Professional Documents
Culture Documents
OROMOO
أورومو
التوحيد
وأركان اإلسالم واإلميان
تأليف
الداعية جمال محمد أحمد
This book is the property of the Osoul Center. Permission is
granted for it to be stored, transmitted, and published in any
print, electronic, or other format ̶ as long as the Osoul Center
is clearly mentioned on all editions, no changes are made Bismillaahi Rrahmaani Rrahiim
without the express permission of the Osoul Center, and a high
level of quality is maintained.
SEENSA
احلمد لله رب العاملني الصالة والسالم على رسول الله نبينا محمد وعلي آله
.وصحبه أجمعني
Eegaa Mslima hundarratti barnoota bu’uraa kan islaamaa
barachuun dirqama beekamaadha. Kanaaf waayee towhiidaa,
utubaalee islaamaa, utubaalee iimaanaa, barachuun
barbaachisaadha.
Kitaaba kana keessatti barnoota kanneen bal’inaan argattu.
Afaan keenya kan oromootiin waan qophaaweef nama
hundaafuu dubbisanii irraa barachuun laafaadha.
Akkuma Walaloo tiyya keysatti jedhetti:-
BismiLlaahiidhaan jalqabeeti.
Alhamdu liLlaah itti anseeti .
Nagayaaf rahmata nabbi buuseeti .
Aaliif sahaabaa hunda saaniitii.
Amma ba’idu kanatti aanseetii .
ya obboleyyan muslimaatii.
Isiniin jaaladhaa Rabbiif jedheeti.
Dhufee waan qabu isinii fideetii.
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
Kunoo gaa wanni qabu tan ani isinii fide kitaaba kanaa
narraa qeebalaa.
8 9
Gama kaaniin Kitaabni kun mata duree barnootaa Asii
gadii kana uf keessaa qaba. TOLINA AMANTII ISLAAMAA
Tolina amantii islaamaa.
Utubaalee (arkaana) islaamaa, Diin islaamaa Amantii dhugaati. filatamtuu, jaalatamtuu,
guutamtuudha. kanarratti Rabbiin s.w akkana jedha.
Utubaalee (Arkaana) iimaanaa,
(ﭱ ﭲ ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ ﭹﭺ ﭻ ﭼ ﭽ ﭾ
Hiikkaa ibaadaa,
]3 :ﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ) [املائدة
Barnoota towhiidaa,
“ar’aan tana warren kafaran amantii teeysan (miidhurraa)
Hammeenya shirkiitii.
garaa muratanii jiran. Egaa isaan hinsodaatinaa anuma
Ammas kitaaba kana wanni adda isa godhu walaloolee sodaadhaa, arr’aan tana amantii teessan isiniif guute,
mi’ooytuu adda-addaa uf keessaa qabaachuu isaati. qananii tiyyas isinirratti guute, amantummaaf islaama
fakkenyaaf walaloo arkaana islaamaa, ta arkaana iimaanaa, isiniif jaaladhe.” (Almaaidah 3)
ta towhiidaa, isiniif dhihaattee jirti.
Qabxiilee itti aanu kana laaluun diin islaamaa filatamaa
Dubbisaa irraa fayyadamaa. caalaa fii gutaama tahuu isaa hubachuun nidandayama.
Egaa Rabbii nugargaare nigalatoomfanna Alhamdu lillaahi Sanneen keessaa:-
Rabbil aalamiin. له األسماء احلسنى والصفات العلى،أن املسلم يعبد الله إله واحد ال شريك له
. واحلمد لله رب العاملني,فنسأل الله أن ينفعنا بهذا العمل وكل من شارك فيه فتتوحد وجهة املسلم وقصده ويثق بر ّبه وخالقه ويتو ّكل عليه ويطلب منه العون
ّ
.والنّصر والتأييد
Egaa hojii teenya tana tan buaa qabduufii tan ummata
fayyaddu Rabbi nuuf haagodhu. Muslimtichi Rabbii tokkicha haqaati gabbara. Rabbii
dachiif samii uume, tokkicha shariika hinqabne, kan
Shekh Jamaal shekh Muhammad Abbaa xaalib
maqaalee gaggaarii faarfamaa qabu, kan sifaata kabajamtuu
Shekhjemal@yahoo.com
qulqullooftuu qabu, muslimtichi Rabbii isaa kanatti amana.
00966505697461
Isuma qofa gabbara, isuma qofa kadhata, isumarratti qofa
Riyaad sawdii arabiya
irkata, isuma qofarraa gargaarsaafi tumsa kadhata.
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
وهو يؤمن بأنّ ربه على ك ّل شيء قدير ال يحتاج إلى زوجة وال ولد خلق السموات ogeessaa, kan waan mul’atuufee waan fagaatellee hunda
.واألرض وهو احمليي واملميت beekuudha. Kanarraa kauudhaan waan Rabbiin isaa qoode
10
Muslimni ni’amana Rabbiin isaa waan hundarratti nijaalata, yoo hamtuun isatti buute ni oobsa, akka Rabbiin 11
dandayaadhaa. Rabbiin oltahe jaartiifii ilmoo qabaatutti irraa deebisu isuma kadhata, yoo gaariin isaaf dhufte Rabbiin
hinhaajamu, kana hundarraa guddatee, qulqullaayee galatoomfata, tolturrattiin gargaarama.
oltahee jira. Rabbiin isuma kan samiif dachii uume, kan
Bu’aa ibaadaan muslimtichaaf qabdu.
jiraachisuufii kan ajjeesus isa qofa.
اخلالق الرازق فيطلب العبد منه الرزق السميع اجمليب فيدعوه العبد ويرجو أحس بالسكينة
ّ فالصالة صلة بني العبد وبني ر ّبه إذا دخل فيها بخشوع
.وقصر في عبادة ر ّبه
ّ اإلجابة التواب الغفور الرحيم فيتوب إليه العبد إذا أذنب .والطمأنينة وال ّراحة أل ّنه يناجي ربه وهو الله ع ّز وج ّل
Muslimni ni amana Rabbiin isaa isaatu uumamtoota hunda Salaatni hariiroo Rabbiifii gabricha isaa jeddutti taateedha.
uumee, isaatu hiree (rizqii) kennaa, nidhugaoomsa. Tanaaf Muslimtichi khushuu’aan soda Rabbiitiin itti yaadaa
rizqii Rabbi kadhata, Rabbii dhagayaa, argaa tahe kan waan yoo salaata isaa kan salaatu tahe qalbiin isaa tasgabbiifii
gabroonni isaa isa kadhatan dhagayee qeebaluuf. Rabbiin boqannaa guddaa argatti, Rabbii isaatii maqoo haasaye
araaramaadha, dhiifama godhaadha waan taheef gabrichi waan taheef.
yoo dogoggoree balleessaa hojjate Rabbuma isaa kana araar
إذا حزبه وكان،» «يا بالل أرحنا بالصالة: يقول ولذلك كان نبي الله محمد
kadhata, towbaan gara isaa deebia.
.أمر فزع إلى الصالة
الصدور فيستحيي ّ العليم اخلبير الشهيد الذي يعلم النيات والسرائر وما في
.مطلع عليه وشاهدّ الذنب بظلم نفسه أو ظلم اخللق ألنّ ر ّبه
ّ العبد أن يقترف Kanaaf jecha nabiyyiin akkana jedhan:- “Yaa bilaal
salaataan nuboqachiisi” akkasuma nabiyyiin yeroo
Muslimni niamana Rabbiin keenya beeka hubataa waayeen cimaan tokko isaan yaaddesse kara salaataati
akeekkataa tahuu isaa. Rabbiin waan namni gadi daddafan.
dhooyse yaadu nibeeka. Kanaaf gabrichi yeroo hundaa
badii balleessuu dilii hojjachuurra Rabbiin kiyya na .الصبر وعزاء ع ّما أصابه ذلك ّ وك ّل من وقعت له مصيبة فج ّرب الصالة
ّ أحس مبدد من
arga je’ee qaanfatee dhiisa. Balleessaa yaadee itti kae Namni balaan galteen itti buutee salaataan simate hundi
san irraa deebi’a. hangam salaanni akka nama tasgabbeessitu, obsaafii
الرب له وقدره فيه وأنّ ر ّبه لم
ّ وهو يعلم أنّ ر ّبه حكيم يعلم الغيب فيثق في اختيار cimina namaaf tahuudhaan musiibarraa hangam akka nama
.يظلمه وأنّ ك ّل قضاء قضاه له فهو خير وإن غابت احلكمة عن العبد dandamachiiftu nihubata.
