You are on page 1of 13

Waggaa 16ffaaLak…….….

134/2003
16ኛዓመት ቁጥር...….…..134/2003 Finfinnee…..……Waxabajjii
Finfinnee…..…… 3/2003
16th Year No…………134/2011 ፊንፊኔ…………
………….....….…..ሰኔ 3/2003
Finfine……………
……………...….11 June 2003

MAGALATA OROMIYAA
መገለተ ኦሮሚያ
MEGELETA OROMIA
Gatii Tokkoo_____________ To’annoo Caffee Mootummaa Naannoo Lakk S. Poostaa__________
ያንዱ ዋጋ_____________ Oromiyaatiin kan Bahe __________
ፖ.ሣ. ቁጥር__________
Unit Price________________ በኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግሥት P.O.Box__________
በጨፌ ኦሮሚያ ጠባቂነት የወጣ

Qabiyyee ማውጫ Content


Dambii lak. 134/2003
Dambii Ejansii Bittaa fi
ደንብ ቁጥር፤ 134/2003 Regulation No: 134/2011
Dhabamsiisa Qabeenya የመንግሥት ንብረት ግዢና
Government Procurement and
Mootummaa Hundeessuuf Bahe
Property Disposal Agency
ማስወገድ ኤጀንሲን ለማቋቋም
የወጣ ደንብ Establishment Regulation

Dambii lak. 134/2003 ደንብ ቁጥር፤ 134/2003 Regulation No: 134/2011


Dambii Ejansii Bittaa fi የመንግሥት ንብረት ግዢና ማስወገድ Government Procurement and
Dhabamsiisa Qabeenya ኤጀንሲን ለማቋቋም የወጣ ደንብ Property Disposal Agency
Mootummaa Hundeessuuf Bahe
የመንግሥት ንብረት ግዢና ማስወገድ Establishment Regulation
Ejansii Bittaa fi Dhabamsiisaa
WHEREAS, it is found necessary to
ኤጀንሲን በአንድ ቦታ በባለ-ቤትነት
Qabeenyaa Mootummaa qaama
ማቋቋም establish an organ responsible to
abbuumman bakka tokkotti
የሚመራና የሚያቀናጅ አካል ማቋቋ
manage and organize Government
gaggeessuu fi qindeessuun
አስፈላጊ ሆኖ በመገኘቱ፤

hundeessuun barbachisaa ta’ee በመንግሥት ንብረት ግዢና Procurement and Property Disposal
Agency in a single unit;
waan argameef, አስተዳደር አዋጅ ቁጥር 157/2002

1
Akkaataa Labsii Bittaa fi Bulchiinsa አንቀፅ 50 መሠረት የሚከተለው NOW, THEREFORE, in accordance
Qabeenya Mootummaa Lakk. ደንብ ወጥቷል፡፡ with Article 50 of the Government
Procurement and Property
157/2002 keewwata 50 tiin
Administration Proclamation No.
ክፍል አንድ
dambiin kanatti aanu bahe jira. ጠቅላላ ድንጋጌዎች 157/2002, Government the following
Kutaa Tokko 1. አጭር ርዕስ regulation is issued.
Tumaalee Waliigalaa ይህደንብ “የመንግሥት ንብረት
Part One
1. Mata Duree Gabaabaa ግዢና ማስወገድ ኤጀንሲን

Dambiin kun “Ejansii Bittaa gi


ለማቋቋምየወጣ ደንብ ቁጥር
General provisions
134/2003”
Dhabamsiisa Qabeenya ተብሎሊጠቀስይችላል፡፡ 1. Short title
Mootummaa Hundeessuuf 2. ትርጓሜ This regulation may be cited as the
Bahe lakk. 134/2003” የቃሉ አገባብ ሌላ ትርጉም Government the “Government

jedhamee waamamuu ni Procurement and Property


የሚያሰጠው ካልሆነ በስተቀር
danda’a. Disposal Agency
በዚህ ደንብ ውስጥ፡-
2. Hiika Establishment Regulation
No. 134/2003”.
1) “ቢሮ ወይም የቢሮ ሀላፊ”
Akkaataan jechichaa hiika biro
2. Definitions
ማለት እንደየቀደም
kan kennisiisuuf yoo ta’e malee
dambii kana keessatti:- In this Regulation, unless the
ተከተላቸው የኦሮሚያ ገንዘብና

