You are on page 1of 20

Waggaa 19ffaa Lak……..……169/2006 Finfinnee……………...

....….…..Hagayya 30, Bara 2006


19ኛ ዓመት ቁጥር………...169/2006 ፊንፊኔ……………….....…..…………….ነሐሴ 30, 2006
19th Year No……………..….169/2014 ...………………….September 5,2014
Finfine……………...…

MAGALATA OROMIYAA
መገለተ ኦሮሚያ
MEGELETA OROMIA
Gatii Tokkoo_____________ To’annoo Caffee Mootummaa Naannoo Lakk S. Poostaa__________
ያንዱ ዋጋ_____________ Oromiyaatiin kan Bahe __________
ፖ.ሣ. ቁጥር__________
Unit Price________________ በኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግሥት P.O. Box__________
በጨፌ ኦሮሚያ ጠባቂነት የወጣ

Qabeentaa ማውጫ Content

Dambii Lak. 169/2006 ደንብ ቁጥር 169/2006 Regulation No. 169/2014

Dambii Ejensii Galmeessa A regulation provided for the


የኦሮሚያ ክልል የወሳኝ ኩነት
Ragaalee Bu’uuraa Establishment of Oromia
Hawaasummaa Naannoo National Regional State Vital
ምዝገባ ኤጀንሲን ለማቋቋም የወጣ

Oromiyaa Hundeessuuf Bahe ደንብ Social


cial Events Registration
Agency

1
Dambii Lak. 169/2006 ደንብ ቁጥር 169 /2006 Regulation No. 169/2014

Dambii Ejensii Galmeessa የኦሮሚያ ክልል የወሳኝ ኩነት A regulation provided for the
Ragaalee Bu’uuraa Establishment of Oromia
ምዝገባ ኤጀንሲን ለማቋቋም የወጣ
Hawaasummaa Naannoo National Regional State Vital
Oromiyaa Hundeessuuf Bahe Social Events Registration
ደንብ

Agency
Imaammataa fi karoora ትክክለኛ ህጋዊ እና ሙሉ በሆነ
misoomaa ragaa sirrii, seera ማስረጃ ላይ የተመሰረተ ፖሊሲና Whereas; it is found necessary
qabeessaa fi guutuu ta’e irratti እቅድ በማውጣትና ስራ ላይ to ensure a socio economic
hundaa’e baasuundhan hojiirra development from which the
በማዋል የክልሉ ሕዝብ ተጠቃሚ
olchuun guddina diingadee fi people of the region benefit by
የሚሆንበትን ኢኮኖሚያዊና
hawaasummaa ummatni making and implementing a
naannichaa irraa fayyadamuu policy and developmental plan
ማህበራዊ እድገት ማረጋገጥ

danda’u mirkaneessuun አስፈላጊ ሆኖ በመገኘቱ፤ which depend on accurate,


barbaachisaa ta’ee waan lawful and adequate evidences.
በሕገ መንግስቱና ሌሎች ህጎች
argameef;
የተረጋገጡትን መብቶች ማስከበርና Whereas; it has become
Mirgoota heeraa fi seerota necessary to make the rights
በክልሉ ፍትህ አስተዳደር ፍትሀዊ
birootiin mirkanaa’an recognized by the constitution
አገልግሎት እንዲሰጥ ማድረግ
kabachiisuu fi bulchiinsa sirna and other Laws to be respected
haqaa naannichaa keessatti አስፈላጊ ሆኖ በመገኘቱ፤ and to ensure the provision of
tajaajilli haqa qabeessa ta’e akka just and effective services in the
ዜጎች ወሳኝ ኩነቶችን በአግባቡና
kennamu taasisuun barbaachisaa legal administration system of
ta’ee waan argameef; the regional state.
በወቅቱ እንዲያስመዘግቡ
የሚያስችል ተደራሽ፣ ሁሉን አቀፍ
Sirna galmeessa ragaalee Whereas; it has become
እና አስገዳጅ የሆነ የምዝገባ
bu’uuraa hawaasummaa necessary to lay down an
dhaqqabamaa, hunda galeessaa accessible, inclusive, and
ሥርዓትን መዘርጋት አስፈላጊ ሆኖ

fi dirqisiisaa ta’e kan jiraattonni በመገኘቱ፤ mandatory vital social events


naannichaa haala hawaasummaa registration system which
የወሳኝ ኩነቶችን ምዝገባ
uumamu bifa gahumsa qabuu fi enable the people of the region
waayitaawaa ta’een akka to register the occurrences of
የሚፈፅም፣ የሚያቀናጅ፣ የሚደግፍ

galmeessisan taasisu diriirsuun እንዲሁም አስፈላጊውን ማስረጃ such events effectively and
barbaachisaa ta’ee waan ለሚመለከተው አካል የሚያስተላልፍ timely;

2
argameef; አካል በክልል ደረጃ ማቋቋም Whereas; it has become
necessary to establish an
Qaama hojii galmeessa ragaalee አስፈላጊ ሆኖ በመገኘቱ፡፡
independent organ responsible
bu’uuraa hawaasummaa
በአዋጅ ቁጥር 163/2003 አንቀፅ to perform, coordinate and
raawwatu, qindeessuu fi
65 (1) እና በፌዴራል አዋጅ ቁጥር support the vital social events
deeggaru, akkasumas ragaa
registration activities, and
barbaachisaa qaama dhimmi 760/2004 አንቀፅ 5 መሰረት ይህ
which submits or refers
ilaaluuf dabarsu sadarkaa ደንብ ወጥቷል፡፡
essential evidences to the
naannootti hundeessuun
concerned bodies at a regional
barbaachisaa ta’ee waan ክፍል አንድ
level;
argameef;
ጠቅላላ ድንጋጌዎች
Now Therefore; as per
Akkaataa Labsii Lakk.163/2003
proclamation No 163/2011,
keewwata 65(1)fi Labsii
1. አጭር ርዕስ

Mootummaa Federaalaa ይህ ደንብ “የኦሮሚያ ክልል Article 65(1) and the Federal
proclamation No 760/2012
Lakk.760/2004 keewwata 5 tiin የወሳኝ ኩነት ምዝገባ ኤጀንሲን
Article (5), this regulation is
dambiin kuni bahee jira.
hereby issued.
ለማቋቋም የወጣ ደንብ ቁጥር

Kutaa Tokko 169/2006” ተብሎ ሊጠቀስ


Part One
Tumaalee Waliigalaa ይችላል፡፡
1. Mata Duree Gabaabaa 2. ትርጓሜ General Provisions
Dambiin kun “Dambii Ejensii የቃሉ አገባብ የተለየ ትርጉም 1. Short Title
Galmeessa Ragaalee Bu’uuraa
የሚያሰጠው ካልሆነ በስተቀር This regulation may be cited
Hawaasummaa Naannoo
as “A regulation provided
Oromiyaa Hundeessuuf Bahe
በዚህ ደንብ ውስ፡-
for the establishment of
Lakk.169/2006” jedhamee 1) “ቢሮ” ማለት የኦሮሚያ
Oromia Regional state vital
waamamuu ni danda’a. ፍትህ ቢሮ ነው፡፡
social events evidences
2. Hiika
Registration Agency No.169
2) “ሀላፊ” ማለት የኦሮሚያ
Akkaataan jechichaa hiika ፍትህ ቢሮ ሀላፊ ነው፡፡ /2014.”
biroo kan kennisiisuuf yoo
3) “ምክር ቤት” ማለት በክልል፣ 2. Definitions
ta’e malee,Dambii kana
Unless the context requires
keessatti:
ዞን፣ ወረዳና ቀበሌ
otherwise, in this
1) “Biiroo” jechuun Biiroo የተቋቋመ የወሳኝ ኩነት
regulation:-
Haqaa Oromiyaati. ምዝገባ ምክር ቤት ሆኖ
1) “Bureau” refers to
2) “Hoogganaa” jechuun የኤጀንሲውን ስራ የሚመራና