Muslimtichi ni dhugaoomsa Rabbiin isaa beekaadhaa, ّ أل ّنه يتلو كالم ر ّبه في صالته وأثر تالوة كالم
.الرب ال يُقارن بأثر قراءة كالم مخلوق
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
Salaanni wanni itti madda sabrii tahuu dandaye waan Soomana jechuun ibaadaa Rabbii itti niyyatanii guyyaalee
muslimtichi salaata san keessatti qur’aana Rabbii ji’a Ramadaanaa nyaataa, dhugaatii fii qunnamtii saalaa
12 13
qara’uufi. Haasofni Rabbii (qur’aanni) burqa iimaanaatiifii irraa uf qabuudha. Kuni ibaadaa Rabbiin jaalatuufii tan
rahmataati, dawaa qaamaaf qalbiiti. ufuma isaatii galata naatu galcha jedheedha.
وإذا كان كالم بعض األط ّباء النفسانيني فيه راحة وتخفيف فما بالك بكالم من .وتذكيرا بنعمة اخلالق على اخمللوق وأجر بال حساب
.خلق الطبيب النّفساني Akkasuma soomanni qananii Rabbiin namarratti tola oole
Yoo gorsi ogeyyota ispeeshaalistootaa waaye lubbuu nama yaadachiisa, galata hedduu lakkoofsaan maletti
namaa kan nama Rakkoo sammuu qabu boqachiisu tahe, Rabbirraa nama argachiisa.
jechi Rabbii ogeessota san uumee yoo maal hayyaa? واحلج إلى بيت الله احلرام الذي بناه إبراهيم عليه السالم واإللتزام بأمر الله
ّ
الشح
ّ وإذا جئنا إلى الزكاة وهي أحد أركان اإلسالم فإنها تطهير للنّفس من .ودعاء مستجاب وتع ّرف على املسلمني من أقطار األرض
والبخل وتعويد على الكرم ومساعدة للفقراء واحملتاجني وأجر ينفع يوم القيامة Hajjiin kara mana Rabbii kabajaamaa tahee kan anbi
.كبق ّية العبادات ibraahiim makkatti ijaaree (ka’ibaa)tti godhamti. Hajjii
Yoo gama zakaa baasuudhaa dhufnee laalle, isiin keessatti ajaj Rabbii raawwatuu, du’aa’ii qeebalamturraa
Arkaanoowwan islaamaaraa takka, isiiin lubbuu qooda fudhachuu, muslimtoota addunyaatiin walbaruutu
donyummarraa namaaf qulqulleessiti, arjummaafii keessatti argama.
aantummaa gara laafummaa nama barsiifti, rakkataa
gargaaruudhaan galata guyyaa qiyaamaa Rabbirraa nama Diin islaamaa toltuu hundatti ajaje, hamtuu
argachiifti. hundarraa dhoowwe.
فقط يؤديها25 يدفع1000 ليست باهظة ومرهقة كضرائب البشر وإمنا في ك ّل أنّ اإلسالم قد أمر بك ّل خير ونهى عن ك ّل ش ّر وأمر بسائر اآلداب ومحاسن
.املسلم الصادق عن طواعية نفس ال يته ّرب منها حتى ولو لم يالحقه أحد .األخالق
Zakaan kafaltii gudoo akka gibira ilmi namaa walirratti Diin islaamaa toltuufii gaarii hundatti ajaje, hamtuufii
badduu hundarraa dhoowwe, namusootaafii haalaaf amala
humnaa ol feeuutii miti, zakaan salphoo, xiqqoodha, 1000tti
gaggaarii hundatti ajajee jira.
25 kafalama. Muslimni jaalalaafii gammachuun ufumaa uf
herregee guutee Rabbiif jecha kafala. .الصدق واحللم واألناة وال ّرفق
ّ مثل
وأ ّما الصيام فامتناع عن الطعام والنكاح عبادة لله وشعورا بحاجة اجلائعني Islaamummaan dhugaa haasawutti nama ajaja, obsatti nama
.واحملرومني ajaja, tasgabbiifii suuta suutaan deemutti nama yaama.
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
Ammas diin kun kan ilmi namaa hundi hordofuun deebinee islamni amantii nagayaafii jaalalaa, tan kabajaa
isaanirratti dirqamaati. fi rahmataati. Muslimnis ummata nagayaati, ummata
16
Ammas islaamummaan tun amantii zamana hundaaf jaalalaati, ummataa barnootaati, ummata guddinaafii 17
biyyahundaaf ummata hundaaf mijjoytuu taateedha. misoomaati. Egaa warren farra islaamaatiin akki jennu,
manzaraa (manaaxirii) guraacha dukkanaawaa ijarraa
Akkasuma amantii toltuu amantiin biroo qabdu hunda waan qabdaniif wanni laaltan hundi isinitti dukkanooytee
walitti qabattee toltuu birootis irratti ida’atteedha. ufirraa baasaa ija fayyaa qabduun laalaa, yoggus dhugaa
Akkasuma islaamni amntii haqaa tan nama isa qabateef islaamummaa agartanii jennaan.
Rabbiin milkiifii injifannoo waadaa seeneefii dha. Diin islaamaa amantii umaan wliigaltu tan namni hundi
(ﭬ ﭭ ﭮ ﭯ ﭰ ﭱ ﭲ ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ irrtti dhalatu (diinul fixrah) jedhama. Muslima tahuun uf
tahuudha, islaamni amantii ganamaa tan hangafa ilma
ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅﮆ
namaati. Ilmi namaa hundi gama diin islaamaa akka
]55 :ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ ﮋﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ) [النور dhufuu sagalee olkaasnee yaamna. Koottaa! Koottaa!
“Rabbiin isin irraa warra amananii, gaggaarii hojjatan islaamawaa nifayyitanii, nagaya argattanii, hoongoo
akkuma warra isaan duraa (dachii irratti) bakka buusee adduniyaafii aakhiraa jalaa nagaya baatanii jennaan.
ture, dachii irratti bakka isaan buusuuf jira. ‘Amantii AlhamduliLlaahi Rabbii islaamummaa nubadhaase.
isaaniif jaalate isaaniif mijeessee, erga sodaa isaaniitii
nagayatti isaaniif jijjiiraa’ waadaa galeera. Odoo humaa Eegaa Diin kana baradhaa, jabeyfadhaa, walbarsiisaa,
natti hin qindeessin Ana qofa haa gabbaranii. Sana booda irratti jiraadhaa isiniin jenna.
warri kafare, isaanumatu finciltoota.” (Suurat unuur 55)
Diin islaamaa nama muslima hintahiniin wajjiin akkataa
itti waldandayanii wajji jiraatan seera gayaa labsee jira.
Akka adawwiin olola kijibaa hafarsaa jirtu jettuu miti.
Muslimni mankaraarsaa miti muslimni shoorarkessaa miti.
