You are on page 1of 4

S

een
aaQ
ubb
ii
Awu
-Al
i
fi
i
f
Bar
reef
famaGaba
abaaSeenaaQubbi
iAwu-
Ali
fi
ifka
nGodina
Har
argeeBa
haaAanaaJ
aa r
soot
tiAr
gamuIr
rat
tiQopha
a'e.

Muj
ii
bSha
afi
iMa
hamma
d
Caamsaa,
2020,
Ejer
saGoor
oo
S
EENAAQUBBI
IALI
FII
F
I
.Se
ens
a
Qubbii
nAl i
fi
ifi ddoowwanhawat at uurizi
mi iaanaankeeny aqabdukeessaai sat okkodha.Godi naHar ar gee
Bahaa,Aanaa Jaar soo,Ar addaa Aanannoo Mi xee ,Ganda Daar od Gubbaa i ddoo Ganda Sheekaa
j
edhamuunbeekamut tiargama.Magaal aaHar arirraaf ageenyaKm 72, magaalaaAanaakeeny aakant aate
Ejer
saGoor oo i r
raai mmoof ageeny aKm 36i r
rat tiargama.Qubbi i
nAl i
fi
ifQool l
oo/ Qubbii‘Qulqull
oot a’
Musili
maa( Shr inesofMusl i
m Sai nts)kanneenbabal ’
achuuamant iiI
sil
aamaabahaI toophiyaat
tisaffi
siisan
keessaaisat okkodha.Bar reef f
amakanakeessat tiwaa’ eeniddooseenaqabeessaaf ihawatat uuri
zi mii
kanaa bal’
i
naan dhi yaateera.Konkol aataadhaan gamasi t
tiimaluuffil
annoo lamat uj i
ra.Innijalqabaa
magaalaaEj ersaGoor ooi r
raahangaAanannoot tiy ommuut a’
u,innilammaffaani mmoomagaal aaDi rree
Dawaai r
raaf ageenyaKm 70gar aAanannoot t
iimaluut a’a.

I
I. Seen-
duube
eQool
loo/Qubbi
i‘Qul
qul
loot
a’ Mus
il
ima
a(Ba
ckg
roundofS
hri
nesofMus
li
m
Sa
ints
)
Bahabi y yakeeny aakeessat tisaf fisaanbabal ’achuuamant i
iI slaamaat ii
fgaheeguddaakangumaachan

qulqul l
oot a’(saints)qool loon/ qubbi in( shrines)isaaniiiddoogar agar aattimul ’
ataniifiummat anaannoot ii
n
kabajamaaj i
ranakkat a’ehay yot niseenaal afakaa’anii
ru.Keessumat tuumagaal aanHar arfinaannooni shee
qubbii/qool looqul qullootay knnamoot abebbeekamoot ii
nkanbadhaat edha.Kuni mmooakkamagaal attii
n
maqaa ‘ Magaal aaQul qulloot aa’( Townoft heSai nts)y ookin‘
i Madi i
natal -awul i
yaa’j edhamuunbeekamt u
i
sheet aasi seera.Magaal aaQul qulloot aaj edhamt eebeekamuuni sheekuni sqor attootniAwur ooppaaf uula
i
saani igar aBahabi yyakeeny aaqor achuut tiakkadeebi sani saandi rqisii
se.Fakkeeny aafkar adeemaan
Awur ooppaaRi char dBur t
onj edhamubar a1854keessamagaal aaHar ardaawwat eey aadannooi saai rratti
waanar gekat abuudanda’ eer a. Hay y otaodeef fannoogat iqabeessawaa’ eeqool l
oo/ qubbiiqulqulloot aa
(Saints)i rratt
ikanneen bar reessan keessaa Er r
ico Cer ull
i(1936: 46-51)f iWol fLesl au (1965: 200-207)
beekamoodha.Hay yuunbi rooEwal dWagnerbar a1973t timaqaaqul qullootaHar armaxxanseet ure.Ewal d
maqaaqul qulloota107kant arreesset a’us,maqaani nnibar r
eesseguut uuakkahi nt aanei bseera.Haat a’u
maleemaqaai nnit arr
eessekeessat tiirradeddeebi inkanbar reeff amanbaay ’
eedha.Kanaaf uuhay yootnibi ro
i
mmoomaqaanqul qullootaHar ar90nit a’ajechuunkaa’ u.Naannooqubbi i
/qool l
ooqul qul
loota/saintsadda
addaat tihaasaanaf aanii
nhaasa’ aman,durdur ii
nbar reeffaman,bi fawal aloof isi
rbaatiindhi y
aatanakkaat aa
1
du’aqul qullootaaKanseenessani dha.

