kan dabalatu jechuudha. 2) “Hooggansa Barnootaa” jechuun dura bu’aa, itti aanaa dura bu’aa fi supparvaayizara manneen barnoolaa sadarkaa barnoota idileen duraa irra hanga qophaa’inaatti mootummaadhaan dhaabbiidhaan qaxaramanii hojjatan ta’ee, diinii fi itti aanaa diinii koollejjii barsiiscotaa, diinii fi itti aanaa diinii koolleejjii leenjii teeknikaa fi ogummaa, Daarektaraa fi itti aanaa Daarektaraa Kolleejjii Paabiliik Sarviisii Oromiyaa, Diimii fi itt aanaa diinii kolleejjii Fayyaa Oromiyaa fi daarektaraa fi itti_aanaa daarektaraa Seah kan dabalatu ta’a 4a mootummad’Ragnnichas ahi y"ee pdhaabbilee ota, Koticejiii Plabilifii Sarviisii Nii Ogéessota! Qaamolee Haagaa fi Qo'nnoo Seeraa kan dabslatu ta ee ge S 4) “Sadarkaa Guddina Barsiisaa” jechuun adeemsa bart, BarsithiesBeessatti turtil tajaajilaa waggaa fi raawwii hojii sadarkaa sanaaf barbaachist gititée gulaantaa abate irraa isa itti aanuutti dorgommiin kan guddatu jechuudha, Insitiitiyuutii Leenjii ogeessota Qaamolee haqaa fi Qo'anny 3) “Dhaabbilee Barnootaa fi Leenjii” jechuun manneen by barnootni idileen duraa hanga qophaa’inaa kan ke Ieenjii teeknikaa fi ogummaa, Kolleejjii Barnoota Bars Oromiyaa, Koolleejjii Fayyaa Oromiyaa fi Insititi ewer? °. ©) “Gatii Madaalawaa” jechuun tilmaama gatii kira manaa haala kira manneen mootummaa naannoo magaalichaa fi galii barsiisaa giddugaleessa taasisuun murtaa’a Jechuucha. © “Dambii” jechuun dambii sirma kenniinsa manaa fi lafa mana jireenyaa barsiisotaa naannoo oromiyaa lak.183/2008 jechuudh. Ibsa Koornayaa Qajeclfama kana keessatti jechi koornayaa dhiiraatiin ibsame dubartiis ni dabalata. Kuta Lama Haalota Barsiistonni Mana Jireenyaa yookiin Lafa Mana Jireenyaa Iiti Argatan |. Haala Waliigalaa Haalotni dambicha keewwata 7 jalatti tumaman akkuma eegamanitti ta’ee, barsiisaan tokko mana yookiin lafa mana jireenyaa haalli itti argatu sadarkaa guddina isaa sidcugaleessa kan godhate ta’a. Tartiiba Barsiistonnii fi Hooggantoomi Qe’ee Mana Jircenya Barsiistotaa Ittiin Argatan Barsiistonnii fi hooggantootni qe’ee jirecnya barsiistotaa bu’uura tartiiba armaan gadiitiin walduraa duubaan kan argatan ta’a: 1) Barsiistotaa fi hooggantoota Koollecjjotaa, dhaabbilee barnootaa fi leenjii ilaalchisee: Diinii/Daarektara, itti aanaa Diinii/itti aanaa Daarektaraa/, pirofeesara, Waahila Pirofeesaraa, gargaaraa pirofeesaraa, leekcharara, gargaaraa leekchararaa, eebbifamaa gargaaraa 2, eebbifamaa gargaaraa 1's; 2) Barsiistotaa fi hooggantoota Koolleejiii Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa ilaalchisee: Diinii, itti aanaa Diinii, Inistiraaktara muummee, inistiraaktara dursaa, inistiraaktara oPaanaa, inistiraaktara, inistiraakiara gargaaraa, inistiraaktara jalqabaa, leenjisaa o¥aanaa, leenjisaa, leenjisaa gargaaraa, leenjisaa jalqabaa; 3) Leenjistoota fi hooggantoota Inistituyuutii leenjii qaamolee haga fi go'annoo seeraa ilaalchisee; daarektara, itti aanaa daarektaraa, leenjisaa face dursaa, leenjisaa of'aanaa, leenjisaa, leenjisaa sadarkaa 224 1, ys _gargaaraa leenjisaa; [Se ‘ 4) Barsiistotaa fi hooggantoota manneen barnootaa ilaalchisdeg Dura, bu’aa, supparvaayizara, barsisaa dursaa of'aanaa, barsiisyddursah dase, brian o aa, aria, rs juga bs nag ‘teases Qeee Mant Jircenyan Barsistoiaa Argachuuf Barbaachita,~ es antes, Dambicha Keessatti kan tumame akkuma jirutti ta’ee, barsiisadi”-yookine-hoosgansi Ghaabbilee barnootaa fi leenjii kamiyyuu qe'ee jireenya barsiistotaa keessaa mana argachuu kan danda’us 1) Naannoo mana barnootaa itti barsiisu raadiyasii km 5 keessatti mana jirreenyaa maqaa isaa yookiin maqaa haadha warr: isaatiin kan hin gabe yoo ta’e; 2) Mana jireenyaa mootummaa kireeffatee keessa jiraachaa ture yoo ta’ee fi qe’ee mana jircenya barsiistotaa keessa jiraachuu yoo barbaade mana mootummaa kan gadidhiise ta’uu ragaa kan dhiyeefiatu yoo ta’e; 3) Namni inni gaa’elaan