Kun duula kijibaa kan dhugarraa fagatee, duula humnoota
farra islaamaa kan muslimaa maqaa gurraacheysuuf
deemaa jiru tahuun isaa ifatti beekamuu qaba. Ammas irra
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
19
UTUBAALEE ISLAAMAA
Arkaanni islaamaa shani sunis shahaadaa lameen raga
bahuu, salaataa gadidhaabuu, zakaa kennuu, Ramadaana
soomanuu, hajjii beytii Rabbiitti godhuu.
Rabbiin oltahe s.w. akkana jedha:-
(ﭒ ﭓ ﭔ ﭕ ﭖ ﭗ ﭘ ﭙ ﭚ ﭛ ﭜ ﭝ ﭞ ﭟ
ﭠﭡﭢ ﭣﭤﭥﭦﭧﭨﭩ
ﭪ ﭫﭬﭭﭮﭯﭰﭱ ﭲﭳﭴ
ﭵ ﭶ ﭷ ﭸﭹ ﭺ ﭻ ﭼ ﭽ ﭾ ﭿﮀ ﮁ
]43 :ﮂ ﮃﮄ ﮅ ﮆ ﮇ) [األعراف
“Dalagaan gaariin fuula keessan gara bahaafi dhihaa
naannessuu miti; haa ta’u malee dalagaan gaariin nama
Rabbitti, Guyyaa Aakhiraatti, malaa’ikootatti, kitaabattiifi
nabiyyootatti amanee, odoo jaallatuu qabeenya firaaf,
yatiimaaf, hiyyeeyyiif, kara deemaaf, kadhattootaafi
gabra bilisoomsuuf kennee, salaatas gadi dhaabee, zakaa
kenneefi warra yeroo waadaa seenan waadaa isaanii
guutanii, warra rakkina, dhukkuba hamaafi yeroo lolan
obsaniidha. Isaan warra dhugaa qabatani. Isaanis warra
Rabbiin sodaataniidha.” Suuratul baqarah 177
Hundee baruumsa kanaa, hadiisa jibriil bifa nama
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
dargaggeysaatin uffata addeyfate kan rifeensi isaa Nabiin keenyaas akkana jedhan.
gurraachaa, Nabii keenyarratti ol seenee fuula dura
«أرأيتم لو أن نهر ًا بباب: يقول ِ قال سمعت َر ُسول اللَّه عن أبي هريرة
20
taa’ee gaafate, Yaa Muhammad islaamummaa rraa naaf 21
: قالوا،»أحدكم يغتسل منه كل يوم خمس مرات هل يبقى من درنه شيء
odeessi (nabarsiisi) jedheen? Nabiin keenya islaama
«فذلك مثل الصلوات اخلمس ميحو ال َلّه بهن: قال.ال يبقى من درنه شيء
jechuun Ragaa bahuu keeti gabbaramaan dhugaa Rabbi
. ِ ُم ّتَ َف ٌق َعلَيه.»اخلطايا
malee akka hin jirre nabi muhammadis ergamaa isaa
tahuu…jedheeti itti fufe, barsiise. “mee naaf himaa osoo hula tokkoo keessanii lagni
bishaan guutuu kan yaa’u tahee guyyarraa yoggu
Shahaadaa lameen raga bahuu shan isarraa dhiqatee sa xurii isaarraa waa isarratti
Shahaadaa jechuun Ragaa bahuu jechuudha, jechi isiitis kana nihafaa?” jennaan.
أشهد أن ال إله إال الله وأشهد أن محمدا عبده ورسوله sahaabonni lakki hin hafu jedhaniin. “salaanni shananis
“Ash hadu an laa ilaaha illallaahu, wa ash hadu anna fakkiin isaa akkana, isaan Rabbiin nama qulqulleysa
muhammadan rasuulullaah.” badirraa.” jedhaniin bukhaariifii muslimtu odeesse.
َّ اح ُب َهذِ ِه
، ِالدار ِ ص َ َح َّدثَنِي: َقا َل،اس ٍ َاس ُم ُه َس ْع ُد بْ ُن إي َّ َع ْن أَبِي َع ْم ٍرو
ْ الشيْ َبان ِِّي َو
haqaan gabbaramaan Allah malee akka hinjirre ragaa
ninbaha. Muhammad gabrichaafii ergamaa isaa tahuu أَ ُّي الْ َع َملِ أَ َح ُّب: َس َألْ ُت ال َّنب َِّي: َقا َل َوأَ َشا َر ِب َيدِ ِه إلَى دَارِ َعبْدِ اللَّهِ بْنِ َم ْس ُع ٍود
ragaa nin baha. Kun jecha shahaadaa lameen jedhama. ثُ َّم أَ ُّي؟: ُقل ْ ُت،» ِ«ب ُّر ا ْل َو ِال َد ْي ِن: ثُ َّم أَ ُّي؟ َقا َل: ُقل ْ ُت،»«الصال ُة َع َلى َوقْ ِت َهاَّ :إلَى اللَّهِ ؟ َقا َل
Kanaan namni islaamummatti seena. َ
.استَ َز ْدتُ ُه لزَا َدنِي َ َّ ُ َ
ْ َول ْو ِ َح َّدثنِي بِهِ َّن َر ُسول الله: قال،»يل الل َِّه َ َ ِ «ال ِْج َه ُاد ِفي َس ِب:َقا َل
Salaata gadi dhaabuu. Abuu Amr Al-Shaybaaniin, maqaan isaa Sa’ad bin Iyaas kan
ta’e ni jedhe: gara mana Abdullaah bin Mas’uud r.a. akeekee
Salaanni utubaa islaamaati. Utubaa islaamaati. Arkaana
abbaan mana kanaa naaf odeessee ni jedhe: “Dalagaa
islaamaa kan lammeessaati. kana jechuun halkanii
kamtu hunda irra gara Rabbiitti jaallatama?” jedheen
guyyatti yeroo shan seraafii akkataa isii guutanii, baratanii,
Nabiyyii gaafadhe. Isaanis “salaata yeroo ishee irratti
tolchanii salaatuudha.
salaatuu dha” jedhan. ‹Ergasii hoo?’n jedhe. “Haadhaa
salaanni darajaan (sawaabni isaa) haalaan guddaadha. fi abbaadhaaf tola ooluu dha” jedhan. ‹Ergasii hoo?’n
Kanarratti Rabbiin s.w. akkana jedha “salaata dhaabi salaanni jedhe. “Karaa Rabbii keessatti qabsaa’uu dha” jedhan.
badii fokkattuufii jallina jibbamarraa nama dhoowwiti.” “Ergamaan Rabbii ishee kana naaf odeessanii odoo
qur’aana. ani dabala barbaadee naaf dabalu turan.” jedhe.
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
Akkasuma salaanni utubaa islaamaati namni isa dhaabe hayyootaafi moloksee qabeenya namootaa haqaan malee
amantii isaa islaama dhaabee jira. nyaatan; karaa Rabbii irraahis (namoota) deebisu.
22
Isaan meetaafi warqee kuusatan, kan karaa Rabbii 23
kan salaata diige (Dhiise) amantii isaa diigee jira.
keessatti ishee hin sadaqanne adabbii laalessaan isaan
Ammas salaanni dura waan namni guyyaa qiyaamaa gammachiisi.”
irraa gaafatamuuti, isiin tollaan hojiin isaa hundi toltee
fudhatama argatti. ammoo yoo isiin ir’atte hojiin isaa hundi (ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ ﮖ ﮗ ﮘ ﮙﮚ ﮛ
bu’aa dhabdi. ]35 :ﮜ ﮝ ﮞ ﮟ ﮠ ﮡ ﮢ) [التوبة
akkasuma salanni ifaadha. “Guyyaa ibidda jahannam keessatti ishee irratti ho’ifamu,
kan addi isaanii, cinaachi isaaniitiifi dugdi isaanii isheen
Waayee bal’ina barnoota kanaatiif kitaaba kiyya kan gubamu “Kun waan isin lubbuu keessaniif kuusaa
Barnoota xahaaraafii salaataa jedhu dubbisaa. turtaniidha; waan kuusaa turtaniis dhandhamaa.”
