You are on page 1of 3

Barannoo 14

Jechoota dubbisuu

Qaamota Miiraa barachuu


 Qaamotni miiraa keenyaa shani dha.
Isaanis: Ija , gurra , funyaan , Arrabaa fi Harka
 Faayidaa qaamota miiraa keenyaa
Ija keenyaan ni ilaalla ykn ni agarra
Gurra keenyaan ni dhageenya
Funyaan keenyaan ni fuunfanna
Arraba keenyaan ni dhamdhamna
Harka keenyaan ni qaqqabanna
 Jecha keessaa qubee gatuu ykn hir isuu dhiisuu
FKN Funyaa “n” Funyaa x
Gu – ra “r” gura x
Ha – ka “r” Haka x
 Gilgaala 4 fuula 59
Qubeewwan walkeessa makatan sirreessuun jecha sirrii barreessuu
FKN
1. Jai = ija
2. rakha = harka
3. liima = miila
4. rruga = gurra
5. nyaanfu = funyaan
6. rrabaa = Arraba
barannoo 15

meeshaalee Barnootaa

 meeshaalee Barnoota jechuun kan barnootaaf itti fayyadhamuu dha.


Isaanis:-
Gabatee gurracha
Qalama diimaa
Baronqii
Kobbee
Qalama gurraacha
Qubeessaa halluu garagaraa
Sarartuu
Kitaaba
Qartuu
Haqxuu
Waraqaa fik,k

You might also like