waliin jiraatu barsiisaa yoo ta’e qe’ee jireenyaa barsiistotaa kkeessaa mana kan hin fudhatin ta’uu ragaa agarsiisu kan dhiyeessu yoo ta’eedha. |[Ulaagaa Mana Yookiin Lafa Mana Jireenyaa Argachuuf Barbaachisu 1) Dambicha keessatti ulaagaan ibsame akkuma eeggametti ta’ee, barsiisaan yookiin hooggansi dhaabbilee barnootaa kamiyyuu mana yookiin lafa mana jireenyas argachuuf ulaagaalee armaan gadii guutuu qaba: 4) Naannicha keessatti dhaabbilee barnootaa fi leenjii keessatti qaxaramee hojii barnootaa fi leenjii kan hojjatis; “D)) Magas isaatiinis ta’ee magaa haadha warraa isaatiin mana yookiin lafa mana jireenyaa Aanaa yookiin bulchiinsa magaalaa Aanichaa keessaa kan hin qabne ta'uu ragaa kan dhiyeeffatu; ©) Magaalota liiziin bulan keessatti gatii ka’umsa liziif murtaa’e yookiin magaalota kiraan bulan keessatti gatii kiras kaffaluu kan danda’u; @), Lafa mana jireenyaa argachuuf waldaadhaan yeroo gurmaa’u bu’wura tilmaama gatii ijaarsa manaa magaalichaa bu’uureeffatee akkaataa Dambii Lakk. 183/2008 tiin murtaa’een dursa % 10, yeroo lafti harka gahu 910 kaffaluu kan danda’u; ©) Dambii ittiin bulmaataa, kaayyolee fi duudhaalee waldaa ijaarsa mana jireenyaa barsiistotaa kan kabaju fi kabachiisu. 2) Keewwata kana keewwata xiqqaa 1(b) jalatti kan ibsame jiraatullee barsiisaan yookiin hooggansi tokko sababa hojitiin Godina tokko irraa gara Godina biraatti yammuu jifiiramu mirga mana yookiin lafa mana jireenyaa naannoo inni itti jijjiiramee argachuu ni danda’a. 3) Keewwata kana keewwata xiqqaa 1 (q) jalatti kan ibsame gatiintilmaama manichaa fi raawwatu ta’, 8. Tarreeffama Maqaa fi Sadarkaa Magaalotaa: 1) Sadarkaan Magaalota naannichaa kan armaan gadii ©) Wagan Keessutti Kanncen NGadamar®“Rldarvag: rrrofers Suassheresta, GbECsG Durrnrrall Delian oelA ») MagaalotaeOtuansa xKeessitti Kanncen KamadamaX™tagaxtiiho “Lagadaadhii ©) Magaalota Jiddugaleessa Keessatti Kanneen Ramadaman: Baddallee, Bulee Horaa, Nageellee Booranaa, Adoolaa Waayyuu, Ciroo, Mattuu, Fiichee, Dambii Doolloo, Gimbii, Najjoo, Sandaafaa Bakkee, Arsii Nagecllee, Aggaaroo, Shaambuu fi Yaa’a Balloo; @) Magaslota Guddattua Keessatti Kanneen Ramadaman: Shaakkisoo, Goobbaa, Awadaay, Baddeessaa, Dodolaa, Gindhiir, Mandi, Boqojjii, Biishaan Gurraacha, Baabbiillee, Mataharaa, Dadarii fi Haroomayaa; ©) Magaalota Bulchiinsa Magaalaa Guddattuu Keessatti Ramadaman: Mooyyalee, Caancoo, Maqii, Gabra Gurraacha, Kolocboo, Machaaraa Micaataa, Dheeraa, “Angar Guutee, Hirnaa, Galamsoo, Hurutaa, Limmuu Gannat, Qarcaa fi Kofaleedha. 2) Sadarkaan magaalotaa keewwata kana keewwata xiqqaa 1(a-e) tti ibsame secra biraatin kan jijjiiramu yoo ta’e akkaatu 9. Iddoo fi Haala [jaarsa Manneen Jireenyaa Barsiistotaa Mootummaan yookiin Hirmaannaa ‘Ummataatiin yookiin Mootummaa fi Hirmaannaa Ummataatiin Yaaramanii 1) Manni jireenyaa barsiistotaa mootummaa 1a jijjiramichaatiin kan raawwatamu ta’a. yookiin hirmaannaa ummataatiin yookiin mootummaa fi hirmaannaa ummataatiin ijaaramu ge’eewwan daangaa mana barumsaa keessatti adeemsa baruu fi barsiisuu karaa jeequu hin dandeenyeen darce barumsaa irraa meetira 100 fi sanaa olirratti fagaatee ijaaramuu aba; 2) Daangaa mana barumsaa keessatti lafti gahaan kan hin jirre yoo ta’e, iddoo mana barumsaatti dhiyoo ta’ee fi bulchiinsi Gandaa mijeessutti fageenya Kiilo Meetira tokko (em 1) hin caaleetti kan ijaaramu ta’a; 3) Barsiistota Magaalota sadarkaa Muummee Keessatti barsiisaniif manni jireenyaa \waliinii barsiistotaa iddoo mijaa’aa ta’ectti ijaaramuni qabas 4) Haalli ijaarsa manneen jireenyaa barsiistotaa haala qabatamaa barsiistota qaama miidhamtootaa ta’anii tilmaama keessa kan galche ta’uu qaba. Kutaa Sadi ‘Mirga, Dirqama, Haala Qooddii fi Bulchiinsa Qe’ee Mana Ji 10.Mirgoota Barsiistotaa 1) Dambicha keewwata 9 jalatti kan tumame akkuma amiyyun mirgoota armaan gadit ni qabaata: i ©) Mana jireenyaa maqaa isaatiin