You are on page 1of 41

Mallattoolee Idil-Addunyaa Qarqara

Daandii
 bakka gurguddaa 3ti qoodamuu
Mallattolee akeekkachiisaan/warning
signs/
Mallattolee to’aannoo/Regulatory signs/
Mallattolee odeeffannoo kennan
/Information signs/

07/27/2023
By Gelata Negash 2
Mallattolee akeekkachiisaan
 konkolaachiistoonni yeroo konkolaachisaan karaarratti
haaloota mudachuu danda’an dursanii akka beekan,of-
eggannoo akka godhaan gargaara.
boca-rogsadee
naannoonisaanii-halluu diimaa
gidduun isaanii-halluu adii
ergaan kan dabarsaan- halluu gurraachaan
Argamsaa-fakkii,xiyyaan,lakkoofsaan,mallattoonበ

By Gelata
Negash 07/27/2023

3
Itti fufaa…….

07/27/2023
By Gelata Negash 4
Itti fufa..

07/27/2023
By Gelata Negash 5
Itti fufa……..

By Gelata Negash
07/27/2023
6
Itti fufa….

07/27/2023

By Gelata Negash 7
Mallattolee to’annoo
 bakka 3tti qodamuu
Kan dhorkaan
Dursa kan kenniisiisaan
Kan Dirqisiisaan

07/27/2023
By Gelata Negash 8
Maallattoolee dhorkaan
Boca-geengoo
Qarqarri rogaa-halluu diimaa
Gidduun isaanii-adii
Ergaa kan dabarsaan halluu-guurraachaan
Argamsa/toftaa-lakkoofsaan,fakkii,xiyyaa fi kkf

By Gelata Negash 07/27/2023 9


Itti fufa….

07/27/2023 By Gelata Negash 10


Itti fufa…..

By Gelata
07/27/2023 Negash 11
Itti fufa…..

07/27/2023 By Gelata Negash 12


Itti fufa…….

07/27/2023 By Gelata Negash 13


Mallattoolee dirqisiisaan
Bocaa-geengoo
Halluu-cuquliisa/bifa bishaanii
Ergaan darbuu-xiyya halluu adiin ykn fakkii halluu
adiin
Halluu adiin haa dibamaan malee ajajni isaanii adda
adda.

By Gelata Negash
07/27/2023

14
Itti fufa…….

07/27/2023 By Gelata Negash 15


Itti fufa…..

07/27/2023 16
By Gelata Negash
Mallattoolee dursa kennisiisaan
Boca-addaa addaa qabuu.garuu ergaa
walfakkaatuu dabarsuu
Rammaddii halluu-adii ykn keelloo
Kan fayyaduu-daandii qaxxamurra
- bakka daandii walkiphuu
- adabaabayyii

By Gelata Negash
07/27/2023

17
Itti fufa….

07/27/2023
By Gelata Negash 18
Mallattoole odeeffannoo

Bakka lamatti qoodamu


A/ ofumaan odeffannoo kennuu
B/ kallatti agaarsiisuuf
Bocni-rog afree/4
Gidduun-halluu cuquliisa/bishaan
Ergaan darbuu-halluu adii dhaani

By Gelata Negash 07/27/2023


19
Ofumaan odeeffanno kennuu

By Gelata
Negash
07/27/2023

20
Itti fufa……

By Gelata Negash
07/27/2023

21
Kallattii agaarsiistuu

By Gelata Negash 07/27/2023 22


Saraarootaa fi diba daandiirra kan idl-adduunyaa

Bakka itti dursuu fi dursuu dhiisuu dandeenyuu


nu agaarsiisuu
Kallattii jijjiruu fi naanna’ee deebi’uu ለመታጠፍ እና
ዞሮ ለመመለሰ የምንጠቀምበትን ረድፍ ያመለክታሉ
 bakka ibsaa tiraafikaatti iddoo dhabbii agarsiisu
walakkaa fi qarqara daandii agarsiisuu

07/27/2023

By Gelata Negash 23
Itti fufa…….
 lafoo deemtotaaf karaa ce’umsaa kan marfamee
agarsiisuuf
Daandii tokko sarara baaqqee 2 tii hiruuf
አንድ አቅጣጫ መንገድን በረድፍ ይከፍላሉ
 bakkeewwaan qarqaraa daandiitti mallattolee
dhaabuun rakkisaa ta’eetti mallattoolee bakka
bu’uu

24
By Gelata Negash 07/27/2023
Sararawwan daandii irraa
Bakka lamatti hiramuu
1. daandiichaaf dalgee /perpendicular/zebra
2. Daandiichaaf waltarree/parallel/

07/27/2023

By Gelata Negash 25
Sarara daandii miillaa/zebra/
 fayidaa፡- fageenyaa gabaabaa keessatti lafoo deemtoonni
akka qaxxaamuraaniif
 Konkolaachiiftoonni lafoo deemtootaa kanaaf
yoomillee dursa kennuun dirqama.

