You are on page 1of 1

BaankiiHojiiGamtaaOromiyaa

የኦሮሚያኀብረትሥራባንክ
DAMEE MADDA WALLABUU
P.O. BOX : 114 TELE : 022 24444322 /9045 FAX : 0222441128

Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa (S.C) Damee Shaambuu Tiif

Shambuu

Guyyaa: 01/03/2013

Dhimmi: Maalaqa Dogoggoraan Gara Maamila Damee Keessanitti Dhangala’e Isin


Beeksisuu Ta’a

Akuma mata duree irratti ibsamuuf yaalametii gaafa Guyyaa:30/02/2013 maamilli


keenya kan ta’an Adde Muniraa A/Qaadir kan jedhaman maqaa dogogoruun gara
maalila damee keesanii adde Firehiyoot Abdisaa Mokoonninitti qarshii 16,666(Kuma
Kudha Jahaafi Dhibba Jahafi Birri Jaatamii Jaha Qofa) galii(fund) waan godhaniif, nutis
dogogoraa ummame hubannee mamamila qunamuuf yaalee ture ta’us maamilii ammaf
magaala irra fagoo waan jiraniif bor jechuun gaafa (0203/2013) gara damee keesanitti
dhufanii akka nuuf sirresaniif walii galee ture, ta’u isinis isa kana hubatanii haga
maamilii gara damee dhufee nuuf sirressutti lakk herreega isanii1000035561319 kana
akka hin sochoone(block) akka nuuf gootan kabajaan isin gafana.

Nagaa wajjin

Damee Madda walabuu

You might also like