You are on page 1of 5

Oomisha Dammaa Ilaalchisee Gaaffilee Af-Gaaffiis Waajjira Qonnaa G/H/B

Ykn Ana Bakka_______________ Qophoyte.


1. Duraan dursee maqaa keessaniifi qooda hojii keessa nuuf hima

2. Maloonni damma ittiin oomishnuu maal faadha?

3. Damma oomishuun maalif barbaachise?

4. Akka biyyaa teenyaati oomisha damma irratti wanttoonni miidha geessissan

maali?
5. Jijjiramni qilleensaa oomisha dammaarratti dhiibba haala kamiin qabaachuu

danda’a?
6. Akka biyya teenyaatti damma oomishuuf qabxiin ijoon hubachuu qabnuu

maal faadha?
7. Dammmi haala kamiin walitti qabama?
8. Dhumarratti ergaa yoo qabaatt
Dhukkuba Lukkuu Ilaalchisee Gaaffilee Af-Gaaffiis Waajjira Qonnaa G/H/B
Ykn Ana Bakka_______________ Qophoyte.
1. Duraan dursee maqaa keessaniifi qooda hojii keessa nuuf hima

2. Sababoonni fi ka’umsi dhukkuboota lukkum maal faadha?

3. Akaakuwwan/gosoonni dhukkuba lukku maal faadha?

1. Dhukkubni lukku keessa akka naannoo keenyaatti irracaalatti miidhaa kam

faadha?
2. Midhaa dhukkubni kun lukkuuwwanirrran gahu danda’u maal faadh?

3. Dhukkuboota lukkuwwaanirratti miidhaa akka hin geessifnee dursinee

ittisuuf maal gochuu qabna?


4. Inishi’eetivi horssiisa lukkuu fi killee yeroo ammaa mootummaan
xiyyeefannaa itti kannee hojjatamaa jiru kana lafa qabsiisuuf dhukkuboota
lukkuu to’achuuf lukkuuwwaniif talaallii gochuun barbaachisaadha. Garuu
talaalliin dhukkuba ittisuuf abdachiisaadha?
5. Taalalliin yeroo kam lukkuwwaaniif kannamaaf? Mee fakkenya waliin

dhageefattoota keenya nu ibsa?


6. Taalaalliin yoo sirriitti hin kuufamin miidha ni qabaata?

7. Mala aadaatiin dhukkuboota lukkuu ittisuun bu’a qabeessa gochuu ni

dandeenya?
8. Akka biyya keenyaatti dhukkuboonnii lukku yeroo kam ka’a?

9. Dhumarratti ergaa yoo qabaattan?

UsmaayyooMADDA SUURAA,MIIDIYAA HAWAASUMMAA


Wayita qabaman qabeenya hunda saamamuu kan himu aartist Suuteen,
Usmaayyoon ammoo daa'immansaarraa waan qabameef hedduu aaraa ture jedhe.
"Wayita qabaman Usmaayyoon baay'ee xiiqii keessa gale. Kanarraa kan ka'e mana
hidhaattillee dararaa guddaatu irra ga'e. Mana dukkanaa keessatti sibiilli harkaa fi
milla isaarraa hin ba'u ture. Kanaaf mana hidhaatti baay'ee miidhame."

5. Wallee isaa 'Hiriyaa' jedhu maaliif sirbe?


Aartist Suutee Baarentoo waa'ee maatii Usmaayyoo sirriitti akka beekuu fi akka isa
gaddisiisan dubbata.

''Usmaayyoo Muusaa mana hidhaatti darbamuusaan duratti ijoollee dubaraa sadi


qaba ture. Haati manaasaa jalqabaa wayita inni mana hidhaa ture rakkoo irra ga'een
waan boqotteef ijoolleensaa bakkeetti hafan,'' jedha Suuteen.

Akka Aartist Suuteen jedhutti Usmaayyoo Muusaa hiriyaa isa waliin dhaabbatee
ijoolleesaa eeguufillee argachuuf hin carroomne ture.

Kanaafi wayita waggaa saddeet booda mana hidhaatii ba'u waa'ee hiriyaa kan
sirbeef.

Hiriyaa! Hirkannoo gaachana , firooma hanga du'aattii...

Je'eetiin si abdadhe bada gowwoominaa, hiriyaan kee qabeenyaa... jedhee sirbe


Usmaayyoon akka mana hidhaatii ba'een.

Erga mana hidhaatii ba'ee haadha manaa lammaffaa fuudhee magaalaa Cirootti
gale, ijoollee dhiiraa lamas godhate.

Haati manaasaa lammaffaanis yeroo booda du'aan boqotte.


Usmaayyoonis dararaa mana hidhaatti waggaa saddeetiif irra ga'e irraa
dandamachuu dadhabuun dhibamee bara 2006 achuma magaalaa Cirootti boqote.

Ijoollee Usmaayyoo nama mataa walitti qabu dhabanii hedduu rakkatan.

Kana cinaattimmoo mootummaarraa dararaa cimaan isaan mudate.

Kanaaf kaan gara Kanaadaa, kaan gara Masiriitti miliqan jedha.

6. 'Visa' Norway argatee maaliif deemuu dide?


Weellisaa Usmaayyoo Muusaa sirbituu qofa osoo hin taane onneesaarraa qabsoo
gaggeessaa ture jedha Suutee Baarentoo.

''Barri Usmaayyoo Muusaa waliin sirboota warraaqsaa hojjetaa turre akkaan


sodaachisaa fi waqtii tiki mootummaa nu ajjeesuuf aggaamaa tureedha" jedha.

"Usmaayyoon garuu ofitti amanamummaadhaa ofirraa dubbataa ture. Bara sana


aartistoonni hedduun roorroo baqatanii biyyaa ba'an. Anillee lubbuu kiyya
baafachuuf jedheen karaa Keeniyaa ba'e."

"Usmaayyoon garuu lafeen kiyya biyya kiyyarratti daaraa haa ta'u jedhee osoo
carraa qabuu ala ba'uu dide,'' jedhe Suuteen.

Bara sana 'Visan Norway ergameefii akka ture kan yaadatu Aartist Suutee
Baarentoo Usmaayyoon garuu didee biyyatti hafee qabsootti ciche jedhe.
Usmaayyoon warra biyyaarraa baqatanii biyyoota alaatti gugatanillee walleesaatiin
qeqaa ture.

Odeessa kana irratti dabalata


Hundeessitoota Institiyutichaa

You might also like