You are on page 1of 1

Lakk _________________

Guyyaa _______________

Waajiraa MWD Bul/Mag/Cirootiif

Ciroo

Dhimmii:-Waa’e Wabummaa Caalbaasii (CPO) kennuu ilaalaa.


Akkuma armaan olittii ibsuuf yaallettii Waldaan Hojjii Ijaarsa Waligalaa
Olbaane xalayaa deegarsaa wabummaa kabachisaa caalbaasii (CPO) akka
barefamuuf iyyata gaafa guyyaa 11/02/2014 bareefataniin gaafataniruu.

Haaluma kanaan qajelfama dambii deegarsaa waldaale IMX lakk. 192/2009


baheen jalatti akkaatumaa taa’een Caalbaasii Ijaarsaa Daandii Kobilstoonii
From Asphalt Road (Harme pharmacy) to Kuteba gorge Culvert, Chefe
Arara Kebele hojatamuu irrattii dorgomuu waan barbaadaniif wabii Qar.
20,000(kuma Digdamaa) ji’oota lama qofaaf ta’uu kenyaa kabajaan isiin
beksifnaa.

Nagaa Wajiin

You might also like