You are on page 1of 1

Lakk:-WBWHGKMGG/0076/2015

Guyyaa:- 29/11/2015____________
Yuuniyeenii Malkaa Awaash tiif
Sabbataa
Dhimmi Isaa:- Qooddii Xaa’oo isiin beeksisuu ta’a
Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti hanqina xaa’oo nu mudate Waaj/ BWHG Shaggar hubachuun bittaan gama
Yuuyiyeenii keessanniin raawwatee akka waldaalee Qonna Maraa keenyaaf akka raabsamu murta’uun isaa ni yaadatama.
Bu’uuruma kanaan bittaan raawwate waldaalee keenya akka armaan gadii jiran kanaan qooddiin xaa’oo akka tasifamuuf
kabajaan isiin beeksifna.
1. WHG Qonna maraa Jawweef
 NPSB ykn NPS kunt. 800
 UREA kunt. 400
2. WHG Qonna maraa Bonayyaaf
 NPSB ykn NPS kunt. 450
 UREA kunt. 600
3. WHG Qonna maraa Gadaanbaaf
 NPSB ykn NPS kunt. 250
 UREA kunt. 250
4. WHG Qonna maraa Migiraaf
 NPSB ykn NPS kunt. 170
 UREA kunt. 200
5. WHG Qonna maraa Caffee Yuuyyuu
 NPSB ykn NPS kunt. 200
 UREA kunt. 600
6. WHG Qonna Maraa Furii Gaara Bolloo
 NPSB ykn NPS kunt. 100
 UREA kunt. 100
7. WHG Qonna maraa Daalatti tiif
 NPSB ykn NPS kunt. 350
 UREA kunt. 600
Nagaa Waajjiin
G/G
 Waaj/ BWHG Magaalaa Shaggar tiif
Finfinnee

You might also like