You are on page 1of 4

Waggaa 20ffaa Lak……...

171/2007
20ኛ ዓመት ቁጥር…....171/2007 Finfinnee….
….Onkoloolessa 6 bara 2007
20th Year No……..171/2015 ፊንፊኔ………………….
………………….ጥቀምት
6/2007
Finfine………………0
…………04 October /2015

MAGALATA OROMIYAA
መገለተ ኦሮሚያ
MEGELETA OROMIA
Gatii Tokkoo_____________ To’annoo Caffee Mootummaa Naannoo Lakk S. Poostaa__________
ያንዱ ዋጋ_____________ Oromiyaatiin kan Bahe __________
ፖ.ሣ. ቁጥር__________
Unit Price________________ በኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግሥት P.O. Box__________
በጨፌ ኦሮሚያ ጠባቂነት የወጣ

Qabiyyee ማውጫ Content


Dambii Lak. 171/2007
ደንብ ቁጥር 171/2007 Regulation No. 171/2015
Dambii Lafa Magaalaa Naannoo Regulation to Amend Oromia
የኦሮሚያ ክልል የከተማ መሬት
Oromiyaa Liiziin Bulchuuf Bahe Region Urban Land Lease
Administration Regulation
በሊዝ ለማስተዳደር የወጣ ደንብ
Lakk.155/2005 (akka
fooyya’etti)fooyyessuuf Bahe
ቁጥር 155/2005 እንደተሻሻለ No.155/2013 as Amended
ለማሻሻል የወጣ ደንብ

Dambii Lak. 171/2007 ደንብ ቁጥር 171/2007 Regulation No. 171/2015


Regulation to Amend Oromia
Dambii Lafa Magaalaa Naannoo የኦሮሚያ ክልል የከተማ መሬት
Region Urban Land Lease
Oromiyaa Liiziin Bulchuuf Bahe በሊዝ ለማስተዳደር የወጣ ደንብ
Administration Regulation
Lakk.155/2005 (akka
No.155/2013 as Amended
ቁጥር 155/2005 እንደተሻሻለ
fooyya’etti)fooyyessuuf Bahe ለማሻሻል የወጣ ደንብ Whereas; it is found necessary
Pirojektoota invastimentii ትላልቅና ሀጋራዊ ፋይዳ ያላቸው to amend the existing urban
gurguddoo fi faayidaa biyyoolessaa የኢንቬስትመንት ፕሮጄክቶችን land regulation of Oromia
qaban simachuun haala addaatiin በመቀበልና Region so as to entertain mega
በልዩ ሁኔታ