Zakaa baasuu (jedhamu).
kana jechuun qabeenya qabnurraa waggatti harka beekamaa Wanti zakaan isaa hin kennamne hunduu kuusaa abbaan
tahe kan seeraan taae tokko hiyyeeysaa kennuu(gargaaruu) isaa Guyyaa Qiyaamaa ittiin adabamuudha. Kana hadiisni
jechuudha. sahiihiin Nabiyyii (saw) irraa odeeffame akeekeera.
(ﮚ ﮛ ﮜ ﮝ ﮞ ﮟ ﮠ ﮡ ﮢﮣ ﮤ ﮥ ﮦ ﮧﮨ ﮩ Nabiyyiin (saw) ni jedhan:
«ما من صاحب كنز ال يؤدي حقه إال جعله: قال عن أبي هريرة أن رسول الله
]103 :ﮪ ﮫ) [التوبة
الله يوم القيامة صفائح من نار يحمى عليها في نار جهنم فتكوى بها جبهته وجنبه
“Qabeenya isaanii irraa sadaqaa isheedhaan isaan وظهره حتى يقضي الله تعالى بني عباده في يوم كان مقداره خمسني ألف سنة مما
qulqulleessituufi isaaniif dabaltuun fuudhi. Rabbiinis تعدون ثم يرى سبيله إما إلى اجلنة وإما إلى النار وما من صاحب غنم ال يؤدي حقها
isaaniif kadhu; kadhaan kee isaaniif tasgabbiidha. إال جاءت يوم القيامة أوفر ما كانت فيبطح لها بقاع قرقر فتنطحه بقرونها وتطؤه
Rabbiin dhagayaa, beekadha.” بأظالفها ليس فيها عقصاء وال جلحاء كلما مضت أخراها ردت عليه أوالها حتى
(ﭱ ﭲ ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ يحكم الله بني عباده في يوم كان مقداره خمسني ألف سنة مما تعدون ثم يرى سبيله
إما إلى اجلنة وإما إلى النار وما من صاحب إبل ال يؤدي حقها إال جاءت يوم القيامة
ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ ﮆ
أوفر ما كانت فيبطح لها بقاع قرقر فتطؤه بأخفافها كلما مضت عليه أخراها ردت
]34 :ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ ﮋ ﮌ ﮍ) [التوبة
عليه أوالها حتى يحكم الله تعالى بني عباده في يوم كان مقداره خمسني ألف سنة
“Yaa warra amantan! Dhugumatti irra hedduun .»مما تعدون ثم يرى سبيله إما إلى اجلنة وإما إلى النار
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
“Abbaan kuusaa qabeenya warqeefi meetaa kan haqa isaaniif gaarii ta’uu hin yaadin. Dhugumaatti inni isaaniif
isaa hin dhaqqabsiifne (zakaa isaa hin kennine) yeroo badaadha. Fuulduratti wanti isaan ittiin don’ooman Guyyaa
24
Guyyaan Qiyaamaa gahe maaddii sibiilaa ibidda irraa Qiyaamaa (bofa ta’ee) isaanitti fannifama. Dhaalli samiifi 25
ta’e isaaf taasifamee cinaachi isaafi illeen (cinaan dachii kanuma Rabbiiti. Rabbiinis waan isin dalagdan
adda) isaa ittiin gubamu malee hin hafu. Hanguma beekaadha.” (Aala Imraan:180).” Bukhaariitu gabaase.
qabbanooftuun isaaf deebifamti. Kun immoo hanga
َ َكت ََب لَ ُه َه َذا الْكِ ت، ) عن أَنَ ٍس أَنَّ أَبَا بَ ْك ٍر1454( وروى البخاري
َاب لَ َّما َو َّج َه ُه
Rabbiin guyyaa dheerinni isaa waggaa kuma shantama
ta’e keessatti jidduu garboota isaa murteessutti itti
ول ُ ض َر ُس َ الص َد َق ِة ال َِّتي َف َرَّ يض ُة َ يم َه ِذ ِه َف ِرِ الر ِح َّ ِ«ب ْس ِم الل َِّه: ِِإلَى الْ َب ْح َريْن
َّ الر ْح َم ِن
fufa. Ergasii karaan isaa gara jannataa yookiin ibiddaa ني َ َ
َ ني َوال َِّتي أ َم َر ال َّلهُ ِب َها َر ُسو َلهُ ف َم ْن ُس ِئ َل َها ِم ْن ال ُْم ْس ِل ِم َ َع َلى ال ُْم ْس ِل ِم الل َِّه
ta’uun argama.” اإل ِب ِل ن م ر ش ع و ع
ِ ْ ِ َُ ْ ِ ِ ْ َ ٍ َ ِ ْ ِ ين ب ر َ أ ي ف : ط ع ي ال فَ ا َ ْ ِ ُ ْ َ َع َلى َو ْج ِه َها َفل ُْي ْع ِط َها َو
ه َ
ق و َ
ف َ
ل ئ س ن م
Sana booda Ergamaan Rabbii (saw) abbaa gaalaa, kan ِإ َذا َب َلغ َْت خَ ْم ًسا َو ِع ْش ِرينَ ِإ َلى خَ ْم ٍس. ٌَف َما ُدو َن َها ِم ْن ا ْل َغن َِم ِم ْن كُ ِّل خَ ْم ٍس شَ اة
looniifi re’ee warra zakaa isaanii hin kennine dubbatanii احلديث.»...، اض ُأ ْن َثى ٍ َني َف ِفي َها ِبن ُْت َمخ َ الث ِ َو َث
akka isaan Guyyaa Qiyaamaa ittiin adabamanus himan. Abuu bakar r.a. yeroo anas akka zakaa sassaabuuf bahreynitti
Ammas Ergamaa Rabbii (saw) irraa hadiisa sahiihaan erge barruu kana barreesseef:- “maqaa Rabbii Rahmata
dhufee ni jedhan: godhaa maraarfataa taheetiin. Tuni dirqama zakaa tan
ُ«م ْن آتَا ُه ال َّلهُ َم ًال َف َل ْم ُي َؤ ِّد َزكَا َته َ َ: ِ َقا َل َر ُسو ُل اللَّه: َقا َل ََع ْن أَبِي ُه َريْ َرة Rabbiin nabiyyicha isaa itti ajaje, tan ergamaan Rabbii
َ اعا أَقْ َر َع َلهُ ز َِبي َبت َِان ُي َط َّو ُقهُ َي ْو َم ال ِْق َي
ُام ِة ُث َّم َي ْأ ُخذ ً ام ِة ُش َج َ ُم ِّث َل َلهُ َما ُلهُ َي ْو َم ال ِْق َي dirqama godhe, namni isii tana gaafatame haa kennuu,
َ َ ُ َ َ َ ُ ُ kan kanaa ol gaafate hinkennin. Gaala digdamii afuuriifii
َّذ ل ا ن
ََ َ ْ َ َ َّ ِ ين ب س ح ي ل و َل ت م
َّ ث كَ ُزنْ َ
ك َا
ن أ ك ُ
ل امَ َا
ن أ ول ُقيَ َّ ِ ِب ِل ْه ِز َم َت ْي ِه َي ْع ِني ِب ِش ْد َق ْي
م ث ه
sani gadii keessatti re’eetu kafalama. Gaala shan shanir-
َاه ُم ال َّلهُ ِم ْن َف ْض ِل ِه ُه َو خَ ْي ًرا َل ُه ْم َبلْ ُه َو شَ ٌّر َل ُه ْم َس ُي َط َّو ُقو َن َما ُ َي ْبخَ ُلونَ ِب َما آت ratti re’ee takka takkaatu kennama. Yoo digdamii shan
.»ير َ
ٌ الس َما َو ِات َو ْال ْر ِض َوال َّلهُ ِب َما ت َْع َم ُلونَ خَ ِب َّ اث َ َب ِخ ُلوا ِب ِه َي ْو َم ال ِْق َي
ُ ام ِة َو ِلل َِّه ِمي َر geese hanga soddomii shaniitti ilmoo gaalaa tan waggaa
“Namni Rabbiin qabeenya isaaf kenninaan zakaa isaa takka guutteetu irra baha..” hadiisni dheeraadha.