Jechiqool
looyknqubbi i
(shri
nes)j edhuhi i
kaanisaaiddooqulqul
l
uunnam- tolchee( y
eroot okkotokkowant a
uumamaan kan wal qabatu)kan qul qul
loota(waliyyi
i)dhaafkennamu/war eegamudha.Kar aa bi
raatii
n
Qubbii
n I j
aar
sabant ii
n/mataani saageengoot a’
ey knij
aarsabocaf injaalaay knsi i
niiqabudha.Ijaarsa
mukaay kndhagaata’uunidanda’a.Ijaarsamukaay knkandhagaadal l
aadhaanmar famedha.Qubbi i
nbakka
qulqul
loot
ni(wal
iy
yoot ni
)yeroolubbuunj ir
anji
raatany knbakkaisaanittiawwaal amani dha.Daawwannaan
2
garaqoolloo/qubbii
ttitaasi
famu‘ Ziyaaraa’j
edhamuunbeekama. Zi yaar aangar aqubbi iyknqoollootti
godhamuwant oot
agar agar aaakkakennaat t
igeessuudhaant a’a.Want oot
nigeef famany eroobaay ’
ee
war eegaaft a’u.War eegnigaraqubbi i
ttigeeffamuKor ma( Kanl ooni
i, r
e’ee,hoolaaykngaal aa)dha.War eegni
kunnami chageesseenwar riiul
aaqubbi i/qooll
oosanaai rr
attiqalama. Akkaseer aamant iiIsil
aamaat ti
eker aaabudur oo( ancestors)waaqef fachuuny ookii
ngabbar uust a’
eei ddooawwaal ai saanii
ttiwar eega
qaluundhor kamaadha.Haat a’umal eegochiakkanaahangaxumur ajaarraa19f f
aattiummat aSomaal ee
3
dabal atee ummat toota pilaatoo Har ari rr
aj ir
aataa tur
aniinr aawwat amaa ture. Ekeraa qul qull
ootaa
waaqef fachuunbar maat il
eehawaasaakanamant ii
dhaanwal i
ttimakameef iMusi l
imoot a[
suuf i
i](Orthodoxy
Musl i
ms)bi ratt
ifudhat amakanar gatedhaj echuunhay y
otniseenaabar reessanii
ru.Kanaaf uuseer aamant ii
Isi
l
aamaakeessakanhi nji
rr
et a’
uuisaabeekuunbar baachisaadha.

I
II
. Qubbi
iAl
if
ii
f
Naannol eemagaal aaHar arirr
aagamabahaat tiar gamankeessat tiamant iiIsilaamaababal ’
i
suukeessat ti
i
ddoowwanbeekamoot a’
anAwu- NuguskannaannawaKombol chaakeessaaf iAwu- Ali
fii
finniAanannoo
30
keessatt iar gamugaheeguddaat aphatani
ir
u. Awu- Nugusbakkaqul qullchiBuubbaaI
i bir
aahimj edhamu
kanqul qul l
i
chaAbaadi rwajji
nbar atokkokeessawal ii
nj i
raatani ttiawwaal amedhaj edhameeamanama.
Boodai mmooi ddoonkuni ddooOromoot ni
Nool eeamant i
iIsi
laamaai t
tifudhat ant a’e.Awu- Ali
fi
ifqulqulli
cha
Hararii
ti.Qool looy knQubbi i
nisaaiddooAanannooj edhamukanmagaal aaHar ari r
raagar aKaabaBahaat ti
(km 25)f agaat eequbsumaOr omooJaar soof iol laonaSomaal eeI i
saattiar gama.Waagner( 1973:275)
Qubbi i
nAl if
iiflafabaddaaOr omootniJaarsooi rrajiraatani
ifigammooj ji
ionaSomaal eeIisaata’egi dduutti
argamaj echuunbar eesse.Fageeny iqubbii
nAl i
fii
fmagaal aaHar arirraaqabukanhay yuunkunkm 25j edhee
i
bsef ageeny asaat alaayiti
insafar
amey oota’emal eekar aadaandi ikonkol aataat i
inmagaal aaHar arirraakm
72f agaat eear gama.Dabal ataani
sQubbiinAli
fii
fl afaOr omoot niJaar sooi rr
aj i
raat ankeessat tiakkaar gamu
beekuunbar baachi saadha.Or omootninaannooQubbi iAl i
fii
fjir
aat ani
ifiSomaal onniI i
saanaannawaCi r
ii
Mixeef ii ddoobi raaj i
raatanQubbiikanabiratt
iy erookadhannaat aasisan“ Ali
fii
f -
bil
laaf i
if”(Ali
fi
ft akeaway
misfortune)j edhuunqul qull
ichayaadatu.AfaanOr omoot iinimmoo Al ifii
fhi reehamt uunur raaf ageessi
4
j
echuut a’a.

