You are on page 1of 12

Future Generation Hope Share Company Primary School (5-8) Ambo Branch

GRADE 8: Second Semester English Worksheet Year: 2012 E.C


Teacher: Bezuneh Olbemo
Name _Robsan_Ebisa____________________________ Section __8C__________ No __39_________
DIRECTION 1: Write only the BEST answer on the answer sheet of your own.
_C____1. If he ___________ the money, he would have bought the book.
A. has B. has had C. had had D. would have

__A____2. _________ bad the weather was, we played the game.

A. No matter B. Although C. Even though D. However

__B____3. Unless you __________ early, you won’t get him.

A. will come B. come C. don’t come D. came


__C____4. If he hadn’t come late, he wouldn’t have missed the interview.
This sentences means:
A. He missed the interview C. He didn’t miss the interview
B. He didn’t come late D. He comes late

__C____5. __________ his hunger, he ate very little.

A. It doesn’t matter how B. Despite of C. In spite of D. In spite of this

___A___6. If she _________ here, she would help us.

A. was B. is C. had been D. were

__A____7. Some people like raw meat, _________ others hate it.

A. however B. while C. although D. Despite

__A____8. I0 would tell you the answer if I ____________.

A. knew B. had known C. know D. was known

___D___9. He got up early. __________, he reached school late.

A. It makes no difference how C. whereas


B. Despite of this D. in spite of that

___A___10. If you ask him for money, he _________it to you.

A. will give B. would give C. had given D. would have given


Mana Barumsaa Waldaa Aksiyoonaa Fiyuuchar Jenereeshin Hooppi Sad.1 ffaa (5-8) Damee Amboo

Workishittii Fiiziksii Kutaa 8ffaa Semisteeraa 2ffaa Kan Bara 2012

Maqaa _ Robsan_Ebisa ____________________________________ Kutaa _8C Lakk _39___

I. Gaaffiiwwan armaan gadiif ibsa barbaachisu kenni deebii kee barreessi.

1. Balbii 75Ω fi hoo’istuun 150Ω baatirii 150V wajjin wal tarreen wal qabataniiru?
A. Hittisni dimshaashaa isaanii meeqa?

B. Kaarentiin tokkoon tokkoon isaanii keessatti darbu meeqa?

C. Kaarentiin dimshaashaa daandichaa meeqa?

2. Hittisoowwan tokkoon tokkoo isaanii 40Ω ta’an baatirii 120V wajjiin daandii sirriin wal qabaniiru.
A. Hittisni dimshaashaa isaanii hammami?

B. Kaareentiin daandichaa keessa yaa’u meeqa dha?

C. Caalmaan kuufamaa qixa tokkoon hittisoowwaniitti cophuu meeqa?

3. Kaarentiin 15A dabarsoo tokko keessatti sa’aatii tokkoof yaa’era chaarjiin yeroo kana keessatti darbe
hammami? (qabxii 2)

4. Fakkii ykn diagramii daandii wal tarreetiin hittisoowwan lama wal qabsiisii agarsiisi! (qabxii 2 )


Mana Barumsaa Waldaa Aksiyoonaa Fiyuuchar Jenereeshin Hooppi Sad.1ffaa (5-8) Damee Amboo
Semisteera 2ffaa Gaaffiilee Shaakalaa Baayoloojii kutaa 8ffaa A - C Kan Bara 2012
Qoph. Tunaa D.
Maqaa Robsan__Ebisa____________________________ Kutaa _8C___________ Lakk 39____
I. Bakka duwwaa guuti.
1. __Abomaasamiin__________ gola garaacha alal-dhabeeyyii ta’e garaacha dhugaa jedhamuun beekama.
2. __Siileejiin_______________ wanta raacitaa’aa fi nyaata jiidhina guddaa qabu ta’ee, beelada alala
guuraniif akka nyaataatti kan oolu dha.
3. __Alal-dhabeeyyii_______________ guyyaa guyyaan sa’aatii saddeetiif kan dheedaanii fi sa’aatoota
biroo 6 hanga 8 tiif alala guru.
4. _Wayitii rimaa‟uu _________ yeroo micireen ykn fiitesiin gadameessa dhalaa keessatti
guyyoota (ji’oota) murtaa’aaf guddatan dha.
5. Maxxantuun __Faashiyoolaa_________ jedhamtu dhibee tiruu beeladootaa fiduun beekamti.
6. Baattoon dhibee tiruu beeladootaa ___cilalluu__________ dha.
7. Dhibeen gaddii maaxxantuun pirootozuwaa ___tiriipaanoosoomii________ jedhamuun
kan darbu yommu ta’u, baattoon dhibee kanaa ___Titiisa waraanaa (qarxaasaa______dha.
II. Deebii gabaabaa kennaa.
8. Mallattoolee dhibee gandii sadi barreessi.

