You are on page 1of 2

TO’ATAAN DHAABA

KONKOLAATAA
TIKKEETTOTA PAARKIINGII KANFALTII KONKOLAATAA
Haalota tikkeettonni paarkiingii akka isiniif kennaman DAANDII CINAA
KONKOLAATAA/ taasisan irraa akka fagaattan abdii qabna. Yaa ta’u
malee, tikeetni isaniif kennamee guyyoota 15 keessatti DHAABBATUU
PAARKIINGII/
AS IRRATTI
adabbii keessan kanfaluu dandeessu. Kanfaltii adabbii Tajaajilli kanfaltii konkolaataa dhaabbii Wiixataa hanga
kanfaluudhaaf filannoowwan afur kan jiran yoo ta’u, sanbataa sa’aatii 8 AM hanga 6 PM ykn 8 PM tti dha.
filannoowwan kunneenis dugda duuba tikkeettaan
EENYUU FI barreeffamanii jiru.
Hammi kanfaltii fi sa’aatii waggaa waggaadhaan

DHAABUU NIN
kan murtaa’u yoo ta’u, akkuma haala naannootti
kan jijjiiramu ta’a. Mallattoon haalluu magariisaa
MAALIIF? POOSTAA WALIIN ISINIIF KENNAMEE
WALIIN GOCHUUDHAAN, POOSTAA
kanfaltii paarkiingii qabu kanfaltii fooyya’aa agarsiisa.
Mallattoon haalluu cuquliisa mallattoolee 5 booddee
ERGUU: yoo agartan kanfaltiin barfannaa ni barbaachisa
Qajeelfama geejjibaa Seattle (SDOT) Magaalaa
hawwattuu namoonni, iddoowwanii fi oomishaaleen
walitti hidhaman keessa jiran deeggaruudhaaf
Municipal Court of Seattle, PO Box 34987, Seattle, WA
98124-4987
BILBILAAN: (206) 233-7000
jechuu dha. Yeroo konkolaataan itti baay’atutti
ganamaa fi galgala daandii cinaa konkolaataa akka
hin dhaabne ni dirqamtu. DANDA’AA?
ONLAAYINII: www.seattle.gov/courts Iddoowwan dhaabbii konkolaataa kanfaltii qaban
yaaduudhaan konkolaataa daandii irra dhaabatan ni kanfaltii moobaayilaa qabu. App store irraa kan
to’ata. QAAMAAN: Municipal Court of Seattle, PayByPhone hojjii irra oolmaa buusuudhaan kanfaltii
600 5th Avenue, Kibxataa hanga Jimaataa, paarkiingii saffisaa fi mijataa ta’e kanfaluun kan isin Mallattoolee beekaa, tikkeetni akka isiniif
Tajaajila konkolaataa daandii irra dhaabuu (akkasumas 8 AM–5 PM dandeessisu herrega uumaa. hin kennamne of –eeggadhaa, seera
tiraansiitiidhaaf, meeshaalee buusuu fi wantoo
heedduu birootiif) kan oolu iddoon daandii cinaa BEELLAMOOTA MANA MURTII kabajuudhaan konkolaataa dhaaba.
TOOFTAALEE WAL QUNNAMTII
sadarkaa hedduudhaan kan barbaadamu yaa ta’u Tikkeetni kan anaaf kenname dogongoraan jettanii yoo Kana akkam akka gochuu
FI MEESHAALEE DIJITAALII
malee hamma gadi aanaadhaan kan argamuudha. amanmtanii fi tikkeetni kennamuu isaa beekuudhaan qabdan isinitti agarsiisna.

