You are on page 1of 1

Lakk

Guyyaa

Addee Tigist Abebe Shimelis tiif Dhimmi isaa;. Xalayaa Dhaabbii Keennuu ta'a.

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti gaafa guuyya 3/10/2013 Irraa eegalee Qacarrii yerootiin
qaxaramuun keessan xalayaa guyyaa 3/10/2013 lakk.w/ra/220/35 tiro kan isiniif ibsamee ta'u isa ni
yaadatama. Waan kana ta'eefirmata qajeelfamaa PSMQN tiro xalayaa lakk. W/G1.2/8/184 Guyyaa
unklaa 16_ fuula 72 barreessee dabarse bu'uura godhachuun madaalliin hojii keessanii quubsaa ta'ee
waan argamef guyyaa 3/03/2014 irraa eegalee lakk. Eenyumma gita hojii:- 35/GXX-AXX tiro galmaa'ee
kan beekamu Waamamaa Gita Hojii:- Digrii Sad.Gita Hojii:- XII irratti Qacaramtanii mindaa ji'aa qarshii:-
7071(Kuma torbaaf torbaatami tokko isiniif kaffalamaa Inistraaktera KBLTO A/C/Botor Ta'uudhan
Dhaabbiidhaan Kan Qacaramtan Ta'uu Keessan Isin Beeksifna

• w/ra Bul.A/C/Botoriif • w/ra MWD A/C/Botoriif • w/ra PSMQN A/C/Botoriif • W/ra keenyaaf

r.

You might also like