1) “Biiroo yookaan Ogganaa


እኮኖሚ ልማትና የቢሮው context otherwise requires:
Biiroo” jechuun akka wal
ሀላፊ ማለት ነው፤ 1) “Bureau or Bureau
duraa duuba isaaniitiin 2) “ቦርድ” ማለት የመንግሥት head” means Oromia
Biiroo Maallaqaa fi ግዢና ንብረት ማስወገድ Financial and Economic
Misooma Dinagdee ኤጀንሲቦርድ ማለት ነው፤ Development Bureau
Oromiyaa fi Oogganaa 3) በመንግሥት ንብረት ግዢና and head of the Bureau;
Biirichaa jechuudha. አስተዳደር አዋጅ ውስጥ 2) “Board” means
2) “Boordii” jechuun boordii የተተረጎሙ ቃላት ለዚህ
Government
ejansii Bittaa fi Procurement and
ደንብም ተፈጻምነት
Dhabamsiisa Qabeenya Property Disposal
ይኖራቸዋል፡፡
Mootummaa dha. Agency Board;
3) Words defined in the
3. መቋቋምና ተጠሪነት
3) Jechoonni Labsii sirna
Bittaa fi Bulchiinsa
1) የመንግሥት ንብረት ግዢና Government
Qabeenyaa Mootummaa ማስወገድ ኤጀንሲ ከዚህ Procurement and
keessatti hiikaman dambii በኸላ “ኤጀንሲ” ተብሎ Property Administration
kanaafis raawwatiinsa ni የሚጠራ በዚህ ደንብ Proclamation shall also
qabaatu. have effect for this

2
3. Hundeefamaa fi itti waamaama ተቋቁሟል፤ regulation;
1) Ejansii Bittaa fi ተጠሪነት 3. Establishment
2) የኤጀንሲው and
Dhabamsiisa Qabeenya Accountability
ለኦሮሚያ ገንዘብና ኢኮኖሚ
Mootummaa kana booda 1) Government
“Ejansii” jedhamee kan Procurement and
ልማት ቢሮ ይሆናል፡፡

waammamu dambii kanaan 4. የዋና ጽሕፈት ቤት አድራሻ Property Disposal


hundeeffamee jira. የኤጀንሲው ዋና ጽሕፈት ቤቱ Agency here in after
2) Itti waammamni Ejansichaa አድራሻፊንፊኔ ሆኖ፤ እንደ referred to as “Agency”
Biiroo Maallaqaa fi is hereby established by
አስፈላግነቱ ቅርንጫፍ ልኖረው
Misooma Dinagdee this regulation.
ይችላል፡፡
Oromiyaatiif ta’a. 2) The Agency shall be
4. Teessoo Waajjira Ol’aanaa accountable to Oromia
5. ዓላማ

Teessoo Waajjira ol’aanaa ኤጀንሲው የሚከተሉት ዓላማ Finance and Economic


Ejansichaa Finfinnee ta’ee, akka ይኖረዋል፡- Development Bureau.
barbaachisummaa isaatti dame 1) ተመሳሳይ ይቃዎችና 4. Head Office
qabaachuu ni danda’a. The agency shall have its
አገልግሎቶች የምጠቀሙ
5. Kaayyoo head office in Addis Ababa
የመንግሥት መስሪያ
Ejansichi kaayyoo armaan gadii and may have branch offices
ni qabaata ቤቶች፤ እንድሁም እንደ elsewhere as may be
1) Manneen hojii mootummaa አከባቢው ስትራቴጅካዊ necessary.
meeshaalee fi tajaajiloota ባሕሪ ያላቸው ይቃዎችና 5. Objectives
wal fakkaataan itti አገልግሎቶች በተመጣጣኝ The Agency shall have the
fayyadaman, akkasumas, following objectives:
ዋጋ ከፍተኛ ውጤት
meeshaawwan fi 1) To make the goods and
tajaajilawwan akka services as well as those
ከከፍተኛ ግዢ ላይ

naannooti amala እኮኖሚያዊ ፋይዳ ማስገኘት goods and services


tarsimaa’aa qaban, gatii በምያስችል ሁኔታ having strategic
wal madaaleen bu’aa በምፈለገው ጊዜና ጥራት characteristics
ol’aanaa bittaa ol’aanaa እንድቀርብ ማድረግ፤ regionally be supplied to
irraa faaydaa Government institutions
2) የመንግሥት ንብረት
dinagdummaa haala using similar
argamsiisuu danda’uun equipment’s and services
በሽያጭ እንድወገድ

yeroo barbaadamee fi የመንግሥት መስሪያ ቤቶች with equivalent price in


qulqullinaan akka dhiyaatu a way that it generates

3
gochu, በምያስተዳድሩ ውሳኔ economic benefit from
2) Qabeenya mootummaa የተሰጣቸው ፍጥነት huge purchase in the
gurgurtaan akka required time and
ባለውና የገበያ ዋጋን
dhabamsifamu manneen quality;
hojii mootummaa 2) To enable the speedy
በምመጣጠን ሁኔታ