9. Maloota ittisa dhibee abbaa sangaa barreessi.

10. Dhukkuboota aannaniin darban ittisuuf maloota barbaachisan ibsi.

11. Faayidaalee mukkeen foodeerii tarree biqilani tarreessi.

12. Amala okaa qulqulluu yoo xiqqaate afur barreessi.

13. Adeemsa bullaa’insa margaa garaacha alala dhabeeyyii keessatti taasifamu jalqaba irraa gara dhumaatti
ibsi.

14. Akkaataa gaalli dheebuu itti dandamatu ibsi.

15. Dheerina wayiitii rimaa’uu beeladoota armaan gadii ibsi?


a. Sa’a
b. Re’ee
c. Farda
d. Gala
Mana Barumsaa Waldaa Aksiyoonaa Fiyuuchar Jenereeshin Hooppi Sad.1 ffaa (5-8) Damee Amboo

Gosa Qorumsaa: Workiishiitii 1ffaa (1st worksheet) Semisteera 2ffaa Kan Bara 2012

Gosa Barnootaa Herreega Kutaa 8ffaa A fi C

Maqaa B/saa:- Dajanee Tarreessaa

Maqaa __Robsan_Ebisa_______________________________Kutaa 8C______ Lakk _39__

I. Hojiidhaan agarsiisi.

1. Danaa armaan gadii keessatti geengoon handhuuraa “O” al marfattoo iskuweeriiti. Sarbiin iskuweerii
22
(Diyaametiriin geengoo) kana 14cm yoo ta’e, bal’inni danaa gurracha’ee hagam ta’a? (π = 7 )

14cm

2. Danaa armaan gadii irratti s(<ABC) = 750 yoo ta’e safari golboo ABC hammami ta’a?
A

B C

̅̅̅̅ fi 𝐵𝐷
3. Geengoo armaan gadii irratti koordootni 𝐴𝐶 ̅̅̅̅ keessaa geengoo tuqaa E irratti wal qaxxamuran
̂ ) = 85 fi s( 𝐶𝑦𝐷
s( 𝐴𝑥𝐵 0 ̂ ) = 65 yoo ta’an s(<AED) meeqa ta’a?
0

B C

x y
E
A
D

4. Danaa armaan gadii irratti ∆ABC ~ ∆ADE, BD = 4cm, BC = 13cm, DE = 8cm fi AC = 22cm yoo ta’e,
dheerina roga AD barbaadi. A

D 22cm
4cm 8cm E

B C
13cm
̂ ) = 2600 yoo ta’e, s(<ABC) meeqa ta’a?
5. Danaa armaan gadii irratti s( 𝐴𝐵𝐶
A

B
C

6. ∆ABC ~ ∆LMN AC = 11cm, LN = 15cm fi naannawaan ∆ABC = 64cm yoo ta’e, naannawaan ∆LMN
meeqa ta’a?

7. ∆ABC ~ ∆DEF dha. AB = 6cm, DE = 10cm fi BC = 9cm yoo ta’an EF meeqa ta’a?

8. ∆ABC ~ ∆DEF. bal’inni rog-sadee DEF = 36cm2 dha AC = 4cm fi DF = 6cm yoo ta’an bal’inni rog –
sadee ABC hammam ta’a?

9. Rog-sadeen bal’inni isaa 16cm2 ta’e dhaab-giteessa piroopporshinaalummaa 3’n yoo guddate ba’ina rog-
sadee haaraa kanaa barbaadi.

10. Yoo ∆ABC ~ ∆DEF fi BC = 15, DF = 12, EF = 9 fi DE = 6 ta’e, dheerina rogoota ∆ABC isaan hafan
lamaanii barbaadi.
Mana Barumsaa Waldaa Aksiyoonaa Fiyuuchar Jenereeshin Hooppi Sad.1 ffaa (5-8) Damee Amboo

Semisteeraa 2ffaa tti Workishittii Keemistirii Kutaa 8ffaa A - C tiif Kan Bara 2012

Maqaa B/saa:- Gammachuu Fayyisaa

Maqaa _Robsan_Ebisa___________________________________ Kutaa 8C_ Lakk _39__


I. Bakka duwwaa armaan gadiitti kenname deebii sirriin guuti.

1. Gaasoota luujii keessaa ruuqoolee qilleensaa keessaatti baay’inaan kan argamu_ ozoonii(O3)__dha.

2. Alhoomachummaa bishaanii sinsinnii keemikaala otoo hin fayyadamiin bishaanicha _danfisuun_

dhabamsiisuu dandeenya.

