You are on page 1of 7

Hubannoo Qofaafi.

Labsii Lakk. 1234/2013 keewwata 5(1(o)) jalatti iyyata qaama bilisa baasuuf dhiyaatu
®
irratti aangoo kan qabu manneen murtii federaalaati jedha. Labsii lakk. 216/2011
kewt. 31(2) immoo Mana Murtii Aanaatiif kenneera. Iyyatni kun mana murtii kamiif
dhiyaachuu qaba?
የፋዯራሌ ጠቅሊይ ፌርዴ ቤት ከአምስት ያሊነሱ ዲኞች በተሰየሙበት የሰበር ሰሚ ችልት የሚሰጠው የሕግ
ትርጉም ውሳኔው ከተሰጠበት ቀን ጀምሮ በየትኛዉም ዯረጃ በሚገኝ የፋዯራሌም ሆነ የክሌሌ ፌርዴ ቤት
አስገዲጅነት ይኖረዋሌ፡፡ 1234/2013 kwt. 10(2).
T

Jiildii Kan Lkk. Galmee Dhimma Isaa


1 6 Fed. 20295, 25567, 26422 Kwt. 1000(1) dhaaltota gidduutti darbiinsa yeroo waggaa sadii
2 6 >> 25664 Kwt. 1845 dhaaltotaafi kan biraa gidduutti
3 20 >> 110040, 113529 Kwt. 842(3) fi 833 (walduraa duubaan)
4 21 124669 241, 241 – dimma irratti wal hinmormamne, dhimmi
hingaafatamnerratti akka qulqullaa’u jechuun ajaja kennuun
>> hinbarbaachisu
5 23 >> 162776 Gidibiin kaffalamuu turtiifi dirqama biraa bahuu dhabuuf
6 23 >> 150773 130/99 kiraa lafa baadiyyaa aadaa bu’aa kamuu qabaachuuf
galmaa’uun dirqama ta’uu
7 23 >> 134343 Namni kamuu qabiyyee lafa magaalaa ilaalchisee mana murtii
dhufuun dura qaama bulchiinsa lafichaa irraa mirga
mirkanaa’e qabaachuu qaba; kanumas dhiyeeffachuu qaba.
8 20 >> 114553 Ragaan teeknikaa mallattoo qorachuun kan hindaneenye yoo
ta’e ragaan namaa sanadarraa kan danda’amu ta’uu
9 20 >> 120841 Minor waggaa 18 booda hanga waggaa 15 himata dhaalaa
himata
10 19 >> 100475 Kwt. Sdfhh 91 seerummaa duraan gaafatame jijjiiruu hinmalu
11 18 >> 109776 Namni lafa baadiyyaa dhaalu qonnaa bulaa miseensa maatii
galii lafa irraa argamuun jiraataa jiru qofaa ta’uu
;12 16 >> 94931, S.H.H. Kewt 1846 darbiinsi yeroo lakkaa’amu guyyaa
dirqamni waliigalame itti gaafachiisu mirgichi hojiitti hiikame
yookiin, hojjataa ilaalchisee guyyaa xalayaan hojii gadi
dhiisisuu itti kenname irraa eegaleeti.
13 13 >> 76601 Darbiinsi yeroo kewt, S.D.F. H.H. kewt 78 kan lakkaa’amu
akkaataa seera H.H. tiin ta’ee guyyaa murtichi, ajajichi itti
kenname irraa eegaleeti, ta’us guyyaan murtiin itti kenname
ka’umsa ta’ee hinlakkaa’amu
14 11 >> 52407 S.H.H. kewt. 1000(1) kan lakkaa’amu dhaalaan tokko
qabeenya dhaalaa guyyaa harkatti galfate irraa eegaleeti malee
guyyaa maqaa isaatti jijjiirrate irraa miti.
15 11 >> 57114 SHH kewt. 1000(2) Darbiinsi yeroo seera dhaalaa dhaalaa
umriin hingeenye irratti guyyaa ga’eessa ta’e irraa eegaleetu
lakkaa’ama
16 11 >> 60392 Jeequmsi qabiyyee irratti uumame dhaabsisuu ilaalchisee
darbiinsi yeroo guyyaa abbaan qabiyyee (iyyataan) qaama