bulchaniin murtiin እንድወገድ ለማስቻል፤ disposal of government


kennameef haala si’ayina 3) ለመንግሥት ልማት properties upon which
qabunii fi gatii gabaan wal ተቋማት ይቃ ግዢና decision of disposal
gituun akka through sale is given by
ንብረት ማሰወገድ ላይ
dhabamsiifamu institutions
ድጋፍ ማድረግ ወይም
dandesisuuf, administering
3) Dhaabbilee misooma government activities
ስጠየቅ ወክሎ ይህንን ሥራ

mootummaatiif bittaa ለማስፈፀም፡፡ with fair market price;


meeshaa fi dhabamsisa 3) To assist public
qabeenyaa irratti deeggarsa enterprises in the
ክፍል ሁለት

gochuu yookaan yeroo አደረጃጀት፤ ስልጣንና ተግባር procurement of goods


gaafatamu bakka bu’ee 6. የኤጀንሲው አደረጃጀት and services and
hojiiwwan kana ኤጀንሲው የሚከተሉት disposal of assets or
raawwachuuf. አደረጃጀት ይኖረዋል፡- performing these
Kutaa Lama activities on behalf of the
1) ቦርድ፤
Gurmaa’inaa,Aangoo fi enterprises where
Hojii requested.
2) ሥራ አስከያጅ፤

6. Gurmaa’ina Ejansichaa 3) አስፈላጊ የሆኑ ሰራተኞች፡፡ Part Two


Ejansichi Gurmaa’ina armaan 7. የሥራ አስፈፃሚዎች ሹመት Organization, Power and
gadii ni qabaata 1) የኤጀንሲው ሥራ Duty
1) Boordii, አስፈፃሚዎች በክልሉ 6. Organization of the Agency
2) Hojii Gaggeessaa The Agency shall have the
ፕሬዝዳንት ቀርበው
3) Hojjattoota barbaacisaa following organization:
ta’an, 1) Board,
በአስተዳደር ምክር ቤት

7. Muudama Hojii Geggeesitootaa የሚሾሙ ይሆናል፤ 2) Manager,


1. Hojii Gaggeessaan 2) የኤጀንሲው ምክትል ሥራ 3) Necessary staffs.
Ejansichaa prezidaantii አስፈፃሚ በክልሉ 7. Appointment of Managers
naannichaatiin dhiyaatanii 1) The manager of the
ፕሬዝዳንት የሚሾሙ
Mana Maree Bulchiinsaan Agency shall be

4
kan muudaman ta’a. ይሆናል፡፡ nominated by President
2. Hojii Gaggeessaan Itti 8. የኤጀንሲው ስልጣንና ተግባር of the Region and
aanaa Ejansiicha appointed by
ኤጀንሲው የሚከተሉት
prezidaantii naannichaatiin Administrative council;
kan muudaman ta’a. 2) The Vice/Deputy
ስልጣንና ተግባር

8. Aangoo fi Hojii Ejansichaa ይኖረዋል፡- manager of the Agency


Ejansichi aangoo fi hojii 1) የተለያዩ የመንግሥት shall be appointed by the
armaan gadii ni qabaata መስሪያ ቡቶች President of the Region.
1) Bittaawwan meeshaalee fi 8. Powers and Duties of the
የምጠቀሙበት የይቃዎች
tajaajiloota wal fakkaataa Agency
ግዢና ተመሳሳይ
manneen hojii mootummaa The Agency shall have the
adda addaa itti powers and duties to:
አገልግሎቶች፤ ከፍተኛ ዋጋ

fayyadaman, gatii ol’aanaa ያላቸውና የግዢ ህደታቸው 1) Organize and perform


qabanii fi adeemsi bittaa ውስብስብ የሆኑ፤ the purchase of similar
isaanii walxaxaa ta’e, ስትራቴጅካዊ ባሕሪ goods and services
amala tarsimaa’aa qaban, having high prices
ያላቸው፤ ተቀናጅተው
qindaa’anii bakka tokkotti whose purchasing
በአንድ ቦታ ከተከናወኑ
yoo raawwataman faayidaa process is complex and
dinagdee naannichaaf ለክልሉ ያላቸው እኮኖሚያዊ have strategic
qaban haala bu’aa ol’aanaa ጠቀሜታ ከፍተኛ ውጤት characteristics which
argamsiisuu danda’uun በምያሰገኝ ሁኔታ are used by various
gatii sirrii fi qulqullina በምፈለገው ትክክለኛ ዋጋና government institutions
barbaadamuun qindeessee in a way that generate
ጥራት አቀናጅቶ
ni raawwata, huge economic benefit
2) Qabeenya mootummaa for the region where
ያከናውናል፤