By Gelata Negash
07/27/2023 26
Sarara
 bifa daandii konkolaataa
sadiin argaachuu dandeenya.fknf;-
Sarara ciccitaa daandii gidduu
Sarara duudaa daandii gidduu
Sarara duudaa fi ciccitaan walfaana yeroo
saraaraman
Sarara hirtuu daandii

07/27/2023

By Gelata Negash 27
Itti fufa…

07/27/2023 By Gelata Negash 28


Itti fufa….

07/27/2023 By Gelata Negash 29


Itti fufa…

07/27/2023 By Gelata Negash 30


Itti fufa…

07/27/2023 By Gelata Negash 31


Daddabarsa ibsaa tiraafikaa
 Fayidaa:-daandii qaxxaamuraa irratti
dhaabbachuun sochii daandiirra tartiibaan
keessumeessuuf gargaara.
 Bakka gurguddaa 2 tti qoodama
 A/Ibsaa tiraafika miillaa-fakkii namaa qaba
taa’umsaa-ibsaa diimaa
-ibsaa magariisa
 B/Ibsaa tiraafika konkolaataa-fakkii namaa hin
qabu
 Akkaataa ifuu isaatiin bakka 4tti hiramuu
 -diimaa,diimaa fi keelloo,magariisa,keelloo
07/27/2023 By Gelata Negash 32
Akkaataa ifa ibsaa

07/27/2023 By Gelata Negash 33


Akkaataa ta’umsa ibsaa

By Gelata Negash
07/27/2023 34
Mallattolee harkaa polisii tiraafikaa
Konkol.fuuldura TP jiraan dhaabachuu qabu

 -konkol.booda TP jiraan dhaabbachuu qabu.

Konkol.fulduraa fi duuba TP jiraan dhaabachuu qabuu

07/27/2023
By Gelata Negash 35
Daangaa saffisaa/ariitii
 Haala biyya keenyaa ttin daangaan saffisaa kan
magaala keessaa fi magaalaan alaati.
 Magaalaan alatti sadarkaa 3 tti hiramuu
 Sad.1ffaa
 Sad.2ffaa
 Sad.3ffaa

07/27/2023 By Gelata Negash 36


Unka daangaa saffisaa
T. Ulfaatina walii gala
L konkoolaataa Magaalan ala

Magaala
keessa
Sad.2ffaa Sad.3ffaa
Sad.1ffaa

1 Ulfaatina hanga 60 km/hr 100 km/hr 70 km/hr 60 km/hr


3500kg

2 Kg 3500—7500 kg 40 km/hr 80 km/hr 60 km/hr 50 km/hr

3 Hanga 7500 kg 30 km/hr 70 km/hr 50 km/hr 40 km/hr


By Gelata Negash
07/27/2023 37
Seerootaa fi danbilee kan biroo
Konkolaataa dhaabuun bakka dhorkamee
Konkolaataa dursuun bakka itti dhorkamee
Bakka dursa kennisiisaan

By Gelata
07/27/2023 Negash 38
Konkolaataa dhaabuun bakkaa dhorkamee
Bakka lolaan yaa’uu irra naannoo 5m keessaa
dhaabuu.
Magaalaa keessatti sababba miidhaama ttiin sa’aatii 6
ol dhaabuu
Bakka qaxxaamura daandii,ce’umsa lafoo
deemtotaa,balaa ibbiddaa,fannoo diimaa,buufata
fayyaa fi kkkf bahaa fi seensa irratti 12m keessatti
dhaabuu
Bakka dhaabbii konk.de/de/ummataa 15m irra
dhaabuu
Karaa qaxxaamura daandii baaburaa 20m keessa
dhaabuu

07/27/2023 By Gelata Negash 39


Itti fufaa.
Sababa miidhamaatiin magaalaan alatti saatii 48 ol
dhaabuu
Naannoo kallatti hundaan hin mul’annee
keessaatti 50m irra dhaabuu

07/27/2023By Gelata Negash 40


Dursuun bakka itti dhorgamuu

Naannoo ulluqii fi riiqichaa dhiphaa


Qarqaraa tulluuwwanii
Sararoota duudaa daandiirraa qaxxaamuruu

07/27/2023 By Gelata Negash 41


Dursa kan kennisiisaan

Daandii qaxxaamuraa dursa kan gale dursa argatuu


Daandii qaxxaamura irratti kallatti faallaatiin
waalqixa yoo gahan kan kallattii mirgaa dursaadha
Tabba irrattii gara ol kan deemuu dursaadha.
De/de/ummataa kan ta’ee garuu kallattii tabbaas
ta’e irraan gadee dursaadha.

By Gelata Negash
23

42
20
7/
/2

You might also like