3
Hoogganaa Biiroo Haqaa የሚያቀናጅ ማለት ነው፡፡ Oromia Justice Bureau
Oromiyaa ti. 4) “ወሳኝ ኩነት” ማለት ልደት፣ 2) “The Head” shall mean
3) “Mana Marii” jechuun head of Oromia Justice
ጋብቻ፣ ፍቺ፣ ወይም ሞት፣
mana marii galmeessaa Bureau
ragaalee bu’uuraa 3) “The council” means
ጉዲፈቻ፤ እንዲሁም

hawaasummaa sadarkaa ልጅነትን መቀበል ወይም council of vital social


Naannoo, Godinaa, Aanaa አባትነትን በፍርድ ቤት events evidences
fi Gandaatti hundeefffamu ማወቅን ይጨምራል፡፡ registration council
ta’ee qaama hojii established at the
5) “አዋጅ” ማለት የወሳኝ ኩነት
Ejensichaa ol’aantummaan Regional, Zonal, District
ምዝገባ እና የብሔራዊ
hoogganuufi qindeessu and kebele levels that
jechuudha. manages and
መታወቂያ አዋጅ ቁጥር

4) “Taateewwan Bu’uuraa 760/2004 ማለት ነው፡፡ coordinates the overall


Hawaasummaa” 6) “ሰው” ማለት የተፈጥሮ ሰው activities of the agency.
jechuuntaateewwan kan ወይም በሕግ የሰውነት 4) “Vital social events”
akka dhalootaa, fuudhaa fi shall mean basic events
መብት የተሰጠው ማለት
heerumaa, diigamuu like birth, marriage,
ነው፡፡
fuudhaafi heerumaa, du’a, divorce, death, adoption
guddifachaa akkasumas 3. የፆታ መግለጫ as well as recognition of
abbummaa fudhachuu ማንኛውም በወንድ ፆታ paternity or
yookiin murtii mana የተገለፀው ለሴትም ያገለግላል፡፡ acknowledgement of
murtiitiin abbummaa ክፍል ሁለት paternity by the
beekuu kan dabalatu dha. decisions of courts.
5) “Labsii” jechuun Labsii የኤጀንሲው መቋቋም፣ አላማ፣ 5) “Proclamation” refers to
Galmeessaa Ragaalee ስልጣንና የስራ ድርሻ vital social events
Bu’uuraa Hawaasummaa registration and national
fiWaraqaa Eenyummeessa 4. ስለመቋቋምና ተጠሪነት identity card
Biyyoolessaa Lakk. 1) የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባ proclamation No
760/2004 jechuudha. ኤጀንሲ ከዚህ በኃላ 760/2004.
6) “Nama” jechuun nama 6) “person” means natural
“ኤጀንሲ” እየተባለ የሚጠራ
uumamaa yookiin kan or Juridical person
በዚህ ደንብ ተቋቁሟል፡፡
seeraan qaamni 3. Gender description,
namummaa kennameef 2) የኤጀንሲው ተጠሪነት ለቢሮ Any expression in the
jechuudha. ይሆናል፡፡ masculine gender in this

4
3. Ibsa Koornayaa 5. የኤጀንሲው ዋና መሥሪያ ቤት regulation shall also apply
Dambii kana keessatti jechi የኤጀንሲው ዋና መሥርያ ቤት to feminine gender.
koornayaa dhiiraatiin ibsame Part two
ፊንፊኔ ሆኖ እንደ አስፈላጊነቱ
dubartiis ni dabalata.
The Establishment, objective,
Kutaa Lama
በዞን፣ በወረዳና በከተማ
መስተዳድሮች ላይ ቅርንጫፍ powers and duties of the
Hundeeffama, Kaayyoo, Aangoo Agency
መስሪያ ቤት ሊኖረው ይችላል፡፡
Fi Gahee Hojii Ejensichaa
6. የኤጀንሲው ዓላማ 4. The Establishment and
4. Hundeeffamaa fi Itti ኤጀንሲው የሚከተሉት Accountability
waamama 1) Oromia Regional state
አላማዎች ይኖሩታል
1) Ejensiin Galmeessa vital social events
Ragaalee Bu’uuraa evidences registration
1) የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባ

Hawaasummaa Naannoo ስራን በክልል ደረጀ agency, here in after


Oromiyaa kanaan booda መምራት፣ ማቀናጀት called as “Agency” shall
“Ejensii”jedhamee kan መደገፍ፤ be established by this
waamamu dambii kanaan regulation.
2) የወሳኝ ኩነቶች ማስረጃዎችን
hundeeffamee jira. 2) This Agency shall be
በማደራጀት መያዝ
2) Itti waamamni Ejensichaa accountable to the
Biiroof ta’a. Bureau.
እንዲሁም ለሚመለከተው

5. Teessoo Waajjira Ol’aanaa አካል ማስተላለፍ፤ 5. The Address of Head office


Ejensichaa 3) የወሳኝ ኩነቶች ማስረጃዎን of the Agency
Teessoon Waajjira Ol’aanaa The address of the Agency’s
Ejensichaa Magaalaa አቀናጅቶ በመያዝ የክልሉ head office shall be in
Finfinnee ta’ee akkaataa ህብረተሰብ የማህበራዊ Finfinne city, provided that
barbaachisummaa isaatti it may also have branch
godina, Aanaafi bulchiinsa ኢኮኖሚያዊ እና ፍትህ office at the zones, districts
Magaalaa irratti damee and city administrations as
qabaachuu ni danda’a. deemed necessary.
ተጠቃሚ እና ደጋፊ
6. Kaayyoo Ejensichaa እንዲሆን የተመቻቸ ሁኔታን 6. Objectives of the Agency
Ejansichi kaayyolee armaan The Agency shall have the
gadii ni qabaata. following objectives.
መፍጠር፡፡
1) Hojiilee galmeessa 7. የኤጀንሲው ስልጣንና ተግባር 1) To direct, coordinate,
ragaalee bu’uuraa and support the vital
hawaasummaa sadarkaa ኤጀንሲው የሚከተሉት ስልጣንና social events evidences
naannoo hoogganuu, ተግባራት ይኖሩታል፡፡ registration activities at
qindeessuu, deeggaruu; the regional Level.
2) Ragaalee bu’uuraa 1) በክልሉ ውስጥ የወሳኝ 2) To properly organize
hawaasummaa and keep evidences of

