You are on page 1of 1

Falmiin adeemsa yaadonni lamaa fi isaa ol haala adda addaatiin yeroo adda addaatti ka’aniidha.

Addunyaa odeeffannoon badhaadhe kana keessatti falmii namoonni barreeffamoota isaanii adda addaa,
miidiyaa hawaasaa keessatti taasisaa jiran harkaan adda baasuun rakkisaadha kana irratti hundaa’ee
immoo, mala barumsa maashinii fayyadamuun barreeffamoota Afaan Oromoo keessatti yaada
falmisiisaa ta’e adda baasu moodeela qopheessuuf deema.

An argument is a process in which two or more ideas arise in different ways at different times. In this
information riched world, it is difficult to manually identify the debates people are having in their
different texts, social media and based on that, I am going to develop a model that identifies
controversial ideas in Afaan Oromo texts using machine learning methods.

You might also like