gurgurtaan akka 2) የመንግሥት ንብረት they are organized and


dhabamsiifamu manneen በሽያጭ እንድወገድ performed at one place
hojii mootummaa ንብረቱን በምያስተዳደሩት with the required price
qabeenyicha bulchaniin የመንግሥት መስሪያ ቤት and quality;
murtiin kennameef haala 2) To enable the speedy
ውሳኔ የተሰጣቸው ፍጥነት
si’ayina qabunii fi gatii disposal of government
gabaa waliin wal gituun ni properties upon which
ባለውና ከገበያ ዋጋ ጋር

dhabamsiisa, በምመጣጠን ሁኔታ decision of disposal


3) Akkaataa keewwata kan through sale is given by

5
keewwata (1) fi (2) jalatti ያስወግዳል፤ government institutions
tumameen Ejansichi hojii 3) በዚህ አንቀፅ ንሑስ አንቀፅ administering the
bittaa fi dhabamsiisa property with fair
(1) እና (2) ሥር
qabeenyaa yoo raawwatu market price;
akkataa labsii, dambii, 3) Where the agency
በተደነገገው ኤጀንሲው

qajeelfama Bittaa fi የግዢ ሥራና ንብረት perform the activity of


Qajeelfama Bulchiinsa ማስወገድን ስያከናውን property procurement
Qabeenyaan raawwachuu በግዢ አዋጅ፤ ደንብ፤ and Disposal as
qaba, enshrined under sub-
መመሪያና በንብረት
4) Karoora hojii yeroo articles (1) and (2) of
አስተዳደር መመሪያ
gabaabaa, giddugalessaa fi this article, it shall carry
dheeraa baatatee hojii irra out according to
መፈጸም አለበት፤

ni oolcha, raawwii isaas ni 4) የአጭር፤ መካከለኛና Proclamation,


hordof, የረዥም ጊዜ የሥራ ዕቅድ Regulation, Procurement
5) Raawwii bittaa fi አውጥቶ ሥራ ላይ Directive and Directive
dhabamsiisa qabeenyaa of Property
ያውላል፤
irratti deeggarsa ogummaa Administration;
5) የግዢና ንብረት ማስወገድ
ni kenna, 4) Shall prepare and
6) Bittaa wal fakkataa አፈፃፀም ላይ የሙያ ድጋፍ implement short,
manneen hojii mootummaa ይሰጣል፤ medium and long term
itti fayyadaman irratti 6) የመንግሥት መስሪያ ቤቶች work plan, follow up its
adeemsa bittaa biyya የምጠቀሙበት ተመሳሳይ implementation.
keessaa 5) Shall provide
ግዢ ላይ የሀገር ውስጥ
xumuruunwaligaltee yeroo professional support on
dheeraa nallateessee the implementation of
የግዢ ስርዓትን በማጠናቀቅ

kanuma manneen hojii የረዥም ጊዜ ስምምነትን procurement and


mootummaa akka beekan ፈሪሞ ይህንን የመንግሥት property disposal;
gochuun gatii መስሪያ ቤቶች እንድያውቁ 6) Shall provide service by
waligalteetiin manneen በማድረግ በስምምነት ዋጋ completing domestic
hojii yeroo barbaadanitti procurement on similar
መስሪያ ቤቶች በፈለጉ ጊዜ
akka bitatan tajaajila ni goods and services to be
kenna. used by government
እንድገዙ አገልግሎት

7) Waligaltee bittaa ni bulcha, ይሰጣል፤ institutions and


haala seera bittaan conclude long term

6
sirreefama gatii ni taasisa. 7) የግዢ ስምምነትን contract and notify same
8) Bittaa meeshaalee fi ያስተዳድራል፤ በግዢ ሕግ to the government
tajaajila tarsimaa’aa qaban institutions and enable
የዋጋ ማስተካከያ
ilaalchisee adeemsa bittaa them purchase
raawwachuun meeshichaa whenever they need at
ያደርጋል፤

fi tajaajilicha fayyadamaaf 8) የይቃዎች ግዢና the agreed price.


akka dhaqqabu ni taasisa. ስትራቴጂክ አገልግሎት 7) Shall administer
9) Gosoota bittaa armaan olitti ያላቸውን አስመልክቶ procurement agreement;
ibsamaniin alatti mana make price adjustment
የግዢ ይደትን በመፈፀም
hojii mootummaan according to
ይቃውና አገልግሎቱ
yookaan dhaabbilee procurement law;
misooma mootummaan yoo 8) Concerning
ለተጠቃሚ እንድደርስ

