You are on page 1of 16

‫‪OROMO‬‬

‫‪OROMOO‬‬
‫أورومو‬

‫كيف نقرأ القرآن الكرمي؟‬


‫مع بيان فضائل القرآن الكرمي‬
‫تأليف‬
‫الداعية جمال محمد أحمد‬
‫وصمم من قبل مركز أصول‪ ،‬ومجيع الصور املستخدمة يف‬ ‫ِّ‬ ‫ُأعد هذا الكتاب‬
‫التصميم يملك املركز حقوقها‪ ،‬وإن مركز أصول يتيح لكل مسلم طباعة‬
‫الكتاب ونرشه بأي وسيلة‪ ،‬برشط االلتزام باإلشارة إىل املصدر‪ ،‬وعدم التغيري‬
‫‪Bismillaahi Rrahmaani Rrahiim‬‬
‫يف النص‪ ،‬ويف حالة الطباعة يويص املركز بااللتزام بمعايريه يف جودة الطباعة‪.‬‬
‫‪+966 504 442 532‬‬
‫‪+966 11 445 4900‬‬
‫‪+966 11 497 0126‬‬
‫‪P.O.BOX 29465 Riyadh 11457‬‬
‫‪osoul@rabwah.com‬‬
‫‪www.osoulcenter.com‬‬
BAAFATA
1 duree 9
2 Darajaa (sadarkaa) qur’aanaa. 11
3 Darajaa warra qur’aana qara’anii 14
4 Akkaataa qaraatii qur’aanaa 19
5 Bakka harfiin itti jedhamtu (irraa baatu). 25
6 Xumura 27
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?

DUREE
Qur’annii kun kitaaba kabajamaadha. kitaaba Rabbii
kan boodaati. kan nabiyyicha quxisuu anbiyootaa
tahe-nabii keenya Muhammad  irratti buufamee.
Qur’aanni kun darajaan isaa haalaan guddaadha.
Akkasuma barnoonni akkaataa qur’aana itti qara’anii
TAJWIIDA jedhama. Isa kanas baranii qur’aana
sirreessanii qara’uun dirqama muslimtoota hundaati.
Namni tajwiida hinbeeyne qur’aana caccabsa,
dogoggorsee qara’a kuni ammo diliidha. Sawaaba
qaraatii qur’aanarratti argatanis nama hoongeessa.
Kanaaf barruun kuni waayee akkaataa qaraatii
qur’aanaa hanga tokko isin yaadachiisa. Barnoota
guddaaf akka karaa isinii banu abdii qabna.
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?

DARAJAA (SADARKAA)
QUR’AANAA
Guddina qur’aanaa irratti Rabbiin s.w. akkan jedhe-

‫(ﭟ ﭠ ﭡ ﭢ ﭣ ﭤ ﭥ ﭦ ﭧ ﭨ ﭩ ﭪ ﭫ ﭬ‬
]9 :‫ﭭ ﭮ) [اإلسراء‬
“Dhugumatti, Qur’aanni kun (karaa) ishee irra haqaafi
qajeeltuu taatetti ni qajeelcha. Mu’uminoota warra
gaggaarii hojjatan dhugumatti mindaan guddaan isaaniif
jiraachuudhaan gammachiisa.”
Rabbiin s.w. akkan jedhe-

‫(ﭨ ﭩ ﭪ ﭫ ﭬ ﭭ ﭮ ﭯ ﭰ ﭱ ﭲ ﭳ‬
‫ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃﮄ‬
]23 :‫ﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ ﮋ) [الزمر‬
“Rabbiin haasawa gaarii, kitaaba (miidhagina keessatti)
wal fakkaatu, kan oduun isaa lama lamaan deemtu, kan isa
irraa gogaan warra Gooftaa isaanii sodaatanii suukannooftu,
ergasii gogaan isaaniitiifi onneen isaanii gara yaadannoo
Rabbiitti laafu buusee jira. Kun qajeelfama Rabbiiti; isaan
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?