kennuu dhiise, guyyaa Qiyaamaa jawwee (bofa guddaa) يع أَ ْو ت َِبي َع ٌة َو ِفي
ٌ ني ِم ْن ا ْل َبق َِر ت َِب ِ ِ«في َث: لقول النبي،ونصاب البقر ثالثون
َ الث
mataa moluu kan gaafa lama qabu taasifamee Guyyaa
َ كُ ِّل أَ ْر َب ِع
. رواه الترمذي.»ني ُم ِسن ٌَّة
Qiyaamaa isatti fannifama. Ergasii hidhii isaa lamaan
qabateeti ‘ani kuusaa keeti, ani qabeenya keeti’ isaan Zakaan loonii keessatti nabiin akkana jedhe. “Loon
jedha. Sana booda Aayata kana qara’an: “Warri waan soddom irraa raada waggaa takkatu baha, horii afur-
Rabbiin tola Isaa irraa isaaniif kenneen don’oomanu inni tamarraa raada waggaa lamaatu baha.”
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
وفيها شاة واحدة؛ ملا جاء في حديث، بإجماع العلماء،ونصاب الغنم أربعون شاة “Guyyoota lakkaa’amtuu (qofatu murteeffame). Isin
َ « َو ِفي َص َد َق ِة ا ْل َغن َِم ِفي َس ِائ َم ِت َها ِإ َذا كَان َْت أَ ْر َب ِع:أنس السابق
ني ِإ َلى ِع ْش ِرينَ َو ِما َئ ٍة irraa namni dhukkubsataa yookiin kara deemaa ta’e,
26
.» َف ِإ َذا زَا َد ْت َع َلى ِع ْش ِرينَ َو ِما َئ ٍة ِإ َلى ِما َئ َت ْي ِن شَ ات َِان، ٌشَ اة guyyaa biraa irraa lakkaawwachuutu (isa irra jira). 27
وإذا لقي ربه، إذا أفطر فرح بفطره: للصائم فرحتان يفرحهما.ريح املسك hajjii mana Rabbii makkaatti godhuu.
.) (متفق عليه.»فرح بصومه Kana Jechuun Namni dandeeyti humnaaf diinaggee qabu
28 29
Abii hureeyraan Nabiin keenya akkana jedhan jedhe martinuu umrii isaa keysatti yoggu takka kara biyya makkaa
“Rabbiin oltahee qulqullaayee akkana jedhe-hundi deemee dhaqee sirna ibaadaa hajji godhuu jechuudha.
dalagaa ilmaan aadam isumaafi soomana malee inni ]96 :(ﮖ ﮗ ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ ﮜ ﮝ ﮞ ﮟ) [آل عمران
naafi, anumaatu galata galcha isarratti, soomanni
wantaadha, yeroo guyyaan soomana tokkoo keessanii “Dhugumatti manni jalqaba ilma namaatiif haala
tahe akka hinbaalaganne, akka hinwacne, yoo namni barakeeffamaafi aalama hundaaf qajeelfama ta’een
tokko isa arrabse yookaan isaan lole ani soomanaadha kaayame isa Bakkaan (Makkaan) jiruudha.”
haajedhuunii, Isaa (Rabbii) lubbuun Muhammad (ﮡ ﮢ ﮣ ﮤ ﮥﮦ ﮧ ﮨ ﮩ ﮪﮫ ﮬ ﮭ ﮮ ﮯ ﮰ ﮱ ﯓ
harka isaa keessa jirtuun kakadhee ciinca afaan
]97 :ﯔ ﯕﯖ ﯗ ﯘ ﯙ ﯚ ﯛ ﯜ ﯝ) [آل عمران
nama soomanuuttu Rabbi biratti hafuura miskiirra
urgaawa, nama soomaneef gamachuu lama tan inni “Isa keessa mallattoolee ifa ta’an Maqaama Ibraahiimtu
isii gammaduutu isaaf jira, yogguu fure furuu isaatiif jira. Namni isa seenes nagaa ta’a. Rabbiif nama irratti,
gammada, yogguu fuula Rabbii isaa dhaqe soomana kan gara isaa deemuu danda’e irratti, manicha hajja’uutu
isaatiin gammada.’’ Bukarii fii muslimtu odeesse. dirqamni jira. Namni kafares, dhugumatti Rabbiin
aalama irraa duroomaadha.”
Soomana jechuun Guyya guyyaa fajrii barii irraa kaasee
hanga aduun seentutti- ibaadaa Rabbii itti niyyatanii-nyaata, kunis fadlii sadarkaa guddaa qaba. Barnoota waayee hajji
dhugaatii, qunnamtii saalaa godhurraa ufqabuu (agabuu fii umraa guutuu kitaaba kiyya kan heera hajjiifii umraa
ooluu) jechuudha. kanaan Rabbi gabbaruu jechuudha. jedhu dubbisaa.
Yeroo kana toltuu akka zikrii, sadaqaa, qaraatii qur’aanaa, Walaloo utubaalee islaamaa
du’aaii’ salaata sunnaa, fii kkf heddumeysuu barbaachisa.
shanan islaamaa hubachuudhaa.
Akkuma san hamtuu fii dilii gosa hundarraawuu shahaadaa lameen durri isaadhaa.
fagaachuudhaan towbaa heddumeysanii uf qulqulleysuun
tokkummaa Rabbii ragaa bahuudhaa.
barbaachisaadha. Waayee soomanaa Ramadaanaa fii heera
isaa balinaa kitaaba kiyya kan seera soomana Ramadaana Nabi muhammad ergaa isaadhaa.
jedhurratti ni argattan. salaata gadi dhaabuun lammeysaa.
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
Gabbaramaa haqaa tahuu isaatt amnuu, Mushabbihah [fakkeysituu] warreen sifaata Rabbii kan
makhluuqaatti fakkeysan. Sifaatni Rabbi tan akkanaa
32 kana jechuun haqaan gabbaramaan isamalee akka 33
jedhanii. Jarri kunis dogoggoraafi jallinarratti tahan.
hinjirre mirkaneysuufii, isuma qofa gabbaruu. shirkirraa
qulqullaawuu. Ahlussunnati waljamaa’ah. Sifaata Rabbii hunda
nisabachiisan fakkeysuun maletti, karaa kanatu
gabbaramtoota dharaa maqaa malee wahiimiti jedhanii
haqa, kanaatu karaa dhugaati.
hubachuudha. gabbaramtootni dharaa kun ufii isitiifuu
uumamtuudhawaatakkalleehinuumtu,warreenisiigabbarurraa Malaaykaa isaatti amanuu.
hamtuu hindeebistu, toltuu hin fidduuf, jiraachisuufi ajjeesus
hindandeessu jedhanii dhuga’oomsuudha. Kana Jechuun Rabbiin s.w. ummata tokko kan maleykaa
jedhamu uumeeti qaba jennee dhuga’oomsuu dha.
