You are on page 1of 1

Heeyyama Ogummaa Baafachuudhaaf Ulaagaa Barbaachisu /የሞያ ፊቃድ ሇማውጣት ማቅረብ

ያሇባቸው መረጃዎች
 Waraqaa eenyummaa gandaa kan haarome /የታደስ የቀበሌ መታወቂያ/
 Heeyyama ogummaa yoo ta’e ragaa barnootaa hundaa qabatanii dhiyaachuu /የሞያ ፍቃድ
ከሆነ ሙለ የትምህርት ማስረጃ ይዞ መቅረብ/
 Muuxannoo hojii dhaabbata irra turan irraa dhiyeessuu /የሥራ ልምድ ከቆዩበት ተቋም/
 Heeyyama ogummaaf suura 3x4 ta’e baay’ina lama(2) /3በ4 የሆነ ፎቶ ግራፍ ብዛት ሁሇት (2)
ማቅረብ/
 Dhiyeeffanna muuxannoo hojii qaxaramtoota dhabbata dhuunfaa irraa /ሇግል ድርጅት
ተቀጣሪዎች የሰራ ልምድ አያያዝ/
1. xalayaa muuxannoo hojii ibsu /የሰራ ልምድ የሚገልጽ ደብዳቤ/
2. Peerolii koppii irratti chaappaan orjinaalli kan godhame tokko tokkoon waggaa kan ji’a
jalqabaa fi dhumaa dhiyeessuu qaba/የእያንዳንዱ ዓመት የመጀመሪያው እና የመጨረሻው ወር ፔሮል
ኮፒ ላይ ኦሪጅናል ማህተም የተደርገበት ይዞ መቅረብ አሇበት፡፡
3. Nagahee gibira walii-gala hojjetaa irraa kan kaffalamee koppii isaa irratti chappaa
orjinaala kan qabu dhiyeessuu. /የሰራ ግብር ደረሰኝ በጥቅለ ከሰራተኛው የተከፈሇበት ኮፒ እና ኮፒው ላይ
ኦሪጅናል ማህተም የተደረገበትን ማቅረብ/
 Bara 2003 dura kan eebbifamtan kaffaltii qoodinsa baasii mana barumsaa xumuruu
keessan kan ibsu xalayaa yookiin digirii orjinaalii dhiyeessuu, ta’uu baatu kan hin
keessummeessine ta’uu keenya /ከ2003 ዓ.ም እና ከዚያ በፊት የተመረቃችሁ የወጪ መጋራት ክፍያ
ያጠናቀቃችሁ ስሇመሆኑ ከገቢዎች እና ጉሙሩከ ደብዳቤ ወይም ኦሪጅናል ዲግሪ ማቅረብ ካልቻላችሁ
የማናሰተናግድ መሆኑን እንገልጻሇን፡፡

HB:-

 Ragaaleen armaan olitti gaafataman hundi koppii fi oriijinaala ta’e dhiyaata /የሚቀርቡ
ማሥረጃዎች ዋና እና ኮፒ መሆን አሇባቸው/

You might also like