You are on page 1of 6

Bakka itti ga’een hojii qaama alaa fi keessaa wajjin walitti dhufu (area of

internal & external interfaces)

1. Walitti-dhufeenya/wal-irra bu’insa aangoo adeemsota gidduutti (Internal interfaces)


I. Adeemsa hojii ijoo baay’isa, Qophii fi Raabsaa Sanyii (core process one) fi Adeemsa
hojii ijoo Kenna, gorsa fi Odeeffaannoo Teeknoloji Sanyii (core process two) fi
Adeemsa hojii, deeggarsaa Bulchinsa Qabeenyaa fi Faayinaansii (supporting process
one) fi Adeemsa hojii Bulchiinsa fi Misooma qabeenya Humna namaa (Supporting
process two) fi Adeemsa hojii karoora, hordoffii fi gamaggama hojii(Supporting
process three)
II. Adeemsa hojii ijoo Kenna, gorsa fi Odeeffaannoo Teeknoloji Sanyii (core process
two) fi Adeemsa hojii, Bulchinsa Qabeenyaa fi Faayinaansii (supporting process one)
fi Adeemsa hojii Bulchiinsa fi Misooma qabeenya Humna namaa (Supporting
process two) fi Adeemsa hojii karoora, hordoffii fi gamagama hojii(Supporting
process three)
III. Adeemsa hojii, Bulchinsa Qabeenyaa fi Faayinaansii (supporting process one) fi
Adeemsa hojii Bulchiinsa fi Misooma qabeenya Humna namaa (Supporting process
two) fi Adeemsa hojii karoora, hordoffii fi gamagama hojii(Supporting process three)
IV. Adeemsa hojii Bulchiinsa fi Misooma qabeenya Humna namaa (Supporting process
two) fi Adeemsa hojii karoora, hordoffii fi gamagama hojii (Supporting process
three)

2. Wal-irra bu’insa gahee hojii qaama alaa wajjin (External interfaces )


 Qorannoo qonnaa Naannoo fi Federaalaa
 Biiroo Qonna Naannoo fi Ministeera Qonnaa
 Waldaalee bu’uraa fi Yuuneenii qonnaan bulaa
 Dhaabbilee Barnoota Ol’aanaa
 Dhaabilee Mootummaa sanyii filatamaa oomishan
DH/M/S/B

A
GGQQ F

W fi YU B
ISFO
E BQO
BQO
C DH/B/Ol

DISFO
MQ
Q/S/B

MQ
1. Area of external interfaces:- jechun dhimma aangoo hojii ISFO fi dhaabbileen adda
addaa gahee hojii kennameef galmaan gahuuf akkasumaas naannoo kenninsa tajaajilaa
taasifamuu irratti iddoo itti wal-irra bu’uu fi walharkaa fuudhinsi raawwatudha. Hojiin
haala kanaan waliin hojetamu akka qaawwa hin uumneef waliigaltee fi
walhubannoodhaan hojetamuu qaba. Kun immoo kan fala argatu waliigaltee dhaabbilee
ykn dhimmamtooni waliin seera qabeessumaan isaa yoo mirkanaahe qofa.Kanaafuu,
haali waliigalteen (Guiding governance rule) itti mijaahu uumuun kan itti deemamuu fi
furmaata argatu ta’a.
2. ) Jechuun ISFOn aangoo kennameef galmaan gahuuf galtee fi hojii qaama alaa irraa
irraa inni barbaadu fi qaamolee biroo immoo aangoo ISFO waliin kan walfakkaatu
qaban bakka itti ibsamudha
Walitti dhufeenya ISFO fi qaamolee adda addaa bakka itti wal-qunaman (commonly external
interface)
A= ISFO fi Dhaabbilee Mootummaa Sanyii baay’isan
 Sanyii baay’isuu, qopheessuu fi raabsuu
 Leenjii adda addaa teeknolojii sanyii baay’isuu fi fayyadamuu
 Sanyii haarawaa beeksisuu (demonstration)
B= ISFO fi Waaldaalee bu’uraa fi Yuuniyeenii qonnaan bultootaa
 Sanyii baay’isuu, qopheessuu fi raabsuu
 Fedhii Sanyii funaanuu
 Sanyii haarawaa beeksisuu
 Duub-deebi fudhachuu
C= ISFO fi Dhaabbilee Barnnootaa Ol’aanaa
 Sanyii ka’umsaa burqisiisuu fi baay’isuu
 Leenjii ogeessotaa qonnaaf kennu
 Sanyii haarawaa beeksisuu
D= ISFO fi Miniisteeraa Qonnaa
 Hojii Ekisteenshinii qonnaa
 Leenjii ogeessotaa qonnaaf kennu
 Sanyii alaa galchuu
 Callaa guddistuu sanyii baay’isuuf gargaaran alaa galchuu
E= ISFO fi Biiroo Qonnaa Oromiyaa
 Sanyii Ooyiruu qonnaan bulaa fi FTC irratti baay’isuu
 Leenjii ogeessotaa qonnaaf kennu
 Hojii Ekisteenshinii qonnaa
 Fedhii Sanyii Funaanuu
 Qorannoo Qulqullina sanyii
 Raabsa sanyii
 Duub-deebi fudhachuu
F= ISFO fi Giddu Galeessa Qorannoo Qonnaa Naannoo fi Federaalaa
 Sanyii ka’umsaa baay’isuu, qopheessuu fi raabsuu
 Leenjii ogeessotaa qonnaa fi qonnaan bulaaf kennu
 Sanyii haarawaa beeksisuu (demonstration)

