You are on page 1of 1

Hojiillee Gurguddoo Kurmaana 1ffaa Garee TQO Bara 2014

 Sakatta’iinsa Meeshaalee TQO Suphaamuu qaban gaggeessuu fi


Suphaa raawwachuu

 Leenjii ICT ykn Leenjii Bu’uuraa Kompitara kennuu fi Hubannoo


hojjettoota akka magaala ciimsuu
 Xalayoota Ergamaan qaama ilaalluu biraan gahuu
o Mail Sarverii
o Portaali
o Email
o Telegram fi kkf
 Waajjiroota Ciimdaan diriireef akka sirnaan itti fayyadaman
taasisuu fi hubannoo kennuu
 Waajjiroota ciimdaan hin dirireef akka diriiruuf gochuu kanaaniis
baajata fi Meeshaalee barbaachisaan Specification isaa hojjechuu.
 Bittaa Meeshaalee TQO gamaa MWDttiin raawwatamuuf
specification qulqullina qabuu qopheessuun kennuu fi walliin
hojjechuu.
 Ragaa Istaatiksii Kurmaana Kurmaana fi Waggaa Hojjechuu.
 Hojii Komunikeeshinii hojjechuu. Fkn Birooshrii, Social media
facebook irratti hojjii mana ibsuu danda’uu hojjechuu
 Karoora yeroo yeroodhaan barbaachisaan qopheessuu fi haaluma
karoorattin raawwatamuu isaanii sakata’uu.

You might also like