You are on page 1of 1

SHANAN GIBE INVESTMENT GROUP

AND
GENERAL TRADING W/I/GAF/ISAA MURTA’EE

Lakk:___________________

Guyyaa:_____________

Waajjira Investimantii aanaa Botor Xoollayiif


Waayyuu
Dhimmi:Karoora bara 2016 isin beeksisuu ta’a
Akkumma armaan olitti ibsuuf yaalletti karoora hojii bara 2016
dhaabbata “Shanan Gibee Investimanti group & General Trading PLC ”hojii
omisha qonnaaf godina jimmaa aanaa Botor xoollayii keessattii eegaluuf
karoora hojii bara 2016 xalayaa gaggeessituu waraqaa fuula 8 qabu kana
waliin wal qabsiifnee kan isinii erginee ta’uu isaa kabajaan isinii ibsina.

Nagaa Wajjin!
G/G
Waajjira qonnaa Aanaa Botor Xoollayiif
Waajjira Lafa Aanaa Botor Xoollayiif

Waayyuu

Inisheetivii qonnaa cimsuun warraaqsa Diinaagdee biyyaaf gumaacha haa goonuu!

You might also like