You are on page 1of 10

Waggaa 26 ffaa..... Lak. .......11/2010 Finfinnee,................

Ebla 07 Bara 2010


፳6ኛ ዓመት........ ቁጥር........01/፪ሺ0 ፊንፊኔ፣...............ሚያዝያ 7 ቀን ፪ሺ0 ዓ.ም

26 year ........... No. ........... 11/2017


th
Finfine,............................April 15, 2018

MAGALATA OROMIYAA
L µ E p ‰ Z Më ¦
MEGELETA OROMIA
Gatiin Tokkoo .............. Qarshii 3 To’annoo Caffee Mootummaa Naannoo Lak. S. Poostaa ......... 21383-1000
Oromiyaatiin Kan Bahe
የአ¿«è ”¶ ........................ ብር 3 £Þ.Q.e¼Y ...............21383-1000
Unit Price .......................... Birr 3 l‰ZMë¦ wN?^© ŒGF”í L¿·Rr
uÚô *aT>Á ºmf}r £’» P.O.Box ....................... 21383-1000
QABIYYEE ማውጫ CONTENT
Labsii Lakk.209/2010 አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 Proclamation No. 209/2018
Proclamation No. 209/2018 A Proc-
Labsii Bulchiinsa Faayinaansii Moo- አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 የኦሮሚያ ብሔራዊ
lamation provided to Amend the
tummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. ክልላዊ መንግሥት የፋይናንስ አስተዳደር
Financial Administration of Oro-
156/2002 Fooyyeessuuf Bahe Labsii አዋጅ ቁጥር )$6/፪ሺ2 ለማሻሻል የወጣ mia National State Proclamation
Lakk.209/2010 .............................Fuula 1 አዋጅ ..........................................ገጽ 1 No.156/2010 ...............................Page1
Labsii Bulchiinsa Faayinaansii አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 Proclamation No. 209/2018
Mootummaa Naannoo Oromi- የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግሥትየፋይናንስ A Proclamation provided to Amend
yaa Lakk. 156/2002 Fooyyeessuuf the Financial Administration of
አስተዳደር አዋጅ ቁጥር )$6/፪ሺ2 ለማሻሻል
Bahe Labsii Lakk.209/2010 Oromia National State Proclama-
የወጣ አዋጅ tion No.156/2010
Tumaalee Labsii Qaamolee Raaw-
wachiiftuu fi seerota Bulchiinsa የስራ አስፈፃሚ አዋጅ እና የክልሉ ታክስ WHEREAS, it has become neces-
Taaksii fi galiitiin walsimsiisuuf, sary to amend the Financial Admin-
እና ¾Ñu= QÓ አስተዳደር ጋር ለማጣጠም
akkasumas tajaajila odiitii kees- istration Proclamation No.156/2010
እንዲሁም የዉስጥ ኦዲት አገልግሎት in order to coordinate with regional
saa bu’a qabeessa taasisuuf Lab-
ዉጤታማ ለማድረግ የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ tax administration system and to
sii Bulchiinsa Faayinaansii Moo-
enhance the effectiveness of internal
tummaa Naannoo Oromiyaa Lak. መንግሥት የፋይናንስ አስተዳደር አዋጅ ቁጥር
audit service.
156/2002 hojiirra jiru fooyyessuun )$6/፪ሺ2 ለማሻሻል አስፈላጊ ሆኖ በመገኘቱ፣
barbaachisaa ta’ee waan argameef;
NOW, THEREFORE, in accordance
ተሻሽሎ በወጣው የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ with Article 49(3)(a) of the revised
Akkaataa Heera Mootummaa Constitution of National Region-
መንግሥት ሕገ መንግሥት አዋጅ ቁጥር
Naannichaa Fooyya’ee Bahe Labsii al State of Oromia Proclamation
Lak. 46/1994 keewwata 49(3)(a) #6/09)(4 አንቀጽ #9(3)(ሀ)መሠረት
No.46/2001, hereby proclaimed as
tiin kan kanatti aanu labsameera. የሚከተለው ታውጇል፡፡ follows:
Labsii Lak. 209/2010 Fuula 2 አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 ገጽ 2 Proclamation No. 209/2018 page 2
1. Mataa Duree Gabaabaa 1. አጭር ርዕስ 1. Short Title
Labsiin kun “Labsii Bulchiin- ይህ አዋጅ “የኦሮሚያ ብሔራዋ ክልላዊ This Proclamation may be cit-
sa Faayinaansii Mootummaa ed as the “Proclamation No.
Naannoo Oromiyaa Lakk. መንግስት የፋናንስ አስተዳደር አዋጅ 209/2018, A Proclamation
156/2002 Fooyyeessuuf Bahe ቁጥር )$6/፪ሺ2 ለማሻሻል የወጣ አዋጅ provided to Amend the Finan-
Labsii Lakk. 209/2010” jedha- cial Administration of Oromia
mee waamamuu ni danda’a. ቁጥር 2)9/፪ሺ0” ተብሎ ሊጠቀስ
National State Proclamation
ይችላል፡፡ No.156/2010”
2. Fooyya’iinsa
Labsiin Lakk. 156/2002 akka 2. Amendment
armaan gadiitti fooyya’eera. 2. ማሻሻያ
The Financial Administration
1. Keewwanni 2 (2), (11), (12), አዋጅ ቁጥር )$6/፪ሺ2 ከዚህ of Oromia National State Proc-
(13), (17) fi (21) haqamanii lamation No.156/2010 is here-
እንደሚከተለው ተሻሽሏል፡፡
kan kanatti aanuun bakka by amended as follows:
bu’aniiru: 1. አንቀጽ 2 ንዑስ አንቀጽ (2)፤ (01) 1. Article 2 (2),(11), (12), (13),
2(2) “Biiroo fi Hoogganaa Biiroo” ፣ (02) ፣ (03) ፣ (07) እና (!1) (17) and (21) are deleted and
jechuun akka duraa-duuba replaced by the following new
isaatiin Biiroo Maallaqaa fi ተሠርዘው በሚከተሉት ተተክተዋል፡፡
sub-articles:
Walta’iinsa Dinagdee Oromi- 2(2) “የቢሮ ኃላፊ እና ቢሮ” ማለት እንደቅደም 2(2) “Bureau and Bureau Head’
yaa fi Hoogganaa Biirichaati. means the Oromia bureau of
ተከተሉ የ*aT>Á ፋይናንስና ኢኮኖሚ
2(11) “Yeroo Eeggannoo” jechu- finance and Economic coop-
un raawwii bara baajataa ትብብር ቢሮ ኃላፊ እና ቢሮ ነው፡፡ eration and the bureau head
darbe sagantaa, sagantaa 2 (01)’ “የችሮታ ጊዜ” ማለት ባለፈው የባጀት respectively.