2. Internal Interface:- jechuun adeemsalee hojii keessatti bakka hojiin iddoo itti walitti dhufu,
waliirra bu’u fi wal-harkaa fudhuun raawwatudha. Haaluma kanaan hojiiwwan kana adeemsota
gidduutti walin hojjachuu ykn sadarkaa mana hojjitti haali kenna tajaajila akka hin gufanne
adeemsotiin hojjiiwwan wal-fakkatan bakka itti raawwatanidha. Dabalataanis raawwi
hojjileewwan kanaattif (team charter) fi (servise level agreement) uumuun bakka wal-harkaa
fudhuun barbachisutti kan raawwatu ta’a.

A/H/I/G/O/T/S

A A/H/D/Dh/Q

A/H/I/B/Q/G E

X B
D

C
A/H/D/K/H/G
A/H/D/M/H/

BQO
2. Area of Internal Interface

Walitti dhufeenya adeemsi hojii shananuu bakka itti wal-qunaman (internal interface)

1.1. Adeemsa hojii ijoo baay’isa, Qophii fi Raabsaa Sanyii (core process one) fi Adeemsa
hojii ijoo Kenna, gorsa fi Odeeffaannoo Teeknoloji Sanyii (core process two)
 Leenjii fi hubannoo kennuu
 Fedhii Sanyii funaanuu
 Duub-deebi kennuu fi fudhachuu
1.2. Adeemsa hojii ijoo baay’isa, Qophii fi Raabsaa Sanyii (core process one) fi Adeemsa
hojii Dhiyeessii, Bulchinsa Qabeenyaa fi Faayinaansii (supporting process one)
 Qabeenyaa bulchuu fi tajaajila kennuu
 Duub-deebi kennuu fi fudhachuu
1.3. Adeemsa hojii ijoo baay’isa, Qophii fi Raabsaa Sanyii (core process one) fi Adeemsa
hojii Bulchiinsa fi Misooma qabeenya Humna namaa (Supporting process two)
 Leenjii hojjatoota keessaaf kennuu
 Humna nama qacaruu, guddisuu fi Bulchuu
1.4. Adeemsa hojii ijoo baay’isa, Qophii fi Raabsaa Sanyii (core process one) fi Adeemsa
hojii karoora, hordoffii fi gamagama hojii(Supporting process three)
 Karoorsuu, hordofuu fi gamagamuu
 Gabaasuu
 Duub-deebii kennuu fi fudhachuu
1.5. Adeemsa hojii ijoo Kenna, gorsa fi Odeeffaannoo Teeknoloji Sanyii (core process two) fi
Adeemsa hojii Dhiyeessii, Bulchinsa Qabeenyaa fi Faayinaansii (supporting process one)
 Leenjii fi hubannoo kennuu
 Qabeenyaa bulchuu fi kunuunsuu
 Qorannoo fi Odeeffannoo gabaa gaggeessuu
 Duub-deebi fudhachuu fi kennuu
1.6. Adeemsa hojii ijoo Kenna, gorsa fi Odeeffaannoo Teeknoloji Sanyii (core process two) fi
Adeemsa hojii Bulchiinsa fi Misooma qabeenya Humna namaa (Supporting process two)
 Leenjii hojjatoota keessaaf kennuu
 Humna nama qacaruu, guddisuu fi Bulchuu
1.7. Adeemsa hojii ijoo Kenna, gorsa fi Odeeffaannoo Teeknoloji Sanyii (core process two) fi
Adeemsa hojii karoora, hordoffii fi gamagama hojii(Supporting process three)
 Karoorsuu, hordofuu fi gamagamuu
 Gabaasuu
 Duub-deebii kennuu fi fudhachuu
1.8. Adeemsa hojii Dhiyeessii, Bulchinsa Qabeenyaa fi Faayinaansii (supporting process one)
fi Adeemsa hojii Bulchiinsa fi Misooma qabeenya Humna namaa (Supporting process
two)
 Leenjii hojjatoota keessaaf kennuu
 Humna nama qacaruu, guddisuu fi Bulchuu
 Qabeenyaa bulchuu fi kunuunsuu
 Duub-deebi kennuu fi fudhachuu
1.9. Adeemsa hojii Bulchiinsa fi Misooma qabeenya Humna namaa (Supporting process two)
fi Adeemsa hojii karoora, hordoffii fi gamagama hojii(Supporting process three)
 Karoorsuu, hordofuu fi gamagamuu
 Gabaasuu
 Duub-deebii kennuu fi fudhachuu
1.10. Walitti dhufeenya adeemsi hojii shananuu bakka itti wal-qunaman (commonly internal
interface)
 Karoorsuu, hordofufi gamgamuu
 Humna nama qacaruu, guddisuu fi Bulchuu
 Qabeenya bulchuu fi kunuunsuu
 Gabaasu
 Duub-deebi kennuu fi fudhachuu

You might also like