You are on page 1of 1

Daayirooktooretii Tajaajila Maraatiif

BEFO
Dhimma isaa:- Hojetoota hojii humnaa gafachu ta’aa.
Akkuma armaan oliti ibsu yalameeti daayiretarii kenyaaf kutaa sarvarii
haaraa nuuf kenamuun isaa ni bekama .
Haluma kanaan meshaalee Kutaa Sarvaarii darbii 6ffaa irra gara Kutaa
nuuf hayamametti/Ground/ Jiijjiruu waan barbanef dhimma hojii kanaa
hojetoota humnaa karaa dayroktooretti kesanini akka nuf mijesitan
kabajaan isin gafanna.

Nagaa wajjin

You might also like