P
Sochiin namootaa fi meeshaalee kan dhorkee akka Abbaa Seeraa duratti dhihaachuu yoo barbaaddan, Odeeffannoo dabalataaf:
dhaddachi adabbii salphisuu akka isiniif qophaa’u
ta’u taasisuudhaaf bu’a qabeessummaa iddoowwan gaafachuu ni dandeessu. (206) 684-ROAD (7623)
biiznasii (daldalaa) tumsuudhaa fi iddoowwan
jireenyaaf mijataa ta’an uumuudhaaf fedhawwan Danbii cabsuu raawwachuu keessan yoo amanmtanii fi Dhimmoota saffisaa hin taaneef kabachiisaa
dorgoomaa ta’an of-eeggannoodhaan wal simsiisna. adabbiinj maallaqaa akka isiniif salphatu Abbaa Seeraa ofiisara seeraa paarkiingii dubbisuu yoo
gaafachuu yoo barbaaddan, dhaddachi adabbii salphisuu barbaaddan: (206) 625-5011
akka isiniif qophaa’u gaafachuu ni dandeessu.
Kanaafuu dhaabbaii konkolaataa kan to’annu, iddoo Konkolaataawwan abbaa hin qabne gabaasa
dhaabbii konkolaataa kanfaltii gaafatan, fe’iisaa fi Odeeffannoo dabalataaf: (206) 684-5600 ykn taasisuudhaaf: (206) 684-8763
dhaabbii knokolaataa yeroo gabaabaa naannawa www.seattle.gov/courts/hearings/
biiznasii fi akkasumas buufataalee dhaabbii hearinginformation.htm Konkolaataan keessan daandii hawwaasaa irraa
konkolaataa mana jireenyaatiin daangeeffaman harkifamee yoo fudhatame: (206) 364-2000
ni mijeessina. Waajjira Qajeelcha Poolisii Seattle ykn kana do’adhaa
kabachiisa seera paarkiinkiingii, Karooraa fi www.seattleimpound.com
Misooma (Planning and Development) paarkiinkiingii
TIKKEETTOTA HIN
SDOT odeeffannoo paarkiin argachuudhaaf:
daandiidhaan ala jiruuf, Mana murtii kutaa biyyaa KANFALAMIN www.seattle.gov/parking
Seattle fi qajeelcha Faayinaansii fi Bulchiinsaa waliin
Meeshaan konkolaattonni tikkeettota hin kanfalmin
ta’uudhaan ni hojjenna. afur ykn isaa ol ta’e qaban akka hin sochaane taasisan Bilbila ismaartiidhaan yoo ol guddate gidduu
ni dhaabbata. Erga meeshaan kuni yeroo tokko magaalaa paarkiingii kaartaa:
dhaabbatee, sa’aatiiwwan 48 itti fuufanii jiran keessatti www.DowntownSeattleParking.com
tikkeettonnii fi kanfaltiiwwan biroo yoo hin kanfalamin
konkolaataan harkifamee fudhatama. Odeeffannoo SDOT tiif iddoo gaaraajii ammaa odeeffannoo
dabalataa: www.seattle.gov/scofflaw argachuudhaaf:
www.seattle.gov/transportation/epark/
mobile
4x P
=
11.2016
KONKOLAATAA DHAABUUN DHORKAA DHA DHA. KONKOLAATAA DHAABUUN YEROO TOKKO NI HEEYYAMAMA