gad-aanaa yookiin pirojek- 2(11) “Grace period” means the thir-
toota walqabatee gaaffii kaf- ዓመት ከተከናወነ ኘሮግራም፣ ንዑስ
ty days period commencing on
faltii kaappitaalaa dhiyaate ኘሮግራም ወይም ኘሮጀክትጋር በተያያዘ Hamle 1 of the Ethiopian Cal-
baajata sagantichaa, sagantaa endar during which invoices
የቀረበው የካፒታል ክፍያ ጥያቄ ካለፈው
gad-aanaa yookiin baajata received for capital activities
pirojektichaa bara darbe ir- ዓመት የኘሮግራሙ፣ የንዑስ ኘሮራሙ
of a program, sub-program or
raa kan kaffalamu Adoolessa ወይም የኘሮጀክት ወይም በጀት ላይ project carried out in the pre-
1 irraa eegalee kan jiru yeroo vious fiscal year may be paid
የሚከፈልበት ከሐምሌ 1 ቀን ጀምሮ
guyyoota 30 dha. from the previous fiscal year’s
2(12) “Baajata Dabalataa” jechu- ያለው V ቀናት ጊዜ ነው፡፡ capital budget of the program,
un bara baajatichaa keessatti 2(02) “ተጨማሪ በጀት” ማለት በበጀት ዓመቱ sub-program or project;
raawwii hojiiwwan moo- 2 (12) “Supplementary budget’
tummaatiif baajata ragga’ee ol ለመንግሥት ሥራዎች ማስፈጸሚያ
means budget approved to
galii sassaabame yookiin dee- ከፀደቀው የገቢ በጀት በላይ ለመሰብሰብ collect additional revenue
ggarsaan argame hojii beyond the revenue already
ወይም የወጪ በጀት ያልጸደቀለት
mootummaa baajanni baa- approved for activities of the
sii hin qabamneef yammuu የመንግሥት ሥራ በማጋጠሙ ወይም Government to be carried out
qunnamu yookiin sababa የጸደቀው የወጪ በጀት በቂ ባለመሆኑ in a fiscal year or in situations
baajanni baasii ragga’e gahaa where budget is required for
hin taaneef baajata dabalataa ምክንያት የሚፀድቅ ተጨማሪ በጀት
an activity of the Government
ragga’uu dha. ነው፡፡ to which expenditure budget is
2(13) “Herregawwan Walitti Qa- not approved or where the ex-
2(03) “ሌሎች ተሰብሳቢ ሂሣቦች” ማለት
bamoo Biroo” jechuun taaksii penditure budget approved for
fi dhala yookiin adabbii taak- ከታክስ እና በታክስ ላይ ከተጣለ ወለድ
an activity is not sufficient;
sii irratti muramu irraa kan ወይም መቀጫ በስተቀር ለክልሉ 2(13) “Other receivables” means any
hafe maallaqa mootummaa amount owing to the Regional
መንግሥት ሊከፈል የሚገባ ማናቸውም
naannichaaf kaffalamuu qabu Government other than tax or
kamiyyuu jechuu dha. ገንዘብ ነው፡፡ interest or penalty on tax;
Labsii Lak. 209/2010 Fuula 3 አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 ገጽ 3 Proclamation No. 209/2018 page 3
2 (17) “Dhiifama” jechuun taaksii, 2(07) “ምህረት” ማለት ታክስን፤ በታክስ ላይ 2(17)“Remission” means the dis-
dhalaa fi adabbii taaksii osoo ወለድና መቀጫ ሳይጨምር ሌሎች charge or release from other
hin dabalatin herregaw- receivables due to the Regional
ተሰብሳቢ ሂሣቦችን መማር ወይም ነፃ
wan walitti qabamoo biroo,
ማድረግ ነው፡፡ Government; other than taxes,
dhalaa fi adabbii isaa dhiifama
yookiin bilisa gochuu dha. 2(!1) “የበጀት ዝውውር” ማለት ከአንድ interests and penalties on taxes.
2(21)“Jijjiirraa Baajataa” jechu- የመንግሥት መሥሪያ ቤት ወደ 2(21)“Budget transfer” means an
un mana hojii mootummaa ሌላ የመንግሥት መሥሪያ ቤት
authorized transfer of budget
naannichaa tokko keessatti from one public body to an-
፣ የመንግስት መሥሪያ ቤቶች
yookiin mana hojii mootum- other public body, between
በሚያስተዳድሯቸው ኘሮግራሞች፣
maa naannichaa tokko irraa and among programs, sub-pro-
gara mana hojii mootummaa ኘሮጀክቶች ወይም መደበኛ ወጪ
grams, projects or main activi-
naannichaa birootti, sagan- ዋና ዋና ተግባራት መካከል በእነዚህ
ties of recurrent expenditure
taalee, sagantaaleegad-aanaa, ውስጥ በሂሣብ መደብ ደረጃ እንዲሁም
pirojektoota yookiin hojii- administered by public bodies
ከመጠባበቂያ በጀት ላይ የሚደረግ
wwan ijoo baasii idilee gid- as well as from contingency
የተፈቀደ የበጀት ዝውውር ነው፡፡
duu fi kanneen sadarkaa gita budget;”
herreegaa tiin yookiin baaja- 2. አንቀጽ 2 ንዑስ አንቀጽ (!8) ቀጥሎ 2. New sub-article (29) added
ta eeggannoo irraa jijjiirraa የሚከተለው አዲስ ንዑስ አንቀጽ (!9) following sub-article (28) of
baajataa hayyamamee dha. ተጨምሯል፡፡ Article 2 of the Proclamation.
2. Keewwata 2 (28) tti aanee kee-
2(!9) “የፋይናንስ አስተዳደር የሥራ ክፍሎች” 2(29)Financial administration de-
wwata xiqqaan 29 haaraan
dabalameera. ማለት የበጀት ፣ የክፍያ፣ ሂሣብ፣ partments’ mean the depart-
2(29) “Gurmaa’insaHojiiBulchiinsa የግዥ፣ የንብረት አስተዳደር እና ments which undertake the
Faayinaansii”jechuun kuta- የኦዲት ተግባራትን የሚያከናውኑ functions of budget, disburse-
alee hojiiwwan baajataa, kaf- የሥራ ክፍሎች ናቸው፡፡ ment, account, procurement,
faltii, herreega, bittaa, bulchi- property administration and
3. ከአንቀጽ 5 ንዑስ አንቀጽ (02) ቀጥሎ
insa qabeenyaa fi odiitii kan audit.