1
keessummeessuuf Dambii Lafa ለማስተናገድ በሥራ ላይ ያለውን investment projects having
Magaalaa Naannoo oromiyaa የኦሮሚያ ክልል የከተማ መሬት national significance in special
hojiira jiru fooyyessuun way;
በሊዝ ለማስተዳደር የወጣውን
barbaachisaa ta’ee waan argameet. Now, Therefore; in accordance
with Article 33 (2) of Federal
ደንብ ማሻሻል አስፈላጊ ሆኖ
Akkaataa Labsii Liizii Mootummaa በመገኘቱ፤
Government Urban Land Lease
federaalaa Haala Lafti Magaalaa
በፈደራል መንግሥት የከተማ holding Proclamation No.
Liziidhan Itti Qabamu Murteessuuf
መሬት በሊዝ ስለመያዝ ለመወሰን 721/2012 and Article 65 (2) of
bahe Lakk. 721/2004 keewwata
Proclamation No.163/2011 the
33 keewwata xiqqaa 2fi Labsii የወጣ አዋጅ ቁጥር 721/2004
following regulation is hereby
Lakk.163/2003 keewwata 65 አንቀፅ 33 ንዑስ አንቀፅ 2 እና
issued.
xiqqaa 2tiin Dambiin kanatti aanu በአዋጅ ቁጥር 163/2003 አንቀፅ
1. Short Title
bahee jira.
65 ንዑስ አንቀፅ 2 መሠረት This regulation may be cited
1. Mata DureeGabaabaa የሚከተለው ደንብ ወጥቷል፡፡ as “Regulation No.
Dambiin kun “Dambii Lafa 1. አጭር ርዕስ 171/2014, a Regulation to
Magaalaa Naannoo Oromiyaa amend Oromia Region
ይህ ደንብ “የኦሮሚያ ክልል
Liiziin Bulchuuf Bahe Urban Land Lease holding
የከተማ መሬት በሊዝ
Lakk.155/2005(akka Administration Regulation
fooyya’etti) fooyyessuuf bahe
ስለማስተዳደር የወጣ ደንብ No.155/2012”
Lakk.171/2007” jedhamee ቁጥር 155/2005 እንደተሻሻለ 2. Amendment
waamamuu ni danda’a. ለማሻሻል የወጣ ደንብ ቁጥር A new article 34 is added
2. Fooyya’iinsa 171/2007” ተብሎ ሊጠቀስ next to article 33; and
Keewwata 33tti aanee article 34 in the previous
ይችላል፡፡
keewwata haaraan 34 ta’ee regulation shall become
article 35, and the next
2. ማሻሻያ
kan gale yoo ta’u Dambii
duraanii keessatti keewwata 34 ከአንቀፅ 33 ቀጥሎ አድስ articles shall similarly be
kan ture keewwata 35, read by moving from each.
አንቀፅ 34 የገባ ሲሆን፣

“34” Special Case


በቀድሞው ደንብ ውስጥ አንቀፅ
keewwattootni itti aananii
34 የነበረው አንቀፅ 35፣
jiranis haaluma walfakkaatuun 1) Notwithstanding to
ቀጥሎ ያሉ አንቀፆችም
wa’jalaa siqanii kan በተማሳሳይ ሁኔታ ተሸጋሽገው the benchmark lease
dubbifaman ta’a. የሚነበቡ ይሆናል፡፡ price stipulated under
34. Haalaa Addaa 34.ልዩ ሁኔታ article 33 (8) (d) of
regulation No.
1) Gatii Liizii ka’umsaa 1) በደንብ ቁጥር 155/2005
Dambii Lakk 155/2005 155/2012,

2
Keewwata33 keewwata አንቀፅ 33 ንዑስ አንቀፅ 8 concerning land for
xiqqaa 8(d) jalatti Lafa industrial service, the
tajaajila Industiriitiif oolu (መ) ሥር ለኢንዳስትሪ
ilaalchisee tumame Regional
የሚውል መሬትን
jiraatuyyuu.Manni Maree Administration
Bulchiinsa Naannichaa አስመልክቶ የተደነገገው
Council may decide
pirijektoota gurguddoo fi የሊዝ መነሻ ዋጋ ቢኖርም፣ lands used for mega
faayidaa biyyoolessaa
qaban.akkasumas Lafa የክልሉ መስተዳደር ምክር projects having
tajaajila Zooniwwan ቤት ለትላልቅ ሀገራዊ national significance
Industiriitiif oolu gatii liizii
as well as lands for
ka’umsaa tumamee gadi ፈይዳ ላላቸው ፕሮጄክቶች
hanga bilisaatti akka industrial zone
እንዲሁም ለኢንዳስትሪ ዞን
kennamu murteessuu ni services to be
danda’a. የሚውል መሬት
provided from less
2) Gosa pirojektii
ከተደነገገው የሊዝ መነሻ than the benchmark
investimentii akkaataa
ዋጋ በታች ጀምሮ በነፃ lease price up to
keewwata kana keewwat
freely.
xiqqaa ltiin dhiyaatu እስከመስጠት ሊወስን
2) The Regional
murteessuun dura Manni ይችላል፤
Administrative
maree Bulciinsa 2) የክልሉ መስተዳደር ምክር
Council shall put the
Naannichaa ulaagaawwan ቤት በዚህ አንቀፅ ንዑስ
following criteria into
armaan gadii tilmaama አንቀፅ 1 መሠረት
account before
keessa galchuu qabu: የቀረበውን የኢንቬስትመንት
deciding the type of
(a) pirojeektonni dhiyaatan
ፕሮጄክት አይነት ከመወሰኑ
በፊት የሚከተሉትን investment project to
kaappitaala gurguddoo
መስፈርቶች ከግንዛቤ be presented in
kan invest godhun ta’uu
ማስገባት አለበት፡- accordance with sub
isaa yookiin:
article 1 of this
(b) pirojektoonni dhiyaatan (ሀ) የቀረቡት ፕሮጄክቶች
article:-
oomishaalee al-ergee
ትላልቅ ካፕታል
(a) That the projects
kan jajjabeessu ta’uu
ኢንቬስት የሚያደርጉ
መሆናቸውን፤ ወይም presented invest
isaa yookiin;
(ለ) የሚቀርቡ ፕሮጄክቶች huge capital; or
(c) Sharafa biyya alaa ወደ ውጭ ሀጋር (b) That the project
argamsiisuu keessatti
presented
የሚላኩ ምርቶችን
pirojektichi gahee inni
encourage export
የሚያበረታቱ
qabu yookiin; መሆናቸውን፤ ወይም
products; or
(d) Meeshaalee biyya alaatii (ሐ) ፕሮጄክቱ የውጭ
(c) The role of the

