You are on page 1of 1

Guyyaa 25/01/2015

KBLTO Ambootiif

Amboo

Dhimmi isaa: meeshaalee leenjii suphaman gabaasuu ta’a.

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti meeshaalee suphaa barbaadan adda baasnee suphuudhaan hojiif mijeesinee jirra.
Meshaalee komputeraa muummee Sekiretarii, ICT fi mana dubbisaa(E-library) lakkoofsaan kan muummee sekiretarii 10, kan
muummee ICT 17 fi mana dubbisaa 7 walliigalatti 34 suphamee hojiidhaaf qophaa’ee jirra. Bal’idhinaan gabatee armaan gadii
keesatti ibsinee isiniif dhiyeesinee jira.

lakk Maqaa Rakkoo Dura Qabu Furmaata kan argate Tilmaama suphaa Qarshiidhan
Baayina

Meeshaa
Gatii tokkoo Gatii hundaa

1 Hp computer 2  Software problem Suphamee hojiitti galee jira 800 1,600


2 Hp computer 4  Hardware and Suphamee hojiitti galee jira 1700 6,800
software problem
3 Dell computer 6  Software problem Suphamee hojiitti galee jira 800 4,800
4 Dell computer 22  Hardware and Suphamee hojiitti galee jira 1750 38,500
software problem
5 Dimshaashaan 34 0 50505050
Meshaalee komputeraa armaan olitti ibsaman leenjistootni suphaa irratti hirmaatan akka armaan gadiitti ibsamaniiru.

Maqaa Leenjistootaa Mallattoo

1. Birhanuu Irrensoo ________


2. Abbabaa Minxaafaa ________
3. Ayyaansaa Irgibaa ________
4. Daawwit Dhufeeraa ________
5. Taammiruu Olumaa ________

You might also like