Maqaaleefii sifaata isaatti amanuu. [al’iimaanu bi Maleykaan gabroottan Rabbii kabajamoodha. isatti hin
asmaaihii wasifaatihii]. dilaawan, waan inni itti ajaje hojjatan.
kana jechuun-maqaaleefii sifaataa Rabbiin qur’aana isaa Rabbiin ol ta’e ni jedhe:
keysatti mirkaneysee fii kan Nabiin keenya hadiisa isaa
keysatti sabachiise akkuma dhufetti itti amanuu Rabbiif (ﮡ ﮢ ﮣ ﮤﮥﮦ ﮧ ﮨ ﮩﮪ ﮫ ﮬ ﮭ
mirkaneysu sabachiisuu qabna jechuudha. jallisuufii qullaa ]20-19 :ﮮﮯ ﮰ ﮱ ﯓﯔ ﯕ) [األنبياء
godhuun maletti, akkaateysuufii fakkeysuun maletti, “wannii samiiwwaniifii dachii keessatti tahe kan isaati,
akkaataa guddina isaatiin malutti jedhanii. Waayee sifaata jarreen isa biratti tahan (malaaykaan) Isa gabbaruu irraa
Rabbii kitaaba kana gama booddaatti mata duree qooda hin boonan; hin hifatanis. Halkaniifi guyyaa (Rabbiin)
towhiida jedhu jalatti bal’inaan dhihaatee jira. qulqulleessu; hin boqatanis.” (Al-ambiyaa’i: 19-20).
Hubachiisa -bakka kanatti namni garee sadihitti addaan kan qur’aanaafii hadiisaan maqaafii hojiin isaanii
qoqqoodame. dubbatame akkasumatti dhuga’oomsina.
isaanis Hadiisa anas Nabii keenyarraa odeesse keessatti wanni
Mu’axxilaah [dhabamsiistu] warreen sifaata Rabbii ibsame akka
mormanii dhabamsiisan kan akka jahmiyyaa fii ahbaash “maleykaa kuma torbaatam guyyarra beytalmaimuuritti
kanneen dogoggoranii jallatanii karaa Rabbii irraa bahan. salaata.” Bukhaaritu odeesse.
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
Ammas abihureyraan nabirraa odeessee “Malaykarraa kan Qur’aana- qur’aanni kitaaba Rabbi kan boodaa kan
guyya jum’aah maqaa nama masgiida dhufuu tartiibaan irra caalaa nabiyyii isaa nabi muhammadirratti Rabbiin
34
katabantu jira” bukhariitu galmeesse. buuseedha. Qur’aanni kitaabban isa duraa hunda shaaree
35
Kitaaba isaatti amanu ufii bakka bu’ee jira. Kanaaf jecha kitaaba tokkollee
qur’aana malee itti hojjachuufii irratti jiraachuun hintahu.
Kana jechuun Rabbiin kitaaba hedduu ilmaan namaatiin
Guddina sadarkaa qur’aanaa yogguu ibsu Rabbiin s.w.
qajeelchuuf buusee jira. kitaabban sun hundinuu jecha
isaati, dhugaadha jennee amanuudha. akkana jedhe:-
)(ﭯ ﭰ ﭱ ﭲ ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ
Hangafoonni isaani towraat nabi muusaa, zabuur
]89 :[النحل
nabi daawud, injiil nabi iisaa, qur’aana nabii keenya
Muhammad Rabbiin waayee kitaabban isaa qur’aana “Kitaaba waa hunda addaan baasuu (burqaa beekkomsa
keysatti dubbatee ibsee jira. hundaa) sirratti buusne, qajeelchaa, rahmataafii
gammachiisaa mu’imintootaa kan tahe.” (Suuratunnahli 89)
Rabbiin akkana jedhe:
«إن هذ القرآن: قال رسول الله: قالوروى احلاكم عن عبد الله بن مسعود
(ﭬ ﭭ ﭮ ﭯ ﭰ ﭱ ﭲ ﭳ ﭴ
والنور، إن هذ القرآن حبل الله املتني،مأدبة الله فاقبلو من مأدبته مااستطعتم
ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻﭼ ﭽ ﭾ . احلديث.»... وجناة ملن اتبعه، عصمة ملن متسك به، والشفاء الناجع،املبني
ﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃﮄ ﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ
Abdullah ibnu mas’uud nijedhe nabiin kan akkana
ﮋﮌﮍﮎﮏﮐ ﮑﮒﮓ jedhanin dhagaye “qur’aanni kuni afeerrii Rabbiiti,
]16-15 :ﮔ ﮕ ﮖ) [املائدة afeerrii isaarraa waan dandeessan qeebalaa. Qur’aanni
“Yaa warra kitaabaa! Ergamaan keenya kan irra hedduu kuni haada Rabbii kan jabaa tahe, ifaa mul’ataadha.
kitaabaa irraa waan isin dhoksaa turtan isiniif ibsuufi Dawaa fayyisaadha, nama isa qabateef tika, nama isa
baay’ee isaa immoo dhiifamaan irra isiniif dabru isinitti hordofeef nagaya baasaadha…” haakimtu odeesse.
dhufeera. Dhugumatti, iftiifi kitaabni ifaa ta’e Rabbi
Ergamtoota isaatti amanuu
irraa isiniif dhufeera. Rabbiin nama jaalala Isaa karaa
nagaa hordofe ittiin (kitaabichaan) qajeelcha. Dukkana Hiikkaan isaa Rabbiin zamana hunda keysatti namoota
irraa gara ifaatti eeyyama Isaatiin isaan baasa. Gara gaggaarii ummata keysaa fileeti isaanitti erga. barsiisota
karaa sirriis isaan qajeelcha.” (Almaaidah 15-16) godhee Akka amantii Rabbii ummata barsiisaniif jecha.
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
Qajeelfama isaan barsiisanis kitaaba isaanirratti gadi tahan ifaa isaa ibsatanii jala deemaa jiran. Yaa muslimtoota
buusa. isaanis hedduudha. Kanneen qur’aanaafii hadiisaan seenaa nabii baradhaa.
36
maqaan isaanii dhufe akkasumaatti amanna. Rabbiin 37
Wayee seenaa jiruu nabii keenyaa guutuu kitaaba
qur’aana isaa kessatti waayee ergamtootaa ibsee jira.
rahiiqul maktuum jedhamu kan shekh safiyyu Rrahmaan
(ﭑ ﭒ ﭓ ﭔ ﭕ ﭖ ﭗ ﭘ ﭙ ﭚ ﭛ ﭜ ﭝﭞ mubaarak fuurii arabiidhaan kaayerraa afaan keenyatti
]7 :ﭟ ﭠ ﭡ ﭢ) [األحزاب hiikee kasetoota sagalee 7tti Dheerinna daqiiqaa 420 tti
“Yeroo Nuti nabiyyoota irraa waadaa isaanii fuune, bara hijraa 1428 qophesseetiin jira. Dhaabbata Najjashiitu
ammas sirraa, Nuuh, Ibraahiim, Muusaafi Iisaa ilma finfinnetti maxxansee guutuu biyyattii keessa raabse. Isa
Maryam irraas qabne (yaadadhu). Isaan irraa waadaa dhaggeyfachuudhan isinii dhaama. Akkasuma darsiin
cimaa qabne.” (Al’ahzaab: 7). kiyya kan siiraa vediyoon interneetirra kutaa 20 kan qabu
nijira. Kutaa 1ffaa isaa liinkii itti aanu kanaan banadhaa
Nabi Muhammad caalaa anbiyootaati. Akkasuma daw’adhaa. https://islamhouse.com/or/videos/2798359/.
quxisuu isaaniiti. Isa booda nabiyyummaan hin jirtu. Ganda
makkaati bara lola arbaa dhalate. Abbaan Abdallah ibnu Guyyaa qiyaamaatti amanuu
abdulmuxxalibi, haati aaminaa binti wahbiiti. Achumatti Guyyaa boodaati amanuudha. namni akka du’een hihafu
guddate. Yogguu dardaru maallaqa kadiijaatiin daldaluu gayyaa dhumaa tokko nikaafama walitti qabameeti
ture. Booda isii fuudhee bultii jaare. Umrii isaa waggaa dalagaa isaarraa gaafatamee galata argata jechuu
40tti Rabbiin qur’aana itti buusuudhaan akka ilmaan namaa dhuga’oomsuudha.
