You are on page 1of 37

‫‪www.daruliftai.

net‬‬ ‫ﺩﺍﺭ ﺍﻹﻓﺘﺎﺀ ﺍﻹﺛﻴﻮﺑﻴﺔ‬


‫‪0‬‬
------------------------------------------

‫ﺍﻟ ﻤ ﻘ ﺪ ﻣ ﺔ‬
‫ ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻭﺍﻟﺴﻼﻡ ﻋﻠﻰ ﻣﻦ‬،‫ﺃﻟﺤﻤﺪ ﻟﻠﻪ ﺍﻟﻌﻈﻴﻢ ﺍﻟﻤﺎﻟﻚ‬
‫ ﺳ ﻴ ﺪ ﻧ ﺎ ﻣ ﺤ ﻤ ﺪ ﻣ ﻦ ﺟ ﺎ ﺀ ﻭ ﻫ ﺎ ﺟ ﺎ ﻓ ﻲ‬، ‫ﺩ ﻋ ﻰ ﺇ ﻟ ﻰ ﺧ ﻴﺮ ﺍ ﻟ ﻤ ﺴ ﺎ ﻟ ﻚ‬
‫ﻭﻛﻞ‬، ‫ ﻭﺍﻟﻈﻠﻢ‬،‫ ﻭﺍﻟﻜﻔﺮ‬،‫ ﻟﻴﺰﻳﻞ ﺍﻟﺠﻬﻞ‬،‫ﺍﻟﻈﻼﻡ ﺍﻟﻬﺎﻟﻚ‬
‫ ﻭ ﻧ ﺸﺮ ﺍ ﻟ ﺤ ﻖ‬، ‫ ﻋ ﻦ ﺍ ﻟ ﻤ ﻬ ﺎ ﻟ ﻚ‬، ‫ ﻭ ﻧ ﻬ ﻰ‬، ‫ ﻭ ﺩ ﻋ ﻰ‬، ‫ ﻭ ﺃ ﺭ ﺷ ﺪ‬، ‫ﺫ ﺍ ﻟ ﻚ‬
، ‫ ﻭ ﺃ ﺣ ﺒ ﺎ ﺑ ﻪ ﺑ ﻌ ﻀ ﻪ ﻧ ﺸﺮ ﻭ ﺍ ﻟ ﺪ ﻳ ﻦ‬، ‫ﻭ ﺍ ﻟ ﻨ ﻮ ﺭ ﻫ ﻨ ﺎ ﻭ ﻫ ﻨ ﺎ ﻭ ﻫ ﻨ ﺎ ﻟ ﻚ‬
‫ ﻭ ﺍﻟ ﺸ ﺎ ﻓ ﻌ ﻲ‬، ‫ ﻭ ﺃ ﺣ ﻤ ﺪ‬، ‫ ﺃﺑ ﻮ ﺣ ﻨ ﻴ ﻔ ﺔ‬، ‫ ﻓ ﻤ ﻨ ﻬ ﻢ‬، ‫ﻓ ﻲ ﺍﻟ ﻤ ﻤ ﺎﻟ ﻚ‬
‫ ﻣ ﻬ ﻤ ﺎ‬، ‫ ﻣﺮ ﺷ ﺪ ﺍ ﻟ ﻠ ﺴ ﺎ ﻟ ﻚ‬: ‫ ﻭ ﺫ ﻭ ﻱ ﺍ ﻟ ﻨ ﻮ ﻥ ﺍ ﻟ ﺬ ﻱ ﻗ ﺎ ﻝ‬، ‫ ﻭ ﻣ ﺎ ﻟ ﻚ‬،
.‫ ﻑﷲ ﻻ ﻳﺸﺒﻪ ﺫﻟﻚ‬،‫ﺗﺼﻮﺭﺕ ﺑﺒﺎﻟﻚ‬
. ‫ﻭﺑ ﻌ ﺪ‬
●Obboleessa Muslimaa mee waan tokkon si
gaafadha. Garuu Sammuun (yaadan) akkasumas
Arrabarraa naan deebisin Dhugaadhan Qalbii
teetirraa naaf deebisi.
Ani Akkaataa Luubbuu tee ittiin to'attu fi of bartuufin
sigargaaruu barbaada.
●Rabbiin ol tehe Bifa teenyaa fi qaama keenya
hin ilaalu Qalbii teenyaa fi hojii teenya ilaala
malee.
Kanaafuu Mee Qalbii tee keessa maaltu jira.
Jaalala Rabbiiti fi Tan Ergamaa saati moo waan
biraati.?
* Ibaadaa fi Zikriitu qalbii tee Shaakala moo
Addunyaa dhumtuutu qalbii tee Shaakala. ?
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
1

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
■ Ni beytaa yeroon caaltuun ibaadaan, Rahmanni
fi Araaramni Rabbii keessa namaaf baay'ifamtu
akkasumas jiini yoo carraaqatte ibidda azaabarraa
keessa bilisoomtu dhihaatee jira. Mee Ramadaana
? bara kanaa keessa maal faa dalaguu yaadda.