yookiin maqaa haadha raadiyasiikilloo meetira shanti (km 5) keessatti kan hin qabite.yoo tesqe'ee foana jirecnyaa barsiistotaa mootummaan gopheesst yookiin mijeessuu Keessa jiraachu; b) Manneen jireenya waliinii mootumma fn ijaaraman_ keessatti haala carraa barsiistotaaf kennamuun fayyacamuu ©) Manneen qusannaa bulchiinst Magaalotaa keessatti jaaraman kamiyyuu keessatti gatii madaalaawaa ta’een kiran dursa argachuw; @) Magaalota manneen mootummaan Labsii Lak, 47/67 dhaalamanii argaman keessatti kiraa madaalawaan dursa argachuus ©) Manneen mootummaan yookiin hirmaannaa ummataatiin yookiin mootummaa fi hirmaannaa ummataatiin naannoo qe’ee jireenya barsiistotaa keessatti hojjataman keessa bilisaan jiraachuu; £) Barsiistonni gaa’ela qabanii fi mana jireenyaa hin qabne mana jireenya waliinii argachuuf kophaa kophaatti dorgomuu; @) Keewwata kanaa keewwata xiqqaa 7 jalatti kan tumamee akkuma eegametti ta’ee, ‘barsiisaan’ -jireenyaa.magaalotay Aanaa keessatti barsiisu keessaa magaalaa inni filate, tokko keessat (ti gatii kaumsa liizii vookiin gatii kira magaalichaatiin argachuti 1) Bwuura Dambii Gurmaa’insa Waldaa Ijaarsa Mana Jireenyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lak. 181/2008 tiin gurmaa’anii lafa argachuuf; ) Bulchiinsi. magaalotaa mana jireenyaa waliinii sagantaa misooma manaatiin Jjiraattota magaalaaf ijaarsisu yookiin mana jiteenyaa waliiniihojjattoota mootummaaf carraa %20 kenname dabalataan carraan %10 kennameefii barsiistonni kophaa isaanii wal-dorgomanii argachuu; 2) Gandoota baadiyyaa Magaala jala galan keessatti manneen barnootaa jjaaraman keessa barsiisaa barsiisu ilaalchisce mirgootni keewwata kana keewwata xiqqaa 1 jalatti tarreefaman raawwatiinsa ni qabaatu. 3) Keewwata kana keewwata xiqqaa 1(f) jalatti kan tumame jiraatullee barsiistota gaa’ela gabaniif carraan yoo baheef carraa nama tokkoo qofaan kan fayyadaman ta’a. 11. Dirgama Barsiisaa 1) Ogummaa barsiisummaa fed jiraataa ture ja 2 ama) keessatti gadhiisuun qaama dhimspi-ilantatawajjiin wal- harkaa fuudhiinse raawwaachuu gaba; pi eptee wal iin yeroo gadidhiisu mana mootummaa keessa 2) Mana barumsaa itti barsiisaa ture irraa gara mana mana mootummaa duraan keessa ture ji’a 2 (ama) kee} na yookiin lafa mana jireenyaa argachuuf mana 4) Haala mootummaan mijeesseen qe’ee barsiistotaa keessa 2 jireenya mootummaan isaaniif kenne quiquilinaan eeggachuu, kunuunsuu fi dambii ittiin bulmaata mana jireenyaa waliinii kabajuu; 5) Qaama beekamtii seeraa qabuut fi dhimmii isaa ilaallatu waliin waliigaltee raawwachutt fi haala waliigaltee isaanitiin mana jireenyaa qe’ee barsiistotaa keessa jiraatuu ilaalchisee kaffaltii tajaajila ibsaa, bishaan, bilbilaa fi kan kana fakkaatan dhuunfaan itti fayyadame yookiin gareen itti fayyadaman yeroon raawwachuu; 6) Tilmaama gatii ijaarsa manichaa bu’uura Dambiitiin murtaa’e yeroo gurma’u %10, yeroo lafa harkaan gahatu 10 kan qusatu ta’ee, kan hafu dhawaataan ijaarsa manaa keessatti qusachuu; 7) Barsiisaan kamiyyuu mana jiteenyaa qe'ee barsiistotaa keessatti kennameef nama biraatiif kireessuu yookiin hala kamiinuu dabarsee kennuu hin danda’u; 8) Barsiistonni carraa qe’ee mana jireenyaa barsiistotaa keessa jiraachuu erga argatan booda kan walfuudhan yoo ta’e mana abbaa warraa yookiin haadha warraatiif kenname keessaa tokko qofa fayyadamu. 12.ReVina Lafs Mena Foenyea Bersiztant Kennan yo BaVinni lafa mana jireenyaa barsiisotaa? kennamu Bulchiinsa Magaalaa Muummee fi OFaanaa keessatti barsiisaa tokko lafa mana jireenyaaf ool r®4140) Bilchiinsa Magaaiaa Giddugaleessaa fi Guddattuu keessatti m@§X60Ni§Magaalaa Mana Qopheessaa fi Mana Qopheessaa Guddattuu keessatti 22000878 13. Haala Qoodiinsaa fi Bulchiinsa Qe’ee Jireenya Barsiistotaa Qooddiin qe’ee jireenya Barsiistotaa sacarkaa guddina barsiistotaa kan bwureeffate ta’ee haalli qoodiinsa isaa koreen kan raawwatamu ta’a 14, Hundeeffama Koree Qoodiinsaa Qe’ee Mana Jireenyaa Manneen Barnootaa, Koreen qoodiinsa qe’ee mana jireenyaa barsiistotaa kanaan booda “Koree” jedhamee kan waamamu gajeelfama kanaan hundeeffameera. 