የሚከተለው አዲስ ንዑስ አንቀጽ 03፣04
raawwatan jechuu dha.
3. Following Article 5 (12) a new
3. Keewwata 5 (12) tti aanee እና 05 አዲስ ተጨምሯል፡፡
sub article 13 , 14 and 15 is add-
keewwata xiqqaa haaraan 13, 5(03) በመንግሥት መሥሪያ ቤቶች ውስጥ
14 fi 15 haaraan dabalameera. ed respectively:
ያለውን የፋይናንስ አስተዳደር የሥራ
5(13) Gurmaa’iinsa hojii bulchiin- 5(13) Submit an idea on the or-
ክፍሎችን አደረጃጀት ከሚመለከተው
sa faayinaansii manneen hojii ganization of the financial
የመንግሥት አካል እና ከፐብሊክ
mootummaa keessa jiru qaama administration departments
mootummaa ilaallatuu fi Biiroo ሰርቪስና የሰው ሀብት ልማት ቢሮ
within public bodies,with the
Paablik Sarviisii fi Misooma ሃሳብ ያቀርባል፡፡
concerned public body and the
Qabeenya Namaa Oromiyaaf 5(04) በፌዴራል መንግሥት እና በክልሉ Oromia bureau of Public Ser-
yaada ni dhiyeessa .
መንግሥት መካከል የሚደረገውን vice and Human Resource De-
5(14) Walitti dhufeenya faayinaan-
sii Mootummaa Federaalaa fi የፋይናንስ ግንኙነት ይመራል፣ velopment;”
Mootummaa Naannoo gid- ያስተባብራል ፣ ተጣጥመው ሥራ ላይ 5(14)Lead, coordinate and ensure
duu jiru ni gaggeessa; ni qin- መዋላቸውን ያረጋግጣል፡፡ harmonization of the financial
deessa; walsimanii hojiirra relations between Federal and
ooluu isaanii ni mirkaneessa. Regional Governments;
Labsii Lak. 209/2010 Fuula 4 አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 ገጽ 4 Proclamation No. 209/2018 page 4
5(15) Akkaataa barbaachisummaa 5(05) እንደ አስፈላጊነቱ ለየመንግሥት 5(15) Setup an independent
isaatti mana hojii mootum- audit committee either
maa horataalee gurguddaa መሥሪያ ቤቱ በተናጠል ወይም
bulchan tokkoo tokkoo kees- for each public body sepa-
ለተወሰኑ የመንግሥት መሥሪያ
satti yookiin manneen hojii rately or for group of pub-
mootummaa walitti qin- ቤቶች በጋራ የውስጥ ኦዲትን ተግባር
lic bodies, as the context
deessuun koreen hojii odiitii
keessaa deeggaru ni hundees- የሚያግዝ የኦዲት ኮሚቴ ያቋቁማል፡፡ requires, which supports
sa, aangoo fi hojimaanni ko- 4. አንቀጽ 6 ንዑስ አንቀጽ (4) ተሠርዞ the functions of internal
richaa Qajeelfama bahuun ni audits.
murteessa. በሚከተለው አዲስ ተተክቷል፤
4. Article 6(4) is reoeal and
4. Keewwanni 6 (4) haqamee 6(4) የውስጥ ኦዲት በነጻነት ፣ ውጤታማ
kan kanatti aanuun bakka replaced by the following:
bu’eera: ፣ ፈጣንና ኢኮኖሚያዊ በሆነ መንገድ 6(4) Ensuring that the internal
6 (4) Odiitiin keessaa haala bilisum-
መከናወኑን ያረጋግጣል፡፡ audits are carried out in-
maa hojii eegeen, bu’aa-qa-
beessa, si’ataa fi diinag- dependently, efficiently,
5. ከአንቀጽ 7 ንዑስ አንቀጽ(2) ቀጥሎ
daawaa ta’een raawwatamuu effectively and economi-
isaa ni mirkaneessa. አዲስ ንዑስ አንቀጾች 3፣4፣5፣6፣እና 7
cally ;”
5. Keewwata 7 (2) tti aanee kee-
wwattoonni xiqqaan 3, 4, 5, 6
ተጨምሯል፤ 5. Following Article (2) new
fi 7 haaraan dabalamanii jiru: 7(3) በክልል ዳራጃ ያሉ የመንግሥት sub-article (3), (4),(5),(6)
7 (3) Itti gaafatamaa fi ogeeyyii and (7), added respectively:
odiitii keessaa manneen ho- መሥሪያ ቤቶች የውስጥ ኦዲት ኃላፊ
jii mootummaa naannichaa 7(3) At regional level the head
እና ባለሙያዎች ተጠሪነታቸው
sadarkaa naannootti arga- and professional staff of
man itti waamamni isaanii ለቢሮው ይሆናል፡፡ internal audits of public
Biirichaaf ta’a.
7(4) የዞን፣አንደኛ ደረጃ እና ¾Ÿõ}— Å[Í bodies shall be account-
7 (4) Itti gaafatamaa fi Ogeeyyii
Odiitii Keessaa tajaajila wali- Ÿ}T ገንዘብ እና ኢኮኖሚ ትብብር able to the bureau.
inii Waajjira Maallaqaa fi 7(4) At zone, first and high-
Walta’iinsa Dinagdee Godinaa መሥሪያ ቤቶች የውስጥ ኦዲት ኃላፊ
er level of towns the head
fi Bulchiinsa Magaalaa Muum- እና ኦዲት አገልግሎት ባለሙያዎች
mee fi Ol’aanaa itti waamamni and professional staff
isaanii Biirichaaf ta’a. ተጠሪነታቸው ለቢሮው ይሆናል፡፡ of internal audit are ac-
7(5) Itti gaafatamaa fi Ogeeyyii countable for bureau.