gaafatamu tajaajila bittaa ያደርጋል፤ procurement of goods


biyya keessaas ta’ee biyya 9) በላይ ከተገለጹት የግዢ and services having
alaa kamiyyuu ni kenna, አይነቶች ውጪ strategic use, shall
Dhaabbilee misooma conduct procurement
በመንግሥት መስሪያ ቤት
mootummaatiif bittaa process and cause such
ወይም በመንግሥት ልማት
meeshaa fi dhabamsisa goods and services to
qabeenyaa irratti deeggarsa ተkማት ስጠየቅ የሀገር reach the users.
ni kenna yookaan yeroo ውስጥም ሆነ የውጭ ሀገር 9) Provide domestic and
gaafatamu bakka bu’ee የግዢ አገልግሎትን foreign procurement of
hojiiwwan kana ni ይሰጣል፤ ለመንግሥት the types procurement
raawwata other than specified
ልማት ተቋማት ይቃ
10) Tajaajiloota bittaas ta’ee above upon request by
dhabamsiisa qabeenyaa government institution
ግዢና ንብረት ማስወገድላይ

keewwata kanaan ድጋፍ ይሰጣል፤ ወይም or government


tarreefaman Ejansichi ስጠየቅ ተወክሎ ይህንን enterprises; give support
dhaabbilee misooma ሥራ ያከናውናል፤ for government
mootummaaf yoo kennuun 10) በዚህ አንቀፅ የተዘረዘሩ enterprises on
kaffaltii tajaajilaan wal procurement of goods
የግዢም ሆነ የንብረት
madaalu ni kaffalchisa, and disposal of
11) Abbaa qabeenyaa ni ta’a, properties or perform
ማስወገድ አገልግሎት

waligaltee ni seena, ኤጀንሲው ለመንግሥት such activities upon


12) Maqaa ofiitiin ni himata, ni request;

7
himatama, ልማት ተቋማት ስሰጥ 10) The agency shall collect
13) Biiroo Maallaqaa fi ከአገልግሎቱ ጋር appropriate fees for the
Misooma Dinagdee service it renders where
የምመጣጠን ክፍያ
Oromiyaatiif akka it provides services of
barbaachisumaa isaatti either purchase or
ያስከፍላል፤

gabaasa ji’a, kumaana, ji’aa 11)ባለ-ሀብት ይሆናል፤ disposal of property


jahaa fi kan waggaa ni ስምምነት ያደርጋል፤ specified under this
dhiyeessa. 12) በስሙ ይከሳል፤ article to government
9. Miseensota Boordii enterprises;
ይከሰሳል፤
1) Miseensoonni boordii 11) Own property; enter into
13) እንዳስፈላግነቱ ለኦሮሚያ
walitti qabaa dabalatee contracts;
manneen hojii mootummaa 12) Shall be made a liar in
ገንዘብና ኢኮኖሚ ልማት

naannoo keessaa ቢሮ የወር፤ የሩብ ዓመት፤ his name;


pirezidaantiidhan kan የ6 ወር እና የዓመት 13) Submit monthly,
moggafaman ta’a. ሪፖርት ያቀርባል፡፡ quarterly, six month and
2) Baay’ini miseensota Boordii annual reports as may
9. የቦርድ አባላት
akka barbaachisummaa be necessary for Oromia
1) የቦርድ አባላት ሰብሳቢውን
isaatti shanii hanga torbaa Finance and Economic
ta’a. ጨምሮ ከክልል መንግሥት Development Bureau.
10. Angoo fi Hojii Boordii መስሪያ ቤቶች በፕሬዝዳንት 9. Members of the Board
Boordiin aangoo fi hojii የምሰየሙ ይሆናል፤ 1) Board members
armaan gadii ni qabaata: 2) የቦርድ አባላት ብዛት including chair person
1) Ejansicha ol’aantummaan shall be designated by
እንዳስፈላግነቱ ከ5-7
ni gaggeessaa, ni to’ata. the president from the
2) Tarsimowwaan raawwii regional government
ይሆናል፡፡

hojii Ejansichaa ni baasa, ni 10. የቦረድ ስልጣንና ተግባር institutions.


mirkaneessa, hojiirraa ቦርዱ የሚከተሉት 2) The number of Board
ooluu isaanii ni hordofa, ni ተግባራት ይኖሩታል፡፡ members shall be five up
to’ata. 1) ኤጀንሲውን በበላይነት to seven as may be
3) Karooraa fi baajata waggaa necessary.
ይመራል፤ ይቆጣጠራል፤
Ejansichaa qoratee 10. Power and Duties of the
mirkaneessuudhaan qaama Board
2) የኤጀንሲውን የስራ

dhimmi ilaaluuf ni አፈፃፀም ስትራቴጂ ያወጣል፤ The Board shall have the
dhiyeessa, yoo mirkanaa’us ያፀድቃል፤ ሥራ ላይ መዋሉን powers and duties to:

