You are on page 1of 1

ኦሜጋ ትምህርት ቤት

OMEGA SCHOOL
Name of student: ______________________ Subject: Afaan Oromo
Grade: 10th sections: _____ Semester: 1st Work sheet
(2)

I. Deebii sirrii ta’e filadhuu qubee isaa bakka siif kenname irratti barreessi.
_______1. Sagalee xiixaa kan ta’e kami?
A. /d/ B. /sh/ C. /h/ D. /ch/
_______2. Jecha “lixe” jedhu keessatti utubaan birsagaa tail kami?
A. i fie B. e C. i D. l
_______3. Sagalee dubbi famaa kan ta’e kami?
A. deebiin hin jiru B. /’/ C. /0/ D. /1/
_______4. Bakka umama sagalee kan hin taane kami?
A. hidh-ilkee B. hidh-lamee C. hidh-irgee D. surroo
_______5. Jecha sagalee gabaabaa kan ta’e kami?
A. gara B. finfinnee C. waa’ee D. Dheeraa
_______6. Jechi dubbifamaa garaa garaa lama walitti aanan qabu maal jedhama?
A. sagalee dheeraa B. Hudhaa C. irra butaa D. Sagalee gabaabaa
_______7. Jechi “qaramxam xameessa” jedhu birsaga meeqa qaba?
A. 4 B. 5 C. 6 D. 7
_______8. Jecha Sagalee laafaa kan ta’e kami?
A. dhibba B. seenaa C. gadda D. tabba
_______9. Jecha “dhiibe”jedhu keessatti ka’umsi bir sagaa kami?
A. b B. i C. e D. dh
_______10. Kanneen armaan gadii keessaa qaamolee sagalee dubbii kan hin taane kami?
A. hidhii B. ilkaan C. deebiin hin jiru D. arraba
_______11. Jechi sagalee jabaa fi irra butaa qabu kami?
A. abbaltii B. sirriiqe C. gilindisuu D. sigigaachuu
_______12. ‘Qamalee’ jennee ‘qalamee’ yoo jenne, adeemsi bakka wal jijjiirraa dhaamsagootaa kun?
A. saaguu B. haquu C. wal-jafuu D. deebiin hin jiru
_______13. Kanneen armaan gadii keessaa surroo/ harsassee irratti kan hin umamu kami?
A. /q/ B./b/ C. /k/ D. /g/
_______14. Hundeen _________dha.
A. barattaa B. bar ataa C. barata D. baraataa
_______15. Sagale lrra butaa lama kan qabu kami?
A. magarsaa B. dargaggeessa C. dor gaadorgee D. finfinnee
_______16. Hidh-ikee kan ta’e isa kami?
A. /m/ B./b/ C. /y/ D. /f/
_______17. Kan dhugaa ta’e lami?
A. hunduu C. dubbi famaa gofaan birsagni hin uumamu
B. kaumsi birsagaa dubbi famaa D. utubaan birsagaa dubbachiif tuu dha
_______18. A deemsa wal baqannaa dhaam sagootaa keessatti haala sagaleessuu fi seera a faanii
sirreessuuf dhaamsagni hirira keessa hin jirre yonmmuu hiriira keessa galee
_________jedhama.
A. wal-jafuu B. haquu C. saaguu D. decbin hin jirru
_______19. Sagaleen afaan Oromoo ergi fate itti hin fayy adamne kami?
A. /p/ B. /y/ C. /v/ D. /z/
_______20. Qubee dacha gudda kan ta’e?
A. CH B. ch C. t D. e

You might also like