DAANDIIWWAN DHIBBAA DABARSAN IDDOOLEE KONKOLAATAAN IDDOO KONKOLAATAAN QAAMA FE’UU IF BUUSUU
Daandiiwwan dhibbaa irratti yeroo dheeraafis ta’ee yeroo DHAABATEE ITTI MIIDHAMTOOTAA ITTI DHAABBATU Konkolaattonni hunduu sa’aatiiwwan
gabaabaaf konkolaataa hin dhaabinaa. Konkolaataawwan HARKIFAMEE FUDHATAMU Iddoo dhaabbii konkolaataa qaama mallattooleen itti maxxanfaman irratti fe’uu/
daldalaa hanga daqiiqaaa 30 tti yeroo ta’uuf miidhamtootaaf adda bahanitti hin dhaabinaa ykn buusuu qabaatu.
dhaabbachuudhaan fe’uu buusuu ni dandeessu. Iddoowwan kanatti ykn iddoolee haalluun (Haalluu qarqara daandii: keellpp.)
diimaan itti dibamanitti kankolaataan hin heeyyama gaafadhaa. 1) Isin ykn fe’amtoonni
dhaabbatin. keessan qaama miidhamtoota yoo ta’uu baataniin
DHAABBADHUUTII DURSA KENNI ala, fi 2) konkolaataan keessan mallattoo qaama
Mallattoon dhaabbadhuutii dursa kenni jedhu iddoo jirutti miidhamtoota cime, lakk.gabatee ykn lakk.addaa
fageenya kophee 30 ta’u keessatti ykn daandii ce’uumsaa IDDOOWWAN DHAABUUN yoo itti maxxanfamuu baateen ala. Iddoo kana IMALAA FE’UU
miiltoo irratti fageenya kophee 20 keessatti konkolaataa hin HIN DANDA’AMNE of-eeggannoodhaan fayyadamuun hanga $450
nama adabsiisa. Konkolaattonni hunduu sa’aatiiwwan
dhaabinaa. mallattooleen itti maxxanfaman irratti
Iddoowwan kanneenitti konkolaataa hin
dhaabinaa. KANFALTII DHAABBII daqiiqaawwan 3f dhaabbachuudhaan imalaa
DAANDIIWWAN KEESSA KEESSAA fe’uu fi buusuu ni dandeessu.
Daandii keessa keessaa fageenya kophee 5 ta’utti KONKOLAATAA (Haalluu qarqara daandii:- Adii).
konkolaataa hin dhaabin aa. Jiraattonni/abbootiin qabeenyaa IDDOOWWAN YEROODHAAF Kan buufata konkolaataa ykn kanfaltii bilbilaan
daandii keessa keessaaf dalgee tokkoon tokkoo haalluu kanfaluun barbaachisaaa dha. ‘After 5’ mallattoo
DHAABUUN HIN jedhutti aanee mallattoon cuquliisa jiru 5 PM
keelloodhaan kophee 5 dibuun ni danda’ama. KONKOLAATAA FE’IISAA BUUSUU
DANDA’AMNE booddee hanga daangaa daqiiqaa 3 jiraachuu
MADDA DHANGALA’AA IBIDDA Guyyyootaa fi sa’aatiiwwan mallattoo isaa kan ibsuu dha. Mallattoo magariisa kan FI FE’U
irratti ibsamaniin konkolaataa hin fayyadamtan immoo kanfaltii gadi aanaadhaan ykn Konkolaataan lakkoofsa gabatee konkolaataa
BALLEESSU yeroo dheeraadhaaf dhaabuun kan heeyyamame
dhaabinaa. Gaaffilee yoo qabaattan biiroo fe’iisaa qaban qofti saa’aatiiwwan mallattoo irratti
Maddi dhangala’aa ibidda dhaamsu iddoo jiruu fageenya tajaajila maamilaaf lakk.bilbilaa (206) ta’uu isaati. ibsaman keessatti fe’uu/buusuu ni dandeessu.
kophee 15 keessatti konkolaataa hin dhaabinaa. 684-magaalaatti bilbilaa. (Haalluu qarqara daandii: keellpp)
IDDOO PAARKIINGII
DAANDIIWWAN MIILTOO FI IDDOOWWAN DAANGEEFFAME (RPZ)
IDDOOWWAN BIROO ADDA BAHAN
DHAABBII BIQILOOTAA Konkolaataan keessan heeyyama RPZ kan qabu NAANNOO KONKOLAATAAN
Iddoo dhaabbii awutoobisii, dhaabbii taaksii, iddoo dhaabbii
Daandiiwwan miiltoo irratti akkasumas daandii miiltoo fi chaartarii awutoobisiitti ykn iddoowwan konkolaataa wal yoo ta’e, hanga sa’aatiiwwan 72tti daandiiwwan DALDALAA ITTI FE’AMU (CVLZ)
daandii konkolaataa gidduu iddoowwan hiran ykn iddoowwan simsiisutti konkolaataa hin dhaabinaa. RPZ irrati konkolaataa dhaabuun ni danda’ama.
biqiloota dhaaban irratti konkolaataa hin dhaabina. Heeyyama yoo qabaattan, daangaa sa’aatiiwwan Konkolaattota daldalaa qofa hanga daqiiqa
maxxanfamaniin murtooftu. Bilbilaa. (206) 684- 30 yeroo ta’uuf fe’uu fi buusuu ni dandeessu.
DAANDIIWWAN QAXXAAMURAA FI 5086: Kanfaltii kanfaluu ykn CVLZ hayyama
KONKOLAATTOTA DALDALAA FI qabaachuu qabdu. Bilbilaa. (206) 684-5103.
CEHUUMSA MIILTOOWWANII GUGUDDAA (Haalluu qarqara daandii: keelloo)
SA’AATIIWWAN KONKOLAATAAN
Daandii qaxxaamuraan, miiltoo qaxxaamuraa ykn naannoo Qaxanaawwan induustirii keessatti halkan walakkaadhaa
cehuumsa miiltoo irratti fageenya kophee 20tiin konkolaataa hanga 6 AM yeroo jiru keessatti ta’uu baannan konkolaataan/ ITTI BAAY’ATAN
hin dhaabinaa. Mallattoon paarkiingii jiraachuu dhibuu isaa harkifamaan fe’iisa inchii 80 ol ta’e qabu konkolaataa Sa’aatiiwwan mallattoo irratti barreeffamaniin HAALOTA BIROO
mirkaneessaa. Mallattoolee cehuumsa miiltoo kan qaban kamiyyuutti ykn daanduu dhiphaa irra hin dhaabinaa. konkolaataa yoo dhaabdan konkolaataan
(haalluun kan itti dibame) ykn mallattoo kan hin qabne keessan kireeniidhaan harkifamee fudhatama. LAKK.GABATEE FI LAKKOOFSOTA ADDA
(haalluun kan hin dibamin) ta’uu ni danda’u. Sa’aatiiwwan daangeeffan kan jijjiiraman waan BAASUU
ta’eef mallattooleen of-eeggannoodhaan ilaalaa. Konkolaataan keessan gabatee duraa ykn booddee osoo hin
Kophee 5 Kophee 15 Kophee 20 Kophee 30
qabaatiin lakk.gabatee barri tajaajila isaa raawwate qabattanii
IDDOOWWAN YEROODHAAN qarqara daandii hin dhaabinaa.
daandii keessa madda dhangala’aa cehuumsa mallattoo
keessaa ibidda balleessu miiltoo dhaabbadhuutii DAANGEEFFAMAN
dursa kenni
Daangaa sa’aatii maxxanfame kabajuudhaan DANBII SA’AATII 72
konkolaataa dhaaba. Konkolaataa keessan Konkolaataa keessan bilookii tokko jala sa’aatii 72 ol walitti
iddoo bilookidhaab ala jiru dhaabuu qabdu aansuudhaan hin dhaabinaa, sana ta’uu baannan konkolaataan
(kallattiiwwan daandii lamaaniin): fakkeenyaaf, abbaa kan hin qabne taasifamee waan lakkaa’amuuf tikkeetni itti
bilookii itti aanee jiruun ykn naannoo rogaa. barreeffama ykn kireeniidhaan ni harkifama.
FAGEENYA HAGAMII IRRATTIN DHAABBACHUU DANDA’AA?

You might also like