7(5) የዞን፣አንደኛ ደረጃ ¾Ÿõ}— Å[Í Ÿ}T
Odiitii keessaa tajaajila wali-
inii Waajjira Maallaqaa 7(5)Other than zone, first and
ገንዘብ እና ኢኮኖሚ ትብብር መሥሪያ
fi Walta’iinsa Dinagdee higher level of towns the
Bulchiinsa Magaalaa Muum- ቤቶች የውስጥ ኦዲት ኃላፊ እና ኦዲት
head and professional
mee fi Ol’aanaan ala jiran itti
waamamni isaanii Waajjira
አገልግሎት ባለሙያዎች ዉጭ ያሉት staff of internal audit are
Maallaqaa fi Walta’iinsa Di- ተጠሪነታቸው ለዞን ይሆናል፡፡ accountable for zone.
nagdee Godinaatiif ta’a. 7(6) The head and profession-
7(6) Itti gaafatamaa fi Ogeeyyii 7(6) የወረዳ ገንዘብ እና ኢኮኖሚ ትብብር
al staff of internal audit
Odiitii keessaa tajaajila wali- መሥሪያ ቤቶች የውስጥ ኦዲት ኃላፊ
inii Waajjira Maallaqaa fi of woreda districts are ac-
Walta’iinsa Dinagdee Aanaa እና ኦዲት አገልግሎት ባለሙያዎች countable for zone.
itti waamamni isaa Waajjira
ተጠሪነታቸው ለዞን ይሆናል፡፡
Maallaqaa fi Walta’iinsa Di-
nagdee Godinaaf ta’a.
Labsii Lak. 209/2010 Fuula 5 አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 ገጽ 5 Proclamation No. 209/2018 page 5
7(7) Keewwata kana keewwata 7(7) በዚህ አንቀጽ ከንዑስ 1-6 አጠቃላይ 7(7) Without prejudice sub article
xiqqaa 1-6 jalatti haala walii- የተደነገጋው እንደተጠበቀ ሆኖ የውስጥ (1-6) the relationship regard-
galaatiin kan tumame akku- ing internal audit of bureau
ኦዲት በተመለከተ የመንግሥት
ma eegametti ta’ee, hojii odiitii
and between public bodies the
keessaa ilaalchisee haalli መሥሪያ ቤቶች መካከል እና ቢሮው
walitti dhufeenya Biirichaa መካከል የሚደረገውን ግንኙነት ዝርዝር
detail shall be determined by
fi Manneen hojii mootummaa regulation.
አፈፃፀም በሚወጣው ደንብ ይወሰናል፡፡
gidduu jiraachuu qabu Dam- 6. The following new sub-articles
6. አንቀጽ 9 ከንዑስ አንቀጽ (4) ቀጥሎ
bii kan murtaa’u ta’a. (5) and (6) are added to of Ar-
6. Keewwata 9 (4) itti aanee የሚከተሉት አዲስ ንዑስ አንቀጾች (5)
ticle 9 of the Proclamation:
keewwatoonni xiqqaa 5 fi 6 እና (6) ተጨምሯል፡፡
haaraan dabalamaniiru: 9(5) Notwithstanding the provision
9(5) የዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ (3) ድንጋጌ
9(5) Tumaan keewwata kana of sub-article (3) of this Arti-
ቢኖርም የቢሮ ኃላፊው የመንግሥት
keewwata xiqqaa 3 jiraatus cle, the bureau may allow a
Biirichi amala addaa mana መሥሪያ ቤቱን የተለየ የሥራ ባሕሪ
public body to expend inter-
hojichaa tilmaama keessa ከግምት ውስጥ በማስገባት በሚሰበሰበው
nally collected revenue taking
galchuun galii keessaa sas-
የውስጥ ገቢ እንዲጠቀም ሊፈቅድ into consideration the special
saabuun akka itti fayyadamu
hayyamuu ni danda’a. Haalli ይችላል፡፡ ዝርዝር አፈፃፀም ቢሮው nature of the work of the pub-
raawwii isaa Qajeelfama ba- በሚያወጣው መመሪያ ይወሰናል፡፡ lic body. The detail shall be de-
huun kan murtaa’u ta’a. 9(6) በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ (5) termined by a directive issued
9 (6)’ Bu’uura keewwata kana keew-
መሠረት ሥራ ላይ የዋለው የገንዘብ by the bureau.
wata xiqqaa 5 tiin hanga galii
sassaabamee fi maallaqa ho- መጠን በመንግሥት መሥሪያ ቤቱ 9(6)The amount of money utilized
jiirra oole gabaasa herregaa የሂሣብ ሪፖርት ውስጥ በግልጽ ተለይቶ in accordance with sub-arti-
mana hojichaa keessatti ifatti መመልከት አለበት፡፡ cle (5) of this Article shall be
adda bahee ibsamuu qaba. clearly indicated in the finan-
7. አንቀጽ 02 ንዑስ አንቀጽ (2) ተሠርዞ
7. Keewwanni 12 (2) haqamee
cial report of the public body.”
kan kanatti aanuun bakka በሚከተሉት ንዑስ አንቀጽ ተተክቷል፡፡
bu’eera: 7. Article 12 (2) is repealed and
02(2) የክልሉ ካቢኔ ከቢሮ ኃላፊው
12 (2) ’ Manni Marii Bulchiinsaa replaced by the following.
በሚቀርብለት አስተያየት መሠረት
yaada Hoogganaa Biiroo ir- 12(2) The council of Regional ad-
በቂ ምክንያት መኖሩን ካመና የሌሎች
raa dhiyaatuun sababni ga- ministration may for good
haan jiraachuu isaa yoo itti ተሰብሳቢ ሂሳቦች ክፍያ ላይ ምህረት
cause and upon the recom-
amane herregawwan walitti ሊያደርግ ይችላል፡፡
qabamoo biroo kaffalamu mendation of bureau head re-
8. ከአንቀጽ 09 ንዑስ አንቀጽ (2) ቀጥሎ
kamiiyyuu irraa dhiifama go- mit other receivable.
chuu ni danda’a. የሚከተለው አዲስ ንዑስ አንቀጽ (3)
8. The following new sub-article
8. Keewwata 19 (2) tti aanee ተጨምሯል፤
(3) is added following sub-ar-
keewwatni xiqqaa 3 haaraan 09(3) የመንግሥት በጀት ዝግጅት ሥርዓተ ticle (2) of Article 19:
dabalameera:
19(3) Sirni qophii baajata moo-
ጾታን ከግምት ውስጥ ያስገባ መሆን 19(3)Gender issues shall be taken
tummaa koorniyaa tilmaama አለበት፡፡ into consideration during pub-
keessa galchuu qaba. lic budget preparation.
