You are on page 1of 46

Mallattoolee Daandii Qarqaraa

Kan Addunyaa
 Seensa ፡- Mallattoolee Daandii qarqaraa
kan Addunyaa qabiyyee waaltawaa kan
qabatana tahee hiikaa fi ergaa isaan
dabarsan tokko yoo tahu konkolaachisan
kamiyyuu kana beekee seeraan itti
fayyadamuun dirqama.
Mallattooleen Daandii qarqaraa kan
Addunyaa bakka gurguddaa sadiitti
qoodamu፡፡ Isaanis

A. Kan Akeekkachiisan
B. Kan To`atan
C. Odeeffannoo (Ragaa) kan kennan፡፡
Kan Akeekkachiisan፡-

 Wantoota fuuldura keenya nuqunnaman (


wantota balaaf nama saaxilan) dursee akka
namni beekuuf ykn akka of eeggatuuf ergaa
akeekkachiisaa kennuuf tajaajila.
–Bocni isaanii rogsadee yoo ta`u
–Qarqarri isaanii diimaan kan dibame tahee
ergaan isaan dabarsan halluu gurraachaan
kan dibamee dha.
Mallattoolee kan Akeekkechiisan
• Daandiin irra konkolaachisaa jirtu gara mirgaatti
waan marfatuuf of –eeggannoon konkolaachisi

* Haalli sodaachisaan ykn wantoti balaa


geessisan waan siqunnamuuf of-eeggannoon
konkolaachisi

* Bakka barattootni itti baay`atan fuuldurakee


waan jiruuf of-eeggannoon konkolaachisi
• Daandii jajallaan waan siqunnamuuf of-eeggannoon
konkolaachisi

• Daandiin kara mirgaa irra jiru waan dhiphataa


deemuf of-eeggannoon konkolaachisi

• Daandiin kara bitaa irra jiru waan dhiphataa


deemuf of-eeggannoon konkolaachisi

• Daandii baaburaa cufaa qabu waan si


qunnamuuf of –eeggannoon konkolaachisi
• Daandii dhiphataa deemu waan siqunnamuuf of-eeggannoon
eeggannoon konkolaachisi

• እየጠበበ የሚሄድ መንገድ ስላለ ተጠንቅቀህ


- Daandiin
አሽከርክርkallattii tokko qofa ture yeroof kallattii
lamaanuun waan heyyamameef of-eeggannoon
konolaachisi

- Daandiin mucucaachisu sifulduratti waan


si qunnamuuf of-eeggannoon konkolaachisi

- Daandii qarqara lagaatti geessu waan


siqunnamuuf of-eeggannoon konkolaachisis
 Daandii hojjetamaa jiru waan siqunnamuuf of-eeggannoon
konkolaachisi

- Daandiin gara bitaatti marfatu waan siqunnamuuf of-


eeggannoon konkolaachisi

- Daandiin gara mirgaatti marfatu waan siqunnamuuf of-


eeggannoon konkolaachisi

- Daandiin gara bitaatti itti aansee mirgaatti jal`atu waan


siqunnamuuf of-eeggannoon konkolaachisi

- Daandiin gara mirgaatti itti aansee bitaatti jal`atu waan


siqunnamuuf of-eeggannoon konkolaachisi
- Dhagaa darbatamaan waan siqunnamuuf saffisa kee hir`isii of-
eeggannoon konkolaachisi

- Fuuldurakee ibsaan dabarsa tiraafikaa waan


siqunnamuuf of-eeggannoon konkolaachisi

- Daandii sifuulduraa gara bitaa fi fuuduratti waan


deemuuf of-eeggannoon konkolaachisi

- Daandii sifuulduraa gara mirgaa fi fuuduratti waan


deemuuf of-eeggannoon konkolaachisi
 Daandicha bineesotni bosonaa daandii
qaxxaamuran waan siquunamuuf saffisakee hir`isii
of-eeggannoon konkolaachisi .