islaamummaa barsiisee dukkanarraa baasu dirqama isarra
kaaye. Samittis olbaasee salaata shanan itti kenne. Amata Rabbiin ol ta’e ni jedhe:
kudha sadi eega qabsoo hadhooytuu adawwii makkaa (ﭑ ﭒ ﭓ ﭔ ﭕ ﭖ ﭗ ﭘ ﭙ ﭚ ﭛ ﭜ ﭝ ﭞﭟ ﭠ ﭡ ﭢ
wajjiin gaggeesse booda gara madiinaa godaane. Achitti
]68 :ﭣ ﭤ ﭥ ﭦ ﭧ) [الزمر
qajeellotti qubatee masgiida jaaree mootummaa islaamaa
tan haqaa hundeese. Waggota 10 achi jiraatee umrii isaa “Garrii (Xurumbaa) keessatti ni afuufama. Warri samii
amata 63 du’aan gama aakhiraa godaane. Sallallaahu aleyhi keessaatiifi warri dachii keessaa hunduu, nama Allaahn
wasallam. Kunoogaa ifaa inni achitti qabsiiseetu addunyaa fedhe malee, ni dhumu. Ergasii yeroo biraas isa keessatti
guutuu ibse. Kunoo gaa ilma namaa kan addunyaa tanarra afuufama. Yeroo san isaan dhaabbatanii ilaaloo ta’u.”
jiru 7,000,000,000 keessaa muslimtoonni 1,700,000,000 (Azzumar: 68).
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
Waayeen guyyaa qiyaamaa keessatti tahu kan qur’aanaafii irraa gaafatama. galata irratti argata jechuudha. kanas
hadiisan dhufe hunda dhuga’oomsuun dirqama. Sanneen qur’aanni bal’inaan ibsee jira
38
keessaa hangafoonni kan itti aanu kana. 39
Rabbiin ol ta’e ni jedhe:
Gaafii qabrii, azaabaa fii qananii isiikeysaa
(ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ ﮓﮔ ﮕ ﮖ ﮗ ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ ﮜ ﮝ
dhugaoomsuu. jechuun namni yeroo duee awwaalame
nikaafama, nigaafatama, Rabbiin kee eenyu? Nabiyyiin ]160 :ﮞ) [األنعام
kee yoo eenyu? Amantiin tee yoo tami? gaafii jettuutu itti “Namni toltuun dhufe, isaaf (toltuu) fakkaattuu ishee
dhihaata, yoo qajeelaa tahe sirritti deebisa yoo jallataa tahe kudhantu jira. Namni hamtuun dhufe, inni fakkaattuu
ammo deebisuu hindandayuu ni qixaaxama. Waayee azaaba ishee malee hin mindeeffamu. Isaanis hin miidhamanu.”
qabrii yogguu dubbatu Rabbiin s.w. akkana jedha. Gaafir 46 (Al-an’aam: 160).
“Ganamaafii galgala ibidarra (azaaba qabriirra) fidaman. ]7 :(ﯲ ﯳ ﯴ ﯵ ﯶ ﯷ ﯸ ﯹ) [الغاشية
Guyyaa qiyaamaan dhaabbattu warra firoownaa ibidda
“Deebiin isaanii gama keenyatti eegasi qorannoon
hamaa seensisaa” Akkuma hadiisa sahiiha keessattis
isaanii nurratti tahee jira.” (Algaashiyah 25-26)
bal’inaan dhufee jirutti.
Assiraax- yoo kaan jennu dildila ibidda jahannamirra
Alba’isu- [kaafamiinsa] kun jechuun afuufinsa 2ffa
diriirfe kan namni jannata seenu hundi isarra cehu jechuudha.
irratti hundi namaa nikaafama. Kanas qur’annii ibsee jira.
kan warri ibiddaa isarraa itti gadi kufu jechuudha.
Attagaabun 7
Almiizaan- jechuun Guyyaa qiyaamaa san keysatti
“Warren kafaran akka hin kaafamne kijibaan dubbatan.
miizaanni haqaa dhaabbateeti hojiin nama toltuufii hamtuun
Jedhiin lakki rabbi kiyyatti kakadhee nikaafamtan waan
irra kaayamtee madaalamti jechuudha. yoo toltuun ulfaatte
dalaydan ni odeeffamtan kuni rabbirratti salphaadhaa.”
jannata seena. Yoo hamtuun ulfaattemmoo ibidda seena.
Akkasuma hadiisa bukhariif muskim keysatti Nabiin Rabbi irraa nu haa tiysuu.
akki jedhe- “namni guyyaa qiyaama nikaafa mila qullaa,
Ammas Rabbiin ni jedhe:
qaama qullaa, kan hinkittaanamin tahee.”
(ﯱ ﯲ ﯳ ﯴ ﯵ ﯶﯷ ﯸ ﯹ ﯺ ﯻ
Alhisaabu waljazaa’u- [qorannoofii galata] kana
yogguu jennu Namni hundii guyyaa qiyaamaa kaafameeti )ﯼ ﯽ ﯾ ﯿ ﰀ ﰁﰂ ﰃ ﰄ ﰅ ﰆ ﰇ ﰈ
fuula Rabbiitti dhihaatee toltuufii hamtuu waan dalagee ]104-102 :[املؤمنون
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
“Namni madaalli (hojii gaarii) isaa ulfaatte, isaan sun Rabbiin ol ta’e akkana jedhe:
warra milkaa’oo dha. Namni madaalli (hojii gaarii) isaa (ﭲ ﭳ ﭴ ﭵﭶ ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ ﭼﭽ ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ
40
salphattes, isaan sun warra lubbuu isaanii hoongessan. ﮂ ﮃ ﮄﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ ﮋ ﮌﮍ ﮎ ﮏ
41
]150 :(ﮭ ﮮ ﮯ) [البقرة isaa, ol aantummaa isaa, Dandeeytii isaa, jaalala isaa, fuula
isaa kanneeniin tiiyfamuun maganfachuun ni dandayama.
50 “Anuma sodaadhaa malee isaan hinsodaatinaa.” 51
Ragaan hadiisota Nabiirraa dhufee jira.
(suuratu-l baqarah 150)
.»«أعوذ بكلمات الله التامات من شر ماخلق
Deebiin gama Rabbii qofa malee dhowwaadha.
Ragaan kanaa Rabbiin s.w. Akkana jedha “jechoota Allaaha gutamtuwwaniinin tiiyfama hamtuu
waan inni uumeerraa.” muslimtu galmesse.
]54 :(ﯜ ﯝ ﯞ ﯟ ﯠ) [الزمر
Hadiisa birootti
“Gama Rabbii keysanii deebi’aa Isumaaf ajajamaa.”
(suuratu zzumar 54) .»«وأعوذ بعظمتك أن أغتال من حتتي
Gargaarsifachuun Rabbuma qofaani, Ragaan jecha “guddina keetiinin tiiyfama jala kiyyatti gadi
isaa kana kuffifamurraa.” Ahmad fi nasaiitu odeesse.
]5 :(ﭢ ﭣ ﭤ ﭥ) [الفاحته Dirmachiifachuun Rabbiin malee dhowwadha.
Ragaan kanaa Qur’aanarra
“suma qofa gabbarra, suma qofatti gargaarsifannas.”
(faatihaa5) )(ﭑ ﭒ ﭓ ﭔ ﭕ ﭖ ﭗ ﭘ ﭙ ﭚ ﭛ
hadisattis nabiin keenya akkana jedhan ]9 :[األنفال
.» «فإذا استعنت فاستعن بالله: قال رسول الله “yogguu Rabbii keysan dirmachiifattanii isiniif awwaate
ani malaaykaa kuma tokko tan hiriirtuu taateen isin
“yoo gargaarsifatte Rabbumatti gargaarsifadhu.” gargaaraadha(jedhee).” (Anfaal 9)
ahmadii fii tirmizii tu baase.
