You are on page 1of 34

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO

BEDENO PRIMARY HOSPITAL


WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

ZUBEER ELIYAAS AHMAD tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajila Yaalaa keessatti akka to ZUBER ELIYAS AHMED for
Narsii kutaa yaala Ariiffachiisaatti their Excellent performance in
adda durummaan, Qulqullinaa fi Data management and patient
Naamusa ol`aanaan qabiinsa ragaa fi nursing care at Emergency service
kunuunsa maammilaa irratti hojii boonsaa unit with high ethical standard and
waan hojjettaniif xalayaan raga kun isiniif Quality.
laatamee jira.

________________________ ________________________
Board Chairman Hospital CEO
HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO
BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

MOHAMMAD ABDALLAA MUUSSAA tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajila Yaalaa keessatti akka to MOHAMMED ABDELA MUSA for
Ittigaafatamaa Narsii kutaa Deddeebi`anii their Excellent performance in
Yaaluutti adda durummaan,Hojjetaa Coordinating staff at OPD, Data
Qindeessuu,akkasumas qulqullinaa fi management, proper recording and
Naamusa ol`aanaan qabiinsa ragaa fi nursing care at outpatient
kunuunsa maammilaa irratti hojii Department service with high
boonsaa waan hojjettaniif xalayaan raga Ethical standard and Quality.
kun isiniif laatamee jira.

_______________ _______________________
Board Chairman Hospital CEO
HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO
BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

ABDII AHMAD MUMMAD tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajila Yaalaa keessatti akka to ABDI AHMED MUMAD for
Narsii Ittigaafatamaa kutaa their Excellent performance in leadership,
Ciibsanii Yaaluu Daa`immaniitti Data management and pediatric patient
adda durummaan, Qulqullinaa fi Nursing care at inpatient Pediatric Ward
Naamusa ol`aanaan qabiinsa ragaa fi with high ethical standard and Quality.
kunuunsa maammilaa irratti hojii boonsaa
waan hojjettaniif xalayaan ragaa kun isiniif
laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO
HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO
BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

ALIYYII JOOHAR ABDOO tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti quuqamaa to ALIYI JOHAR ABDO for
fi aantummaa maammilaaf qabdan akkasumas their Excellent performance in leadership,
adda durummaan ,Qulqullinaa fi Data management and pediatric patient
Naamusa ol`aanaan qabiinsa ragaa fi Nursing care at inpatient Pediatric Ward with
kunuunsa maammilaa irratti hojii boonsaa high ethical standard and Quality.
Kutaa yaala Battalaa keessatti waan hojjettaniif
xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO
HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO
BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

ABDUSEMAD ABRAAHIM DAAWWID tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti quuqamaa to ABDUSEMAD ABRAHIM DAWID for
fi aantummaa maammilaaf qabdan akkasumas their Excellent performance in Caring for
adda durummaan ,Qulqullinaa fi Cichoominan neonate at Neonatal Intensive Care unit and
hundaa ol Naamusa olaanaan kunuunsa labor ward with Compassion, Respect and
Daa`imman kichuu irratti hojii boonsaa Fabulous ethical standard and Quality.
Kutaa Haadholii Da`uumsaa fi Yaala
Daa`imman Daran dhibamanii(NICU) keessatti
waan hojjettaniif xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO
HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO
BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

BAREENTOO ABDALLAA AHMAD tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti quuqamaa to BARENTO ABDELA AHMED for
fi aantummaan akkasumas Haala ogummaan their Excellent performance in Proper and
guutameen hundaa ol Naamusa olaanaan hojii standardized triaging and appropriately
Maamila Caalaluu fi Tartiibessuu akkasumas iddoo categorizing and Streaming of patients to
tajaajilatti fuullessuu boonsaa Kutaa Calallii service points with Compassion, Respect
Giddugaleessaa irratti waan hojjettaniif xalayaan and with commandable ethical standard
ragaa kun isiniif laatamee jira. and Quality