- Xiyyaarotni gadi siqanii balali`an waan


siqunnamanif of-eeggannoon
konkolaachisi

- Daandii baaburaa qaxxaamruf fageenya


jiru of eeggannoon konkolaachisi
A. Meetira 250
B. Meetira 170
C. Meetira 100
- Si fuuldura addabaabayiin (marfatani) waan
siqunnamuuf of eeggannoon konkolaachisi

- Daandiin si fuulduraa gara mirgaa fi bitaa qofatti


kan si deemsisu malee fuuduratti kan si hin
deemsisfnee waan taheef of eeggannoon
konkolaachisi
- Daandii qaxxaamura waan siqunnamuuf
dursa kan kennamuuf dursa kennii bitaa fi
mirga ilaalii of eeggannoon darbi

- Daandii irratti riqicha dhiphoon waan si


qunnamuuf of eeggannoon konkolaachisi
- Mallattoon Dhaabbadhu ! Jedhu fullduratti
waan siqunnamuuf of eeggannoon
konkolaachisi

- Dursa kenni kan jedhu mallattoon waan


siqunnamuuf of eeggannoon konkolaachisi

- Dandicha irratti daandiin(Hadiidni)


baaburaa waan siqunnamuuf of eeggannoon
konkolaachisi

- Daandicha irratti konkolaataa gurguddaan


waan baay`atuuf of eeggannoon
konkolaachisi
- Daandiin manca`aan waan si qunnamuuf of
eeggannoon konkolaachisi

- Daandiin abbaa kallattii lamaa waan si


qunnamuuf of eeggannoon konkolaachisi

- Konkolaataan balaa abiddaa waan


siqunnamaniif of eeggannoon
konkolaachisis
Mallattoolee daandii qarqaraa
kan To`atan
Isaan kanas bakka sadiitti qoodnee ilaalla
 Kan dhorkan
 Kan dirqisiisan
 Dursa kan kennisiisan

Mallattoolee kana adda kan isaan taasisan aangoo adabbii


of keessaa qabu.
Mallattoolee daandii qarqaraa
Dhorkan
- Mallattooleen kun mallattoo achi irratti mul`atan
raawwachuun dhorkaa dha.

- Mallattooleen kun bocni isaanii geengoo yoo ta`ee


qalama diiimaan kan dibaman yoo ta`u ergaan
halluu gurraachaan kan barreeffameedha.
Mallattoolee Dhorkaa
- Konkolaataa kamiifuu kan harkaan dhiibaman
dabalatee darbuun dhorkaa dha.

Hanga mallattoo isa dhumaa jedhu argitutti konkolaattotta


xixiqqaaf dursuun dhorkaa dha.

- Mallattoo Dursuun dhorkaa dha jedhuuf isa


dhumaa
- Lafa deemtataaf darbuun dhorkaa dha.

- Mallatton kun bakka jirutti konkolaachisaa darbuun


dhorkaa dha.

- Dhaabuun dhorkaa dha kan jedhuuf isa dhumaa

- Bakka mallattoon kun jirutti


a. Daandii walqaxxaamuraa irratti
b. Mallattoo kana keessatti isa dhumaa kan jedhu
hanga darbitutti dhaabuun dhorkaa dha.
- Yeroo gabaabaafis ta`e dheeraaf dhaabuun
dhorkaa dha.

-- Konkolaataa gurguddaan darbuun dhorkaa dha.

-- Gara bitaatti naannawanii deebi`uun dhorkaa dha.


-- Gara
mirgaatti naannawanii deebi`uun
dhorkaa dha.

-- Bakka mallattoo kun itti dhaabbatee jirutti


a. Hanga daandii walqaxxaamura darbitutti ykn

b. Barreeffama isa dhumaa kan jedhu hanga darbitutti


dhaabuun dhorkaa dha. Garuu konkolaachisaan osoo
keessaa hin bu`in namoota buusuu fi fe`uun ni
danda`ama.

-- Ulfaatinni waliigalaa toonii mul`atuu ol darbuun dhorkaa


dha.
-- Daandichi gara fuulduraatti kan itti hin fufne waan ta`eef
darbuun dhorkaa dha.

-- Bakka Mallattoon kun jirutti kan fuulduraan dhufuuf osoo dursa hin
kennin darbuun dhorkaa dha.

-- Humna Mootoraan kan socho`an darbuun dhorkaa dha.


-- Dodoqqeen darbuun dhorkaa dha.

--Konkolaataan dheerinni waliigalaa isaa kan ol darbuun dhorkaa dha

-- Biskileettiin darbuun dhorkaa dha.


-- Daangaa magaalaa isa dhumaa

--Konkolaataan hojjaan isaa kan ka`amee ol darbuun dhorkaa


dha.

-- Konkolaataan bal`inni isaa ka`amee ol darbuun dhorkaa


dha.

-- Daangaa magaalaatti waan seenaa jirtutti heeraa fi seera


daangaa magaalaa kabaji
Mallattoolee Daandii Irraa kan
Dirqisiisan
 Mallattoleen kun ergaa achirra jiran akka nuti raawwatnuuf kan nu dirqisiisanii dha.