3. Alhoomachummaan bishaanii kan uumamu, bishaanicha keessa jiraachuu ayoonota

__Mg2+________ fi ___Ca2+______ tiinii dha.

4. Foormulaan keemikaalaa iskaamii _(C17 H35 COO)2CA__ dha.

5. Elementiin raabsa elektiroonota isaatiin odoo hin taane, amala isaatiin gabatee peeredikii keessatti

gareen kennameef _Haayidrojinii____dha.

6. Foormulaan keemikaalaa saamunaa beekamaa _(C17_H35_COONA)__ dha.


65
7. Zn+2 e = __ __28_________ qaba.
30

8. 1S22S22p63S23p64S1 Z = __19_________ dha.

9. Biyyee keessatti qabiyyeen gaasii kaarboondaayoksaayidii dhibbantaa _25 %_____ dha.

10. Kilooroofiloorookaarbooniin akkamitti ozoonii akka haphisu walnyatinsa keemikaala isaa barreessi.

(dhawaata lama qaba).

a. ___CL+O3= CLO+O2________

b. ___CLO+O=CL+O2________
Future Generation Hope Share Company Primary School (5-8) Ambo
Branch
2nd Semester 1st Mathematics Worksheet for Grade 8th A, B & C Year:- 2012 E.C
Prepared by:- Dejene
Name Robsen_Ebisa__________________________________ Class _8c_______No 39__
I. If five times a whole number increased by
1. If five times a whole number increased by 3 is less than 13, find the solution set.

2. Find two numbers whose sum is 36 whose difference is 10.

3. Abebe is 12 years old and his sister Aster is 2 years old. In how many years will Abebe be exactly
twice as old as Aster?

4. The sum of three consecutive odd integers is 129. Find the integers.

5. By what number must be 566 be divided so as give a quotient 15 and remainder 11.

6. Solve each of the following inequalities on the given domain.


a. 3 (x + 2) – (2x - 7) ≤ (5x - 1)- 2(x + 6), x ∈ Q

3 3
b. 20 - 2 x ≥ 2 x – 18, x ∈ Q+

2
c. x < - 4(x - 5), x ∈ Z+
3

7. Solve the following equations.


x+2 x+3 5
a. – =6
3 8

2x−10 2x−4 1
b. – = 10x – 17 2
11 7
II. Deebii gabaabaa kennaa (Baaylojii)

8 # hoo‟i qaamaa dabaluu, # rifeensi harca‟uu,# huqqachuu


9, 1, (Dabaluu ho‟a qaamaa).2,( Dhiita‟uu mormaa ).3, (Gad-rarrawuu qaama
saalaa fi garaa dha)

10, (Aannan beelada fayyaa ta‟e qofa fayyadamuu.) (Aannan elmuun dura
mucha (gurruu) dhiquu akkasumas, harka dhiqachuu). ( Yeroo hunda aannan
duraa mucharraa ba‟u elmuun lafatti dhangalaasuu, sababni isaas aannan kun
jarmoota qabaachuu waan danda‟uuf.)

11, Foodeeriin nyaata qonnaan mukkeewwan adda addaa nyaata


beeladootaa kanneen akka loonii, re‟ee, farad, lukkuu fi booyyeef
qophaa‟ani dha
12, marga yookaan baala biqiltootaa ciruun kan haamame gogsuun kan
qophaa‟u ta‟ee akka nyaata beeladootaatti kan fayyadudha. Okaan beeladootaaf
kan kennamu yeroo iddoon dheedichaa gahaa ta‟e dhabamuufi bonni
dheeratuudha