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO
HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO
BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

CAALAA JAMAAL SAADAAN tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajila Yaalaa keessatti akka to CHALA JAMAL SADAN for
Narsii ittigaafatamaa tajaajila Ciibsanii yaaluu their Excellent performance in leadership
Ga`eessotaatti adda durummaan hooggansa kennuu, Data management and nursing care at
Qulqullinaa fi Naamusa ol`aanaan qabiinsa Inpatient Department and Axillary units
ragaa fi kunuunsa maammilaa irratti hojii boonsaa with Compassion, Respect and with high
waan hojjettaniif xalayaan raga kun isiniif ethical standard and Quality.
laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO
HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO
BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

DAAGMAAWII TAGANYI SHIMALLIS tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajila keessatti akka Hojjetaa to DEGMAWI TEGEGN SHIMALIS for
Kutaa Faynaansitti tajaajila Dhiheessii dhaqqabamaa, their Excellent performance in urgent
si`ataa fiQuuqama qabu adda durummaan, need sensitivity and response such that
Qulqullinaa fi Naamusa ol`aanaan Clinical Continuum of care is kept running
kunuunsa maammilaa irratti hojii boonsaa with Compassion, Respect and with high
waan hojjettaniif xalayaan raga kun isiniif ethical standard and Quality.
laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

DACHAAS MOHAMMED HASSAN tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti quuqamaa to DACHAS MOHAMMED HASEN for
fi aantummaa maammilaaf qabdan akkasumas their Excellent performance in Caring for
adda durummaan ,Qulqullinaa fi Cichoominan neonate at Neonatal Intensive Care unit and
hundaa ol Naamusa olaanaan kunuunsa labor ward with Compassion, Respect and
Daa`imman kichuu irratti hojii boonsaa Fabulous ethical standard and Quality.
Kutaalee Haadholii Da`uumsaa fi Yaala
Daa`imman Daran dhibamanii(NICU) keessatti
waan hojjettaniif xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO
HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO
BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

DARAJJEE MILIYOON DAMISEE tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti quuqamaa to DEREJE MILION DAMISSIE for
fi aantummaa hooggansa tajaajila Hadoochaa fi their Excellent performance in leading and
Ittisa Dhukkubbii adda durummaan ,Qulqullinaa improving anesthesia and pain medicine service
fi Cichoominan hundaa ol Naamusa olaanaan without reservation of all your potential and time
waan bahattanii fi ogummaa keessan with Compassion, Respect and Fabulous ethical
qusannaa malee kunuunsa maammilaaf waan standard and Quality
oolchitaniif fi hojii boonsaa tajaajila baqaqsanii
yaaluu irratti waan hojjettaniif xalayaan
ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO
HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO
BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

DHAABAA MARGAA YAAZAW tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti quuqamaa to DHABA MERGA YAZAW for
fi aantummaa maammilaaf qabdan akkasumas their Excellent performance in leadership,
adda durummaan ,Qulqullinaa fi Data management and client services in
Naamusa ol`aanaan qabiinsa ragaa fi Imaging units with compassion, Respect and
kunuunsa maammilaa irratti hojii boonsaa high ethical standard and Quality.
Kutaa Tajaajila Raajii fi altiraasaawundii keessatti
waan hojjettaniif xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

FARHAAN MOHAMMAD ABRAHIM tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti quuqamaa to FARHAN MOHAMMED ABRAHIM for
fi aantummaa maammilaaf qabdan akkasumas their Excellent performance in Radical and
adda durummaa, ga`uumsaa fi qulqullinaa Hojii Efficient execution of selective nursing
ogummaa keessanii keessatti calaqqisiistaniin procedures thereby improving emergency and
tajaajila yaala ariiffachiisaa fi kunuunsa maamilaa Critical care service to the greatest extent
irratti jijjiirama guddaa fiduu keessaniin hojii ward with Compassion, Respect and
boonsaa waan hojjettaniif xalayaan ragaa kun Fabulous ethical standard and Quality.
isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