nama fedhe qajeelcha. Nama Rabbiin jallise qajeelchaan rahmataafi gammachuu goonee Kitaaba (Qur’aana)
isaaf hin jiru.” sirratti buufne.”
10 11
Rabbiin s.w. akkan jedhe- ‫ «إن هذ القرآن‬: ‫ قال قال رسول الله‬ ‫وروى احلاكم عن عبدالله بن مسعود‬
]29 :‫(ﭲ ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ) [ص‬ ‫ والنور‬،‫ إن هذ القرآن حبل الله املتني‬،‫مأدبة الله فاقبلو من مأدبته مااستطعتم‬
.‫ احلديث‬.»....‫ وجناة ملن اتبعه‬،‫ عصمة ملن متسك به‬،‫ والشفاء الناجع‬،‫املبني‬
“(Kun) kitaaba barakaa, akka isaan keeyyattoota isaa
xiinxalaniifi akka warri sammuu qaban ittiin gorfamuuf Abdallaah ibnu mas’uud irraa Nabiin  akkana jedhan jedhe.
jecha gara keetti isa buufneedha.” “qur’aanni kuni afeerraa Rabbiiti Rabbirraa afeeraa isaa
qeebalaa hanga dandeessan. Ammas Qur’aanni haada Rabbii
Ammas Qur’aannarraa yommuu dubbatu Rabbiin s.w. jabaa ka nama qabateen hincinneedha. Ifaa mul’ataadha.
akkana jedha. Dawaa fayyisaadha. Tika nama isa qabateef. Nagaya bahiinsa
nama isajala deemeef…” Haakimtu odeesse.
‫(ﮉ ﮊ ﮋ ﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ ﮔﮕ ﮖ‬
]21 :‫ﮗ ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ) [احلشر‬ Qur’aannii seera Rabbii kan yeroo hundaafii bakka
hundaatti ittiin buluuf mijjaawaa taheedha. kan ittiin
“Odoo Qur’aana kana gaara irratti buufnee, silaa sodaa murteysuufii murteyfachuun dirqama taheedha. Qur’aanni
Rabbii irraa ka’ee kan inni xinnaatee dhodhooyu argita ifaadha qajeelchaadha, Rahmata mu’imintootaati, Dawaa
ture. Fakkeenyota kana akka isaan xiinxalaniif jecha fayyisaa rakkoo qoma keysaati. Fayyisaa dhukkubaat.
namootaaf taasifna.”
hayyuun faransaayi kan D/r moris jedhamu qur’aanarraa
‫(ﭟ ﭠ ﭡ ﭢ ﭣ ﭤ ﭥ ﭦ ﭧﭨ ﭩ ﭪ ﭫ ﭬ‬ dubbatee akki jedhe “inni burqaa bekkomsaati hayyootaaf,
)‫ﭭﭮ ﭯ ﭰ ﭱ ﭲ ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ‬ galmee lugaati hayyoota afaaniitiif, bu’ura nahwiiti nama
arraba isaa sirreysuuf, madda seeraati qorattoota seeraafi
]89 :‫[النحل‬
heeraatif. kitaabonni isa dura buufame cinaa irra gabaabaa
“Guyyaa Nuti ummata hunda keessatti lubbuma isaanii suuraa isaatti hinqixxaatu tolina hiikkaatiifiibareedomina
irraa ragaa isaan irratti baafnuufi sis (yaa Muhammad jechootaatiinis ‘’Qur’aanni kun Waggaa (23) keysatti Nabii
SAW!) isaan kana irratti ragaa goonee si fidnu [yaadadhu]. keenyarratti  buufame. (umrii40-63) buufamee xumurame.
Waan hunda addeessuuf jecha, Muslimootaaf qajeeluma, Buufamiinsi isaa goda hiraa’i kan gaaraa nur mataa gubbatti
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?

argamu keysatti Nabirratti  jalqabame. “Iqra’i bismi


Rabbika” jechuudha.
12 13

Baatii Ramadaana Halkan laylatulqadrii keysatti buufame.