Labsii Lak. 209/2010 Fuula 6 አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 ገጽ 6 Proclamation No. 209/2018 page 6
9. Keewwanni 23 (1) haqamee 9. አንቀጽ !3 ንዑስ አንቀጽ (1) ተሠርዞ 9. Article 23(1) is repealed and
kana kanatti aanuun bakka በሚከተለው አዲስ ንዑስ አንቀጽ (1) replaced by the following:
bu’eera: ተተክቷል፤ 23(1)The Bureau head:
23 (1) Hoogganaan Biirichaa: (a) Transfer budget from one
!3(1) የቢሮ ኃላፊው፤
(a) Mana hojii mootummaa tok- program, sub program,
ko keessatti baajata sagantaa, (ሀ) በአንድ የመንግሥት መሥሪያ
project or main activities
sagantaa gad-aanaa, pirojeek- ቤት ውስጥ በጀትን ከአንድ
of recurrent expenditure
tii yookiin hojii ijoo baasii ኘሮግራም፣ ንዑስ ኘሮግራም ፣ to another program, sub
idilee tokko irraa gara sagan- ኘሮጀክት ወይም የመደበኛ ወጪ ዋና program, project or main
taa, sagantaa gad-aanaa, piro- ዋና ተግባር ወደ ሌላ ኘሮግራም ፣ activities of recurrent ex-
jektii yookiin hojii ijoo baasii penditure within a public
ንዑስ ኘሮግራም ፣ ኘሮጀክት ወይም
idilee biraatti; body;
(b) Baajata gulantaawwan baa- የመደበኛ ወጪ ዋና ዋና ተግባር
ለማዘዋወር፡፡ (b) Transfer budget between
sii sagantaa yookiin sagantaa
gad-aanaa tokko keessa jiran (ለ) በአንድ ኘሮግራም ወይም ንዑስ
items of expenditure with-
irraa gara biraatti; in a program or sub-pro-
ኘሮግራም ውስጥ ካሉ የወጪ መደቦች
(c) Waggoottan darban keessatti gram;
በጀት ከአንዱ ወደ ሌላ ለማዘዋወር፡፡ (c) Transfer the budget ap-
baajata ragga’ee fi bara baaja-
tichaa keessatti baasii kaap-
(ሐ) አስቀድሞ ባሉት ዓመታት ለፀደቀ proved for a program, sub
pitaalaa sagantaa, sagantaa እና በበጀት ዓመቱ በጀት ላልተያዘለት program or project of the
gad-aanaa yookiin pirojek- ኘሮግራም፣ ንዑስ ኘሮግራም ወይም public body to finance
tii baajatni hin qabamneef የኘሮጀክት ካፒታል ወጪ ቀሪ pending obligations per-
baajata dirqamawwan hafan ግዴታዎች ማስፈጸሚያ የሚውል taining to capital expendi-
raawwachiisuuf oolu baajata በጀት ለአስፈፃሚ መሥሪያ ቤቱ
ture of a program, sub pro-
mana hojichaaf ragga’e sa- gram or project approved
ከፀደቀ የኘሮግራም፣የንዑስ ኘሮግራም
gantaa, sagantaa gad-aanaa in previous years for which
yookiin pirojektii irraa; ወይም የኘሮጀከት በጀት ለማዘዋወር፡፡ no budget is allocated in
(d) Sagantaaleen mana hojii moo- (መ) በአንድ የመንግስት መሥሪያ ቤት the current fiscal year;
tummaa tokko keessa jiran ሥር ያሉ ኘሮግራሞች ሲዋሃዱ (d) Transfer budget to a new-
yammuu walitti dabalaman ወይም ሲነጣጠሉ ባጀቱን ከአንዱ ly created program where
yookiin yammuu gargar bah- ወደ ሌላ ለማዘዋወር ሥልጣን programs under a public
an baajaticha tokko irraa gara body merge or split.
ተሰጥቶታል፡፡
biraatti; jijjiiruu ni danda’a. 10. Article 24 is repealed and
10. Keewwanni 24 haqamee kan 0. አንቀጽ !4 ተሠርዞ በሚከተለው አዲስ
replaced by the following:
kanatti aanuun bakka bu’eera: አንቀጽ ተተክቷል፡፡
24. Budget Transfers between
24 Jijjiirraa Baajataa Manneen Ho- !4 በመንግሥት መሥራያ ቤቶች መካከል
Public Bodies “The Bureau
jii Mootummaa Giddutti Raaw- የሚደረግ የበጀት ዝውውር የቢሮ Head may authorize the
watamu Hoogganaan Biiroo ኃላፊው በሚከተሉት ምክንያቶች የአንድ transfer of budget from one
sababoota armaan gadiitiin baa-
janni mana hojii mootummaa
የመንግስት መሥሪያ ቤት ባጀት ወደ public body to another pub-
tokkoo irraa gara baajata mana ሌላ የመንግስት መሥሪያ ቤት ባጀት lic body under the following
hojii mootummaa biraatti akka እንዲዘዋወር ሊፈቅድ ይችላል፤ conditions:
jijjiiraamu hayyamuu !4(1) በአንድ የመንግስት መሥሪያ ቤት ውስጥ 24(1)Where it is necessary to
ni danda’a; ያጋጠመን የባጀት እጥረት ለማቃለል
transfer unspent budget ap-
24(1) Hanqina baajata mana hojii proved for one public body
በባጀት ዓመቱ ለሌላ የመንግስት
mootummaa tokko keessatti for that fiscal year to meet
መሥሪያ ቤት የፀደቀ እና ጥቅም ላይ shortfall in another pub-
qunname salphisuudhaaf bara
baajatichaatti baajata mana hojii ያልዋለን ባጀት በማዘዋወር መጠቀም lic body’s budget, provided
mootummaa biraatiif ragga’ee አስፈላጊ ሲሆንና ይህም ተጨማሪ ባጀት that such additional budget
fi hojiirra osoo hin oolin hafe በማዘዋወር መጠቀም አስፈላጊ ሲሆንና is needed for a previously
jijjiiruudhaan ittifayyadamuun ይህም ተጨማሪ ባጀት ያስፈለገው approved program, sub-pro-
barbaachisaa yammuu ta’uu fi ቀደም ሲል ለፀደቀ ኘሮግራም ፣ ንዑስ gram, project or main activ-
kunis baajata dabalataa kan bar-
ኘሮግራም ፣ ኘሮጀክት ወይም የመደበኛ
ities of recurrent expendi-
baachiseef dursee kan ragga’e ture.