15. Miscensota Koree Mana Barumsaa Sadarkaa 1%; 1) Itti gaafatamaan Boordii barnootaa fi leenjii Gandaa 2) Dura bu’aan mana barumsaa- 3) Gamtaa Maatii Barsiistotaarraa nama tokko- 4) Bakka bu’aa waldaa bu’uuraa barsiistotas nama tokko-~ 5) Waldaa dubartootaan nama bakka bu’e tokko- 16.Miseensota Koree Manneen Barnoota Sadarkaa 2% fi Qophaa‘inaa 1) Itti gaafatamaan Boordii barnootaa fi leenjii Aanaa/Magaalaa~ Barreessaa 2) Dura bu’aan mana barumsichaa-~ 3) Bakka bu’aa waldaa barsiistota Aanaa/Magaalaa nama tokko-: 4) Gamtaa Maatii Barsiistotaarraa nama tokko------~ 5) Waajjira Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Aanaa/Magaalaarraa nama bakka bu’e tokko-- Tog --- Miseensa Miscensa Miseensa, Miscensota Koree Kolleejjii Barnootaa Leenjii Tecknikaa fi Ogummsa fatamaan Foordii BLTO Bulchiinsa Aanaa/Magaalaa Walittigebaa Barreessaa kolleejjichaa - ka bu'ea, Miseensa valciaa barsiistota Aanaa/Magealaa nama tokko 2 BLTO Kolleejjichaa keessaa nama tokko jjire Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Aanaa/Magaalaarraa nama Miseensa. bakka bu’e tokko ~ 18, Miseeusota Koree Kolleejjoota/Dhaabbata Biroo Kolleejjii Barnoota Barsiistotaa, Kolleejjii Paabiliik Saarvisii Ovomiyaa, Kolleejjii Fayyaa fi - Miseensa Jtliyutii Leenjii Ogeessota Qazmolee Hagaa fi Qo’annoo seeraa Oromiyaa Keessalti Qooddiin Mana jirzenya Barsiistotaa Akktataa Boordiin Kolleejjichaa/dhaabbatichas moqurteessivan kan raawwatanm ta’a. \e.aangee # Gahee Kozee Qooddii Qe’ee Mana Jireenya Barsiistoota Dhaabbilee Barnootas Qelce mana jireenya barsiistotaa keessatti ijaarsi manaa tajaajila mena jireenyaaf coli gaama dhimmi ilaaluun qophaa’uu isaa.ni mirkaneeffata; Ragaa barsiistoctaa fi hooggansa manneen barnootaa mana jireenyaa qabanii fi hin gabne adda baasuun ni qabata; arsiistotaa fi hooggansa mianneen barnootaa mana jireenyaa hin gabneef akkaataa sadarkaa guddinaa fi baay"ina maati isaanii bwureeffachuun qooddii ni raawwata; {) Dubartootaa fi qaama miidhamtoota adda baasuun ragaa qabachuun gooddii irratti a 5) Barsiistota manneen barnoota Baadiyyaa keessatti barsiisaniif haala qabatamaa mana si akka kennamu ni taasisa: barumsichaatiin manneen jireenyas mooraa keessatti yookiin naannoo mana barumsaatti ijaaraman tokkoo tokkoo barsiistaf akka gahu ni taasiisa; Barsiistota duba:tii qaama miidhamtoota ta’aniif sababa koornayaa fi miidhama qaamaatiin dhiibbaa isaan i “a gal tilmaama keessa galchunn qooddiirratti durse argatan ni taasisa Bul qaame dhimmi nsa Magaalaa Muummee fi Ol’aanaa keessatti tilmaama gatii Kiraa manaa i ilaalu waliin ni hirmaata. 20, Heels Bulchiinsa Qe’ee Jireenyaa Barsiisotaa Qe’een mana jireenya bar isan Root barnoot fi Le Kutaa Afur ‘Aangoof Hoi Qsamolee 21. Aangoofl Hoji Bliroo Samnoota Oromiyaa fi Caasaa Is4g sii aga raswivaciss Bliroon Barnootaa fi Caasan isa aang i gi aangoo fi hojiin seerota birootiin kennameet a jecifamticha hojiirra ni oolcha; hojirra akka oolu ni taasisa; akkaataa barbasdameen “a coluu isae ni hordofa; icha qaamoiee dhimmii ilaalu hundaa biratti akka beekkamu ni taasisa; leenjit a ta? i Kestnas barsiistoctaaf baadiyyaa hirmaannaa ummataa walitti qindeessuun akka 2 ni trasisas sadarkaa sadarkaan jiran qindeessuun barsiistota mana jireenyaa qabanii fi ‘kasi hin qebme adda ni baasay fan ijaarsa mana jireenyaa barsiistotaa hordofan sadarkaa adda addaatti ni hundeessa; ni qindeessa; raawwii isaanii gamiaaggamuun kallattii ni kaa’a; ‘aala waliigalaa jjearsa mana jireenya barsiistotaa madaaluun kallattii mi kaa’a; Kazoora {jaarsa mana jireenyaa ba ssistotaa ni baafata; baajatni barbaachisu aka gabanii ni taasisa; Caasaaleen Biirichaa sadarkaan jiranis