5
gurmeessuun qabuu, ኩነቶች ምዝገባ vital social events, and
akkasumas qaama refer same to the
dhimmi ilaaluuf እንደተፈለገው መፈፀሙንና concerned bodies.
dabarsuu; የምስክር ወረቀት መሰጠቱን 3) To create conducive
3) Ragaa bu’uuraa situation to make the
hawaasummaa sirriitti ይከታተላል፣ ይቆጣጠራል፡፡ people of the region to
gurmeessee 2) ወሳኝ ኩነቶችን ለመመዝገብ be the beneficiary as
qabachuudhan hawaasni well as the of the social,
naannichaa fayyadamaa አስፈላጊ የሆኑትን ሰነዶች economic and Justice
fi deeggaraa ዝግጅትና ስርጭት Developments by
hawaasummaa, diinagdee properly organizing and
fi haqaa akka ta’u haala አስመልክቶ ከሚመለከተው managing the vital social
mijataa uumuu. አካል ጋር ይሰራል ፣ ድጋፍ events evidences.
7. Aangoo fi Gahee Hojii 7. The power and duties of the
Ejansichaa ይሰጣል፡፡ Agency
Ejansichi aangoo fi gahee The Agency shall have the
hojii armaan gadii ni following power and duties.
3) ወሳኝ ኩነቶችን ለመመዝገብ
qabaata:- አስፈላጊ የሆኑት ሰነዶች 1) It shall follow up and
1) Galmeen ragaalee monitors the proper
bu’uuraa hawaasummaa implementation of the
በየደረጃው ላሉት የወሳኝ
naannicha keessatti haala ኩነት ምዝገባ አካላት vital social events
barbaachisuun evidences registration
raawwatamuu fi እንዲደርሱ ያደርጋል፡፡ and the provision of
waraqaan ragaa 4) የወሳኝ ኩነቶችን ምዝገባ፣ identity cards in the
kennamuu isaa ni region.
hordofa; ni too’ata; የአፈፃፀም እቅድና የመረጃ 2) It shall collaborate with
2) Qophii fi አጠቃቀም ስርዓትን concerned bodies and
raabsaasanadoota provide assistances
ragaalee bu’uura ከሚመለከተው አካል ጋር regarding the
hawaasummaa ያዘጋጃል፣ አፈፃፀሙን preparation and
galmeessuuf barbaachisaa distribution of
ta’an ilaalchisee qaama ይከታተላል፡፡ documents required for
dhimmi ilaallatu waliin ni 5) የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባን the registration of vital
hojjata, deeggarsa ni social events evidences.
kenna; አስመልክቶ ግንዛቤና ስልጠና 3) It shall make that the
3) Sanadoota ragaalee ይሰጣል፣ እንዲሰጥ required registration
bu’uuraa hawaasummaa documents to be
galmeessuuf ያደርጋል፡፡ accessed to the vital
barbaachisan qaamolee social events registration
galmeessa ragaalee bodies of each levels.
6) የወሳኝ ኩነቶችን ማስረጃ
bu’uuraa hawaasummaa ምዝገባ አስመልክቶ ጥናት 4) It shall prepare vital
sadarkaa sadarkaan social events evidences
jiraniif akka dhaqqaban registration’s action plan
ያካሄዳላ፣ ውጤቱን ስራ ላይ
ni taasisa; and information

6
4) Karoora raawwii ያውላል፣ ስራ ላይ utilization procedure in
galmeessa ragaalee collaboration with the
bu’uuraa hawaasummaa እንዲውል ያደርጋል፡፡ concerned bodies and
fi sirna itti fayyadama 7) የተመዘገቡ የወሳኝ ኩነቶችን follows up its
odeeffannoo qaama implementation.
dhimmi ilaalu waliin ni ማስረጃ በየጊዜው5) It shall provide or cause
qopheessa, raawwii isaas ለሚመለከተው አካል the provision of
ni hordofa; awareness creation
5) Galmeessa ragaalee ያደርሣል፡፡ lessons and different
bu’uuraa hawaasummaa 8) የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባ trainings about the vital
ilaalchisee hubannoo fi social events
leenjii adda addaa ni ስራን ከሚመለከታቸው registration.
kenna; akka kennamu ni አካላት ጋር ይሰራል፡፡ 6) It shall undertake
taasisa; researches about the
6) Hojiirra oolmaa galmee 9) የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባ implementation of vital
ragaalee bu’uuraa social events evidences
hawaasummaa ilaalchisee registration and
ስርዓት ፖሊሲዎችን
qo’annoo ni gaggeessaa, የሚመለከቱ ሀሳቦችን implement or cause the
bu’aa isaa hojii irra ni implementation of the
oolcha, hojiirra akka oolu outcome.
ያመነጫል ፣ ለሚመለከተው
ni taasisa; አካል ያቀርባል ፣ ሲፀድቅ 7) It shall deliver periodical
7) Ragaa bu’uuraa reports of the vital social
hawaasummaa galmaa’e ስራ ላይ ያውላል ፣ ስራ ላይ events registration to the
yeroo yeroodhan qaama እንዲውል ያደርጋል፡፡ concerned bodies.
dhimmi ilaaluuf ni 8) It shall perform the vital
dhaqqabsiisa. ክፍል ሶስት social events registration
8) Hojii galmeessa ragaalee activities in
bu’uuraa hawaasummaa የኤጀንሲው የአስተዳደር አካላት collaboration with
qaamolee dhimmi concerned bodies.
ilaallatu waliin ni hojjata; 8. የኤጀንሲው አደረጃጀት 9) It shall initiate policy
9) Yaadota imaammataa views or ideas about the
sirna galmeessa ragaalee ኤጀንሲው የሚከተሉት procedures of vital social
bu’uuraa hawaasummaa አደረጃጀቶች ይኖሩታል፡- events registration and
ilaallatan ni maddisiisa, submit to the concerned
qaama dhimmi ilaaluuf ni 1) ምክር ቤት፣ bodies and shall
dhiyeessa, yemmuu 2) የቦርድ ሥራ አስኪያጅ፣ implement or cause the
mirkanaa’u hojiirra ni implementation of same
oolcha, hojiirra akka oolu 3) ዋና ዳሬክቴር፣ up on its approval.
ni taasisa; 4) ምክትል ዋና ዳሬክተር፣ እና Part three
Administrative Bodies of the
Kutaa Sadii 5) አስፈላጊ ሰራተኞች፡፡ Agency
8. Organization of the Agency
Qaamolee Bulchiinsaa Ejansichaa 9. የምክር ቤቱ አደረጃጀት
The Agency shall have the
8. Gurmaa’insa Ejensichaa የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባ ምክር following organization:-

7
Ejansichi gurmaa’insa ቤት ከዚህ ባኃላ “ምክር ቤት” 1) The council,
armaan gadii ni qabaata: 2) The management board
1) Mana Marii; ተብሎ የሚጠራ በክልል፣ በዞን፣ 3) The Director General
2) Boordii Hojii Gaggeessaa; በከተማ፣ ወረዳና ቀበሌ ደረጃ 4) Vice Director General
3) Daarektara Ol’aanaa; 5) The necessary staffs
4) Itti Aanaa Daarektara በዚህ ደንብ ተቋቁሟል፡፡ 9. Establishment of the council
Ol’aanaa fi 10. የክልል ምክር ቤት አባላት The vital social events
5) Hojjattoota barbaachisaa registration council here in
ta’an. ምክር ቤቱ የሚከተሉት አባላት after called “council” shall
9. Hundeeffama Mana Marii ይኖረዋል፡- be established at the
Manni Marii Galmeessa regional, zonal, district and
Ragaalee Bu’uuraa 1) የክልሉ ፕሬዝዳንት-------- Kebele levels by this
Hawaasummaa kanaan ሰብሳቢ regulation.
booda “Mana Marii” 10. Members of the regional
jedhamee waamamu 2) የክልሉ ምክትል council
sadarkaa Naannoo, Godina, The regional council shall
Magaalaa, Aanaa fi Gandaatti have the following
ፕሬዝዳንትና የሲቪል
dambii kanaan hundeeffamee ሰርቪስና መልካም አስተዳደር members.
jira. 1) The president of the
10. Miseensota Mana Marii regional state --------
ቢሮ ኃላፊ-------ምክትል
Naannoo ሰብሳቢ. chair person
Manni marichaa miseensota 2) The vice president and
armaan gadii ni qabaata:- 3) የኢንዱስትሪና ከተማ ልማት Head of civil Service and
1) Pirezidaantii Naannichaa ቢሮ ኃላፊ --------አባል Good Governance
Bureau ------------
Walitti qabaa; 4) የፍትህ ቢሮ ኃላፊ ---------- deputy chairperson
2) I/A/Pirezidaantii አባል 3) Head of Industry and
naannichaa fi Urban Development
Hoogganaa/Biiroo Siviil 5) የገንዘብና ኢኮኖሚ ልማት Bureau -----------------
Sarviisii fi Bulchiinsa ቢሮ ኃላፊ---------አባል ---- member.
Gaarii_ _ I/A/walitti 4) Head of Justice Bureau -
qabaa; 6) የትምህርት ቢሮ ኃላፊ---- - member
3) Hoogganaa Biiroo አባል 5) Head of Finance and
Industirii fi Misooma Economic Development
Magaalaa---Miseensa; 7) የጤና ጥበቃ ቢሮ ኃላፊ----- Bureau -------------
4) Hoogganaa Biiroo Haqaa አባል member
Miseensa; 6) Head of Education
5) HoogganaaBiiroo 8) የሴቶችና ህፃናት ጉዳይ ቢሮ Bureau -- a member
Maallaqaa fi Misooma 7) Head of Health Bureau -
Diinagdee Miseensa; ----- member
ኃላፊ---------------አባል
6) Hoogganaa Biiroo 9) የመንግስት ኮሙኒኬሽን 8) Head of women and
Barnootaa Miseensa; children Affairs Bureau
7) HoogganaaBiiroo ----a member.
ጉዳዮች ቢሮ ኃላፊ------አባል
Eegumsa Fayyaa 9) Head of the Government