sagantaa, sagantaa gad-aanaa, ወጪ ዋና ዋና ተግባራት መሆኑ
pirojektii yookiin hojiiwwan ሲረጋገጥ፡፡
ijoo baasii idilee ta’uun isaa
yammuu mirkanaa’u;
Labsii Lak. 209/2010 Fuula 7 አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 ገጽ 7 Proclamation No. 209/2018 page 7
24 (2) Baroota darban keessatti baaja- !4(2) አስቀድሞ ባሉት ዓመታት ለፀደቀ እና 24(2)where a budget is requested to
ta ragga’ee fi bara baajatichaatti በባጀት ዓመቱ ባጀት ላልተያዘለት finance pending obligations of
sagantaa, sagantaa gad-aanaa, a program, sub-program, proj-
ኘሮግራም፣ ንዑስ ኘሮግራም ፣
pirojektii yookiin hojiiwwan ect or main activities of recur-
ijoo baasii idilee baajanni hin ኘሮጀክት ወይም የመደበኛ ወጪ
rent expenditures approved in
qabamneef dirqamawwan ha- ዋና ዋና ተግባራት ቀሪ ግዴታዎች
previous years for which no
fan raawwachiisuuf kan oolu ማስፈፃሚያዎች የሚውል ባጀት ጥያቄ
gaaffiin baajataa kan dhiyaate budget is allocated in the cur-
የቀረበ እንደሆነ፡፡ rent fiscal year.
yoo ta’e;
24(3) Sagantaaleen manneen ho- !4(3) በተለያዩ የመንግሥት መሥሪያ ቤቶች 24(3)where it is necessary to trans-
jii mootummaa jala jiran ሥር ያሉ ኘሮግራሞች ሲዋሀዱ ወይም fer a budget from one public
yammuu walitti dabalaman ሲነጣጠሉና በጀቱ ከአንዱ ወደ ሌላ body to the other due to merge
yookiin yammuu gargar bah- እንዲዘዋወር ማድረግ አስፈላጊ ሆኖ or split of programs of a public
anii fi baajata tokko irraa gara body.”
ሲገኝ፡፡
biraatti jijjiiruun barbaa- 11. Article 27 is repealed and re-
chisaa ta’ee yammuu argamu. 01. አንቀጽ !7 ተሠርዞ በሚከተለው አዲስ
placed by the following:
11. Keewwanni 27 haqamee kan አንቀጽ ተተክቷል፡፡
kanatti aanuun bakka bu’eera: 27.Delay in Budget Approval
!7 የባጀት መጽደቅ መዘግየት
27. Turmaata Raggaasisa Baajataa 27(1)If the Caffee had not approved
!7 (1) የክልሉ ምክር ቤት እስከ አዲሱ the annual budget until the
27 (1)’Caffeen mootummaa naan-
nichaa hanga jalqaba bara የባጀት ዓመት መጀመሪያ የዓመቱን beginning of the new fiscal
baajatichaatti baajata waggaa ባጀት ሳያፀድቀው ቢዘገይ ምክር ቤቱ year, budgets for previously
osoo hin raggaasisin kan turu የዓመቱን በጀት እስኪያፀድቀው ድረስ፣ approved programs, sub pro-
yoo ta’e hanga Caffeen baajata ቀደምሲል ለተፈቀዱ ኘሮግራሞች ፣ grams, projects or main activ-
waggichaa raggaasisutti sa- ities of recurrent expenditure
gantaa, sagantaa gad-aanaa, ንዑስ ኘሮግራሞች፣ ኘሮጀክቶች እና
shall be utilized upon appro-
pirojektii fi hojiiwwan ijoo የመደበኛ ወጪ ዋና ዋና ተግባራት
baasii idilee bara baajataa priation by the bureau until
ማስፈፀሚያ የሚውል ገንዘብ በቢሮ
darbe hayyamame raawwa- the annual budget is approved
ኃላፊው እየተፈቀደ ጥቅም ላይ
chiisuuf maallaqa barbaachi- by the Caffee.
ይውላል፡፡ 27(2)The amount disbursed pur-
su ji’a jia’aan Hoogganaa Bii-
rootiin hayyamamee faayidaa !7(2) በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ (1) መሠረት suant to sub-article (1) of this
irra ni oola. የተላለፈው ገንዘብ የክልሉ ምክር ቤት Article shall be deducted from
27(2) Bu’uura keewwata kana keew- ከሚጸድቀው የዓመቱ ባጀት ላይ ተቀናሽ the annual budget to be ap-
wata xiqqaa 1 tiin maallaqni proved by the caffee.”
ይደረጋል፡፡
dabarfame baajata waggaa 12. Article 33 is repeal and re-
Caffeen ragga’u irraa ni hir’if- 02. አንቀጽ V3 ተሠርዞ በሚከተለው አንቀጽ
ama. ተተክቷል፡፡
placed by the following.
12. Keewwanni 33 haqamee kan 33. Grace Period for Capital Bud-
V3. ለካፒታል ባጀት የሚሰጥ የችሮታ
kanatti aanuun bakka bu’eera: get Payments of invoices in
ጊዜ በአንድ የባጀት ዓመት ውስጥ
33. Yeroo Eeggannoo Baajata connection with capital expen-
Kaappitaalaaf Kennamu ከተከናወነ ኘሮግራም ፣ ንዑስ ኘሮግራም diture of a program sub-pro-
Bara baajata tokko keessatti ወይም ኘሮጀክት ጋር በተያያዘ የቀረበ gram or project carried out in
raawwii sagantaa, sagantaa የኘሮግራሙ ፣ የንዑስ ኘሮግራሙ a fiscal year may be made in
gad-aanaa yookiin piro- ወይም የኘሮጀክቱ የካፒታል ወጪ the 30 days period following
jektiin walqabatee gaaffiin the end of the fiscal year on the
ክፍያ ያፀደቀ የባጀት ዓመቱ ካለቀ በኃላ
kaffaltii baasii kaappitaa-
account of the capital budget
laa dhiyaatu barri baajataa ባለው V ቀን ጊዜ ውስጥ ከተጠናቀቀው
erga dhumee booda guyyoo- ዓመት የኘሮግራሙ፣ የንዑስ ኘሮግራሙ
of the program, sub-program
ta 30 keessatti baajata kaap- or project of the preceding fis-
ወይም የኘሮጀክቱ የካፒታል ባጀት ላይ
pitaala sagantaa, sagantaa cal year.”
ታስቦ ሊከፈል ይችላል፡፡
gad-aanaa yookiin pirojektii
bara darbe irraa herregamee
kaffalamuu ni danda’a.
Labsii Lak. 209/2010 Fuula 8 አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 ገጽ 8 Proclamation No. 209/2018 page 8
13. Keewwanni 46 haqamee kan 03. አንቀጽ #6 ተሠርዞ በሚከተለው አንቀጽ 13. Article 46 is repeal and re-
kanatti aanuun bakka bu’eera: ተተክቷል፣
placed by the following article
46. Wal-Dandeessisuu 46. Set-Off
46(1) Seerota taaksiitiin kan tu- #6 ማቻቻል 46(1)Without prejudice to the rel-
mame akkuma eegametti #6(1) በታክስ ሕግ የተደነገገው እንደተጠበቀ evant provisions of the tax
ta’ee, maallaqa mootummaaf laws, Public Money due to the
ሆኖ ፣ ለመንግስት ገቢ መደረግ
kaffalamuu qabuu fi idaa bureau set-off the debt owed
mootummaa irraa barbaada- ያለበትን ገንዘብ ከመንግሥት ይፈለጋል
by creditors of government
muuf wal dandessisuun ni ለሚባል ተከፋይ ሂሣብ ማቻቻያ against confirmed debt of the
danda’ama.