Akkamaanguddoot niibsanit
ti:‘Qulqulli
chiAwu- Alif
ii
fgaaftokkoi nt
alai saaFaaxeej edhamt uakkai sheen
bishaansal aataai saafwar aabduufl agattiergate.Faaxeenisl agakeessat tigurbaadar daraat okkoowaj ji
n
haasaawaanj al
qabdeefosoohi ndeebi ’
int urte.Awu- Al
i
fii
fbi shaaneeggat eedhabe.Waqt i
insal aat aa
darbuufgeeny aanaar uudhaanFaaxeebar baaduufmanxar aasha( ankaassee)i saadhadhaabbat aagar a
l
agaat t
iqaj eel
e.Osool agakeessadeemaaj i
ruui nt
aladubraadar darat okkoowaj j
indhaabbat teehaasof tu
arge.Isheeni sFaaxeedha.FaaxeeAl if
ii
f.KanumaanAwu- Alifi
ifmi ir
aaar ii
ti
inguutamee“ dhagaat a’aa”
j
edheei saanabaar e.Faaxeef igurbaandar daraasunbakkumadhaabbat anit
tidhagaat a’
aniihafan.Awu-
Alif
ii
fwaqt iinsalaat aadarbuufdhi yaachuui saati
inaar eemanxar aashai saalafatt
idire.Bat t
alumasanat ti
bakkai nnidirekeessaabi shaanf utjedheeolut aale.Manxar aashai saaolkaaseebakkabi raadi re.Bakka
l
ammaf faakanaani sbishaantumadde.Bi shaani ddool amaanwalbi r
aamaddekunwal ittidabalameel af arra
yaa’uueegal e.Awu- Alif
ii
fi
ser gamaai saakani saawaj j
indeemaat urewaamee“ meebi shaankanadur af iigii
bakkainnigahui laali”j
edheen.Er gamaanAwu- Alifi
i
fmat aabishaaniidur abu’ eeosoof i
iguu laf acirr
achaa
keessagaheemi il
umaof ii
tt
iguf ateekuf e.Bi shaanichisbakkumaer gamaanAwu- Alifii
fitt
ikuf ekanat ti
cirr
achaseeneeachumat t
ihaf e.”
Himamsamaanguddoot aakanakeessaawant ootnihar ’
aqabat amaanmul ’atanni j
iru.I saankeessaat okko
Burqaa Alifi
i
fi.Bur qaan Al ifi
i
fAr addaa Aanannoo,ganda Qar saa jedhamu keessat ti( Ganda Daar od
Gubbaat i
i
nOl i
tti
)ar gama.Bakkal amaakany aa’ut a’us,wal umattideebi ’
eel agat okko keessagul ufa.
Ummat aAraddaaAanannookeessaj i
raatuhundaafwabi ilubbuut a’
eetajaaji
ladhugaat i
i,dhiqannaaf iqonna
j
alli
siikennaaf i
ijir
a.Bur qaat okkichakanai r
rattiWal daanMi soomaOr omi yaaf iI mbaasi in Far
ansaay i
maagat a(bo’oojall
isiiammay yaa)kallatt
iiaddaaddaat tidirii
rsuudhaanakkaummat nigandeensaddeet iiit
ti
fayyadamut aasisaniiru.Akkal akkoofsaI toophiyaatt
ibar a2000dur at
tidhakaanbocai ntalaaf igur
baawal
bir
adhaabbat aniiqabuar addaaAanannookeessaqabat amaankant ur ey ommuut a’u,namoot ailaalcha
amant i
idahoogodhat anii
nkancaccabet a’uuisaamaanguddoot nii
bsaniir
u.Bar reessaanseenaaWaagner
j
edhamusbar a1973SeenaaAwu- Al i
fi
ifbareessekeessat tidhagaanbocadhi i
raaf idubar tiiqabunaannoo
qubbiiAli
fi
ifakkat urei bseejir
a.Or omoot niif
iSomaal onnibaay ’
eenwaggaat tiy
erool ama:Guy yaaDhal oota
NabiMahammad( Mawul i
dal -
nabi)S. A.Wf ier gaoomi shasassaabbat aniiboodaQool loo/Qubbi iAl i
fi
if
ziy
aaruudhaanachi ttiwal gahaniisirnakadhannaaf igalateeffannaageggeessu.

Moor aaQubbiiAlif
ii
fkeessattii
ddooawwaal aAwu-Ali
fi
if
,Maskii
daaf itaa’
umsat aj
aaj
il
tootaqubbi
ikanaatu
argama.Qubbi i
nKundhagaadhaankani j
aaramey ommuut a’
uhall
uuadi iwaandi bameefhalaal
aamiidhagee
mul’ata.Qubbi
ikanaeeny uakkai j
aar
eefiyoom akkaij
aaramedeebisuufqor annoondabal at
aabarbaachisa.
I
ddoonkuni ddooSeenaQabeessaqor att
oota SeenaaI di
lAdduuny aati
i
fr agaaseenaat a’uwaant a’
eef
hi
ikooamant i
i
nfisiyaasaakami i
nuuirr
aawal abaofgoonee hawat ummaaf iseenaqabeessummaai saa
qofaafkunuunsineebeeksisuungaheeummat aaanaaJaarsoohundaati.

I
V.Ba
rre
eff
amoot
aWa
bii
1
.Sear
in1942:
173,
Brooke1956:
294
2
.Cf.
Pat
tonp.
67
3
.Paul
i
nsenke1893.205Thi
swasconf
ir
medbyt
radi
ti
onal
communi
cat
ion
4
.Wagner1973:
283

You might also like