karoora akka baafatanii Sesjeta karaa caasealee Biiroo Maallaqaa fi Walta'iinsa Diiagdee sadarkean jiraniitiin aikka gabsiifatan ni taasisa; raawwii isaa ni hordofa; ni gamaaggama; baasa raawwii ijaarsa misooma nanneenii ilaalchisee Bulchiinsa Magaalotaa, Godinaalee fi Aanaalee adda addaa irraa dhufu ni madaala; Qeama dhimmi iiaala waliin ta'wudhaan barsiistonni waldaan jjaaramanii mana rachut: barbaadan akka gurmaa'an haaia ni mijeessa; tonni bivuure qajeelfama kanaatiin baasii mata isaanitiin mana jieenyaa 1m yookiin waldaan ijaaramanii mana ijaarachuu barbaadan lafe aka argetan qeama dhimuni ilaalu waliin ta’uun hala ni mijeessa; raawwii isaa ni hordofas siistonni akkuma hojjataa mootummaa kamiyyuu magaalota Keessatti mannecr enya waliinii ijaavaman Keessatti kan taa’e carraan % 20 qaban akkuma eegametti isan kophaatti dabalataan % 10 qaban hojiirra oolun isaa ni hordofa; sa mana jireenya waliiniif yookiin mana jireenyaa dhuunfaa ijaarachuuf a‘anii haaluma pilaaniitiin kaffaltii yeroo dheeraa fi gabaabaatiin barsiistota fjaarachuu dandeenyeef tajaajila liqii akka argatanii fi haalli akke mijaa’uuf ni taasisa; ) Hooggansi baracotaa sadarkaa Naannoo, Godinaa, Bulehiinsa Magaalaa fi Aanaa irra an dhimmoota isaan ilaall lat Keessatti qajeeliama kana buvuree‘fachuun kan yeawwatamuu ta'un isaa mirkanessuuf itti gaafatamumimaa gabu; 1 vate ummanni hirmaannaa akka taasisuuf sirna ni age opheessanShighy ooimaa saa ni hordofs, i Hojii Biiroc Bamocta, Leenjii Teeknikas fi Ogummaa Oromiyaa fi Caasaa Isa « seevota birootiin Kennameet akkuma eegametti ta’ce, qajeclfama kana ‘aiisuuf Biiroo Barncotaa, Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa fi Caasaan isa aangoo fi maan gadii ni qabaata; icha hojiirra ni ootch i hordofas celjamicha qaamolee dhinini ilaalu hundaa biratti akka beekkamu x beachisaa ta’e ni kena ; hojirea akka oolu ni taasisa; akkaatea barbaadam oolun isaa taasisa; leenjii 3) jjaarse ge’ee leenjistootaa baadiyyaa hirmaannaa ummataa walitti gindeessuun eiica jaaran ni taasisas Qeamolee sedarkea sadarkaan jiran qindeessuun leenjistoota mana jireenyaa qabanii ft xkan hin qabne adda ni baasa; 5) Koreewwan ijaarsa mana jireenyaa leenjistootaa hordofan sadarkaa adda addaatti ni hhunleessa; ni gindeessa; raawwii isuanii gamaaggamuun kallatti ni kaa’a; 6) Haala waliigalaa jjaarsa mana jiveenya leenjistootaa madaaluun kallattii ni Kaa’a; Karoora ijaarsa mana jireenyaa leenjistootaa ni baafata; baajatni barbaachisu akéa fabamis ni ‘aasiss; Caasaaleen Biirichaa sadarkaan jiranis kavoora akka baafatanii fi jata karaa caasaalee Biiroo Maallaqaa fi Walta'iinsa Diinagdee sadarkean jirani akka qabsiifatan ni taasisa; raawwii isa ni hordofa; ni gamaaggama; ) Gataass raawwii ijaarsa misooma manneenii ilaaichisee Bulchiinsa Magaaiotes, vaale: Aanaalee adda addaa irraa divutu ni madaala; 2 Qeam Ghismi ilaalu waliin t'uudhaan Jeenjistoota waldaan ijaaramanii mana jaarachuu barbaadan akka gurmaa’an haala ni mijeessa O)Leenjistoota bu'uura qajeelfama kanaatiin baasii mata isaanitiin mana jieenyas Gimunfaadhaan yookiin waldaan jjaaramanii mana ijaarachuu barbaadan lafa akka argaian qaarta dhimmi ilaalu waliin ta’uun haala ni mijeessa; raawwii isaa ni hordotes 11)Leenjistoota akkama hojjataa mootummaa kamiyyuu magaalota Keessatti manneen Jireenya waltinit jaaraman keessatti kan taa‘e carraan % 20 qaban akkuma eegametti ta’ee, isaan kophaatti dabalataan % 10 qaban hojiirra ooluu isa ni hordofa; 12)ijaarsa mana jireenya waliiniif yookiin mana jireenyaa dhuunfaa ijaarachuuf hal ma pilaaniitiin kaffaltii yeroo dheeraa fi gabaabaatiin ieenjistooia jjaarachuu hin dandeem ajaajila liqit al ka argatanii fi haalli akke mijaa’uuf ni 18)Hooggansi barnootaa fi leenji Bulchiinsa Magaalaa fi Aanaa irva jiran dhimmoota isaan ilaallatu keessatti qajeelfama kana bwureeffachuun kan raawwatamuu ta’uusaa