You are on page 1of 1

Guyyaa 22/10/2013

Wa/Polisii Magaala Goobbaatiif

Goobbaa

Iyyataan Obboo Siraaj Jawaaroo

Teessoon kiyyaa Magaala Goobbaa Ganda Odaa Bahaa

Himatamtun Dub. Dirshahee Ashagiree

Tessoon Ishee Magaala Goobbaa Ganda Odaa Bahaa

Iyyannoo kiyyaa kanaaf sababa kan ta’e Himatamtuun Maqaan Ishii gubbaa irratti ibsamee gaafa
guyyaa 15/10/2013 mucaa kiyyaa waan najalaa rukkutteef himadhee to’annaa polisii jala
jiraachuun ishee ni beekkama.

Haata’u malee duubbii kana Jaarsummaadhaan waan fixneef akka hikkamtu iyyadha.

Nutis Jaarsoonnii dubbii kan laallee

1. Obboo Eda’ee Magarsaa


2. Obboo Warquu Zawduu
3. Obboo Geetachoo Saahilee
4. Obboo Tazarraa Baqqalaa yoo taanuu, himataa fi himatamtun olloomadhan kan wajjiin
jiraatan ta’u hubannoo keessa galchuun jiruu isaanii kan gara fuuldurattiif akka tolutti dubbii
isaanii araaraan waan fixneef himatamtun hidhaa irra akka gadi dhifamtu iyyaannaa.

Iyyannoo kun dhugaa ta’uu Bu’uura S.D.F.S. 92tin mirkaanneessina.

Maqaa fi Mallattoo Iyyataa Maqaa fi Mallatoo Jaarsoota

Obboo Siraaj Jawaaroo 1. Obboo Eda’ee Magarsaa___________

________ 2. Obboo Warquu Zawduu____________

3. Obboo Geetachoo Saahilee__________

4. Obboo Tazarraa Baqqalaa___________

You might also like