You are on page 1of 2

Iskander & friend’s

MSE
All Technical &
FINANCIdocuments
ALL DOCUMENT FOR WATER
SUPPLY AT BABILE TOWN

 ADDRESS: HARAMAYA
TOWN
 PHONE: 0911749014
 PROJECT: WATER SUPPLY

 CLIENT:- babile city


administration
 SUBMITTED: mon-17-02-2020
 SIGNITURE: _______________
Lakk

Guyya

QAAMA DHIMMI ILAALU HUNDAAF

B/J

Dhimii:- Walitti Bu’insa Fayida Hin Malle Irraa Bilisa Tahuu Ibsuu Ilaala.

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti Waldayaa konistrakshinii


Iskandari fi shaarikoota jedhamu bara 2011 keessa karaa seera qabeessa ta’een
hojii ijaarsa bishanii irratti ijaarmani kan ture yeroo tahu waldeynii kun hojmaata
seera qabessa tahe gutee fayida fi fedhi ummata jiddu galessa godhatee kan
kayyefate akkasumas hariroo wali dhufenyaan wali galee wal dhagahuudhaan kan
hojetuu yeroo tahu, waldeeyni kunis hojmaata badaa kan akka fayida mataa ofii
jiddu galeessa godhachuu irratis qabsahuun fayadamummaa ummataa
mirkaneesuuf qophahummaa qabuun garaa hojitti kan galee fi fakkenya ykn
modeela akka waldayotaatti tahuuf kan kayyeefate wan taheef fayidaa dhunfaa
isaan hin malle arkachuuf gonkumayyu kan hin hayyamne wan taheef, walitti
bu’insa fayidaa hin malle irra bilisa tahuu Kenya isinif ibsaa, isiniis gama
kessaniis deeggarsa barbaachu hinda akka nuuf gootaan kabajaan isin gaafanna.

Nagayaa wajjiin//

You might also like