You are on page 1of 1

Guyyaa 12/03/16

Gabaasa qophii leenjii hanga guyyaa harraatti jiru kennuu ta’a.

1. Baayyina Humna Namaa godinaalee ilaalchisee 72170


 Godina Hum/Namaa hinqopheessine Sh/Bahaa
2. .Baayyina Humna Namaa Magaalotaa ilaalchisee 8767
 Mag.Hum/Namaa hinqopheessine Moyyaalee ,Shanoo
3. Baajeta sad.Godinaatti qoph’e Moot . 0 Hir/Umma. 3084725 Ida
3084725

4. Baajeta sad.Mag.qophaa’e Moot. 2353300 Hir/Uum. 1112000 Ida


3465300

 Humna namaa waliigala qophaa’e 80937


 Baajeta waliiga adda ba’e qar.6550025
 Godinaaleen Sh/K/L irraa kan hafee hunduu hanga ammaatti raawwii
baajetaa himqabanu.
 Magaalota ilaalchisee;- Bishooftuu .Mattuu ,Najjoo ,Naqqamte , fi Roobee
irraa kan hafe wareen kaan kan adeemsa irra jiranu ta’uu nuuf gabaasan.
Magaalaan Shanoo qophii Hum/ Namaas Kan Baajetaas kan itti hingallee dha.
 Hanga ammaatti Madda baajetaa ilaalchisee
 Mootummaa
Roobee fiNaqqamte.
 Hir/Uum.
Mattuu fi Sh/K./L
 Mootu. Fi Hir/Uummataatiin
Bishooftuu Fi Najjoo dha.

You might also like