You are on page 1of 1

Lakk___________

Guyyaa_________
Bulchinsa Naannoo Oromiyaa Burayyuutiif
Kutaa Bulchinsa Magaala__________________f
Dhimmi Isa: Waraaqa Gagessuummaa Kennu Ta’aa
Akkuma armaan olitti ibsamuuf yalametti dargaggoo____________________kan jedhamu
Godina________________Anaa____________Ganda________________kessa jiraacha turu isa isin
beeksisuu ta’aa.
Maaqa Guutuu:______________________________
Umuurii:______
Bara Dhaloota:________________
Maaqa Hadhaa:_______________________
Bakka Dhaloota: Godina_____________Anaa____________Ganda_______________
Saba:______________
Lamummaa:________________
Sadaarka Barnoota:_________________
Bakka Jireenya:____________________
Sababa Gadhiisuu:__________________
Hojii:______________
Haala Ga’eela:___________
Haaluma kanan yeroo ganda keenya kessaa jiraacha turetti ummaata waaliin walitti dhufeenya gaarii
kan qabuu fi amaala gaarii kan qabuu ta’uu isa isin beeksisa akkasumas waraaqa enyummaa isa nuutti
debisuun gara kessan waan dhufee jiruuf isiniis gama isiniif danda’ameen akka deggartan isin
beeksisna.
Hoogaana waraaqa gagessumaa kana kennee:
Maaqa:___________________
Mallattoo:_________
Hubachiisa:
 Waraaqan gaggessituu kun footoo fi chappaa motimmaa hin qabu yoo taee fudhatama hin qabu.
 Waraaqan kun mallattoo abbaa tayitaa fi gahee hojii isa hin qabu yoo ta’e fudhatama hin qabu.
 Waraaqan kun haaqa fi laaqa tokkoyyuu hin godhachuu hin qabu.

You might also like