FEESAL MOHAMMED AHMAD tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti quuqamaa to FESAL MOHAMMED AHMED for
fi aantummaa maammilaaf qabdan akkasumas their Excellent performance in Radical and
adda durummaa, ga`uumsaa fi qulqullinaa Hojii Efficient execution of Oxygen Administration
ogummaa keessanii keessatti calaqqisiistaniin Therapy thereby improving emergency and
tajaajila yaala ariiffachiisaa fi kunuunsa maamilaa Critical care service to the greatest extent
irratti jijjiirama guddaa fiduu keessaniin hojii ward with Compassion, Respect and
boonsaa waan hojjettaniif xalayaan ragaa kun Commandable ethical standard and Quality.
isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

FIROOMSAA JAMAAL IBROO tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti quuqamaa to FIROMSA JEMAL IBRO for
fi aantummaa maammilaaf qabdan akkasumas their Excellent performance in competent and
adda durummaa, ga`uumsaa fi qulqullinaa Hojii Efficient execution of Unprecedented
ogummaa keessanii keessatti calaqqisiistaniin maternity services through midwifery team
tajaajila da`uumsaa fi kunuunsa maamilaa coordination and Therapy thereby improving
irratti jijjiirama guddaa fiduu keessaniin hojii Delivery service to the greatest extent
boonsaa waan hojjettaniif xalayaan ragaa kun with Compassion, Respect and Commandable
isiniif laatamee jira. ethical standard and Quality.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
FOOZII YUUSUF AHMAD tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti quuqamaa to FOZI YUSUF AHMED for
fi aantummaa maammilaaf qabdan akkasumas their Excellent performance in competent
adda durummaa, ga`uumsaa fi qulqullinaa Hojii and Efficient execution of basic nursing care in
ogummaa keessanii keessatti calaqqisiistaniin nutritional rehabilitation unit(SC) thereby
tajaajila yaala Daa`imman hanqinaa nyaataa qabanii improving quality of nursing care and
fi kunuunsa maamilaa irratti jijjiirama guddaa fiduu clinical service to the greatest extent
keessaniin hojii boonsaa waan hojjettaniif xalayaan with Compassion, Respect and incredible
ragaa kun isiniif laatamee jira. ethical standard and Quality.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
GADAA ASAFFAA BIRRUU tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti to GADAA ASEFA BIRU for
quuqamaa fi aantummaan hojjechuun their Excellent performance in competent and
gamatti Koreelee adda addaa keessatti Constructive participation is multi-disciplinary
gahee miseensumman olitti shoora ol`aanaa Committees as well as for your exemplary
waan taphattanii akkasumas qindoomina fi leadership in coordination and administration of
bulchiinsa meeshaalee yaalan Hospitaalatti medical equipment thereby improving quality of
kabaja waan hortaniif adda durummaa, clinical care and administrative service to
ga`uumsaa fi qulqullinaa Hojii ogummaa possible high standard with Compassion, Respect
keessanii keessatti calaqqisiistaniin and incredible ethical standard and Quality.
hojii boonsaa waan hojjettaniif xalayaan
ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO
HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO
BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
JAANII TASFAAYEE H/MAARIYAAM tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti to JANI TESFAYE H/MARIAM for
quuqamaa fi aantummaan hojjechuun their Excellent and incredible dedication and
gamatti Iddoo hojitti kalaqa dabaluun commitment to reform working environment and
ittiquufinsa maammilaa fooyyessuuf sochii style of service provision at ANC thereby improving
fi kaka`uumsi argisiistan hundaa ol kabaja client satisfaction with motivation, compassion and
ogummaa fi maamilaaf qabdan jalqabuma Commandable ethical standard.
irraa waan calaqqisiistaniif hojii boonsaa
kanaaf xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
MAGARSAA MOHAMMAD ALIYYII tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna Tajaajilaa Yaalaa keessatti to MEGARSA MOHAMMED ALIYI for
Hundeeffama kuta calallii gidduu galeessaa Their excellent and incredible effort in strengthening
fi aadaa qabinsa ragaa fooyyeen akka jiraatu Central triage and Cultivating culture of information
taasisuudhaan murtoon raga irratti hundaa`e recording thereby enhancing evidence based
akka hojitti kennamu shoora guddaa waan decision making.
bahattaniif hojii boonsaa kanaaf xalayaan
ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
MISBAA MOHAMMAD ALII tiif This Certificate is awarded
Hojii Qulqullina Kenna Tajaajilaa fayyaa keessatti to MISBA MOHAMMED ALI for
Gahee hooggansaa, too`annaa fi Hordofii cimaa fi Their excellent and incredible effort in
