You are on page 1of 2

Asoosama dheeraa afaan oromoo pdf

You're Reading a Free Preview Pages 20 to 40 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 52 to 104 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 116 to 138 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 161 to 168 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview
Pages 193 to 198 are not shown in this preview.
You're Reading a Free Preview Pages 216 to 223 are not shown in this preview.

You're Reading a Free Preview Page 229 is not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 239 to 252 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 270 to 275 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 293 to 396 are not shown in this preview.
You're Reading a Free Preview Pages 414 to 415 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 427 to 430 are not shown in this preview. Version 1.0 Download 3905 File Size 834.24 KB File Count 1 Create Date September 20, 2020 Last Updated September 20, 2020 Xiinxala Asoosama Booree Ija Yaaxxina Maarkisizimiitin
Thesis ​ Saamu’eel, Daani’eel; Taayyee, Guddataa; Alamaayyoo, Faqqadaa (2022-11) Qorannoon kun mata duree xiinxala asoosama „Booree 096‟ ija yaaxxina Maarkisiziimiin kan jedhu irratti kan xiyyeeffatedha. Kaayyoon gooroon qorannoo kanaas qeeqa maarkisizimiirratti hundaa‟uudhaan asoosama „Booree ... Xiinxala Itti Fayyadama Afaanii
Asoosama Bishaan Gubate Keessatti Thesis ​ Xilaayee, Warqinaa; Alamituu, Olii; Cimdii, Waaqumaa (2014-11) Qorannoon kun Itti Fayyadama Afaanii Asoosama „Bishaan Gubate‟ jedhu irratti xiyyeeffata. Fayyadama afaanii asoosamoota Oromoo irratti qorannoo gahaan taasifamuu dhabuun ka‟umsa ijoo qorannichaati. Asoosama filatame kana ...
Xiinxala Asoosama Dheeraa Godaannisa Ija Yaadxina Hawaasummaatiin Thesis ​ Zeenabaa Huseen; Tayyee Guddataa; Alamayyoo Faqqadaa (2022-11) Asoosamni hedduun Afaan Oromootiin barreeffamanii hawaasa bira gahaa jiru. Haata’u malee asoosama Afaan Oromootiin barreeffaman irratti qorannoon yaadxina adda addaa bu’uureeffatee
gaggeeffamee ballinaan hin mul’atu. hidden objects mystery tales hangman returns walkthrough ... Afaan Oromoodhaan asoosama jalqabaati kan jedhamu Kuusaa Gadoo kan barreessan Obbo Gaaddisaa Birruu dhukkubstaniiru.Kuusaa Gadoo kitaabota Afaan Oromoo jalqaba irra jiran keessaa tokko jedhamee beekama. Barreessaan kitaabichaa Obbo
Gaaddisaa Birruuti.

Bara dukkanaa Afaan Oromoodhaan barreessuu fi dubbachuun cubbuu ture jedhamu sana keessa barreessun maxxansan.
Jaallatamummaa guddaas kitaaba horatedha.Kana qofa osoo hin taane kitaabota akka Dhaamsa Abbaa, Burreen Bifa Tokko Miti, Fedhii Gam-tokkee jedhan fa'aas barreessuun maxxansaniiru.Kuusaa Gadoo osoo hin maxxanfamiin dura gaazexessaa Saamu'eel Dhaabaan raadiyoo Itoophiyaa irratti torban 29 Dilbata ganama 'waa lama dhabuu' mata
duree jedhuun seeneffamaa akka ture Obbo Gaaddisaa Birrruu BBCtti himaniiru.Obbo Gaaddisaan kitaabicha ofumaan akka maxxansan himanii, yeroo sana mana maxxansaa tokko deemanii akka gaafatan dubbatu.Haa tahu malee, manni maxxansaa sun waan sammuu kootti hin tolle dubbatanii ''Afaan Oromoo hin maxxansinu jalqaba gara Afaan
Amaaraatti jijjiiri naan jedhan,'' jechuun dubbatan.Anis baay'ee aaree dideen Afaan Oromoodhaan ofumakoo maxxansiisee baase jedhan.Madda suuraa, Abdiisaa BalaachooKitaabichi erga maxxanee gabaa irra oolees qormaatni guddaan akka isaan mudataa ture kan himan Obbo Gaaddisaan, namootni kitaaba qubeen barraa'e qabatanii deemuuf iyyuu
ni sodaatu ture jedhan. ''Hiriyaa koo tokkotu bakka hojiikoo dhufee kitaaba maxxansite jedhan mee naaf kenni na jedhe. Anis tolen jedhe. Waa itti naaf mari na jedhe. Inni nama guddaa fi beekamaadha. Waa itti naaf mari jechuun isaa kitaabicha irraa qubeen waan mul'atuuf akka hin argamneefidha. Ani immoo baay'ee waan itti boonuuf akkamitti
akkas na jedha jedhee aarus ka'een gaazexaa kutee itti maree kenneef,'' jedhan.Ogeessa fayyaa fi barreessaa Fiilmii Jaatanii JireenyaaWeellisaa fi barreessaa Daadhii Galaan eenyu ture?Hoogganaan waldaa barressitoota Oromoo Obbo Yoomiyyuu Mul'ataa, kitaabni Kuusaa Gadoo aartii Oromoof kitaaba hulaa saaqedha jedhan.Aabba Yoomiyyuun
barataan kutaa gara gadii irraa eegalee kitaabni argatee dubbisa itti jalqabu Kuusaa Gadoo ture jedhan.Bara namni kitaabicha irraa fuudhee gurguru hin jirree fi Afaan Oromoo dubbachuun qaanii tahe sanatti, maxxansanii baasuun gumaacha ol-aanaa nama bahatanidha Obbo Gaaddisaan jedhan.Haa tahu malee barsiisaa fi barreessaan Oromoof
oolmaa guddaa oolan kun, erga dhukkubsatanii ciisan ji'ootni shan darbaniiru.Obbo Yoomiyyuun akka waldaa barreessitootaa Oromootti akka isaan jajjabeessaa turan himanii, ammayyuu deeggarsi isaan barbaachisa jedhan.ObboGaaddisaa yeroo dubbisne afuurri isaanii addaan cicitaa kan dubbataa turan yoo tahu amma adeemuu akka hin dandeenye
illee maatiin nutti himaniiruObbo Gaaddisaa Birruu Arsii Boqojjiitti dhalatanii guddatan. Bara 1965 Kolleejjii Barsiisota Asmaraatti barachuun aartii Oromoo Guddisuu irratti kan xiyyeeffatan yoo tahu, boodas yuunivarsiitii Finfinneetti digirii isaanii Hog-barruu [Literature and Foreign Languages] xumuraniiru.Waggoota jahas ogummaa barsiisummaan
tajaajilaniiru.Akkaadaamii Afaan Saboota Itoophiyaa kan jedhamu keessas hojjechaa kan turan yoo tahu, koree waaltina Afaan Oromoof jalqaba irraa eegaluun nama tumsa ol-aanaa bahatanidha.Obbo Gaaddisaan namoota Waldaa Barreessitoota Oromoo bu'uuressan keessaas tokko yoo tahan, nama dadhabe osoo hin jedhiin waldicha cimsuuf dhama'aa
turan akka tahes himama.
Academia.edu uses cookies to personalize content, tailor ads and improve the user experience. By using our site, you agree to our collection of information through the use of cookies. To learn more, view our Privacy Policy.

You might also like