mirkaneessuuf iti gaafatamummaa teeknikaa fi ogummaa sadarkaa Naannoo, Godiinaa, fireenya ieenjistootaaf ummanni hirmaannaa akka taasisuuf sirma ni gajeelfama ni qopheessa; hojirra colmaa isaa ni hordofa. Aangeo f Hojii Biixoo Misooma Magaaiaa fi Manneenii Oromiyas seerota birootiin kennameef akkuma eegametti ta’ee, Qajeelfama kana xi gadii ni qabaata: jearsa ge’ce barsiistootaaf ummanni magaalaa hicmaannaa akka taasist ni hojjata; ssqusaa ni hordofa; ni too’ata; cotaa waiiin ta’uudhaan Qajeeliama kana irratti hubannoon akka uumami 3) Manneen kira barsistotaaf ijaaraman dizaayinii isaanii qopheessee ni dhiyeessa; yeroo mirkanaa’u hojiirra ni ootcha; 4) Hundeeffama waldaa barsiistotaa ilaalchisee maanuwaalii, moodela qajeelfama ittiin taz fi berreeffama hundeetfamaa waldaa ni qopheessa; maama sadarkaa saa eeggate fi ‘topology’ gamoo ijaaramuu akkasumas gati jearsae (cost estimation) ni qopheessa; hojimaata ittiin hordofamu ni diriirsas enjii 4 hubannco ni kenna; reawwii isaa ni madaala; 6) Lafti waldaa ijaarsa mana jireenyaa barsiistotaaf Kennan yeroon qophaa’uu isa ni oxdofa; deezgarsa barbaachist ti taasisa; Gurmaatinsaa fi galmeeffama waldaa ijaarsta mana jireenyaa barsiistoiaa raawwit nu ni hordofa; ni sirreessa. goo # Hojii Weajjira Misooma Magaalaa fi Manneenii Aarigeo fi hojiin seerota birootii kennamee? akkuma eegametti ta’ee, qajeelfama kana racwwachiisuuf Waajjirri Misooma Magaalaa fi Manneenii Aangoo fi Hojii armaan gadii ni qabaata: +) Waaijjiva Miscoma Magaalaa fi Manneenii caasaan dhimma manaa jlaallatu Magaalota idan hojii gamtaa jjaarsa mana jireenyaa kara Godinaatiin gurmea’an waraqes gaama seerummaa (certificate of registration) ni kenna; Sebaba adda addaatin miseensi waldaa yoo gadhiise yookiin miseensummaa irra nagame daimma isa qulqulleessuun ni mirkaneess Waajjira Barnooia sadarkaan jiru waliin ta’uun Manneen kira qaama adda addi jjaaraman yammua xumuraman miseensota galmaa’aniif dhaqgabuu isae ni sirkaneessa; Waldaaieen jjaarsa mana jireenyaa barsiistotaatiin gurmaa’anii gelmad’an hojii yammmun calgaban baasii fi galii isaanii ilaalchisce herrega seeraan akka galmeessar gabetan ni hordot barbaachisaa ta’us hervega isaanii odiitara ceyyama gal covachiisce gabaasni isaa akka dhivaatu ni taasisa; Waldaaleen mana jireenya barsiistotaa gurmaa’anii turan sababa adda addaatiin yoo Giigamen meallagni herrega baankii cufaa keessatti qabamee jiru miseensotaaf acca ceebi's yaa’li waliigalaa waldichaatiin murtaa’ee qaboo yaa’iin qabamee gaaffiin nui dhiyaati maallagni akka gadi lakkifannuuf ni taasisa; rigaafaiamummaa adda addaa Dambii fi qajeelfama irratti ibsame ni 28. Aangoo fi Hojii Bjensii Misoomaa fi Manajimantii Lafa Magaalaa fi Caasaa Isaa Joo fi Rojiin seerota birootiin kennameef akkuma eegametti ta’ee, Gaieelfama kana aawwachiisuuf Bjensichii fi caasaan isa Aangoo fi hojii armaan gadii ni qabaat Lafa waldaa ijaarsaa mana jireenyaa svamamu: waldasleef tartiiba galmee isaaniitiin ni kennaafs ‘aura Keewwata kana keewwata xiqqaa 1 tiin lafa murtaa’ee qophaa’e guyyoots ool ni qopheessa; ni murteessisa; yeroo #4 aananii jiran kudhan (10) keessatti sanada qabiyyee lafaa Gopheessee harkaa: gahuun gama gurmeesse ni beeksisa; Waldichaaf lefa ijaarsa manaa jireenyaa magaalota liiziin bulan keessatti gatii ka’umsa nagaalcta kiran bulan keessatti gatii kiraatiin ni kennas 4) Lafti qophas’e baay’ina waldaalee ulaagaa guutanii dhiyaataniin kan wal hin geenye yoo ta’e, tartiiba galmee waldaaleetiin laia ni kennaafy mana jireenyaa waldaalec bu'uura pilaanii hayyamameen ijaaramee cnuu isaa Waajira Konistiraakshinii Godinaa yookiin Magaalaatiin yeroo mirkang ’u ragaa abbaa qabeenyummaa maqaa waldichaatiin jirn maqaa tokkoo tokkkoo miseensaatiin qopheessee ni kena; Ragaa waldaalee lafti kennameet qindeessee ni qabaigy@amn® snpywamnameef dabars a “Gh ni kena, a sanigcoti