walirraa hin cinne taasisuudhaan Hospitaalli Providing guidance, Supervision and
Monitoring
keenya Sadarkaa naannotti Kenna tajaajilaa Ragaa on Implementation of EBC thereby improving
irratti hundaa`en(EBC) ejjennoo Fooyyee and enabling our hospital to have better
akka qabaatu kutannoon waan hojjetaniif EBC Implementation status at regional level.
hojii boonsaa kanaaf xalayaan
ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
MOHAMMADE AAMMEE UMAR tiif This Certificate is awarded
Hojii walitti hidhamiinsa Kenna Tajaajilaa fayyaa to MOHAMMEDE AME UMAR for
keessatti hifadhe,dadhabe osoo hin jenne kutannoo Their excellent and incredible effort in
fi Cichoominaan Lubbuu haadhaa fi Daa`imman Providing Continuous ambulance service
hin dhalannee baraaruuf halkanii guyyaa tajaajila day and night without Reservation thereby
Ambulaansii itti fufiinsaan kennuu ga`uumsa kenna improving our clinical service to the
tajaajilaa waan dabaltaniif hojii boonsaa kanaaf xalayaan greatest extent.
ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
MOHAMMAD ALIYYII USSOO tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna Tajaajilaa fayyaa keessatti to MOHAMMED ALIYI USO for
Muuxannoo fi beekumsa jiru cunfuun kutannoon Their excellent and incredible effort in
Fi cichoominaan gahee hooggansa fi ogummaa Coordinating laboratory activities and for
Waan bahattaniif hundaa ol hojii dhiiga dhiheessuu the lion share he played in saving lives
fi lubbuu baraaruu keessatti shoora leencaa waan through maintaining Supply of Blood
taphattaniif hojii boonsaa kanaaf xalayaan ragaa despite countable challenges thereby
kun isiniif laatamee jira. improving quality of clinical care.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
MUSXAFAA ABDALLAA ABRAHIM tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna Tajaajilaa fayyaa keessatti to MUSTAFA ABDELA ABRAHIM for
Muuxannoo fi beekumsa jiru cunfuun kutannoon their dedication and commitment to
Fi cichoominaan gahee ogummaa bilchinaan implement EBC reforms in surgical service unit
Waan bahattaniif hundaa ol tajaajila baqaqsanii and excellent and incredible effort in realizing
Yaaluu keessatti qabiinsa ragaa fi hojirra oolmaa Proper data generation at the unit.
Riifoormii dhugoomsuuf hojiin hojjettanii xalayaan raga
kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
NIBRAAS IDIRIIS ABDULLAA tiif This Certificate is awarded
Hojii quqlqullina Kenna Tajaajilaa fayyaa keessatti to NIBRAS IDIRIS ABDULA for
Muuxannoo fi beekumsa jiru cunfuun kutannoon their dedication and commitment to
Fi cichoominaan gahee ogummaa bilchinaan establish health literacy Unit and fruitful EBC
Waan bahattaniif hundaa ol tajaajila barnoota implementation in this regard with compassion,
fayyaa qabatamaa fi milkaa`aa hojirra oolmaa respect and Commandable ethical standard
Riifoormii keessatti dhugoomsuu keessaniif and Quality
hojjettanii xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
SUFIYAAN MOHAMMAD SAANII tiif This Certificate is awarded
Hojii hooggansaa fi gurmaa`insa qabeenya to SUFIYAN MOHAMMED SANI for
humna namaa irratti muuxannoo fi beekumsa their dedication and commitment to
jiru cunfuun kutannoo Fi cichoominaan gahee build Responsive, fair and efficient human
gurmuu bilchinaan waan bahattaniif hundaa ol resource administration without reservation.
ragaa humna namaa sadarkaan qindeessuu
keessatti hojii boonsaa waan hojjettaniif
xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
SHARAF HABIIBEE SA`ID tiif This Certificate is awarded
Hojii hooggansaa fi gurmeessuu cimaa to SHERAF HABIBE SEID for
adeemsa tajaajila Narsii keessatti uumuun, their dedication and commitment to
muuxannoo fi beekumsa jiru cunfuun kutannoo build Responsive, fair and efficient Nursing
Fi cichoominaan gahee ogummaa fi ga`uumsa Work force with all his zeal without reservation
ijaaruu bilchinaan waan bahattaniif hundaa ol Compassion, respect and remarkable ethical
obsaa, kabajaa fi hamilee guutuun yeroof Standard and quality.
beekumsa keessan milkaa`ina tajaajila yaalaf
waan oolchitaniif hojii boonsaa waan hojjettaniif
xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
TUJAAR ALIYYII YAAQUUB tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna tajaajila yaalaa keessatti to TUJAR ALIYI YAKOB for
Humnaa fi yeroo ofii osoo hin qusatin deeggarsa their dedication and commitment in
Humnaa dhaqqabamaa fi si`ataa gahuumsaan investing their physical force to Facilitate
Waan kennitaniif hojii boonsaa hojjettaniif Responsiveness of biomedical services.
xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