seera qabeessa irraa abbaa qabiyyee ta’uu isaa ragaa itti argate
irraa malee guyyaa jeequmsi uumamuu eegalerraa miti?????
Ilaalamuu qaba.
17 18 107840
18 21 113973
19 20 110150 Himataan wabii baasii himatamaa irra gahuuf wabii akka
qabsiisu kangodhamu himataan kun baasii sababa himata
isaatiin himatamaarra gahu kaffaluuf qabeenya homaa kan
hinqabne yoo ta’e qofaa ta’uu (SDFHH kewt. 200)
20 18 111599 Beenyaa himatamaan tilmaama mormuu baatuyyuu akka
amanetti hinlakkaa’amu, manni murtii madaaluun murteessuu
qaba. (SDFHH kewt. 83)
20 120841 Dhaalaan umriin hingeenye umriin gahee waggaa 15 keessatti
himata dhiyeessuu danda’a. 1000(2)
21 8 36380 Guyyaa deebiifi falmii jedhamee beellamamuun hojiin sirrii
mit
22 8 37762, 37761 Seerummaa jalatti hingaafatamne irratti olitti murtiin kennamu
bu’aa seeraa hinqabu. 348(1), 182(2), 329(1)
23 8 34940 Falmii gaggeeffamaa jiru ilaalchisee turtiin yeroo addatti
tumamuu baannaan 1677fi 1845 raawwii qabaachuu
24 9 36645 Jeequmsa dhaabsisuuf gaaffii kan gaafatu nama wanticha
irratti ajajuu danda’uufi waan karaa sirriin kan to’atame ta’uu
qaba.
25 23 162776 Sababa turtii ykn dirqamni biraa raawwatamuu dhabuutiin
adabbiin waliigaltee keessaa raawwatamaa ta’uu isaa.
26 23 153664 Qabeenya dhaabbataa gurgurtaan nama 3ffaarratti bu’aa
hordofsiisuuf galmaa’uu qaba, sababa galmaa’uu dhabuun
waliigalteen diigamaa ta’a, galmee sanarratti namichi maallaqa
fudhate deebisuu qaba jedhamee murtaa’uu qaba. 2878
27 23 119851 Bakka tokko himachuu osoo danda’uu addaan hiree
dhiyeessinaan kufaadha. 216(3), 218
28 21 120087 Lakk. galmee biraas 98639, falmii alaabaa lafa falmii lafaa
waliin dhiyaachuu qaba jechuun kaayyoo seeraa waan
hintaaneef erga dhimmi abbaa qabiyyummaa durssee,
alaaabaan boodarra dhiyaachuu danda’u mormii SDFFHH
kewt. 216 tiin kufaa hinta’u
29 24 169648 Vs 21 – 120087 (130/1999 kewt. 16 ilaalchisee) – waldhiita.
30 18 100671 Lafa gurguruun akka waan walligalteen hinraawwatamneetti
ilaalama malee restutuition hinqabu.
31 15 93741 Yakka Dagannoo jiraachuuf waan guutamuu qabu
32 9 42703 >>
33 24 161736 Sababa himannoo jijjiiruun himata fooyya’e fiduun dhimmicha
sirriitti ifa gochuufi jedhamuu kan hindandeenye ta’uu.
34 24 162083 Lafa baadiyyaa gadhiisisuun dura beenyaan kan kennameef
ta’uun mirkanaa’uu qaba
35 24 169030 Erga heera 1/1987 ragga’ee qabeenya dhaalaan dursee
fudhatame hanga fudhate sana kan caalu malee qabeenyichs
akka jiruuf dhaalatti deebisiisuun sirrii ta’uu dhabuu isaa
36 24 168556 Faayid. Ummataaf kan lafti irraa fuudhame qaama
