You are on page 1of 1

Lallaba karaa dn Gammachis Nagaasatin

7/11/2012
mata duree :-kitaaba rajicha Hoosee'a 6:1
kottaa gara waaqayyootti hin deebina.
W/mat 3:_ -wamichaa yohannis cuuphaan
W/mat 4:17 -kotta yaada garaa keessani jijjiraadha
H/erga 2:38 - yaada garaa kessani jijjiradha cubbun keessan akka isinif dhifaamuf
W/mat 11:28 -Isin ba'aan kessan kan isinitti ulfaate gara koo kotta
Efeson 4- 22 namuumma goonii isaa dullooma balleessa namuumma haara uffaadha
Raajii Ermiyaas 29:11 yaada ani isinif yaadu ana qofatu beeka innis yaada si
balleessu miti.
Rajii isaayas 55:8 yaadi koo akka yaada keessani miti
Farsa 50(51):10*
yaa waaqayyoo laphee qulqulla'aa naf uumi.
Qort 1ffa 6:1 waaqayyoo gatii dhan isin bitateera.
Luqas 15:18 kaa'een gara mana abba kotti deebi'a
Rajii isaayas 51:1-2 yaa ijjoolle ko gara abba keessan abrihaamin gara hadhaa
kessan saraa ilaala.
W/mat 7:7 dandii ishee dhiphoo dhan ol galuuf dorgoma.
Maqaa abbaa kan ilmaa kan afuura qulqulluu waaqa tokkoo ameen.
☞☞Lallaba betemeqdesi keessatti
Farsaa 117ykn 118 : 26
Maqaa waaqayyootin kan dhufuu eebbifamadha::
Mana waaqayyoo keessatti isin eebbisne::
waaqayyoo gooftaa dha nuufis nu ibse::
☜☜☞☞ Luqas 19 : 1-11
☞☞ lallaba gara lixatti
Farsaa 121 (122) : 1
Yeroo gara mana waqaayyoo demna nan jedhanitti nan gammade::
Yaa iyyeerusalem milloonni keenya, obdii ke keessa dhaabatan::
iyyerusalem akkaa magaalaa wal hudumtetti ni hojjetamti::
☜☜☞☞ Mat 21: 1-17
☞☞ lallaba gara kibbaatti
Farsaa 8(9) - 2
Daa'imaaniif warra harma hodhan irra galata qopheffate::
Waa'ee diina keef, diinaa fi haaloo qabattuu balleessuuf::
☜☜☞☞ Mariqoos 11 : 1-11
☞☞ lallaba gara bahatti
Farsaa 49(50) : 1-2
Ba'a biiftuuti jalqaabe hamma lixa isheettis biyyaa lafa waame::
Kabaaja isaa tsiyoonirraa::
waaqayyoo ifaan ni dhufaa::
☜☜☞☞ Luqas 19:28-48
☞☞lallaba gara kabaatti
Farsaa 147(148)-1
Waaqayyoon samiirraa galateffaadha::
Samiirratti isa galateffaadha::
Raayyoonni isa hundumtu isa galateffaadha::
☜☜☞☞ Yoh 12:12-19

You might also like