TURAYYAA ALII HUMADII tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna tajaajilaa keessatti to TURAYA ALI HUMADI for
Akka ittigaafatamtuu kutaa tajaajila their dedication and commitment to serve
walqunnamtii,ol-ergiinsa fi hawaasummatti the community and Clients with compassion,
hojii kunuunsa maammilaa quuqama, kabajaa respect and utmost humanity while she is a
fi namummaan guutame kennuun itti quufinsa liaison ,Referral, and Social service officer.
maamilaaf waan gumaachitaniif hojii boonsaa kanaaf
xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
Dr. ABDUSAMAD YAAYYAA MUUSSAA tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna tajaajilaa keessatti to Dr. ABDUSEMAD YAYA MUSA for
Quuqama,kabajaa fi ulfinaan yeroo keessan their dedication and commitment in
Hundumaa aarsaa gootanii kutaa tajaajilaa providing responsive, fair and efficient
adda addaa keessatti muuxannoo fi beekumsa jiru clinical care to the community and Clients at
cunfuun kutannoo Fi cichoominaan gahee ogummaa all clinical services facets with compassion,
keessan sadarkaa olaanan waan bahattaniif hojii respect and utmost ethical standard and
boonsaa kanaaf xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira. quality

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
Dr. HASHUU JAMAAL BUNEE tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna tajaajilaa keessatti to Dr. HASHU JEMAL BUNE for
Quuqama,kabajaa fi ulfinaan yeroo keessan their dedication and commitment in
Hundumaa aarsaa gootanii kutaa tajaajilaa providing responsive, fair and efficient
adda addaa keessatti muuxannoo fi beekumsa jiru clinical care to the community and Clients at
cunfuun kutannoo Fi cichoominaan gahee ogummaa all clinical services facets with compassion,
keessan sadarkaa olaanan waan bahattaniif hojii respect and utmost ethical standard and
boonsaa kanaaf xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira. quality