8
hojiirra oolmaa isaa ni ይከታተላል፤ ይቆጣጠራል፤ 1) oversee and supervise
to’ata. 3) የኤጀንሲውን የዓመት ዕቅድና the agency;
4) Ramaddii, qaxarrii fi hojii በጀት አጥንቶ በማረጋገጥ 2) prepare, approve, follow
irraa gaggeeffama itti ለምመለከተው አካል up and supervise
gaafatamtoota ol’aanoo operational performance
ያቀርባል፤ ስፀድቅም ሥራ ላይ
Ejansichaa ni mirkaneessa. strategies of the agency;
መዋሉን ይቆጣጠራል፤
5) Gabaasa herreega waggaa 3) review and submit to the
4) የኤጀንሲው ከፍተኛ ሀላፊዎች
Ejansichaa ni raggaasisa, concerned body the
gabaasa oditii ni annual plan and budget
ምደባ፤ ቅጥርና ከሥራ

dhaggeefata, gabaasa oditii of the Agency; supervise


መሰናበትን ያፀድቃል፤

dhiyaate irratti hundaa’ee 5) የኤጀንሲውን ዓመታዊ የሕሳብ its implementation upon


tarkaanfii sirreeffama ሪፖርት ያፀድቃል፤ የኦዲት approval;
barbaachisu ni fudhata, ሪፖርት ያዳምጣል፤ በቀረበው 4) approve assignment,
gabaasichas ifa ni taasisa. የኦዲት ሪፖርት ላይ employment and
6) Qabeenyota Ejansichaa fi ተመስርቶ አስፈላጊውን dismissal of higher
herregoota galmee irraa የማስተካከያ እርምጃ heads of the agency;
haqaman ilaalchisee murtii ይወስዳል፤ ርፖርቱንም ግልፅ 5) approve annual
ni kenna. ያድርጋል፤ financial report of the
7) Barbaachisaa ta’ee yoo Agency; hear audit
6) የኤጀንሲው ንብረቶችና
argamu koree Boordiif report; take the
ከመዝገብ ላይ የተሰረዙ
gorsa kennu ni hundeessa, necessary corrective
ሕሳቦችን አስመልክቶ ውሳኔ
ni hooggana, ni qindeessa, measure based on the
8) Ejansichi bittaa dhaabbilee submitted audit report;
ይሰጣል፤

misooma mootummaaf also discloses the report;


7) አስፈላጊ ሆኖ ስገኝ ለቦርድ

kennuuf hanga kaffaltii ምክር የምሰጠውን ኮሚቴ 6) give decision regarding


tajaajila kaffalchiisuu fi ያkቁማል፤ ያስተዳድራል፤ property of the Agency
sirna qajeelfama ni baasa. ያቀናጃል፤ and financial accounts
9) Sirna walgahii boordiicha 8) ኤጀንሲው ለመንግሥት cancelled from registry;
ilaalchisee qajeelfama ልማት ድርጅቶች ለምሰጠው 7) form, heads and
baasuu ni danda’a. ግዢ የምያስከፍለው የአገልግሎት organize committee
11. Hojii fi Angoo Hojii Gaggeessaa ክፍያ መጠንና የመመሪያ which provide advice to
Ol’aanaa ስርዓትን ያወጣል፤ the Board as deemed
Hoji geggeessaa ol’aanaan 9) የቦርዱ ስብሰባ ስነ-ስርዓት necessary;
Ejansichaa aangoo fi hojii አስመልክቶ መመሪያ ልያወጣ 8) The Agency shall issue

9
armaan gadii ni qabaata ይችላል፡፡ directive procedure and
1) Ejansicha ni gaggeessa, ni 11. የከፍተኛ ሥራስካጅ ሥልጣንና the rate of service
bulcha, ተግባር charges that it makes
2) Aangoo fi hojii Ejansicha የኤጀንሲው ከፍተኛ ሥራስካጅ pay for procurement
hojiirra ni oolcha, ስልጣንና ተግባር፡- provided for government
3) Akkaataa seera hojjattoota 1) ኤጀንሲውን ይመራል፤ enterprise institutions;
mootummaatiin hojjattoota 9) May adopt directive
ያስተዳድራል፤
ni qaxara ni bulcha, hojii regarding meeting
2) የኤጀንሲውን ስልጣንና ተግባር
irraa ni geggeessa, procedure of the Board.
ሥራ ላይ ያውላል፤
4) Karoora hojii fi baajataa 11. Power and Duties of the
qopheessee boordiif ni General Manager
3) በመንግሥት ሰራተኞች ሕግ