Qur’aanni kun xumurri buufamiinsa isaa aayata “alyawma DARAJAA WARRA QARA’ANA
akmaltu lakum diinakum...” jedhu kan guyyaa arafaa
9/12/10H/ dirree arafaatti buufameedha. Nabii keenya 
QARA’ANII
kan hajjii dhaammannaadhaa (hajjatal wadaai) godhaa jiran.
Qur’aanni kun kan kitaabban isa dura buufaman hunda shaaree Fadlii Qaraatii qur’aanaa (Baruufii walbarsiisuu).Ambayyoo!
bakka bu’e irratti oltahe dha. Qur’aanni kalaama Rabbiiti Hundi keysan Qur’aana Rabbii kana baradhaa, walbarsiisaa,
isumaatu dubbate. Uumamaa miti akka kanatti dhugaoomsuun warraaf ilmaan keysanis barsiisaa, kan bartan qaraatii isaa
hundee dhaabbata aqiidaa islaamaati. namni kana morme heddummeysaa.osoo Qu’aanarraa waa hinqaraane ooltanii
nikafara. tanaaf gareen jalloon akka ahbaash faan qur’aanni hinbulinaa.waan dandeysaan haffazaa. tafsiiraa (hiikkaa
jecha rabbiitii miti jechuudhaan kafaranii jiran.tanaaf isaan isaatis) baradhaa, Ammas quraana kana itti amanaa,
kaafira, muslimaa miti. jaaladhaa, jaladeemaa,itti hojjadha, irratti jiraadha. Qaraatiin
qur’aanaa fadlii guddaa qabdi.Kanarratti hadiisoowwan itti
aanu kana hubaachuun gayaadha

: ِ‫ َقا َل َر ُسو ُل اللَّه‬:‫ َقا َل‬ َ‫روى مسلم في صحيحه من حديث َع ْن أَبِي ُه َريْ َرة‬
‫َاب اللَّهِ َويَتَ َدا َر ُسونَ ُه بَيْنَ ُه ْم إ َِّل نَ َزلَ ْت‬
َ ‫وت اللَّهِ يَتْلُو َن كِ ت‬
ِ ُ‫اجتَ َم َع َق ْو ٌم فِ ي بَيْ ٍت مِ ْن بُي‬
ْ ‫« َو َما‬
.»ُ‫السكِ ينَ ُة َو َغ ِش َيتْ ُه ْم ال َّر ْح َم ُة َو َح َّفتْ ُه ْم الْ َم َل ِئ َك ُة َو َذ َك َر ُه ْم اللَّ ُه فِ ي َم ْن ِعنْ َده‬
َّ ‫َعلَيْهِ ْم‬
Hadiisatti nabiin  akkana jedhan “warri gandaa mana
manneen Rabbii irraa tahe (masgiida) tokko kaeysatti
walitti qabamanii, qur’aana Rabbii gamtaan qaraanaan,
irratti walsirreysinaan- tolli Rabbii isaanirratti buutu malee
hinhafan, rahmanni isaan hagooydu malee, malaykaan
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?