3
galan biyya keessatti ምንዛሬ በማስገኘት project in
oomishuun meeshaalee ረገድ ያለው generating foreign
biyya alaatii galan ሚና፤ ወይም currency; or
bakka buusuu kan (መ) ፕሮጄክቱ ከውጭ (d) That the project
danda’u ta’uu isaa የሚገቡ መሳሪያዎች replace the
materials
yookiin;
በሀገር ውስጥ
በማምረት ከውጭ imported from
(e) Carraa hojii bal’aa kan abroad by
producing in the
ሀገር የሚገቡትን
uumu ta’uu isaa መተካት country; or
yookiin; የሚችል መሆኑን፤ (e) That it create
(f) Godinaa’ee jeddu ወይም wide job
galeessaa naannichaa (ሠ) ሰፊ የሥራ ዕድል opportunity; or
(f) That the owner of
irraa fagaachuun የሚፈጥር መሆኑን፤
the project is
Godinaalee fageenya ወይም
interested to work
qaban kan birootti (ረ) የፕሮጄክቱ ባለቤት
far from the zone
hojjachuuf fedhii
ከክልሉ
መዕከላዊ ዞኖች ርቀው found at the
abbaan pirojektichaa
በሚገኙ ዞኖች ውስጥ center of the
qabu yookiin;
Region; or
ለመስራት ያለው
(g) Tekinoloojiiwwan ፍላጎት፤ ወይም
(g) That the project
haarawaatti (ሰ) አዳድስ ቴክኖሎጂዎችን
has a role in
fayyadamuun ce’iinsa
transferring
በመጠቀም ለቴክኖሎጂ
tekinoloojiitiif gahee
ሽግግር ያለው ሚና፡፡ technology by
kan qabu ta’uu isaa.
using modern
3. Guyyaa Dambichi Hojii Irra Itti
3. ደንቡ ሥራ ላይ የሚውልበት
technologies.
Oolu ጊዜ
Dambiin kun Onkoloolessa 6 ይህ ደንብ ከጥቅምት 6/2007 3. Effective Date
bara 2007 irraa eegalee This regulation shall come
ጀምሮ ሥራ ላይ የሚውል
hojiirra kan oolu ta’a. in to force as of 14 October
2015.
ይሆናል፡፡
Muktaar Kadir
ሙክታር ከዲር Muktar Kedir
Pirezidaantii Mootummaa የኦሮሚያ ክልላዊ
Naannoo Oromiyaa መንግሥት ፕሬዝዳንት President of Oromia Regional
State
Onkoloolessa 6 bara 2007
14 October /2014
ጥቀምት 6/2007

Finfine
ፊንፊኔ
Finfinnee

You might also like