dhiyeessa, yoo General Manager of the


ሰራተኞችን ይቀጥራል፤

hayyamamus hojiirra ni ያስተዳድራል፤ ከሥራ


agency shall have the
oolcha, ያሰናብታል፤ powers and duties to:
5) Herregni Ejansichaa 4) የሥራና በጀት ይቅድ 1) direct and administer the
sirnaan akka qabamu ni አዘጋጅቶ ለቦርድ ያቀርባል፤ Agency;
taasisa, herreega baanki ni ስፈቀድም ሥራ ላይ ያውላል፤ 2) exercise the powers and
sochoosa, duties of the Agency;
5) የኤጀንሲው ሕሳብ በስነ-
6) Qunnamtii Ejansichi qaama 3) employ, administer and
ስርዓት እንድያዝ ያደርጋል፤
dismiss from job employees
sadaffaa wliin taasisu
in accordance with civil
የባንክ ሕሳብን ያንቀሳቅሳል፤
hunda irratti Ejansichaa
6) ኤጀንሲው ከሶስተኛ ወገን ጋር servant law;
bakka ni bu’a,
በምያደርገውበሁሉም ግንኙነት 4) Prepare and submit to
7) Gabaasa hojii fi herrega
ላይ ኤጀንሲውን ይወክላል፤ board work and budget
Ejansichaa boordiif ni plan, and implement the
dhiyyees,
7) የኤጀንሲውን የሥራ ሪፖርት
same upon approval;
8) Hojiiwwan birooboordii
እና ሕሳብ ለቦርድ ያቀርባል፤
5) Make book of account of
irraa kennamuuf ni 8) ከቦርድ የምሰጠውን ሌሎች
the Agency kept properly;
raawwata, ሥራዎች ያከናውናል፤ operate bank account;
9) Si’aa’ina hojiitiif jecha 9) ለሥራ ፍጥነት ስባል 6) Organize the concept of

aangoo fi hojii isaa irraa itti ከስልጣኑና ከተግባሩ በእሱ the Agency in an orderly
manner;
gaafatamtootaa fi ስር ላሉት ሥራ አስከያጆችና
7) represent the agency in all its
hojjattoota isa jala jiraniif
dealings with third parties;
ሰራተኞች በውክልና ልሰጥ
bakka bu’iinsaan kennuu ni ይችላል፡፡ 8) prepare and submit to the
danda’a, board the work and financial

10
12. Sirna Walgahii Boordichaa 12. የቦርዱ የስብሰባ ስነ-ስርዓት report of the Agency;
9) shall perform other activities
1) Boordiin ji’atti al tokko 1) ቦርዱ በወር አንድ ጊዜ
entrusted to it by the Board;
walgahii idilee kan qabaatu መደበኛ ስብሰባ ያለው ስሆን 10) It may delegate part of its
ta’ee akka powers and duties to heads
እንደ አስፈላግነቱ አስቸŠóይ
barbaachisummaa isaatti and workers under it for the
ስብሰባ ልጠራ ይችላል፤
walgahii ariifachiisaa effective management of

waamuun ni danda’a,
2) ከቦርዱ አባላት 2/3ኛው work.
ሙሉ 12. Meeting Procedure of the Board
2) Miseensoota boordii
ከተገኙ ስብሰባው
1) The Board shall meet once
keessaa 2/3 yoo argaman
ይሆናል፤
every month; provided,
gumiin walfahii guutuu 3) የቦርዱ ውሳኔ የምተላለፈው
however that it may call
ta’a, በድምፅ ብልጫ ሆኖ፤ ድምፅ urgent meeting as deemed

3) Murtiin boordichaa kan እኩል ከሆነ በሰብሳቢው necessary.


2) There shall be a quorum
darbu sagalee caalmaan የምደገፈው ድምፅ የስብሰባው
where 2/3 of the members of
ta’ee sagaleen walqixa yoo ውሳኔ ይሆናል፡፡ the Board are present at the
t’e yaanni garee walitti ክፍል ሦስት meeting.
qabaan deeggaree murtii 3) Any decision of the Board
shall be made by majority
walgahichaa ta’a, ልዩ ልዩ ድንጋጌዎች
vote; in case of tie the chair
13. የገቢ ምንጭ
Kutaa Sadii person shall have a casting
Tumaalee Adda Addaa
የኤጀንሲው የገቢ ምንጭ vote.
Part Three
13. Madda Galii
ከምከተሉት ይሆናል፡-
Miscellaneous Provisions
1) Baajata mootummaan 1) መንግሥት በምመድበው
13. Source of Income
ramaduuf, በጀት፤
The source of income of the
2) Tajaajila dhaabilee 2) ለልማት ተቋማት ለምሰጠው agency shall be the following:
misoomaaf kennuu አገልግሎት ከምገኝ ገቢ፡፡ 1) The budget allocated by
irraa galii argatu. 14. ተጠያቅነት government;
14. Itti gaafatamumaa 2) Income generated from
ኤጀንሲው ካለው ሀብት በላይ
Ejansichi qabeenya qabuu ol service rendered to
በእዳ አይጠየቅም፡፡
idaadhaan hin gaafatamu. development enterprises;