isaan simattu (marsitu) malee, Rabbiin warra isa biratti Aisharraa odeeffamee nabiin  akkana jedhan jette.
tahan (maleykota) keysatti isaan faarsu malee hinhafan.” “namtichaan qur’aana qara’u isa haffazee hangafoota
14 15
‫ ال أقول الف الم‬.‫«من قراء حرفا من كتاب الله فله حسنة واحلسنة بعشر أمثالها‬ malaaykaa wajjiin taha. Ammo ka osomaa isa dhibee itti
.»‫ميم حرف ولكن الف حرف والم حرف وميم حرف‬ ulfaatuu irratti jajjabaatee qaraee bare galata lama qaba.”
Nabiin  akkana jedhe- “Namni harfii takka kitaaba ‫ ا ْق َرأْ َوا ْر َق‬: ِ‫اح ِب الْ ُق ْرآن‬ِ ‫ِص‬ َ ‫ «يُقَا ُل ل‬:‫ َقا َل‬ ‫ َع ْن ال َّنب ِِّي‬ ‫َع ْن َعبْدِ اللَّهِ بْنِ َع ْم ٍرو‬
rabbiirraa qara’e toltuu takkaatu isaaf taha, toltuun ِ ‫َو َر ِّت ْل َك َما ُكن َْت تُ َر ِّت ُل فِ ي ال ُّدنْ َيا َفإِنَّ َمنْزِ لَت ََك ِعنْ َد‬
.»‫آخرِ آيَ ٍة تَ ْق َر ُؤ َها‬
fakkaattuu isii kudhaniin heddummeyfamteti galata Abdillaah binu umar r.a. nabiin  akkana jedhan jedhe
galfamti,alif laam miim harfii takka hinjedhu,(walirratti “nama qur’aanaatiin nijedhama akkuma adduniyatti
harfii 1 hinsehinaa) alif harfii takka laam harfii takka miim qaraatutti tolchii qar’aa olkori qal’aa jannataarra, manni
harfii takka malee.” kee bakka aayata booda qaraatuutti tahaadhaa.”
.»‫«إقرئوا القرآن فإنه يأتي شفيعا ألصحابه يوم القيامة‬
Nabiin  akkana jedhe- “Qur’aana qara’aa inni guyyaa
qiyaamaa gabrichaaf (nama isa qara’eef) araarsaa taheeti
dhufaa.”
‫ «خَ يْ ُر ُك ْم َم ْن تَ َعلَّ َم الْ ُق ْرآ َن‬:‫ َقا َل‬ ‫ َع ْن ال َّنب ِِّي‬:  ‫وروى البخاري َع ْن ُعثْ َما َن‬
.»ُ‫َو َعلَّ َمه‬
Nabiin  akkana jedhe- “Caalaan keysan nama qur’aana
baratee barsiise.” Hadiisoowwan birootis hedduudha
guddina sadarkaa nama qur’aana qarauu kan ibsan.
Tanaaf dhiiraa dubartiin xiqqaaf guddaan ka’aa qur’aana
haabarannuu,warri beeynu kaanee haabarsiisnuu.
‫ « َمثَ ُل ا َّلذِ ي يَ ْق َرأ ُ الْ ُق ْرآ َن َو ُه َو‬:‫ َقا َل‬ ‫ َع ْن ال َّنب ِِّي‬ ‫ِش َة‬ َ ‫وروى البخاري َع ْن َعائ‬
‫اه ُدهُ َو ُه َو َعلَيْهِ َشدِ ي ٌد‬ َ ‫الس َف َر ِة الْكِ َر ِام الْ َب َر َر ِة َو َمثَ ُل ا َّلذِ ي يَ ْق َرأ ُ َو ُه َو يَتَ َع‬
َّ ‫َحافِ ٌظ لَ ُه َم َع‬
.» ِ‫َفل َ ُه أَ ْج َران‬
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?

17

AKKAATAA QARAATII
QUR’AANAA
Qur’aana Rabbii kana baradhaa, walbarsiisaa, warraaf
ilmaan keysanis barsiisaa, kan bartan qaraatii isaa
heddummeysaa.osoo Qu’aanarraa waa hinqaraane ooltanii
hinbulinaa.waan dandeysaan haffazaa. tafsiiraa (hiikkaa
isaatis)baradhaa, Ammas quraana kana itti amanaa,
jaaladhaa, jaladeemaa,itti hojjadha, irratti jiraadha.
Qaraatiin qur’aanaa fadlii guddaa qabdi.Kanarratti
hadiisoowwan dabran san hubaachuun gayaadha
Tajwiida jechuun gosa barnootaa kan akkaataa qaraatii
qur’aanaa nama barsiisu jechaadha. muslima hundarratti
qur’aana tolchanii qara’uun dirqama. RABBIIN
s.w,akkana jedha
]4 :‫(ﭢ ﭣ ﭤ) [املزمل‬
“quraana tolchii qarai qaraiinsa.” suuraa muzammil.
Nabiin keenyas  akki jedhan
.»‫ «رب قارىء للقرآن والقرآن يلعنه‬: ‫قال رسول الله‬
“namni hedduun jiraachuun nimala-kan qur’aana barachuu
dhabee caccabsee qara’u- kan qur’aanni isa abaaru”.
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?