8
Miseensa; 10)የፖሊስ ኮሚሽን ኮሚሽነር--- Communication Affairs
8) HoogganaaBiiroo Bureau ------------
Dhimma Dubartootaa fi አባል member
Daa’immanii 11)የማረሚያ ቤቶች አስተዳደር 10) Commissioner of the
Miseensa; police commission ------
9) Hoogganaa Biiroo ኮሚሽን ኮሚሽነር--------አባል --- member.
Dhimmoota 12)የሰራተኛና ማህበራዊ ጉዳይ 11) Commissioner of prison
Kominikeeshinii Administration
Mootummaa Miseensa; ኤጀንሲ ዋና ስራ አስኪያጅ--- commission ------
10) Komishinara Komiishinii ---አባል member
Poolisii Miseensa; 12) The Director General of
11) Komishinara Komishinii 13)የኦሮሚያ መረጃ ቴክኖሎጂና workers and Social
Bulchiinsa Manneen ግንኙነት ልማት ኤጀንሲ Affairs Agency ---------
Sirreessaa ----- member
Miseensa; ዳሬክተር------------------አባል 13) The Director General of
12) Hoji gaggeessaa Ol’aanaa Technology and Media
Ejensii Dhimma Hojjataa Agency ----------------
14)የኦሮሚያ ሬድዮና ቴሌቪዥን
Fi Hawaasummaa ድርጅት ዳሬክተር-------አባል member.
Miseensa; 14) The Director General of
13) Daarektara Ejensii Oromia Radio and
15)ከጨፌ አባላት ውስጥ በአፈ
Tekinolojii fi Qunnamtii ጉባኤው የሚወከሉ ሶስት Television Organization
Oromiyaa --------- member
Miseensa; ሰዎች----------------------አባል 15) Three persons
14) Daarektara Dhaabbata 16)የኤጀንሲው ደሬክተር---አባል represented by the
Raadiyoo fi Televizyiinii spokesperson from the
Oromiyaa እና ፀሐፊ. “caffee” members ------
____Miseensa; 11. የክልል ምክር ቤት ሥልጣንና members.
15) Miseensota Caffee keessaa 16) The Director General of
Afyaa’iidhan kan ተግባራት the Agency ---------
bakka bu’an namoota Sa የክልል ደረጀ ምክር ቤት member and Secretary.
dii_______________Mise 11. The power and duties of the
ensa; የሚከተሉት ስልጣንና ተግባራት regional council
16) Daarektara Ejensichaa ይኖሩታል፡፡ The regional council shall
Miseensaa fi have the following powers
barreessaa. 1) የወሳኝ ኩነቶች ምዝገን
11. Aangoofi Gahee Hojii Mana and duties:-
1) Initiate policy views
አስመልክቶ የፖሊሲ ሀሳብ
Marii Naannoo
Manni Marii sadarkaa ያመነጫል፣ regarding the vital social
naannoo aangoo fi gahee 2) የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባ events evidences
hojii armaan gadii ni እቅድ አፈፃፀምን registration.
qabaata. 2) Review the vital social
ይመረምራል፣ የመፍትሄ
1) Galmeessa ragaalee events registration’s

9
bu’uuraa hawaasummaa ሀሳቦችን ያመነጫል፣ action plan and forward
ilaalchisee yaada 3) የኤጀንሲውንና በየደረጃ its recommendations
imaammataa ni and directions
ያሉትን የወሳኝ ኩነቶች ስራ
maddisiisa; 3) Investigate or review the
2) Karoora raawwii hojii performance reports of
አፈፃፀም ሪፖርት

galmeessa ragaalee ይመረምራል፣ የመፍትሄ the Agency and the vital


bu’uuraa hawaasummaa ሀሳብ ይሰጣል፣ social events registration
niqorata, kallattii yaada 4) የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባ bodies of each levels and
furmaataa ni kenna; forward alternative.
በደንቡ መሰረት ስራ ላይ
3) Gabaasa raawwii hojii 4) Review that the
መዋሉን ያጠናል፣ በአፈፃፀም
Ejensichaa fi qaamolee registration of vital
galmeessa ragaalee social events is
ላይ ለሚፈጠሩ ችግሮች

bu’uuraa hawaasummaa አቅጣጫ ያስቀምጣል፡፡ implemented in


sadarkaa sadarkaan 12. የክልል ምክር ቤት የስብሰባ accordance with the
jiranii ni qorata,kallattii ስነስርዓት proclamation and
yaada furmaataa ni regulation, and
1) ምክር ቤቱ በዓመት ሁለት
kenna; recommend effective
ጊዜ መደበኛ ስብሰባ
4) Galmeessi ragaalee meanses of managing
bu’uuraa hawaasummaa የሚኖረው ሆኖ አስፈላጊ the challenges
bu’uura labsii fi dambii ሆኖ ሲገኝ አስቸኳይ ስብሰባ encountered in the
kanaatiin hojii irra ooluu ያደርጋል፣ course of
isaa niqorata, rakkoolee 2) ከምክር ቤቱ አባላት ከግማሽ implementation.
raawwii irratti 12. Meeting procedures of the
በላይ ከተገኙ ምልዓተ ጉባዔ
qunnamaniif kallattii ni regional council
kaa’a. 1) The council shall have a
ይሆናል፣