bulchiinsaatiin dhimmichi osoo fala hinargatiin mm
falmisiisee murtii kennuun waanuma ta’uu qabu ta’uu
37 184647 Waliigalteen bfi G mana jireenyaa baadiyyaas ta’ee magaalaa
void jedhamuu kan hindandeenye ta’uu
38 24 168166 Miidhaan qaqqabe kan seera yakkaa kewt. 555(c) tiin
himachiisu ta’us miidhaan qaqqabe meeshaa hinfayyadamne
taanaan 556(1) jalatti adabsiisa. (teestaafi booksii fayyadame)
39 8 34803 Sababa formalitiif waliigalteen diigamnaan kaffaltiin deebi’uu
akka qabu (reinstatement)
40 7 10489 Baajatni tajaajila hawaasaaf waajjirri tokko qabate dhimma
jiraachuufi dhabuu waajjirichaa waan ta’eef SDFHH kewt.
404.
41 8 37762 Seerummaa mm jalaatti hingaafatamne mm oliyyataa ilaalee
murtii itti kennuu hindanda’u.
42 24 169030 Namni qabeenya dhaalaa dursee fudhate qabeenya sana
deebisa osoo hintaane hamma fudhatetu qabeenya dhaalaa isa
qaqqabu irraa hir’ifamee kan hafu qofaa argata. 1065
43 24 179416 Himatamaan waggaa 12 ol adabamuu danda’a jechuun
ammuma tilmaama fudhachuun bakka inni hinjirretti dhimma
ilaaluurra mirgi dhaddacha irratti dhiyaatanii falmachuu
himatamaa darbamuurra himatamaan hanga argamutti adeemsi
falmiifi murtii akka turu gochuun dhama qabeessa ta’uu
FDRE cons. 20(4), ICPR 14, SDFY 162(2)
44 23 149861 Maallaqa imaanaan kenname jiraachuuf waligaltee
barreeffamaa qofaan kan mirknaa’u ta’uu, SHH kewt.
2472(1)fi 2482
45 23 153664 Qabeenya hinsochoone irratti BfiG raawwatame qaama 3ffaa
irratti bu’aa hordofsiisuuf galmaa’uu qaba, yoo hintaane
diigamaadha, namni maallaqa kaffalee bite galmee sanarratti
akka deebi’uuf godhama, 2878
46 22 135590 Dhorki uumama isaatiin fala yeroo waan ta’e dhimmi
haadhooo xumuramnaan ka’uu qaba, 154
47 18 111599 Beenyaarratti hammamtaan haalamuu baatullee akka waan
amanameetti kan hinfudhatamne ta’uu
48 16 93987 Mormiin murtiirratti dhiyaatu osoo hinraawwatamiin dura,
namni adeemsarra turuu isaa beeku bu’aa murtii ilaalee dhufuu
kan hindandeenyeta’uu (good faith)
49 16 85815 Mormiin waa’ee turtii yeroo deebii waliin dhiyaachuu qaba.
50 16 90959 Qabeenya dhirsaafi niitii kennuun kan danda’amu garee
lamaanuun qofaa ta’uu.
51 220108 Not pauper, qabeenya kaffaltii AS kaffaluu danda’u akka qabu
osoo beekuu, SY 452(1) + SDFHH 481
52 11 47139 የማይንቀሳቀስ ንብረት ጋር በተያያዘ ህጋዊ ባሌሆነ መንገዴ ስመ ሃብት ይዞ
መገኘት የንብረቱ ባሇቤት አዴርጏ የማያስቆጥር ስሇመሆኑ የፌ/ብ/ህ/ቁ.
1195, 1196

53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66
67
68
69
70
71
72
73
74
75
76
77
78
79
80
81
82
83
84
85
86
87
88
89
90
91
92
93
94
95
96
97
98
99

You might also like