 Bocni isaanii geengoo tahee madabni isaanii bifa samii kan qabu

 Ajaja kana kan hin kabajne irratti adabbii ni geessisu


Mallattoolee Dirqisiisan
 Fuuldurattii fi gara mirgaatti qofa
konkolaachisi
- Fuuldurattii fi gara bitaatti qofa konkolaachisi

-- Daangaa saffisaa isa gadi


aanaa

- Daangaa saffisaa isa gadi aanaaf isa dhumaa


 Xiyyaan kallattii agarsiisuun gara fuulduraatti qofa
konkolaachisis

- Xiyyaan kallattii agarsiisuun qofa dhaabi

- Xiyyaan kallattii agarsiisuun gara bitaatti qofa


konkolaachisi

-- Biskileettota qofaa konkolaachisuun kan


heyyamame
 Sa`atiitti daangaa saffisaa gad aanaa

- Kallattii xiyyaan agarsiisuun gara mirgaatti qofa


konkolaachisi

- Kallattii xiyyaan agarsiisuun gara bitaatti qofa


konkolaachisi

-Kallattii xiyyaan agarsiisuun gara bitaatti ykn


mirgaatti qofa konkolaachisi
Mallattoolee dursa kennisiisan
 Daandii wal qaxxaamuran irratti dursa akka
kenninuuf nu dirqisiisu

 Mallattooleen kun adabsiisuun ni beekamu፡፡

 Bocnii fi bifini isaan adda adda ፡፡


Mallattoolee dursa kennisiisan
 Dursanii kan seenaniif dhaabbadhuu
dursa kenniif

-Bakka mallattoon kun jirutti dursanii akn galaniif


dursi ni kennamaaf

- Daandii qaxxaamura irratti dursa qabda kan


jedhuuf isa dhumaa
 Konkolaataa si fuulduraa dhufanii dursa kenni

-Konkolaataa qaxxaamura seenaniif


dhaabbadhuu dursa kenniif
Sararoota Daandii walakkaa
kan Addunyaa፡-
 Sararootni kun asfaaltii irratti daandii bakka
lamatti qooduu fi bakka mallattoolee daandii
qarqaraa dhaabuu hin dandeenye irratti
bakka bu`uudhaan tajaajiluu fi haala
daandichaa argisisuuf kan tajaajilanii dha.
Sararootni daandii walakkaa
bakka lamatii qoodamu፡-
 Kallattii daandiin kan sararamanii fi
 Faallaa daandiitiin kan sararaman

 Kallattii daandiin kan sararaman


konkolaattotaaf kan tajaajilu yoo ta`u faallaa
daandiin kan sararaman ammoo tajaajila
lafaa deemtotaafkan oolanii dha.
Sararoota Kallattii daandiin
sararaman
 1.1 Daandii abbaa kallattii lamaa irratti
srarara ciccitaan yeroo gargara qoodamu
sarara ciccite ce`anii konkolaataa dursuun
of irra naanna`anii deebi`uun nidanada`ama.
Sarara hin ciccitne
 Daandii abbaa kallattii lamaa irratti srarara
hin ciccitneen yeroo gargar qoodamu
sarara hin ciccitne ce`anii konkolaataa
dursuun of irra naanna`anii deebi`uun hin
danada`amu.
Daandiin Abbaa kallattii lamaa sarara
ciccitaa fi hin ciccitneen wal qixa yeroo
qoodamu
HEERAA FI SEERA
GEEJJIBAA

Daangaa Saffisaa
 Daanagaan saffisaa biyya keenya keessatti
bakka lamatti qoodama.

Daangaa Magaalaa Keessa


fi
Daangaa magaalaa ala
jedhamanii beekamu
Daangaa
Daangaa Magaalaa Ala
lak Gosa Konkolaataa Magaalaa
Keessaa
Sad. 1ffaa Sad. 2ffaa Sad. 3ffaa

