You are on page 1of 1

Lakk 86/BFQ/2014

Guyyaa 21/05/2014

Obbo Baacaa Yohannisiitiif


B/J
Dhimmi isaa :- Bakka bu’iinsaa isiniif kennuu ta’a.
Akkuma olitti ibsuuf yaalame ani Kiflu Kumera (PHCUD) kanan jedhamu rakkoo
hawaasummaa na mudateen guyyaa gaafa 21/05/2014 irraa kaasee sababan iddoo hojiitti hin
argamneef hamma guyyaan hojii idilee kootti deebi’utti hojii na ilaallatu itti gaafatamummaa
guutuu fi amanamummmaan akka hojjettan kabajaan cimsee isin beeksisa.

Nagaa waajjin .
G/G
B/F/Qexootiif
Waaj/Eeg/Fayyaa A/S/Canqaatiif
Waajjira MWD A/S/Canqaatiif

You might also like