You are on page 1of 1

Lakk _________________

Guyyaa _______________

Waajiraa MWD Bul/Mag/Cirootiif

Ciroo

Dhimmii:-Waa’e Galmee herregaa Waldaa Hojii Ijaarsa Waligalaa

Olbaanee isiin ibsuu ilaalaa.

Akkuma armaan olittii ibsuuf yaallettii Waldaan Hojjii Ijaarsa Waligalaa


Olbaanee bara 2014 haayyama isaanii kan haaroomsan yommuu ta’u Caalbaasii
Ijaarsa Cobble Stone Road From Asphalt Road (Harme pharmacy) to Kuteba
gorge Culvert, Chefe Arara Kebele CH/UIIDP/003/CW-2014 irrattii dorgomuu
waan barbaadaniif waldaan kun Nagahee galii fi baasii akkasumaas Galmee
Lejaraa maxxansanii qabaachuu fi Galmee herregaa kannen ibsaman
guutummaan guutuun itti fayyadamaa jiraachuu isaanii isiinii ibsaa degarsii
barbaachisaa ta’e akka godhamuf kabajaan isiin gaafanaa.

Nagaa Wajiin

You might also like