46(2) Bu’uura keewwata kana kee- ማድረግ ይችላል፡፡ government to such creditors.
wwata xiqqaa 1 tiin hammi #6(2) በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ (1)
46(2)Notwithstanding the provision
maallaqa wal dandeessifam- of sub-article (1) of this Arti-
መሠረት የሚቻቻለው የገንዘብ መጠን cle, amount money to be set off
uu gabaasa herreega moo-
tummaa keessatti ifatti adda በመንግሥት የሂሣብ ሪፖርት ውስጥ shall shown in the financial re-
bahe ibsamuu qaba. በግልጽ ተለይቶ መመልከት አለበት፡፡ port of the government.”
14. Keewwanni 55 haqamee kan 14. Article 55 is repealed and re-
04. አንቀጽ $5 ተሠርዞ በሚከተለው አዲስ
kanatti aanuun bakka bu’eera: placed by the following:
55) Idaa Gara Kaappiitaalaatti አንቀጽ ተተክቷል፡፡ 55) Conversion into Capital
Jijjiiruu $5) ወደ ካፒታል ስለመለወጥ The council of regional Ad-
Idaa mootummaan dhaab- ministration may convert
bilee misoomaa mootummaa የክልሉ ምክር ቤት ከክልሉ መንግሥት
debts owed to the regional
irraa barbaadu Manni Marii የልማት ድርጅቶች የሚፈልገውን ዕዳ Government by public enter-
Bulchiinsaa gara kaappitaa-
laatti jijjiiruu ni danda’a. ወደ ካፒታል ለመለወጥ ይችላል፡፡ prises into capital.”
15. Keewwata 65 tti aanee kee- 05. ከአንቀጽ %5 ቀጥሎ አዲስ አንቀጾች %6 15. Following Articles 65 a new
wwattoonni 66 fi 67 haaraan sub article 66 and 67 are add-
እና %7 ተጨምረው ቀጥለው ያሉት
dabalamuun keewwatoonni ed; the subsequent articles
itti aananii jiran waljalaa ነባር አንቀጾች እንደ ቅደም ተከተላቸው shalll be read by moving from
siiqanii kan dubbifaman ta’a. ተሸጋሽገዋል፡፡ each other respectively:
66) Qindoomina Hojii 66) Co-ordination of Activities
%6) የሥራ ቅንጅት
Tumaalee Labsii kanaa, Dam- There shall be co-ordination
bii fi Qajeelfamoota Labsicha በዚህ አዋጅ እና ይህንን አዋጅ ለማስፈጸም of activities among the con-
raawachiisuuf bahaniin sir- በወጡት ደንቦች እና መመሪያዎች cerned public bodies to make
na bulchiinsa faayinaansii di- more effective the financial ad-
የተዘረጋውን የፋይናንስ አስተዳደር
riiire caalmaatti bu’a qabeessa ministration system set by this
gochuuf qaamolee moo- ሥርዓት ይበልጥ ውጤታማ ለማድረግ
Proclamation, the Regulation
tummaa dhimmi ilaallatu
kamiyyuu Biiricha waliin
በሚመለከታቸው የመንግሥት አካላት and issued hereunder.”
qindoominaan hojjachuuf መካከል የሥራ ቅንጅት ሊኖር ይገባል፡፡ 67) Using Electronic Methods
dirqama qabu. Raawwiin isaa %7) በኤሌክትሮኒክ ዘዴዎች ስለመጠቀም
To enhance the efficiency and
Qajeelfama bahuun kan mur- effectiveness of the public fi-
ቢሮው በዚህ አዋጅ እና በአዋጁ nance administration system
taa’u ta’a.
67) MalootaElektirooniksiitiin መሠረት በሚወጣው ደንብ የተዘረጋው introduced by this Proclama-
Fyyadamuu የመንግሥት ፋይናንስ አስተዳደር tion and the Regulations to be
Biirichi Labsii kanaa fi labsi- issued hereunder, the bureau
cha raawachiisuuf dambii ba- ሥርዓት ይበልጥ ቀልጣፋ እና ውጤታማ
shall promote the extensive use
huun sirna bulchiinsa faay- እንዲሆን ለማድረግ የሚያስችሉ of electronic methods.”
inaansii diriiire daran si’ataa
የኤሌከትሮኒክ ዘዴዎች በስፋት ጥቅም
fi bu’aa qabeessa taasisuuf
kan dandeessisan maloota ላይ እንዲውሉ ያደርጋል፡፡
elektirooniksii akka hojiirra
oolu ni taasisa.
Labsii Lak. 209/2010 Fuula 9 አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 ገጽ 9 Proclamation No. 209/2018 page 9