Hojii Biirco Konistiraakshinii fi Caasaa Isaa sin seerota birootiin kennameef akkuma eegametti ta’ee, gajecifama Kans cewwaciiisuut Biiroon Konstraakshinii fi caasaan isaa aangoo fi hojil armaan gadii ni n ijearsa manneenti lafti eeyyamanteef bu'uura pilaanit magaalas sadarkaa, ijaarsea eeguun aka ijaaran ragaa pilaanti walligaltee mi Kenna Waldaaleen ijaarsa manneenii pilaanii waliigaltee kennameef, caasaa pilaanii misooma mmagaalaa, akkasumas dizaayinii seeraa sadarkaan jjaarsaa barbaacluun guuttatee yoo aiyaate hayyama jjaarsaa ni kena; ni hordofay ni toovata; ni sirreessas 3) Waldaaie ‘gaaffii fooyyaliinsaa fi haaromsa ijaarsaa yoo dhiyeessan xiinxalee vama ni kenn “ee waldaalee eeyyamni jaarsa manneenii Kennameet qindeessee ni qabata; aluun garshii herrega baankit Jaz keessa jiru aka gadi lakkifamuut qaama ilaallaruuf xalayaa ni barzeessss ‘ca ijaarsaa manneen waldaaleen irra gahan 1 faidasicen iafa fudhatanii fi Rayyama ijaarsaa argatan akkkaataa labsii gamootils wategattee galantin farsa jalqabuu fi xumuruu isaanti ni horofas ni too'sies ana waldaalee akkaataa waliigalteetiin xumuramuu isaa mirkaneessuuh 4 A pllaaniin miseensola waldichaaf dlnunfaan hojjatamee alee kennamuut vaa Fjensii Misoomaa fi Manajimantii Lafa Magaalaa /eaasaa/isaatif ni barresssss vvae.ei manichaa istaandaardlii fi dizaayinii tas'eef irratti hundaa’ee xumuramuu 1882 muvkaneessa; walhatkaa fuudbiins! akka taasifamu waldichaaf xalayaa ni barreessa- 27. Aangoo fi HofiiBiiroo Buichiinsaa fi Itt Fayyadama Lafa Bandiyyaa fi Caasan Ista Aangoo fi hojiin seerota birootiin Kennameef akkuma eegametti ta'ee, Qajeet yma kana vaawwachiisuuf Biiroon Bulchiinsaa fi Iti Fayyadama Lafe Baadiyyaa caasaan Sat gadii ni qabaata: ‘mana jireenyaatiif ool ni qopheessa; ni miurteessisas yeroo hayyamamy qeam craiti gaggeessuuf ni kennaaty nora keewrwata vara Keewwata xiqgaa 1 tin lafa murtaa’ee qophaa’e guyyoots Bo ©) keessatti sanada qabiyyee lafaa qopheessee harkaan gahuun waallire colaa sadarkaa sanatti jiru ni beeksisa 14 Diino Maallaqaa fi Walta’iinsa Diinagdee Oromiyaa fi Ceasaa ise \etti tavee, Qajeelfama Kana n isa Aangoo fi Hojii 20 2a { meeshaalee hirmaannaa ummataatiin walitti abamu nagahee seeraa aca Biiroo Barnootaa waliin heessa; raawwii isa ni too’ata. 4 sangeod Hofi Buichinaa Magaalan goo fi hojiin seerota birootiin kennameef akkuma eegametti ta’ee, qajeelfama Kens “siuf Bulchiinsi Magaalaa Aangoo fi Hojii armaan gadii ni qabaata: sa ge’ee barsiistootaa magaalaa keessatti hirmaannaa ummataatiin yookiin baajata o svaatiis: aka ijaavanni ni taasisa; ni ijaarsisa; Waaijira Barnootaa waliin ta’v qecdinsi aka raawwatamu ni taasisa; raawwii isa qaama dhimmi ilaallatus yeessa; 2) Bulchiinst magaalotaa mana qopheessta adeemsa dhimma manaa raawwachuuf caaseffameen waldaa mana jireenyaa barsiistootaa gurmeessuun galmeessu qaama seerummaa ni kennu; 3) Nani waldaan gurmaa’u kamiyyuu raga ulaagaa Qajeelfama kana Keessatti numaman guutee dhiyyeetfachuu isaa ni quiquilessa; ni mirkaneessa; =) Waldas ijasrsa mana jireenyaa barslistolas barbaachisummaa isaa, sirmaa fi adeemse { gaimaa’un ilaaichisee ragaaice barbaachisaa ta’an hundumas haala 1a gabuan gopheessee ni Kenna; ini miseensotaa barsiistootaa waldaan ijaarsa mana jireenyaa haaraa gurmaa’anit nanga 24 ta'uu gaba; 5) Lakkofsi miseensota barsiistotaa keewwata kana keewwata xiqqaa 5 jalatti tugmee cutii ta’ee, beay'inni miseensota istanii lakkoofsa guutuu (even number) ua qaba; smsa rmiseersonni ittiin galmaa’an unkaalee adda addaa, qaboo yaa’ii, ndeeifamaa, moodeela qajeelfama ittiin bulmaataa, sanadoota biras chaachisaa ta’an moodeela Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii irra ergamuuf atti hundaa’ee I sababe adda addaatiin miseensi waldaa yoo gadhiise yookiin miseensummaa irraa sreefiama } ijiirra ni colcha; game dhimma isaa culqulleessuun ni