12. Sirna Walgahii Mana Marii 3) የምክር ቤቱ ውሳኔ በድምጽ regular meeting twice
Sadarkaa Naannoo ብልጫ የሚያልፍ ሲሆን፤ annually, provided that
1) Manni marichaa walgahii ድምጽ እኩል በእኩል it may hold an urgent
idilee waggaatti si’a lama የተከፈለ እንደሆነ ሰብሳቢው meeting at any time
kan qabaatu ta’ee, deemed necessary.
ወሳኝ ድምጽ ይኖረዋል፣
akkaataa 2) The presence of more
barbaachisummaa isaatti than half of the
4) በዚህ አንቀፅ ንዑስ አንቀፅ

walgahii ariifachiisaa 1-3 ስር የተደነገገው members of the council


gaggeessuu ni danda’a. shall constitute a

10
2) Miseensota mana እንደተጠበቀ ሆኖ፤ ጉባዔው quorum.
marichaa keessaa የራሱን የስብሰባ ሥነ 3) The decision of the
walakkaa ol yoo argaman council shall be passed
ሥርዓት ደንብ ሊያወጣ
walgahiin guutuu ta’a. by the majority vote,
3) Murtiin Mana Marichaa provided that the
ይችላል፡፡

sagalee caalmaan kan 13. የዞን፣ ከተማና ወረዳ ወሳኝ chairperson shall have a
darbu ta’ee, sagaleen ኩነቶች ምዝገባ ምክር ቤት casting vote in case of a
walqixa yoo ta’e yaadni አባላት tie.
walitti qabaan 4) Without prejudice to the
ምክር ቤቱ የሚከተሉት አባላት
deeggarame murtii mana provisions under sub
ይኖረዋል፡-
marichaa ta’a. articles 1-3 of this
4) Keewwata kana article, the council may
1) አስተዳዳሪ/ከንቲባ------ሰብሳቢ

keewwata xiqqaa 1-3 2) ምክትል አስተዳዳሪ/ከንቲባ--- set its own meeting rules
jalatti kan tumame ------------ምክትል ሰብሳቢ of procedure.
akkuma eegametti ta’ee 3) የኢንዱስትሪና ከተማ ልማት 13. Members of the zonal, city
manni marichaa administration, and the
ጽሕፈት ቤት ኃላፊ-----አባል
hojimaata sirna district vital social events
4) የፍትህ ጽሕፈት ቤት ኃላፊ-
walgahiiisaa baafachuu registration councils
ni danda’a. ---አባል The council shall have the
13. Miseensota Mana Marii 5) የገንዘብና ኢኮኖሚ ልማት following members.
Galmeessa Ragaalee Bu’uuraa ጽሕፈት ቤት ኃላፊ ---------- 1) The chief Administrator
Hawaasummaa Godinaa, ------አባል mayor-------chair
Magaalaa fi Aanaa person.
6) የጤና ጥበቃ ጽሕፈት ቤት
Manni Marichaa miseensota 2) Deputy Administrator
armaan gadii ni qabaata. mayor-------deputy
ኃላፊ--አባል

1) Bulchaa/Kantiibaa 7) የሴቶችና ሕፃናት ጉዳይ chair person.


Walitti qabaa; ጽሕፈት ቤት ኃላፊ---------- 3) Head of Industry and
2) Itti Aanaa --------አባል urban development
Bulchaa/Kantiibaa------- 8) የመረጃ ቴክኖሎጂና office------------
-- I/A/ Walitti qabaa; member.
ግንኙነት ልማት ጽሕፈት
3) Itti gaafatamaa Waajjira 4) Head of Justice office ---
Industirii fi Misooma ----- member
ቤት ኃላፊ---------አባል

Magaalaa 9) የትምህርት ቢሮ ጽሕፈት 5) Head of Finance and


Miseensa; Economic Development

11
4) Itti gaafatamaa Waajjira ቤት ኃላፊ----------------አባል office --------- a
Haqaa Miseensa; 10)የሰራተኛና ማህበራዊ ጉዳይ member.
5) Itti gaafatamaa Waajjira 6) Head of Health office ---
ጽሕፈት ቤት ኃላፊ--------
Maallaqaa fi Misooma ----- member
Diingadee 7) Head of women and
አባል

Miseensa; 11)የፖሊስ ጽሕፈት ቤት ኃላፊ Children’s Affairs office


6) Itti gaafatamaa Waajjira -------አባል ---- member.
Eegumsa Fayyaa 12)የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባ 8) Head of the Government
Miseensa; Communication Affairs
ጽሕፈት ቤት ኃላፊ-----------
7) Itti gaafatamaa Waajjira office ------ -- member.
አባል እና ፀሐፊ፡፡
Dhimma Dubartootaa fi 9) Head of Education office
Daa’immanii -- -- member.
14. የቀበሌ የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባ

________Miseensa; ምክር ቤት አባላት 10) Head of workers and


8) Itti gaafatamaa Waajjira ምክር ቤቱ የሚከተሉት አባላት Social Affairs office -----
Dhimmoota ይኖሩታል member.
Kominikeeshinii 11) Commander in chief of
1) የቀበሌ አስተዳዳሪ-----ሰብሳቢ
Mootummaa Miseensa; police office-----
2) በቀበሌ ውስጥ የሚገኝ
9) Itti gaafatamaa Waajjira member.
Barnootaa ወይም የሚገኙ ትምህርት 12) Head of the vital social
Miseensa; ቤት ወይም ቤቶች events registration office
10) Itti gaafatamaa Waajjira ዳይሬክተር-----አባል -----------member and
Dhimma Hojjataa fi 3) የጤና ኤክስቴንሽን ተወካይ secretary
Hawaasummaa 14. Members of the Kebele vital
-----አባል
Miseensa; social events registration
11) Itti gaafatamaa Waajjira Council
4) የኮሙኒቲ ፖሊሲንግ መኮንን

Poolisii Miseensa; --------አባል The council shall have the


12) Itti gaafatamaa Galmeessa 5) በቀበሌ ውስጥ የሚገኙ ቤተ following members.
Ragaalee bu’uuraa እምነቶች ተወካ-------አባል 1) The Kebele chief
hawaasummaa----------- 6) የሴቶች ማህበር ተወካይ Administrator shall be
------ Miseensaa fi the chairperson.
አንድ ሰው------------አባል
barreessaa. 2) A school director
14. Miseensota Mana Marii among the school
7) የቀበሌ ማናጀር-------አባል

Galmeessa Ragaalee Bu’uuraa እና ፀሀፊ directors found in the


Hawaasummaa Gandaa Kebele -------- member.

12
Manni Marichaa miseensota 15. የዞን፣ ከተማ፣ ወረዳና ቀበሌ 3) Representative of Health
armaan gadii ni qabaata: ምክር ቤቶች ስልጣንና ተግባር extension workers - ----
1) Bulchaa Gandaa - member.
በዚህ ደንብ አንቀፅ 11 መሰረት
4) Chief of communiting
Walitti qabaa; police in the Kebele -----
ለክልል ምክርቤት የተሰጠው

2) Daarektara Mana yokiin ስልጣንና ተግባር እንደ member.


