You are on page 1of 2

Guyyaa

Lakk

Manneen Hojii magaalaa shaggar hundaaf

Dhimmi: Karoora bara 2016 Fooyyeessitan akka nuu ergitan gaafachuu Ilaala.

Akkuma mata duree irratti ibsuuf yaalametti boqonna qophii bara 2016 kara adda ta’een
sadarkaa naannoo fi magaalaa keenyaattiis gaggeessuun keenya ni yaadatama.

Haaluma kanaan karoora tarsiimoo waggaa 10 akka magaalaatti qophaa’e haala qabatamaa fi
pooteenshaala seektara keessanii giddu galeessa godhachuun akkaataa qabxiilee armaan
gaditti tarreeffamaniin

1. karoora bara 2016 kutaalee magaalaatiin qophaa’e fi kan magaalaatiin waliin walsimee
fi qaacca’e.
2. Karoora mana hojii keessanii bara 2016 kallattiiwwan gurguddoo gamaaggama
naannoo adaamattii fi sadarkaa magaalaatti buraayyuutti kenname akka hammatu
gochuun karoora hundagaleessa fi hiixataa, galmootaa fi kaayyoolee gurguddoo kan
qabu, agarsiiftuuwwan gurguddoo kan qabu, Yaadota haaraa (new Inishetives,),
Utubaawwan magaalaa egeree (pillars of smart city;smart economy,smart
environment,smart government,smart people,smart mobility and smart living) haala
qabatama seektara keessaniittii madaqsuudhaan tarkaanfii haaraa (new initiative)tti
fudhachuu,Pirojektoota buleeyyii/ Haaraa qabu(optional) keessattuu pirojektoota haaraa
duursa kennuuf dhimmootni ‘’ shaggar smart city initiative milkeessuu keessatti shoora
qaban tartiibeessuun karoorsuu, akkamiin akka raawwatu qabuu fi iddo itti
raawwatamuu (Kutaa magaalaan qoodame) .
Akkaataa qabxiiwwan armaan olitti ibsamaniin karoora keessan qindeessitanii duuka
deemtuu guutuu wajjiin manajmantii mana hojii keessaniin kan mirkannaa’e hanga
17/11/2015 sa’aa 8:00 tti waajira pilaanii fi misoomaatti softcopy fi hardcopy’n qaamaa
akka nu harkaan geessan cimsinee isin hubachiifna.
Nagaa wajjiin
Guyyaa

Lakk

Kutaalee magaalaa shaggar hundaaf

Dhimmi: Karoora bara 2016 Fooyyeessitan akka nuu ergitan gaafachuu Ilaala.

Akkuma mata duree irratti ibsuuf yaalametti boqonna qophii bara 2016 kara adda ta’een
sadarkaa naannoo fi magaalaa keenyaattiis gaggeessuun keenya ni yaadatama.

Haaluma kanaan karoora tarsiimoo waggaa 10 haala qabatamaa fi pooteenshaala kutaa


magaalaa keessanii giddu galeessa godhachuun akkaataa qabxiilee armaan gaditti
tarreeffamaniin ;

1. karoora bara 2016 aanaan qophaa’e kan kutaa magaalaa waliin walsimee fi qacca’e

2. Karoora mana hojii keessanii bara 2016 kallattiiwwan gurguddoo gamaaggama


naannoo adaamattii fi sadarkaa magaalaatti buraayyuutti kenname akka hammatu
gochuun karoora hundagaleessa fi hiixataa galmaa fi kaayyoo gurguddoo kan qabu,
agarsiiftuuwwan gurguddoo kan qabu, Yaadota haaraa (new Inishetives,), Utubaawwan
magaalaa egeree (pillars of smart city;smart economy,smart environment,smart
government,smart people,smart mobility and smart living) haala qabatama seektara
keessaniittii madaqsuudhaan tarkaanfii haaraa (new initiative) fudhachuu,Pirojektoota
buleeyyii/ Haaraa qabu(optional) keessattuu pirojektoota haaraa duursa kennuuf
dhimmootni ‘’ shaggar smart city initiative milkeessuu keessatti shoora qaban
tartiibeessuun karoorsuu, akkamiin akka raawwatu qabuu fi iddo itti raawwatamuu
(Aanaa kutaa magaalaan qoodame) .

Akkaataa qabxiiwwan armaan olitti ibsamaniin karoora keessan qindeessitanii duuka


deemtuu guutuu wajjiin manajmantii mana hojii keessaniin kan mirkannaa’e hanga
17/11/2015 sa’aa 8:00 tti waajira pilaanii fi misoomaatti softcopy fi hardcopy’n qaamaa
akka nu harkaan geessan cimsinee isin hubachiifna.

Nagaa Wajjiin

You might also like