You are on page 1of 1

Sima Gadaa keessatti namni horii horee sooromee, horiin/loon inni horsiifate kuma

yoo guutc,
hajaa qopheessee biyya waamee kom1a qalee garaacha uffata. Seera kana raawatee
ka'ee raada
tokkoos lamas hamma inni barbaade loonsaa keessaa fo'ee gadi dhiisa. Raaddeen sana
nama
rakkataa harka qal'aatu fudhata. Inni qabu isa hin qabneef akka qoodu simi Gadaa
gargaarera.
Warri kana qaqqabe warra kuma gate jedhamu ulfina qabu.
5.Wal gargaarsa
Hawaasni Sima Gadaatiin bulu aadaa wal gargaarsaa boonsaa qaba. Namni tokko sababa
ta'een
qabeenyi harkaa barbadaayee yoo hiyyoome, lammiisaa keessaa bayee iriguu hin deemu.
Namaa
gadi ta 'ee hamiileensaa xuqamu. Lammiin isaa hirphee/ haala buusiitiin kan qabu
midhaan qicec
kennaaf, kan horii/loon qabu raadalgoromsa kennaaf, kaan jibicha, kaan hoolaa,
re'ee, kaan
maallaqa kenneefii hirphee deebisee dhaaba. Simi Gadaa aadaa walgargaarsaa
fakkeenyummaa
qabus ni qaba.

You might also like