1 Awutomobiloota ulfaatinni isaanii kg 3500 gadi kan 60 km/hr 100 km/hr 70 km/hr 60 km/hr
taheef

2 Ulfaatinni waliigalaa isaanii 3500-7500 kg kan 40 km/hr 80 km/hr 60 km/hr 50 km/hr


tahaniif

3 Konkolaataa gurguddaa harkifata isaa wajjinii fi 30 km/hr 70 km/hr 50 km/hr 40km/hr


Konkolaataa qonnaa
 Daandii sadarkaa 1ffaa ፡- jechuun daandii
Biyyaa fi Biyya kan wal qunnamsiisuu dha.
Fkn. Jibuutii fi Itoophiyaa
 Daandii sadarkaa 2ffaa ፡- jechuun daandii
Kutaa Biyyaa fi kutaa Biyya ykn naannoo fii
naanoo kan wal qunnamsiisuu dha. Fkn.
Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz
 Daandii sadarkaa 3ffaa ፡- jechuun daandii
Aanaa fi Aanaa ykn godinaa fi godina wal
qunnamsiisuu dha. Fkn. Q/Wallaggaa fi
Lixa wallaggaa
SEERAA FI
DAMBIILEE GEEJJIBAA
 Fe`umsi fuulduraan darbee bahu meetira 1
caaluu hin qabu.
 Fe`umsi duubaan bahuu qabu meetira 2
caaluu hin qabu.
 Fe`umsa konkolaataa irra darbee jiru
guyyaa fuulduraan huccuu adii duubaan
huccuu diimaa kan bal`inni isaa kaaree
sm 30 tahe itti hidhamuu qaba halkan
ammoo fuulduraan ifaa adii duubaan ifaa
diimaan itti hidhamuu qaba.
 Konkolaataan tokko konkolaataa biraa
yeroo harkisu gargar fageenyi isaanii
meetira sadii tahuu qaba.
 Konkolaachisaam tokko boqonnaa malee
sa`atii afurii ol konkolaachisuun dhorkaa
dha.
 Bo`oo lolaa ( diichii) irraa meetira 5 keessatti
konkolaataa dhaabuun dhorkaa dha.
 Hadiida baaburaa meetira 6 keessatti
konkolaachisaan tokko maarshii jijjiiruun dhorkaa
dha.
 Konkolaataan cabee dhaabbate daangaa
magaalaa keessatti sa`atii 6 ol turuun dhorkaa
dha.
 Konkolaachisaan guyyaa tokko keessatti sa`atii 8
ol konkolaachisuun dhorkaa dha.
 Daandii qaxxaamura, karaa lafa deemtotaaf
heyyamame ( Zebra) , Seensaa fi ba`umsa nama
dhuunfaa fi Dhaabbilee kamirraayuu meetira 12
keessatti konkolaataa dhaabuun dhorkaa dha.
 Bakka Awutoobusiin dhaabbatu irraa :
 a. Fulduraa fi duubaan meetira 15 keessatti
 b- Bal`inni daandichaa metira 12 gadi yoo tahe
fuullee isaatiin meetira 30 keessatti konkolaataa
dhaabuun dhorkaa dha.
 Naannoo hadiida baaburaa meetira 20
keessatti konkolaataa dhaabuun dhorkaa
dha.
 Dhaabbata dhuunfaa akkasumas hospitaala
irraa meetira 30 keessatti konkolaataa
dhaabuun dhorkaa dha.
 Daandii qaxxaamura fi hadiida baaburaa irraa
meetira 30 keessatti kallattii jijjiiruun dhorkaa
dha.
 Konkolaataa yeroo dhaabnu qarqara daandii
irraa sentmetira 40 tahuu qaba.
 Konkolataan tokko cabee dhaabbate daangaa
magaalaa alatti sa`atii 48 keessatti ka`uu qaba.
 Kallattii jijjiiruuf Fireechaa kan agarsiisuu qabnu
meetira 50 keessatti tahuu qaba
 Halkan yoo konkolaachifnu ibsaa dheraa
meetira 40 keessatti fayyadamuun dhorkaa
dha.
 Daandii marfata irratti meetira 50 keessatti
konkolaataa dhaabuun dhorkaa dha.
 Konkolaataa cabee daandiirra dhaabbate tokko
dubaa fi fulduraan mallattoo calaqqisu rog-
sadee kaa`uu qabna.
 Konkolaataa balaa ibiddaa, ambulaansii fi
hoomaa waraanaa meetira 100 keessatti
hordofanii konkolaachisuun dhorkaa dha.
Rakkoon yoo mudate fireenii tti
fayyadamanii fageenya konkolataa itti
dhaaban
Saffisa Fageenya itti Fageenya fireeni Fageenya
yaadan Itti dhaaban waliigalaa itti
0.75 sekendii dhaaban

10 km/hr Meetira 3.35 Meetira 2.74 Meetira 6.09

20 km/hr Meetira 6.7 Meetira 7.01 Meetira 13.71

30 km/hr Meetira 10.05 Meetira 13.72 Meetira 23.77

40 km/hr Meetira 13.40 Meetira 24.69 Meetira 38.09

You might also like