Tanaaf barnoonni tajwiidaa kun haalaan jabadha. mee Idghaam- jechuun dhooysuu jechuudha. sawtiin nuun
isarraa qabxiilee ijoo tahan afaan keenyatti hiikkaa goonee saakinaafii tajwiidaa harfii itti aantu keysatti dhokachuu
18 19
dhiheysina. dubbisaa baradhaa walbarsiisaa. Rabbii s.w. jechuudha. harfiiwwan isaa jaha. Isaanis yaa, raa, miim,
warra qur’aanaan milkaaye nuufii isinis haa taasisu. laam, waaw, nuun.
)‫ ر‬- ‫ ل‬- ‫ و‬- ‫ م‬- ‫ ن‬- ‫(ي‬
Akkaataa tanwiinaafii nuun saakinah itti qara’amu. fakenyaaf-
‫ لقوم ُّيؤمنون‬- ‫أن َّيقولوا‬
Tanwiinaafii nuun saakinaan gosa afuritti qara’ama.
‫ هدى ِ ّمن ربهم‬- ‫من َّملجإ‬
isaanis izhaar, idgam, iqlaab, ikhfaai, ‫ هدى َّورحمة‬- ‫من َّوراءهم‬
‫ واإلخفاء‬،‫ اإلقالب‬،‫ اإلدغام‬،‫اإلظهار‬ ‫ حطة ّنَغفر لكم‬- ‫إن ّنَقول‬
jedhaman. ‫ هدى ِ ّللمتقني‬- ‫يبني َّلنا‬
.‫ غفور َّرحيم‬- ‫من َّربهم‬
isaan hundinuu harfiiwwan mataa isaanii kan irratti dhufan
Iqlaab- jechuun jirjiiruu jechuudha.sawtii nuun
qaban.
saakinaafii tanwiinaa miimitti jirjiiruu jechuudha. harfiin
Izhaar- Izhaar jechuun mul’isuu jechuudha. sagalee isaa tokkoma. Sunis
nuun saakinah (irra butaa) fi tanwinaa mul’isuu jechuudha. (Baai) (‫)ب‬
harfiiwwan isaa jaha. Isaanis alif hamza, hai, HAI, eyni, Fakkenyaaf
gheyni, khai ‫ سمي ٌع بصير‬- ‫م ْن بَعدهم‬
)‫ خ‬- ‫ غ‬- ‫ ع‬- ‫ هـ‬- ‫ ح‬- ‫(أ‬ Ikhfaa’a- jechuun dhooysiinsa xiqqaa dhooysuu,
fakkenyaf sawtii nuun saakinaatiifii tanwiinaa san dhooysuudha.
‫ رسو ٌل أمني‬- ‫م ْن آمن‬ harfiin isaa kudha shan (15) kanneeen hafan hunda.
‫جرف هار‬ٍ - ‫إ ْن هو‬ )‫ ظ‬- ‫ ض‬- ‫ ت‬- ‫ ف‬- ‫ ز‬- ‫ ط‬- ‫ د‬- ‫ س‬- ‫ ق‬- ‫ ش‬- ‫ ج‬- ‫ ك‬- ‫ ث‬- ‫ ذ‬- ‫(ص‬
‫ سمي ٌع عليم‬- ‫م ْن علم‬ Saad - Zaal - Saai - Kaaf - Jiim - Shiin - Qaaf - Siin -
‫ علي ٌم حكيم‬- ‫م ْن حسنة‬ Daal - Xaai - Zaay - Faa - Taa - Daad - Zaa’i
‫ عزي ٌز غفور‬- ‫م ْن غل‬ Fakkenyaaf
‫ قو ٌم خصمون‬- ‫م ْن خير‬ ‫ قوما صاحلني‬- ‫عن صالتهم‬
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?