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE

Dr. SURAAFEEL NUGUSEE TASFAAYEE tiif This Certificate is awarded


Hojii Kenna tajaajilaa keessatti to Dr. SURAFEL NUGUSSIE TASFAYE for
Quuqama,kabajaa fi ulfinaan yeroo keessan their dedication and commitment in
Hundumaa aarsaa gootanii kutaa tajaajilaa providing responsive, fair and efficient
adda addaa keessatti muuxannoo fi beekumsa jiru clinical care to the community and Clients at
cunfuun kutannoo Fi cichoominaan gahee ogummaa all clinical services facets with compassion,
keessan sadarkaa olaanan waan bahattaniif hojii respect and utmost ethical standard and
boonsaa kanaaf xalayaan ragaa kun isiniif laatamee jira. quality

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
Mr. USMAA`IL ALIYYII HASAN tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna tajaajilaa keessatti to Mr. USMAIL ALIYI HASEN for
Quuqama,kabajaa fi ulfinaan yeroo keessan their dedication and commitment in
Hundumaa aarsaa gootanii kutaa tajaajilaa providing responsive, fair and efficient
Baqaqsanii suphuu keessatti muuxannoo fi clinical care to the community and Clients at
beekumsa jiru cunfuun kutannoo Fi cichoominaan Surgical clinical services facets with
gahee ogummaa keessan sadarkaa olaanan waan Compassion, respect and utmost ethical
bahattaniif hojii and boonsaa kanaaf xalayaan standard and quality
ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
YOOSEEF GEETACHOO DIRRIBAA tiif This Certificate is awarded
Hojii Kenna tajaajilaa keessatti to Mr. YOSEPH GETACHEW DIRIBA for
Quuqama,kabajaa fi ulfinaan yeroo keessan their dedication and commitment in
Hundumaa aarsaa gootanii kutaa tajaajilaa providing responsive, fair and efficient
Faarmaasii fi raabsaa qorichaa keessatti muuxannoo clinical care to the community and Clients at
fi beekumsa jiru cunfuun kutannoo Fi cichoominaan clinical pharmacy and dispensary unit facets
gahee ogummaa keessan sadarkaa olaanan waan with Compassion, respect and utmost
bahattaniif hojii and boonsaa kanaaf xalayaan ethical standard and quality
ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
WONDEWOSAN BALLAXAA MARSHAA tiif This Certificate is awarded
Hojii eegumsaa fi nageenya mooraa keessatti to WONDEWOSEN BELETE MERSHA for
Quuqama,kabajaa fi ulfinaan yeroo keessan for their dedicated, selfless and Cooperative
Hundumaa aarsaa gootanii hospitaala tajaajiluu fi services in hospital Peace and security
wardiyyaa sirnaan qindeessuu keessaniif xalayaan keeping unit and better guard coordination
ragaa kun isiniif laatamee jira. with Compassion, respect and utmost ethical
standard and quality

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

HOSPITAALA JALQABAA BADDANNOO


BEDENO PRIMARY HOSPITAL
WARAQAA RAGAA
AWARD CERTIFICATE
FAAXIMAA SHAAFII tiif This Certificate is awarded
Hojii qulqullina mooraa fi kutaalee tajaajila to FAXIMA SHAFI for
yaalaa keessatti Humnaa fi yeroo keessan osoo their dedicated, selfless and Cooperative
hin qusatin kutannoo fi cichoominan tajaajila Services in cleansing section such that
qulqullinaa kennuun ittisa dhibee fi nageenya Responsive, fair and efficient clinical care is
maamilaa keessatti gahee ulfina qabu waan provided with infection prevention and
bahattaniif hojii boonsaa hojjettaniif xalayaan patient safety is assured.
ragaa kun isiniif laatamee jira.

________________ ________________
Board Chairman Hospital CEO

You might also like