You are on page 1of 2

Guyyaa 01/06/2011ALI

Mana murtii Aanaa magaalaa Adaamaa tiif


Adaamaa
Iyyaataan : Obbo Abbabaa Dibaabaa

Tessoon : Magaalaa Adaamaa Ganda Gooroo

Deebii kenituu : Addee Addis Kibret

Tessoon : Magaalaa Adaamaa Ganda Gooroo

Iyaanni kun kan dhihaaatee himataan himanaa gaafa guyyaa 27/05/2011 naa irratti
dhiheeseef deebii kennuu ilaalataa.

A . M/m dhimma kana fuudhee ilaaluuf aangoo ni qaba

B. Iyyannoon kun akkaataa bu’uura S/D/F/H/H/kwt 222 fi 223 tiin guutamee dhiyaate dha.

Tarree deebii kiyyaa gababinaan

1. Ani deebii kennituu fi himaataan ammaa akka addaa biyyaatii kan wal funeen bara 2006/05/23
ALT waliin jiraachaa turuun kenyaa bekkamadha.
2. Yeroo turtii kenyaa keessatis daa’imaa tokko kan maqaan isaa Atiinaaf Abbabaa umriin isaa
waggaa 2 fi ji’a 3 ( waggaa lama fi ji’a sadii) waliin horochuun keenyaa sirri dha.
3. Himataan kun mana kiraa keessati daa’imaa waliin nagatee deeme. Qalabo daa’imaas naa
dhorkate. Yeroo baay’ee sibarbadu nara deemi naan jedhee na reebaa. Yeroo baay’ee qabeenya
koo naaf keenito sirra naan dema jedhe gaaffi dhisaaf. Qabeenya mal narra qabda muca keessiis
isin ajeesen waarabesa jalati sin darbaa naan jedhe naa sodachiisa.
4. Kabajam Abba seera Ani ergaan mana bahe wagga tokko fi ji’a sadi 1 fi ji’a 3 himaatan kun
meesha mana fi suqii guutu fudhate deemte naan jedhe maqaa koo naa balesee.
5. Anii meeshaa mana guutu keenya mana Obbolessaa isaa maqaan isaa Birihaanu Dibaaba kan
jedhamutti waliin gurre meshaan suqii immo intelaa Obbolessaa isaa maqaa ishee dharaa
Buzunaah jedhamtutti walumaan gurguree.
6. Akkasumaas himaatan kun baleesaa isheettin gaa’ili keenyaa haa jiguu kan jedhee baleesan anaa
birraa osoo hin ta’in himataa biraa kan jiru waan ta’ef baleessaa isaattin jiguu qaba male kun
baleessa kooti mitii.
7. Qabeenyaa socha’oo fi kan hin sochonnee gaa’ilaa keessatti waliin horonnee waan waliin
qabnuuf akka qixeeti qodannuu.
Deebiin dhiyaate dhugaa fi sirri ta’uu akkaataa S/D/F/S/Lakk 92tti ni mirkaneessa.

You might also like