Manneen Barnootaa አስፈላጊነቱ ለዞን፣ ከተማ፣ 5) Representatives of
Gandicha keessa jiranii ወረዳና ቀበሌ ምክር ቤት religious Leaders found
Miseensa; in the Kebele-------
ተፈፃሚነት ይኖረዋል፡፡
3) Bakka bu’aa member.
16. የዞን፣ ከተማ፣ ወረዳ ና ቀበሌ
Ekisteenshinii Fayyaa 6) One representative of
Miseensa; the Women associations
ምክር ቤት የስብሰባ ሥነ

4) Qondaala Kominiitii ሥርዓት in the Kebele -----------


Poolisiingii Miseensa; 1) የዞን፣ ከተማ ና ወረዳ ምክር --- member.
5) Bakka bu’oota abbootii ቤት በሩብ አመት አንዴ 7) Manager of the Keble ---
amantaa Gandicha keessa ---member and
የወረዳ ምክር ቤት በወር
jiranii Miseensa; secretary.
አንድ ጊዜ መደበኛ ስብሰባ
6) Bakka bu’aa Waldaa 15. The powers and duties of
Dubartootaa nama tokko የሚኖረው ሲሆን፣ እንደ the zonal, the city
Miseensa; አስፈላጊነቱ አስቸኳይ ስብሰባ administration, District and
7) Maanajara Gandichaa ይኖረዋል፣ Kebele Councils.
Miseensaa 2) ከምክር ቤቱ አባላት ከግማሽ The powers and duties of
fi barreessaa. the regional council
በላይ ከተገኙ ምልዓተ ጉባዔ
15. Aangoo fi Gahee Hojii Mana provided on article 11 of
Marii Sadarkaa Godinaa, this regulation shall also be
ይሆናል፣

Magaalaa, Aanaa fi Gandaa 3) የምክር ቤቱ ውሳኔ በድምፅ applicable to the zonal, city
Aangoo fi gaheen hojii Mana ብልጫ የሚያልፍ ሲሆን፤ administration, district and
Marii Sadarkaa Naannootiif ድምፅ እኩል በእኩል Kebele levels vital social
Dambii Kana Keewwata11 የተከፈለ እንደ ሆነ events registration councils
jalatti kenname akkaataa as deemed necessary.
በሰብሳቢው የተደገፈው
barbaachisummaa isaatti 16. The meeting procedures of
Mana Marii sadarkaa the zonal, city
ሃሣብ የምክር ቤቱ ውሳኔ

Godinaa, Magaalaa, Aanaa fi ይሆናል፡፡ administration, District and


Gandaatiif raawwatiinsa ni Kebele Councils.

13
qabaata. 4) በዚህ አንቀፅ ንዑስ አንቀፅ 1) The zonal, city
16. Sirna Walgahii Mana Marii 1-3 ስር የተደነገገው administration and
Sadarkaa Godinaa, Magaalaa, district councils shall
እንደተጠበቀ ሆኖ ፤ ምክር
Aanaa fi Gandaa have a regular meeting
1) Manni Marii Sadarkaa once quarterly, whereas
ቤቱ የራሱን የስብሰባ ሥነ

Godinaa, Magaalaa fi ሥርዓት ደንብ ያወጣል፡፡ the Kebele council shall


Aanaa kurmaanatti si’a 17. የቦርድ አባላት have its regular meeting
tokko, kan Gandaa ji’atti 1) ምክትል ፕሬዝዳንትና once monthly, provided
si’a tokko walgahii idilee that they may hold an
የሲቪል ሰርቪስና መልካም
kan qabaatu ta’ee, urgent meeting at any
አስተዳደር ቢሮ ኃላፊ------
akkaataa time deemed necessary.
barbaachisummaa isaatti 2) The presence of more
ሰብሳቢ

walgahii ariifachiisaa 2) የኢንዱስትሪና ከተማ ልማት than half of the


gaggeessuu ni danda’an. ቢሮ ኃላፊ-------------አባል members of the council
2) Miseensota Mana 3) የፍትህ ቢሮ ኃላፊ-------አባል shall constitute a
Marichaa keessaa quorum.
4) የገንዘብና ኢኮኖሚ ልማት
miseensonni walakkaa ol 3) The decision of the
ቢሮ ኃላፊ---------አባል
ta’an yoo argaman council shall be passed
walgahichi guutuu ta’a. 5) የትምህርት ቢሮ ኃላፊ-------- by the majority vote,
3) Murteen Mana Marichaa ---አባል provided that the
sagalee caalmaan kan 6) የጤና ጥበቃ ቢሮ ኃላፊ------ chairperson shall have a
darbu ta’ee, sagaleen ----አባል casting vote in case of a
walqixa yoo ta’e yaadni tie.
7) የሴቶችና ህፃናት ጉዳይ ቢሮ
walitti qabaan 4) Without prejudice to the
deeggarame murtii Mana provisions of sub articles
ኃላፊ--------አባል

Marichaa ta’a. 8) የመንግስት ኮሙኒኬሽን 1-3 of this article, the


4) Keewwata kana ጉዳዮች ቢሮ ኃላፊ------አባል council may set its own
keewwata xiqqaa 1-3 9) የሰራተኛና ማህበራዊ ጉዳይ meeting rules of
jalatti kan tumame ኤጀንሲ ስራ አስኪያጅ------- procedure.
akkuma eegametti ta’ee, 17. Members of the board
manni marichaa
አባል Members of the board shall
be:-
hojimaata sirna
10)የፕሬዝዳንት ጽሕፈት ቤት
1) Vice president and head
walgahiiisaa baafachuu የሚወከል አንድ ሰው--------- of civil service and Good
ni danda’a. Governance Bureau ----

14
17. Miseensota Boordii -------አባል ------ chairperson
1) I/A/Pirezidaantii fi 2) Head of Industry and
Hoogganaa Biiroo Siviil 11)የኤጀንሲው ዳሬክተር----- Urban Development
Sarviisii fi Bulchiinsa አባልና ፀሐፊ Bureau -----------------
Gaarii ------------Walitti -- member
qabaa; 18. የቦርዱ ስልጣንና ተግባር 3) Head of Justice Bureau -
2) Hoogganaa Biiroo የቦርዱ ተጠሪነት ለክልሉ -------------------------
Industirii fi Misooma --a member
Magaalaa Miseensa; ፕሬዝዳንት ሆኖ የሚከተሉት 4) Head of Finance and
3) Hoogganaa Biiroo Haqaa ስልጣንና ተግባራት ይኖረዋል፡- Economic Development
Miseensa; Bureau ---------------
4) Hoogganaa Biiroo 1) የኤጀንሲውን ስራ በበላይነት member
Maallaqaa fi Misooma ይመራል፤ ያቀናጀል፤ 5) Head of Education
Diinagdee Bureau ----- member
Miseensa; ይቆጣጠራል፤ 6) Head of Health Bureau -
5) Hoogganaa Biiroo --------- member
Barnootaa Miseensa; 7) Head of Women and
2) የኤጀንሲውን የአመት የስራ
6) Hoogganaa Biiroo እቅድ እና በጀት፣ እንዲሁም Children Affairs Bureau
Eegumsaa Fayyaa -----a member
Miseensa; 8) Head of Government
የኤጀንሲውን የስራ አፈፃፀም
7) Hoogganaa Biiroo ሪፖርት ይመረምራል፣ Communication Affairs
Dhimma Dubartootaa fi Bureau -------------
Daa’immanii Miseensa; የመፍትሄ ሀሳብ ይሰጣል፣ member
8) Hoogganaa Biiroo ለሚመለከተው አካል 9) Director of workers and
Dhimmoota Social Affairs Agency ---
Kominikeeshinii እንዲቀርብ ይወስናል፤ -- member
Mootummaa Miseensa; 3) የተለያዩ መመሪያዎችን 10) One representative from
9) Hoji gaggeessaa ol’aanaa the office of the
Ejensii Dhimma Hojjataa ያወጣል፤ president -------------
Fi Hawaasummaa 4) የአዋጅ እና የዚህ ደንብ member.
Miseensa; 11) The Director of the
10) Waajjira Pirezidaantiirraa አፈፃፀምን ይከታተላል ፣ Agency -------- member
kan bakka bu’u nama በአፈፃፀም ላይ የሚታዩ and secretary.
tokko Miseensa; 18. The powers and duties of
11) Daarektara Ejensichaa ችግሮችን አስመልክቶ the board
Miseensaa መፍትሄ ያስቀምጣል፣ The board shall be
fi Barreessaa. accountable to the president
18. Aangoo fi Gahee Hojii 5) የወሳኝ ኩነቶች ምዝገባ of the region and shall have
Boordichaa the following powers and
Itti waamamni Boordichaa duties:-
ስራን አስመልክቶ
Pirezidaantii Naannichaatiif የሚመለከቱትን አካላት 1) It shall manage,
ta’ee aangoo fi gahee hojii coordinate, and monitor
armaan gadii ni qabaata: or supervise the overall
ያቀናጃል፡፡
1) Hojii Ejensichaa activities of the Agency