13, Ruumanii:- Ruumaniin golli isa jalqabati. Nyaanni gola jalqaba kan seenu
yeroo liqimfamu. Ruumanii keessa baakteeriyaan inzaayimii maddisiisan ni jiru.
Inzaayimiin kunis seeluuloosii. marga keessaa bulleessa. Kanaan booda nyaanni
gola garaacha isa lammaffaa kan reetikulamii jedhamu seena. Nyaanni kunis
alala jedhamuun beekama. Alalli kunis gara afaanitti ol deebi‟uun akka
alaanfatamu ta‟a. Alalli alaanfatame kunis gara gola isa saddaffaa kan
omaasamii jedhamutti darba. Iddoon kun iddoo bishaan nyaata keessa jiru irra
deebi‟amee xuuxxamudha. Nyaanni sanaan booda gola garaachaa isa dhumaa
kan abomaasamii jedhamu seena. Iddoo kanatis dhangala‟oon garaachaa maddu
pirootinii .0nyaaticha keessa jiru bulleessa. Abomaasamiin garaacha dhugaa
jedhamuun beekama

14, Gaalli dheebotaan tokko yeroo caamsaa fi hoo‟aa al tokkotti hanga liitira
200 dhuguu danda‟a.

15,Sa’a- 280 , re’ee-150,Fardaa-336,


Gaala(gob tokkee)-390 Gaala (gob lame)-406
I DEEBII WORKISHITTII HERREGAA
1,Bal’ina bakka gurracha’ee A circle – A Square
-A square= 1.1 A circle =  r2
= 14cm x 14cm = (7cm)2

= 196 cm2 = 49cm2 ykn 153.9 cm


# bal’ina gurracha’ee 153.9cm2 – 196 cm
= - 42.1 cm2
2,S(<ABC)=75 ( kan kenname )
1
S(<ABC)= (ABC) tiyooramii
2
1
75 = S(ABC)
2

S(ABC) = 2 (75)= 150


3,

4, a a
22cm
b 13 cm c d 8cm e
𝐴𝐵 8𝑎𝑏 13𝑎𝑑
𝐵𝐷
𝐵𝐶
= 𝐷𝐸 = 𝐴𝐶
𝐴𝐸 8
= 8
13𝐴𝐷
13𝐴
=8𝐴𝐵
13

22𝑐𝑚 13𝐶𝑀 8𝐴𝐵


𝐴𝐸
= 8𝐶𝑀 AB=13𝐴𝐷
8
AD= 13

22𝑐𝑚8𝑐𝑚
AE= 13𝑐𝑚
=13.5
𝐴𝐵 13
𝐴𝐷
=
8
9,
5,(<ABC)=12 S(ABC)

= 12 (ABC)

=130
6, A L 15cm
10, A D
B C M n
b 6CM c e 12CM f
P1=64cm B 15CM C E 9CM F
𝑃1 15𝑐𝑚 𝐴𝐶 15𝐶𝑀 𝑋 12𝐶𝑀
𝑝2
=k = AC= =20CM
9𝑐𝑚 12𝐶𝑀 9𝐶𝑀

64𝑐𝑚
𝑝2
=11
5

P2=64𝑐𝑚
11
𝑥 15
= 82.27 cm

7, A D
6cm
B C E F
𝐴𝐵
𝐷𝐸
=𝐵𝐶=𝐷𝐹
𝐸𝐹 𝐴𝐶

6𝐶𝑀 9𝐶𝑀
10𝐶𝑀 𝐸𝐹
=
9𝐶𝑀 𝑋 10𝐶𝑀
EF=
6𝐶𝑀

3 𝑥 3= 9
EF= =15cm
6 6

𝐴1 4𝑐𝑚 2
8, = k2 k= =
𝐴2 6𝑐𝑚 3

𝐴1 2
=( )
𝐴2 3
I DEEBII WORKISHITII FIIZIKSII
1, Kennama Barbadama Furmaata
1 1 1
R1= 75 R1=? = =
𝑅 𝑅1 𝑅2

R2=250 R1=𝑅1 / 𝑅2
𝑅1 𝑅2

75 + 150
V= 150 V =75 𝑋 150

RT= 50

B, I 1 fi I 2 – V 1= V2=V=150N

I 1=𝑉1
𝑅1
= 150𝑁
75
=2A

I 2=𝑉2= 150𝑁=1A
𝑅2 150

𝑈 150𝑁
C,I T IT=𝑅𝑇 = 50 = 3A

2,Kennama barbadama furmaata


R1=R2 = 40 A,RT=? RT=R1 + R2
V=120V =40 + 40
=80 

B,I=? I= 𝑉𝑅=120 𝑉
3
= 𝑎=1.5a
2

C,

3, Kennama barbadama furmaata


I=15a q= ? q=It
T=1hr=60min = 3600 c =15a x 3600 c =5400 c
4,Fakkii ykn diagramii dandii wal tarreetiin hittisowwan lama wal qabsisii agarsisi

You might also like