Maddii (harkisaa) fii qooda isaa. maddiin biratti tahe). kunis maddii xabii’iyyiitti harfii aanturratti
gosalamattiqoodamti. waqfii (dhaabaan) yoo taateedha. harkisaan isii second
20 21
(2.5), Fakkenyaaf..
sunis maddii asliyyii (harkisaa bu’uraa) fi maddii far’iyyii
‫ خبير‬- ‫ خالدون‬- ‫إن الله شديد العقاب‬
(harkisaa damee) jedhaman.
Almaddul laazimul musaqqalul kalimiyyi (harkisaa
Almaddu xxabii’iyyi (harkisaa bu’uraa). Tun
idilee jecha jabaataa). kana jechuun maddii xabii’iyyii
harkisaa isiin malee harfiin dhaabbachuu hin dandeenye
itti aanee harfiin jabeyfamaan (shaddii) qabu itti aanee
dha. isiin harfiiwwan (3) tanarratti argamti. alif, waaw,
kalimuma tokko keysatti dhufuudha. harkifamni isaas
yaa’i, ulaagaan isiitis alif fathaa boodaan, yaa’i kasraa
sekondii 3 taha . fakk
boodaan, waaw dammaa boodaan itti aananii dhufuudha,
‫ والطامة‬- ‫ والصاخة‬- ‫وال الضالني‬
jechi (‫ )نوحيها‬jedhu hundaawu walitti qabata.
maddiileen hangafoonni hedduminaan qur’aana
Almaddu alfar’iyyii (harkisaa damee). tun harkisaa keysatti dhufan kanneen dubbanne kana. gosti maddiilee
bu’uraa malee jiru jechuudha. bakka heddutti qoodama. biroo kan hafanis nijiru,
Almaddul waajibul muttasil. (harkisaa dheertuu
dirqamaa) kunis bakkiti isaa yeroo maddii xabii’iyyii tti
aanee hamzaan kalimaa takka keysatti dhufe, harkisaan
isaatis sekondii 2.5 taha. Fakkeenyaaf
‫ سيء‬- ‫ سوء‬- ‫جاء‬
Almaddul jaaizul munfasil (harkisaa dheertuu
dirqama hintahin) kana jechuun maddii bu’uraa sanitti
aanee hamzaan dhufuudha garuu kalimaa biroo keysatti
tahuudha, harkisaan isaa second (1) irraa hanga (2.5)
Fakkenyaaf.
‫ وقوا أنفسكم‬- ‫يآ أيها الذين آمنوا‬
Almaddu al Aarid lissukuun (harkisaa dhaabaa
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?

23

BAKKA HARFIIN ITTI


JEDHAMTU (IRRAA BAATU)
Baakkiti harfiin irraa baatu kudha torba. Bakka shanitti qoodama.

Kokkee (Aljawfi)
)‫ ي‬- ‫ و‬- ‫(أ‬
Laagaa (Alhalqi)
moggaa laagaa gama garaa aanu (‫ هـ‬- ‫)ء‬
walqixa laagaa (‫ ح‬- ‫)ع‬
fiixa laagaa (‫ خ‬- ‫)غ‬
‫?‪QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA‬‬ ‫?‪QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA‬‬

‫)‪Arraba (Allisaan‬‬
‫)ق ‪ -‬ك( ‪Moggaa arrabaa gama kokkeetti‬‬ ‫ق‬ ‫أقصى اللسان قري ًبا من احللق‬ ‫‪1‬‬
‫‪24‬‬ ‫)ج ‪ -‬ش ‪ -‬ي( ‪walqixa arrabaa‬‬ ‫ك‬ ‫أقصى اللسان قري ًبا من جهة الفم‬ ‫‪2‬‬ ‫‪25‬‬