15
ol’aantummaanni 19. የቦርድ የስብሰባ ስነ ስርዓት 2) It shall review the
gaggeessa, ni qindeessa, annual action plan and
ni too’ata; 1) ቦርዱ በሩብ አመት አንድ budget of the Agency as
2) Karoora hojii waggaa fi ጊዜ መደበኛ ስብሰባ well as its performance
bajataa, akkasumas reports; provides an
gabaasa raawwii hojii የሚኖረው ሲሆን እንደ alternative
Ejansichaa ni qorata; አስፈላጊነቱ አስቸኳይ ስብሰባ recommendation; shall
yaada furmaataa ni decide that the budget
kenna,gaaffii bajataa ሊያካሄድ ይችላል፤ request of the Agency to
Ejansichaan dhiyaatu 2) ከቦርዱ አባላት ግማሽ በላይ be submitted to the
qoratee akka relevant body for
eeyyamamuuf qaama ከተገኙ ምልዓተ ጉባዔ approval.
dhimmi ilaalutti akka ይሆናል፤ 3) It shall issue different
dhiyaatu ni murteeessa; directives,
3) Qajeelfamoota adda 3) የምክር ቤቱ ውሳኔ በድምፅ 4) It shall follow up the
addaa ni baasa; implementation process
4) Hojiirra oolmaa labsiifi of this proclamation and
ብልጫ የሚያልፍ ሲሆን፤
dambii kanaa ni hordofa, ድምፅ እኩል በእኩል regulation; recommends
hanqinaalee raawwii alternative solutions for
irratti muudatan the limitations
የተከፈለ እንደሆነ ሰብሳቢው
ilaalchisee kallattii ወሳኝ ድምፅ ይኖረዋል፤ encountered in the
furmaataa ni kaa’a; course of
5) Hojiilee galmeessa 4) በዚህ አንቀፅ ንዑስ አንቀፅ
implementation.
ragaalee bu’uuraa 1-3 ስር የተደነገገው እንደ 5) It shall coordinate all
hawaasummaa ilaalchisee concerned bodies
qaamoolee dhimmi ተጠበቀ ሆኖ ቦርዱ የራሱን
regarding vital social
ilaallatu ni qindeessa. የስብሰባ ስነ ስርዓት ደንብ events registration.
19. Sirna Walgahii Boordichaa 19. Meeting procedures of the
1) Boordichi kurmaanatti ያወጣል፡፡ board
si’a tokko walgahii idilee 20. የዋና ዳሬክተሩና ምክትል 1) The board shall have a
kanqabaatu ta’ee, regular meeting once
akkaataa ዳሬክተሩ ሹመትና ተጠሪነት quarterly, provided that
barbaachisummaa isaatti 1) ዋና ዳሬክተሩ እና ምክትል it may hold its urgent
walgahii ariifachiisaa meeting as deemed
gaggeessuu ni danda’a. ዳሬክተሩ በቢሮ ኃላፊ necessary.
2) Miseensota boordichaa አቅራቢነት በክልሉ 2) The presence of more
keessaa walakkaa ol kan than half of the
argaman yoo ta’e ፕሬዚዳንት የሚሾሙ members of the board
walgahichi guutuu ta’a. shall constitute a
3) Murtiin boordichaa
ይሆናል፤
quorum.
sagalee caalmaan kan 2) የዋና ዳይሬክተሩ ተጠሪነት 3) The decision of the
darbu ta’ee, sagaleen board shall be passed by
walqixa yoo ta’eyaadni
ለቢሮ ኃላፊ ይሆናል፤
the majority vote,
walitti qabaan provided that the

16
deeggarame murtee 3) የምክትል ዳሬክተሩ chairperson of the board
boordichaa ta’a. shall have a casting vote
4) Keewwata kana ተጠሪነት ለዋና ዳሬክተሩ in cases of a tie.
keewwata xiqqaa 1-3 ይሆናል፡፡ 4) Without prejudice to the
jalatti kantumame provisions of sub articles
akkuma eegametti ta’ee, 21. የዋና ዳሬክተሩ ሥልጣንና 1-3 of this article, the
boordichi hojimaata sirna ተግባር ዋና ዳሬክተሩ board may set its own
walgahii isaa baafachuu meeting rules of
ni danda’a. የሚከተሉት ስልጣንና ተግባራት procedure.
20. Muudamaa fi Itti Waamama ይኖረዋል፡- 20. The appointment and
Daarektara Ol’aanaa fi Itti accountability of the
Aanaa Daarektara Ol’aanaa 1) በዚህ ደንብ አንቀፅ 7 ስር Director General and
1) Daarektarri ol’aanaa fi Itti የተደነገጉትን የኤጀንሲውን Deputy Director General of
Aanaa Daarektara the Agency.
ol’aanaa Hoogganaa ስልጣንና ተግባር ስራ ላይ 1) The Director General
Biirootiin dhiyaatanii and Deputy Director
Pirezidaantii General of the Agency
ያውላል፤
naannichaatiin kan 2) የኤጀንሲውን ስራ ይመራል፤ shall be nominated by
muudaman ta’a. head of the Bureau and
2) Itti waamamni appointed by the
ያስተዳድራል፤ ይቆጣጠራል፤
Daarektara ol’aanaa 3) የኤጀንሲውን ስትራቴጂያዊ president of the regional
Hoogganaa Biirootiif ta’a. state.
3) Itti waamamni Itti Aanaa እቅድ ያዘጋጃል፣ ሲፀድቅ 2) The Director General
Daarektaraa Daarektara ስራ ላይ ያውላል፤ ስራ ላይ shall be accountable to
ol’aanaadhaaf ta’a. the head of the Bureau.
21. Aangoofi Gahee Hojii እንዲውል ያደርጋል፤ 3) Deputy Director General
Daarektara Ol’aanaa 4) የአመት የስራ እቅድና በጀት shall be accountable to
Daarektarri ol’aanaan the Director General.
aangoo fi gahee hojii armaan በማዘጋጀት ለሚመለከተው 21. The powers and duties of
gadii ni qabaata: አካል ያቀርባል፤ ሲፀድቅ the Director General
1) Aangoo fi hojii Ejensichaa The Director General shall
dambii kana keewwata 7 ስራ ላይ ያውላል፤ ስራ ላይ have the powers and duties
jalatti tumame hojii irra እንዲውል ያደርጋል፤ to:-
ni oolcha; 1) Implement the powers
2) Hojii Ejensichaa ni 5) በፋይናልስ ሕግ መሰረት and duties of the Agency
hooggana, ni bulcha, ni የኤጀንሲውን ሂሳብ provided under Article 7
too’ata; of this regulation.
3) Karoora tarsiimo’aa ያንቀሳቅሳል፤ 2) Manage, Administer and
Ejensichaa ni qopheessa, monitor or supervise the
yammuu mirkanaa’uhojii overall activities of the
6) ኤጀንሲውን በመወከል
irra ni oolcha, hojiirra ከሶስተኛ አካል ጋር የስራ Agency.
akka oolu ni taasisa; 3) Prepare the strategic
4) Karoora hojii fi bajataa plan of the Agency,
ግንኙነት ይደርጋል፤
kan waggaa qopheessuun implement or cause its

