You are on page 1of 3

Lakk :170/BFQ/2014

Guyyaa: 22/10/2014
Mana maxxansaa samiriif

D/Dolloo

Dhimmi isaa:-Chaappaa mata duree akka nuuf hojjettan isin


gaafachuu ta’a.

Olitti ibsuuf akkuma yaalamee chaappaa mata duree kan Buufata Fayyaa
Qexoo hojjechiifachuu waan barbaadneef isinis kana keessa beekuun
akka armaan gadiitti

“Waajjira Fayyaa Godina Kellem Wallaggaatti”

“waajjira Fayyaa Aanaa Sadii Canqaatti”

“Buufata Fayyaa Qexoo”

akka nuuf hojjettan kabajaan isin gaafanna.

Nagaa wajjin!
Lakk :170/BFQ/2014
Guyyaa: 22/10/2014
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa Damee Canqaa birbiriitiif

Canqaa

Dhimmi isaa:-Maallaqaa Buufata fayyaa Qexoo baasii akka


nuuf gootan isin gaafachuu ta’a

Olitti ibsuuf akkuma yaalamee Mallaaqaa buufata fayyaa Qexoo kan


ta’e baankii hojii gamtaa oromiyaa jiru bittaa qorichaaf waan
barbaadneef qarshii kuma dhibba shanii fi kuma shantama (550,000)
lakk herregaa 1000063227367 irraa qabnu lakk cheekii _________
kanaan karaa obbo Wandimmuu Maammoo lakkoofsa baankii hojii
gamtaa Oromiyaa (COOP) isaanii (1000019428447)tiin baasii akka
nuuf gootan kabajaan isin gaafanna.

Nagaa wajjin!

Lakk :170/BFQ/2014
Guyyaa: 22/10/2014
Dhaabbata Telecommunication damee Dambi dolloof

D/Dolloo

Dhimmi isaa:- Siim kaardii akka nuuf baaftan gaafachuu ta’a.

Akkuma armaan olitti ibsuuf yaalame maqaa Buufata Fayyaa Qexootiin siimii
CDMA gargaaramuuf akka bitannuuf dhaabbatni ICAP jedhamu karaa waajjira
fayyaa godina keenyaatiin waan nu gaafataniif isinis kana keessa beekuun akka nu
deggartan jechaa kabajaan isin gaafanna.

Nagaa wajjin!

You might also like