‫‪duuyda arrabaa‬‬ ‫)ت ‪ -‬ط ‪ -‬د ‪ -‬ث ‪ -‬ظ ‪ -‬ذ(‬ ‫ج‪-‬ش‬ ‫وسط اللسان‬ ‫‪3‬‬
‫)ن ‪ -‬ر( ‪fiixa arrabaa‬‬ ‫‪-‬ي‬
‫‪mataa arrabaa‬‬ ‫)ز ‪ -‬س ‪ -‬ص(‬ ‫ت‪-‬ط‪-‬د‬ ‫ظهر اللسان مع أصول الثنايا العليا‬ ‫‪4‬‬
‫‪moggaa arrabaa‬‬ ‫)ض ‪ -‬ل(‬ ‫ث‪-‬ظ‪-‬ذ‬ ‫ظهر اللسان مع رؤوس الثنايا العليا‬ ‫‪5‬‬

‫اللـســـــان‬
‫)‪Hidhii lameen (Ashafataan‬‬ ‫ن‬ ‫طرف اللسان مع رؤوس الثنايا العليا‬ ‫‪6‬‬
‫‪hidhii lameen jidduu‬‬ ‫)ب ‪ -‬م ‪ -‬و(‬ ‫ر‬ ‫طرف اللسان مع أصول الثنايا العليا قري ًبا من الظهر‬ ‫‪7‬‬
‫‪hidhii jalaa ilkee gubbaatiin wajji‬‬ ‫)ف(‬ ‫ز‪-‬ص‪-‬‬ ‫رأس اللسان مع أصول الثنايا‬ ‫‪8‬‬
‫س‬
‫)‪Funyaan keessa (Alkheyshuum‬‬
‫حافة اللسان أي جانبه مع التصاقه مبا يحاذيه من‬
‫م ن مشددة‬ ‫ض‬ ‫األضراس العليا‬
‫‪9‬‬

‫حافة اللسان أي جانبه مع التصاقه مبا يحاذيه من‬


‫ل‬ ‫‪10‬‬
‫املخرج عدد‬ ‫األضراس األسنان‬
‫احلروف‬ ‫املخرج اخلاص‬ ‫العام مخارجه‬
‫ما بني الشفتني‬ ‫‪1‬‬

‫الشفتان‬
‫ب‪-‬م‪-‬و‬
‫ء ‪ -‬هـ‬ ‫أقصى احللق‪ ،‬أي آخره من جهة الصدر‬ ‫‪1‬‬ ‫ف‬ ‫الشفة السفلى مع رؤوس الثنايا العليا‬ ‫‪2‬‬
‫احلــــلـق‬
‫ع‪-‬ح‬ ‫وسط احللق‬ ‫‪2‬‬ ‫أ‪-‬و‪-‬ي‬ ‫اجلوف‬ ‫‪1‬‬ ‫اجلوف‬
‫غ‪-‬خ‬ ‫أدنى احللق‪ ،‬أي أقربه إلى الفم‬ ‫‪3‬‬ ‫الغنة‬ ‫اخليشوم‬ ‫‪1‬‬ ‫األنف‬
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?

27

XUMURA

Barruun gabaabaan QUR’AANA AKKAMITTI


QARAANA? Jedhu sadarkaa qur’aanaatiifii barnoota
tajwiidaa ibsee jira. Barnoota guutuu osoo hintahin akka
yaadachiisaatti hanga tokko barattootaafii dubbistoota
niyaadachiisa. Kitaabban tajwiidaa kan biraa dubbisuun
ulamaa’irraa baruun waan kitaaba kanarraa hafe itti
guuttachuu barbaachisa. Akka qabxii irraa ka’iinsaa isiniif
tahu abdii qabna. Rabbi nuufii isinis haafayyadu jenna.
Wasallillaahumma wasallim alaa nabiyyinaa muhammd
wa’alaa aalihii wasahbihii ajma’iin.
IslamHouseOr IslamHouseOR/ islamhouse.com/or/

IslamHouseOr/

You might also like