17
qaama dhimmi ilaallatuuf 7) ቦርዱ የሚሰጠውን ውሳኔ implementation up on
ni dhiyeessa, yammuu approval of same.
mirkanaa’u hojiirra ni ይፈፅማል፤ ያስፈፅማል፤ 4) Prepare annual work
oolcha, hojiirra akka oolu 8) የኤጀንሲውን ስራ and budget plan and
ni taasisa; submit to the concerned
5) Bu’uura seera ለማቀላጠፍ ከስልጣንና bodies, and implement
faayinaansiitiin herrega ተግባሩ ከፍሎ በስሩ ላሉ or cause the
Ejensichaa ni sochoosa; implementation of same
6) Ejensicha bakka bu’uun ሀላፊዎችና ሰራተኞች up on its approval.
qaama sadaffaa waliin በውክልና ሊሰጥ ይችላል፤ 5) Run the accounts of the
walqunnamtii hojii ni Agency in accordance
taasisa; 9) በቦርዱና በቢሮ የሚሰጡትን with appropriate
7) Murtii boordiin kennu ni ስራዎች ያከናውናል፡፡ Finance laws.
raawwata, ni 6) Make relation ships with
raawwachiisa; 22. የምክትል ዳሬክተሩ ስልጣንና the third forty
8) Hojii Ejensichaa representing the effency
saffisisuuf jecha aangoo fi regarding its activities.
ተግባር
hojii isaa irraa qoodee itti ምክትል ዳሬክተሩ የሚከተሉት 7) Implement or cause the
gaafatamtoota fi implementation of the
hojjatoota isa jala jiraniif decisions of the board.
ስልጣን እና ተግባራት
bakka bu’uummaadhaan ይኖሩታል፤ 8) Delegate part of his
kennuu ni danda’a, powers and duties to the
9) Hojiilee biroo Boordii fi 1) ዋና ዳሬክተሩ ባሌለበት department heads and
Biiroon kennamuuf ni ተክቶ ይሰራል፤ other stuff members so
raawwata. as to facilitate the
22. Aangoo fi Gahee Hojii Itti 2) በዋና ዳሬክተሩ የተሰጡትን activities of the Agency.
Aanaa Daarektara Ol’aanaa ስራዎች ያከናውናል፡፡ 9) Perform other activities
Itti Aanaan Daarektara assigned to him by the
Ol’aanaa aangoo fi gahee 23. የወሳኝ ኩነት ምዝገባን Board and the Bureau
hojii armaan gadii ni የሚያከናውን አካልን ማደራጀት 22. The powers and duties of
qabaata:- the deputy Director General
1) Bakka Daarektarri በቀበሌ መስተዳደር ደረጃ የወሳኝ The Deputy Director
Ol’aanaan hin jirretti ኩነቶች ምዝገባ ስራ በቀበሌ General shall have the
bakka bu’uun ni hojjeta; following powers and
2) Hojiiwwan biroo መስተዳደር ጽሕፈት ቤት duties:-
Daarektara Ol’aanaan የሚከናወን ሆኖ በቀበሌው 1) He shall represent and
kennamaniif ni perform the activities of
raawwata. ማኔጀር አቀናጅነት የሚከናወን the Director in the
23. Qaama Galmeessa Ragaalee absence of same.
Bu’uuraa Hawaasummaa 2) He shall perform other
ይሆናል፡፡
Raawwatu Gurmeessuu ክፍል አራት activities assigned to him
Sadarkaa bulchiinsa by the Director General
Gandaatti hojiin ልዩ ልዩ ድንጋጌዎች 23. Organizing the vital social
galmeessaragaalee bu’uuraa events registering body

18
hawaasummaa Waajjira 24. የገቢ ምንጭ The vital social events
bulchiinsa gandaatiin kan registration activities at the
raawwatamu ta’ee, የኤጀንሲው የገቢ ምንጭ Kebele level shall be
qindeessummaa Maanajara ከሚከተሉት ይሆናል፡- performed by the Kebele
Gandaatiin kan gaggeeffamu administration office with
ta’a. 1) በመንግስት የሚመደብ በጀት the coordination of the
Kebele manager.
Kutaa Afur
እና፤
Part Four
Tumaalee Adda Addaa
2) ከተለያዩ ድጋፍ እና
ስጦታዎች Miscellaneous Provisions
24. Madda Galii
Maddi galii Ejensichaa 25. የሂሳብ መዝገብ 24. Source of Income
kanneen armaan gadii irraa 1) ኤጀንሲው የተሟላና The income of the Agency
ta’a: shall be drawn from:-
1) Bajata mootummaan ትክክለኛ የሆነ የሂሳብ 1) The budget allocated by
ramaduu fi the government and.
መዝገብ ይኖረዋል፡፡
2) Deeggarsaa fi kennaa 2) Different assistances
adda addaa irraa. 2) የኤጀንሲው የሂሳብ መዝገብ and donations.
25. Galmee Herregaa 25. Books of Accounts
1) The Agency shall have a
እና ገንዘብ ነክ ሰነዶች
1) Ejensichi galmee herregaa በየጊዜው በዋናው ኦዲተር complete and accurate/
guutuu fi sirrii ta’e ni books of accounts.
qabaata. 2) The financial accounts
ወይም ስልጣን ባለው አካል
2) Galmeen herregaafi ይመረመራል፡፡ and other monetary
harshammeewwan documents of the
faayinaansii Ejansichaa 26. ስለተሻሩና ተፈፃሚ ስለማይሆኑ Agency shall be audited
yeroo yeroon Mana Hojii ሕጐች regularly by the Auditor
Odiitara General Bureau or by
Muummichaatiin yookiin ይህን ደንብ የሚቃረን other competent
qaama aangoo qabuun ni ማንኛውም ሕግ፤ ደንብና Authority.
qoratama. 26. Inapplicable Laws
26. Seerota Raawwatiinsa Hin መመሪያ ወይም የአሠራር Any proclamation,
Qabaanne ልምድ በዚህ ደንብ በተደነገጉት regulation, directive or
Dambiin, qajeelfamnii fi customary practices
barmaatileen dambii kanaan ጉዳዮች ላይ ተፈፃሚነት inconsistent with this
wal-faallessan kamiyyuu አይኖረውም፡፡ regulation shall not be
dhimmoota dambii kanaan applicable on the provision
hammataman irratti 27. መመሪያ የማውጣት ሥልጣን of this regulation.
raawwatiinsa hin qabaatan. ይህን ደንብ ለማስፈፀም ቦርዱ 27. Power to issue a directive
27. Aangoo Qajeelfama Baasuu The board shall have a
Dambii kana raawwachiisuuf መመሪያ ሊያወጣ ይችላል፡፡ power to issue a directive
Boordiin qajeelfama baasuu for the implementation of
ni danda’a. this regulation.
28. ደንቡ የሚፀናበት ጊዜ
28. Yeroo Dambichi Hojii Irra Itti 28. Effective date of the

19
Oolu ይህ ደንብ ከሐምሌ 30/2006 regulation
Dambiin kun Hagayya 30, This regulation shall enter
bara 2006 irraa eegalee ጀምሮ የሚፀና ይሆናል፡፡ in to force as of 5th
hojiirra kan oolu ta’a ሙክታር ከድር September, 2014
Muktaar Kadir
Muktar Kedir
Pirezidaantii Mootummaa
የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ
President of Oromia National
Naannoo Oromiyaa መንግሥት ፕሬዝዳንት
Regional State
Finfinnee ፊንፊኔ
Finfine
Hagayya 30, Bara 2006
ነሐሴ 30/2006 September 5, 2014

20

You might also like