You are on page 1of 1

Giddu galeessa Qorannoo Amboottif

Ambo

Dhimmi. Ramaddi bakka hojii jijjiru gaafachu taha

Akkuma mata dure irratti ibsamuf yaalametti caamsaa, 2012 eegalee giddu galeessa qorannoo amboo
irra gara Giddu gala qorannoo dame Giinchitti yeroo murtaahe deeme hojii giddu galeessa sana keessatti
hojjetamu akkam hojjedhu xalayaan naf barreeffamen deemun kiyya ni beekama. Hanga guyya
hardhaatti hojii nat kenname hojjechan jira. Sababa rakkoo maatii qabuf gara giddu galeessa ambo
deebi’ee hojii qorannoo qabu akkan hojjechu kabajan isiin gaafadha. Deebii arifata waan kennu
dandeessanif galata qabdu.

Nagaan wajjiin

Midhaksaa Caalaa

You might also like