Professional Documents
Culture Documents
Congratulations!
For all graduate Class
It is to recall you that, All graduate class of 2015 E.C from different
departments and enrollments, I want to inform you that you have to
select 3 (three) students from each Departments for the purpose
coordinators graduation program and bring them to Office No. 16
(Student Support Services officer) via your representatives.
With Regards
Baga Gammaddan
Barattoota ebbifamtoota hundaaf.
Akkuma beekamu yuunivarsitiin Riifti Vaalii Kaampasiin walisoo barattoota isa
sagantaa adda addaatin barsiisa fi leenjisa ture ,ebbisiisuuf qophii irra waan
jiruuf,isiniis kanuma beektanii tokkoon tokkoo department irraa barattoota 3 (sadii)
sadii ,dhimma eebba fuuldura keenyaa jiru akka qindeessaniif gama bakka bu’a
keessaniin filattanii biro lakk.16 tti akka dhiyeessitan kabajan isin gafanna.
Nagaa wajjin
እንኳን ደስ አላችሁ!
ለተመራቂ ተማሪዎች በሙሉ
እንደሚታወቀው ለተለያዩ አመታት ዩንቨርስቲያችን በተለያዩ ፕሮግራሞች ተማሪዎችን በማስተማር እና በማሰልጠን እንደሚያስመርቅ
ይታወቃል፡፡ በመሆኑም የ 2015 ዓ/ም ለአመታት ሲያሰለጥናቸው እና ሲያስተምራቸው የቆዩትን ተማሪዎች ለማስመረቅ ዝግጅቱን
ጀምሯል፡፡ በመሆኑም የ 2015 ዓ/ም በካምፓሳችን ውስጥ ለምትመረቁ ተማሪዎች ከየ ክፍላችሁ 3(ሦስት) ተማሪ ለ ምረቃ
ፕሮግራም አስተባባሪ(G.C COMMETEE) የሚሆኑ ተማሪዎችን በመምረጥ በክፍል ተወካያቹ በኩል ቢሮ ቁጥር 16
(የተማሪዎች አገልግሎት)ክፍል እንድታመጡ በትህትና እንጠይቃል፡፡