You are on page 1of 1

Maqaa Shagituu Sadhuu

Kaadhimatanii Fuudhuu
Kaadhimatanii fudhuun sirna fudhaafi heeruma aadaa ummata oromoo keessaa
isa tokko.Sirni fuudhaa fi heerumaa kun kan adeemsifamu fedha maatiifi intala
heermtuu irratti hunda’a .Kana jechuun maatiin gurbaa fudhuu gara worra intaalaa
jarsoota ergachuun fedha maatii fi intalaa gaafachuudhaan maatiin Ykn warri
intalaa eeyyamuu isaanii erga mirkaneessanii booda wantoota intalaa fi maatii
isiitiif barbaachisu akka gabbaraatti kenu,.Achiin booda kaadhimatan..Erga
kaadhimatanii booda guyyaan cidhaa murta’ee sirnii fudhaa fi heerumaa
adeemsifama.Walumaagalatti sirni kaadhimatanii fuudhuu jaalala gara
lamaaniinuu jiru irraa ka’uudhaan waan ta’eef aadaan fuudhaa fi heerumaa kun
boonsaa dha.

You might also like