mirkaneessa; sa fen gaara adda addaatiin jjaaraman yammuu xumuraman miseenso!a dhaqgabau isea Waaijira Barnoota sadarkaan jiru waliin ta’uun # mirkaneessa +0) Hoji fi itigantatamnammaa adda adéaa qajetiama igpiinge ncaa galmaa’ 30. Aangoo fi Hojii Bulchiinsa Ganda Baadiyyaa Aangoo fi Hojiin seerota birootiin kennamecf aki 1a eeggametti ta’ee, qajeelfama kana raawwachiisuuf Bulchiinsi Ganda Baadiyyaa Aangoo fi Hojii armaan gadii ni qabaata: 1) Lafa ijaarsa Mana jireenya barsiisootaa? iddoo dhiyeenya mana barumsaaf qabutti ni gopheesa; 2) Iddoowwan qophaa’an irratti jjaarsi mana jireenya waliinii hirmaannaa ummataatiin akka ijaaramu ni taasisa; raawwii ijaarsichaa ni hordofa; ni too’atas 3) Boordii Barnootaa fi Leenjii Ganda waliin ta’wun qooddii isa ni raawwata; 4) Gabaasa raawwii hojii kanaas ummataa fi caasaa sadarkaan jiruuf kurmaanaan ni dhiyeessa. 81. Angoo fi Hojii Kollejjii Paabliik Sarviisii Oromiyaa Aangoo fi hojiin seerota birootiin kennamecf akkuma eegametti ta’ee, qajeelfama kana raawwachiisuuf Kolleejjichi aangoo fi hojii armaan gadii ni qabaata: 1) Barsiisota mana yookiin lafa mana jireenyaa qabanii fi hin qabne adda baasce raga ni gabata; 2) Barsiistota mana yookiin lafa mana jireenyaa hin gabne adda baasee tarree maqaa isaanii qaama dhimmi ilaaluuf ni erga; 3) Ragaa barsiistota lafti mana jireenyaa yookiin manni jireenyaa kennameef ni qabata; ni qindeessa; ni kuusa; qaama dhimmi ilaaluuf ni kena, 32.Aangoo fi Hojii Inistitiyuutii Leenjii Ogeessota Qaamolee Haga fi Qo’annoo Seeraa Oromiyaa ‘Aangoo fi hojiin secrota birootiin kennameet akkuma eegametti ta’ee, qajeelfama kana raawwachiisuuf Inistitiyuutichi aangoo fi hojii armaan gadii ni qabaata: 1) Leenjistoota mana yookiin lafa mana jireenyaa qabanii fi hin gabne adda baasee ragaa ni gabata; 2) Leenjistoota mana yookiin lafa mana jin 3) Ragaa leenjistoota lafti mana jireeny: ni qindeessa; ni kuusa; qaama chim 33. Qabiinsa Ragaa ~ Wasijiraalee Barnootas; Barnoota, Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa; Kolleejiii, Paabililk Sarvisii Oromiyaa; kollejji fayyaa fi Insit raga mana jireenyaa fi lafa mana jireenyaa barsiistotaan ykn leenjistootaan walqabatu ofeeggannoon qabuufi olkaa’uu gabu. yuutii Qorannoo fi seeraa sadarkaan jiran 94, Barsiisaa Soorama Bahu 1) Seera sooramaa keessatti mirgootni barsiisaat kennaman akkuma eegamanitti ta’ee, oguimmaa barsiisummastiin tajaajilaa turee Dambii Lakk. 183/208 erga mirkanaa’ee maan jiraattotaaf manneen jireenyaa waliinii booda barsiisaan soorama bahe moot ijaarsisu keessaa gahee barsiistotaaf kennaniuu fi carraa lafa mana jireenyaa argachuu akkuma bar: 2) Qe'ee mana jireenya barsiistotaa keessa jiraachaa turee sababa yeroon soorama isaa gaheef hojii barsiisummaa irraa yarimuu adda bahu manicha ji’a 6 Gaha) Keessatti istota kaanii mirga ni qabaata; qaama dhimmi ilaalutti dabarsee kennuu aba. 35.Haala Dursa Kennisiisu Barsiistootaaf akkaataa tartiiba armiaan gadiitiin dursi ni kennamaat: 1) Dubartoota qaama miidhamtoota ta’aniif 2) Dhiirota qaama miidhatoota ta’anii; 3) Dubartootaa; fi 4) Dhiirotaat. 36. Dhorkaa Akkaataa ulaagaalee qajeclfama kana keessatti tarreeffameen alatti lafaa fi mana jireenyaa barsiistotaa fudhaachuu fi kennuun dhorkaadha, 37. Adabbii Barsiisaan lafaa fi mana jireenyaa barsiistotaa akkaataa qajeelfama kanaan bahecn alatti fudhatee fi kenne seeraan kan itfigaafatanu ta 38. Dirqama Deeggarsa Kennuu Namni kamiiyyuu Qajeelfama kana raawwachiisuuf deeggarsa kennuuf dirqama ni gabaata. 39. Scerota Raawwatiinsa Hin gabaanne Qajeelfamnii fi barmaatileen hojii Qajeelfama kanaan walfaallessan kamiyyuu dhimmoota Qajeelfama kana keessatti hammataman irratti raawatiinsa hin qabaatan. 40. Yeroo Qajecifamichi Hojiirra Itti Oolu 009 irraa eegale hojiirra kan ool tala, PRiegarsal ".\, annogPromiyaa GaP panvody 2009 nme 2 ; 1s

You might also like