Aayanni kun guyyaa lola badrii nabiin keenya yaa
Tiyfamuun (maganfachuun) Rabbuma qofaani Rabbi naa dirmadhu waan naaf waadaa seenteen naatumsi
Ragaan jecha Rabbiiti jedhanii kadhannaan deebisaa sanirratti buufame.
]1 :(ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ) [الناس
Qaluun (gorraasuun) ibaadaadha Rabbuma qofaaf
“Gooytaa namaatiinin tiyfama jedhi.” (nnaas 1) taate. Ragaan kana Qur’aanarraa
Akkasuma sifaata Rabbii kan akka haasawa isaa, guddina ]162 :(ﯓ ﯔ ﯕ ﯖ ﯗ ﯘ ﯙ ﯚ ﯛ) [االنعام
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
نثبتها,عليه وسلم نؤمن بها من غير حتريف والتعطيل والتشبيه والتكييف Arshirratti oltahuu Rabbii- Rabbiin arshii isaarratti ol
كما جاءت على ظاهرها حقيقة taheejira, zaata isaatiin, haqiiqumaan. oltahiinsa isaan
54 55
malu kan wahitti hinfakkeyfamne. Arshirratti oltahuu
Sifaata Rabbii hunda Rabbiif sabachiisuu qabna. jallisuufii isaa kana Rabbiin Qur’aana isaa keysatti bakka 7tti
qulleysuun maletti, fakkeysuufii akkaateysuun maletti. sifaata dubbate. bakken sunis kunoo kanneen kana.
Rabbii kanneen asii gadii kana hunda akkuma dhufetti rabbiif
sabachiisuufii itti amanuun dirqama. (ﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ ﮋ ﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ
]54 :ﮒ) [األعراف
Ol tahiinsa Rabbii- Rabbiin uumaa isaatii olitti
oltahuu isaa nidhuga’oomsina, niamanna. )(ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ
]3 :[يونس
Beekkomsa Rabbii- Rabbiin waa hunda beekaadha.
]2 :(ﭣ ﭤ ﭥ ﭦ ﭧ ﭨ ﭩﭪ ﭫ ﭬ ﭭ ﭮ) [الرعد
Dhageettiifii argaa Rabbii- Rabbiin dhageytiifii
argaa isaan malte ni qaba jenneeti amanna. ]5 :(ﮉ ﮊ ﮋ ﮌ) [طه
Jaalala Rabbii- Rabbiin muimintoota isaa nijaalata. (ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀ
]59 :ﮁ) [فرقان
Araaramaafii rahmata Rabbii- Rabbiin ni’araarama
rahmatallee nigodhaa ni amanna. (ﭰ ﭱ ﭲ ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ ﭼ
]4 :ﭽ) [السجدة
Dallansuu Rabbii- Rabbiin nijaalataa nijibbaa,
nidallana nilolas ni dhuga’oomsina. )(ﭑ ﭒ ﭓ ﭔ ﭕ ﭖ ﭗ ﭘ ﭙ ﭚ ﭛ ﭜ
Dhufiinsa Rabbii- Rabbiin gabroottan isaa jiddutti ]4 :[احلديد
murtesuuf guyyaa qiyaamaa dhufiinsa isaan malu Akkasuma hadiis heddutti waan dhufeef ni
nidhufa dhuga’oomsina. oltahiinsa isaanmalu, kan akkaataan
isaa hinbeekamne, kan wahitti hin fakkeyfamne
Fuula Rabbii- Rabbiin fuula isaan malu niqaba.
jenna.
Harka Rabbii- Rabbiin harka lameen isaan maltu
Arshirratti oltahuu isaa hinmorminu, jecha Rabbii
niqaba.
s.w. bakkarraa hin jallisnu, hikkaa isaa hinmicciirru,
Ija Rabbii- Rabbiin ija isaan maltu niqaba. akka garee jallatte tan jahmiyyaa fii ahbaashitti.
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
warreen waswaasa jallinaa kan warra kalaamaa Nabi muhammad ergaa Rabbiitii
Qabachuudhaan aayatoota sifaataa jallisan jedhii hordofii karaa isaatii.
56
nimormina. 57
58
garee ahbaashaa diin balleysa. 59
Shirkii jechuun Rabbiin wajjiin waan gabbaran godhachuu Ni du’e. roobas waa roobsuu hin dandayu. akka ummata
jechuudha. kanaatti Rabbi nuhin jallisin.
60 61
fakkeenyaaf qabroota, qubbii, dhagaa, muka, galma, hadraa, Kunoo jecha shirkii keessaa Kan birootis akki jedhee
oofaa, fii kkf, hunda itti deemanii kadhachuun, haajaa shubbisu.
itti himachuun, barakaa irra barbaaduun, shirkii guddoo Salaam aleyka huseyniyyaa.
islaamarra ala nama baaftudha. keysaawu Qabroota awliyaa
Salaam aleyka abbaa kiyyaa.
maqaa jedhuun moggaafamee, Qubbiin iraatti jaaramee
gabbaramu hedduutu jira. Qubbileen kuni akka taabotaatti Osoon siyaamu lukkuun iyyaa.
Rabbii gaditti gabbaramaa jiran. Namoonni hedduun itti Sumaan jiratte lubbuun tiyyaa.
yaa’ee gabbaraa jira. Ka ilmoo dhabe ilmoo kadhata, kuun Kunoo jecha shirkii keessaa Kuni ammoo huseyniyyaa
qabeenya kadhata, kuun fayyaa kadhata, kuun umrii dheerina inni gabbaru santu lubbuu isaa jirachisa jechutti amaneeti
kadhata, kuun rooba kadhata. Kuun gargaarsifannaa fii gabbaraa ibaadaa godhaafii jira.
dirmachuu barbaacha dhaqa. kkf gosti ibaadaa hundinuu
Kuunis akki jedhe
warra qabrii saniif godhamte.
Sheylillaa yaa bahrawoo
Akkatti warri shirkii guutumaan guututti Rabbitti kafare.
Sheylillaa yaa bahrawoo
Kunoo jecha shirkii keessaa namni gariin kan qalbiin isaa bahra jaalalloon jetteen as jirraa nulaalawoo.
shirkiidhaan dukkanooyte yeroo muuda shekhuseen irraa
galaaf ka’e dibbee dhayee akkana jedhee shubbisuutu jira. Kanbirootis akki jedhe
nulaalaa isin rabbillaalee.
Galaaf kaanee Roobaan nu geegessa’aa.
Kunoo jecha shirkii keessaa Kan birootis akki jedhe.
Bahra keenya umrii nu dheeressa’aa
sayyida koo ani sumaan faarsaa
subhaanaLlaah! Rooba roobsuufii umrii dheeressus qabrii
bahra jedhee gabbaru san kadhate. Kaafira hamaa mushrika atummaan naaf tahi gargaarsaa
jallataa badaa! Rabbumaawu hinbeeku. Qabrima san akka Akka kanatti ummanni hedduun kafaree karaa dukkanaa
taabotaa godhatee gabbara. Bahri isaa waa isa hindhagayu. deemaa jira. qabrootaa fii qubbiiwwan kanaaf gosti ibaadaa
Osoo dhagayellee waa isaaf hin awwaatu. Mataa isaatiifuu hundi godhamaa jira. Qabriin xawaafuun isiif sujuuduun,
uf fayyaduu hin dandahu. Ufii isaatuu umrii hindheeressine. isiif qaluun, kadhachuun, dhungachuun, biyyee isii (jawaara)
TOWHIIDA UTUBAALEE ISLAAMAA FII IIMAANAA
IslamHouseOr/