16. Keewwata 68 tti aanee keew- 06. አንቀጽ %8 ቀጥሎ አዲስ አንቀጽ %9 16. Following Article 68 new ar-
watni 69 haaraan dabalamee ticle 69 is added, and the sub-
ተጨምሮ ቀጥለው ያሉት ነባር አንቀጾች
keewwattootni itti aananii ji- sequent article shall be read by
ran waljalaa siqanii kan dub- እንደቅደም ተከተላቸው ተሸጋሽገዋል፡፡
bifaman ta’a. moving away from each other
69. Adabbiiwwan Bulchiinsaa %9. አስተዳደራዊ ቅጣቶች consecutively.
69 (1) ’ Ittigaafatamummaan seerota 69. Administrative Penalties
%9 (1) በማንኛውም የመንግሥት መሥሪያ ቤት
biroo keessatti tumame akku- 69(1)Where any person appoint-
ma eegametti ta’ee; namni የተሾመ ወይም የተመደበ ሰው በዚህ ed to or employed by a pub-
mana hojii mootummaa ka-
miyyuu keessatti muudame አዋጅ እና በአዋጁ መሠረት በወጡት
lic body, who should have but
yookiin ramadame Lab- failed to submit or ensure the
ደንብ እና መመሪያዎች መሠረት እንደ submission of plans or finan-
sii kanaa fi bu’uura labsichaan
dambii fi qajeelfamoota bahan ሁኔታው ዕቅድ ወይም የሂሣብ ሪፖርት cial report to the bureau head
irratti hundaa’ee karooraa fi or external auditor, failed to
gabaasa herreegaa Hoogganaa ለቢሮ ኃላፊው ወይም ለውጭ ኦዲተር
Biiroof yookiin odii- take corrective measures based
tara alaaf kan hin dhiyeessine ያላቀረበ ወይም መቅረቡን ያላረጋገጠ on audit findings of internal or
yookiin dhiyaachuu isaa kan ወይም በውጭ ኦዲት ወይም በውስጥ external audit or ensure that
hin mirkan- such measures are taken, in
eessine yookiin bu’uura gab- ኦዲት ሪፖርት በተመለከተው መሠረት accordance with this Procla-
aasa odiitii alaa yookiin odiitii
keessaatiin ibsa- አስፈላጊውን እርምጃ ያልወሰደ ወይም mation, the Regulations and
meen tarkaanfii barbaachisaa Directives issued hereunder, as
እርምጃ መውሰዱን ያላረጋገጠ እንደሆነ
kan hin fudhanne yookiin the case maybe, breaches duty
tarkaanfiin fudhaatamuu ኃላፊነቱን በአግባቡ ባለመወጣቱ ከብር and shall be liable to adminis-
isaa kan hin mirkaneessine trative penalty of Birr 5,000 to
5ሺ እስከ ብር 0ሺ በሚደርስ ቅጣት
yoo ta’e ittigaafatamummaa
isaa haalaan bahuu dhabuu 10,000.
ይቀጣል፤
isaatiin akkuma haala isaat- 69(2)The administrative penal-
ti maallaqa qarshii 5,000.0 %9(2) በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ (1) ty to be imposed pursuant to
0 hanga 10,000.00 sub-article (1) of this Article
መሠረት የሚጣል አስተዳደራዊ
gahuun ni adabama. shall be for each instance of
69 (2) ’ Bu’uura keewwata kana kee- ቅጣት በእያንዳንዱ ተግባር ልክ
wwata xiqqaa 1 tiin adabbiin breach of duty and if a person
bulchiinsaa murtaa’u tokkoon የሚጣል ሲሆን፣ በሕግ የተጣለበትን has been penalized for fail-
tokkoon gochaa raawwata- ing to discharge his duty for
ግዴታ ባለመወጣት ከሶስት ጊዜ በላይ
mee irratti yoo ta’u, dirqama more than three times the bu-
seeraan irra kaa’ame bahuu አስተዳደራዊ ቅጣት የተጣለበት ሰው reau shall request the Region-
dhabuun yeroo sadii ol nam-
ni adabbiin bulchiinsaa irratti ከኃላፊነቱ እንዲነሳ የቢሮ ኃላፊው እንደ
al President or Oromia Public
murtaa’e ittigaafatamummaa Service and Human Resource
አግባብነቱ ለክልሉ ኘሬዚዳንትወይም ለ Development, as the case may-
irraa akka ka’u Hoogganaan
Biiroo akkaataa barbaachi- ኦሮሚያ ፐብሊክ ሰርቪስና የሰው ሀብት be, to dismiss such person.
summaa isaatti muudamaa 69(3)The Bureau Head shall impose
yoo ta’e Pirezidaantii Moo- ልማት ቢሮ ጥያቄ ያቀርባል፡፡
tummaa Naannichaatiif, and cause the enforcement of
muudamaa yoo hin taane %9(3) ቢሮ ኃላፊው በዚህ አንቀጽ ንዑስ the administrative penalties
Biiroo Paablik Sarviisii fi አንቀጽ (1) እና (2) መሠረት የሚጣሉ provided for under sub-articles
Misooma Qabeenya Namaa (1) and (2) of this Article and
tiif gaaffii ni dhiyeessa. አስተዳደራዊ ቅጣቶችን ይጥላል፡ issue a regulation for proper
69(3) ’ Hoogganaan Biiroo bu’uu-
ra keewwata kana keewwata ፡ እንዲሁም ያስፈጽማል፤ ይህንን implementation thereof.
xiqqaa 1 fi 2 tiin adabbiiw-
ለማስፈጸም የሚያስችል ዝርዝር ደንብ
wan bulchiinsaa ni raawwata;
ni raawwachiisa; raawwiin ያወጣል፡፡
isaa Dambii bahuun kan
murtaa’u ta’a.
Labsii Lak. 209/2010 Fuula 10 አዋጅ ቁጥር 2)9/፪ሺ0 ገጽ 0 Proclamation No. 209/2018 page 10
3. Seerota Raawwatiinsa Hin 3. ተፈፃሚነት የሌላቸው ህጎች 3. Non –applicability
Qabaanne No law, regulation, directives
ከዚህ አዋጅ ጋር የሚቃረኑ ማናቸዉም
Labsiin, Dambii, Qajeelfa- or practices inconsistent with
moonnii fi barmaatileen ho- አዋጆች፣ ደንቦች፣መመሪያዎች
this proclamation shall have
jii Labsii kanaan walfaalles- እና ልማዳዊ አሰራሮች በዚህ
san kammiyyuu dhimmoota effect with respect to matters
Labsii kanaan hammataman አዋጅ በተካተቱት ላይ ተፈፃሚነት provided for in this proclama-
irratti raawwatiinsa hin qa- አይኖራቸዉም፡፡ tion.
baatan.
4. Effective Date
4. Yeroo Labsichi Hojiirra Itti Oolu 4. አዋጁ የሚጸናበት ጊዜ This Proclamation shall come
Labsiin kun guyyaa Magalata ይህ አዋጅ በመገለተ ኦሮሚያ into force as of its publication
Oromiyaa irratti maxxanfa- on Megeleta Oromia.
ከታተመበት ቀን ጀምሮ ሥራ ላይ
mee bahe irraa eegalee hoji-
irra kan oolu ta’a. የሚዉል ይሆናል፡፡

Fifinnee
Finfinnee ፊንፊኔ April 15, 2018
Ebla 07, Bara 2010 ሚያዝያ 7 ቀን ፪ሺ0 ዓ.ም Lema Megersa
Lammaa Magarsaa President of the National Regional
ለማ መገርሣ
Pirezidaantii Mootummaa Naan- State of Oromia
noo Oromiyaa የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ

መንግሥት ኘሬዚዳንት

©Waajjira Caffee Oromiyaatiin Kan Maxxanfame


uጨፌ *aT>Á ê/u?ƒ ¾}መ
Published by The Secretariat of ‘‘ Caffee’’ Oromia
Waxabajjii 27 Bara 2010 / ሰኔ @7 ቀን 2ሺ0 // July 3, 2018

You might also like