15. Herrega Baankii


15. የባንክ ሕሳብ 14. Liability
The agency is not liable beyond
Galiin Ejansichaa lakkoofsa
የኤጀንሲው ገቢ በኤጀንሲው ስም
its asset.
herreega baankii maqaa
በምከፈተው የባንክ ሕሳብ ቁጥር
15. Bank Account
Ejansichaan banamu keessatti ውስጥ ይጠራቀማል፡፡
The income of the agency is
kuufama. 16. የሕሳብ መዝገብ
collected in the bank account

11
16. Galmee Herregaa 1) ኤጀንሲው ሙሉ እና ትክክል opened in the name of the
1) Ejansichi galmee herregaa የሆነ የሕሳብ መዝገብ agency.
guutuu fi sirrii ta’e ni 16. Book of Account
ይኖረዋል፤
qabata. 1) The agency shall keep
2) የኤጀንሲው የሕሳብ መዝገብ
complete and accurate
2) Galmeen herregaa
እና ከገንዘብ ጋር የምያያዙ book of account.
Ejansichaa fi sanadni
ሰነዶች በየዓመቱ በዋና 2) The book of account and
maallaqaan wal qabatan
ኦዲተር መስሪያ ቤት ወይም other financial documents
waggaa waggaan mana
of the Agency shall be
hojii oditara
ሥልጣን ባለው አካል
audited annually by the
muumichaatiin yookaan
ይመረመራል፤
Auditor General or
qaama aangoo qabuun ni 3) በኦዲተር የተገመገመው
authorized organ;
qoratama, የሕሳብ መግለጫ የበጀት
3) The financial statement
3) Ibsi herregaa oditaraan ዓመቱ አልቆ በ4 ወራት examined by Auditor shall
gamaggamee barri baajataa ውስጥ ለቦርድ መቅረብ be submitted to the Board
dhumee ji’oota 4 keessatti አለበት፡፡ within 4 months of
boordiif dhiyaachuu qaba. completion of the budget
17. መመሪያ የማውጣት ሥልጣን
year.
17. Aangoo Qajeelfama Baasuu
17. Power to issue directive
ቢሮና ቦርዱ ይህንን ደንብ ሥራ
Biiroo fi Boordiin dambii kana
ላይ ለማዋል አብረው መመሪያ The Bureau and the Board can
hojii irra oolchuuf qajeelfama
ማውጣት ይችላሉ፡፡ together issue directive for the
waliin baasuu ni danda’u.
18. የተጀመሩ ሥራዎች implementation of this
18. Hojiiwwan Jalqabaman
regulation.
Bittaawwan dambii kana
በዚህ ደንብ በአንቀፅ 8 ላይ
18. Ongoing Activities
keewwata 8 irratti ibsaman የተገለጹ ግዢዎች ኤጀንሲው
Procurements specified on
hanga Ejansichi gurmaa’ee ተቀናጅቶ የግዢ ሥራ እስክጀምር
article 8 of this regulation shall
hojii bittaa eggaalutti haala በቀድሞው ሁኔታ የምቀጥል continue in previous manner
duran kan itti fufuu ta’a. ይሆናል፡፡ until the agency is organized
19. Seerota Raawwatiinsa Hin 19. ተፈፃሚነት የማይኖራቸው ሕጎች and begin procurement
Qabaanne activity.
ከዚህ ደንብ ጋር የሚቃረኑ ደንብ፤
Dambiin, qajeelfamni fi 19. Non-Applicable Laws
መመሪያና ልማዳዊ አሠራሮች
No regulation, directive and
barmaatileen hojii dambii
practices inconsistent with this
በዚህ ደንብ ውስጥ በተገለጹ
kanaan wal faallessan
ጉዳዮች ላይ ተፈፃሚነት regulation shall have effect
dhimmoota dambii kana
አይኖራቸውም፡፡ with respect to matters stated
keessatti ibsaman irratti
in this regulation.
raawwatiinsa hin qabaatan
20. ይህ ደንብ ሥራ ላይ

12
20. Yeroo Dambiin Kun HOjii Irra የሚውልበት ጊዜ 20. Effective Date
Oolu ይህ ደንብ ከሰኔ 3/2003 ዓ.ም This regulation shall come
Dambiin kun guyyaa in to force as of 3rd day of
ጀምሮ ሥራ ላይ የሚውል
waxabajjii 3 Bara 2003 irraa June 2003.
eegalee hojii irra kan oolu ta’a, Finfine,
ይሆናል፡፡

Alamaayyoo Atoomsaa አለማየሁ አቶምሣ 3 June 2011


Pireezidaantii Mootummaa የኦሮሚያ ክልላዊ Alemayehu Atomsa
Naannoo Oromiyaa President of the Oromia
መንግሥት ፕሬዝዳንት
ቀን ሰኔ 3/2003
Finfinnee, Waxabajjii 3 Regional State
ፊንፊኔ
Bara 2003

13

You might also like