Ramadaana kana nagayaan yoo siin gehe isa


keessa maalin dalaga jettee takkaa yaaddee
beektaa ? Akkasumas Yaa Rabbi Ramadaanan nu
eegi jettee takkaa kadhattee beektaa ?
Moo Ramadaanni dhufaa jiraachuuhu irraanfattee
jirta.
● Yoo Rabbiin Ramadaana kanaan si eege
kajeellaan tee maali ? Ibidda jahannam irraa
bilisoomuudhaa ? Yoo Kajeellaan tee kana te'e
Ibaadaa irratti jabaachaa Yaa Rabbi ibidda irraa na
bilisoomsi ji'ii kadhu.

● Kana booda Sababaan ibidda jalaa ittiin


bilisoomtu tana tana jedhamtee Afaan Ulamaa'ii
irraa yoo dhageesse daddafii dalagi.

● Yaa Qalbii milkii barbaaddu as garagali.


Anis hanga dandeetti tiyyatti isin gargaaruuf jecha
kitaaba xiqqaa Barnoota waa'ee soomanaa of
keessaa qabu kana isiniif barreesseera.
Garuu beekkumsa guddaa qabaadhee oson ta'in
Beekkumsa xiqqaa kanaan hin dubbadhu jedhee
oson cal'isuu beekkumsa dhoysite naan jedhamee
akka aakiratti gaafatamummaa qixaaxa jalaa
bahuufi.
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
2

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
Rabbiin nagayaan Ramadaanan nu eegee
Nu soomansiisee ibiddarraa nu bilisoomsee
Akhirattis jannata Warri Soomanaa Argatu
Arrayyaan
Nuuf haa Kennu.
Aamiin.

‫ﺑ ﺴ ﻢ ﷲ ﺍ ﻟﺮ ﺣ ﻤ ﻦ ﺍ ﻟﺮ ﺣ ﻴ ﻢ‬
Jal-qabni Maqaa Rabbii Rahmata qabuuti.
:‫ًﺎ‬‫ﻣ ﻌ ﻨ ﻰ ﺍ ﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ﺷﺮ ﻋ‬
‫ ﻫﻮ ﺍﻟﺘﻌﺒﺪ ﻟﻠﻪ ﺗﻌﺎﻟﻰ ﺑﺎﻹﻣﺴﺎﻙ ﻭﺍﻻﻣﺘﻨﺎﻉ ﻋﻦ ﺍﻷﻛﻞ ﻭﺍﻟﺸﺮﺏ‬:‫ًﺎ‬ ‫ﺍ ﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ﺷﺮ ﻋ‬
‫ُﻤﻔﻄﺮﺍﺕ ﻣﻦُﻃﻠﻮﻉ ﺍﻟﻔﺠﺮ ﺇﻟﻰُﻏﺮﻭﺏ ﺍﻟﺸﻤﺲ ﻣﻊ‬ ‫ﻭ ﺍ ﻟ ﺠ ﻤ ﺎ ﻉ ﻭ ﻧ ﺤ ﻮ ﺫ ﻟ ﻚ ﻣ ﻦ ﺳ ﺎ ﺋﺮ ﺍ ﻟ‬
. ‫ﺍﻟ ﻨ ﻴ ﺔ‬
Hiikkaa Soomana Shari'aa keessatti
Soomana jechuun shari'aa keessatti wantoota
Lubbuun feetu kan akka Nyaata, dhugaatii,
wal-qunnamtii saala fi wantoota fursiisan kan
armaan gaditti isiniif tarreessudhaaf teenyu hunda
irraa Rabbii keetiif jettee yeroo fajriin beherraa
hanga aduun seentutti niyaa qulqulluudhaan if
qabuu ykn lakkisuu jechuudha.
Kanaafuu yeroon soomanni ilma namaa irratti
dirqama ta'u yeroo fajriin behe irraa eegalee hanga
aduun lixxutti ta'uu isaa asumarraa hubachuun ni
danda'ama.
: ‫ﺃ ﻗ ﺴ ﺎ ﻡ ﺍﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ‬
: ‫ﺍﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ﻳ ﻨ ﻘ ﺴ ﻢ ﺇﻟ ﻰ ﻗ ﺴ ﻤ ﻴ ﻦ‬
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
3

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
:‫ ) ﺻﻴﺎﻡ ﻭﺍﺟﺐ ( ﻭﻳﻨﻘﺴﻢ ﺇﻟﻰ ﺛﻼﺛﺔ ﺃﻗﺴﺎﻡ‬:‫● ﺍﻟﻘﺴﻢ ﺍﻷﻭﻝ‬
.‫ُﻤﻜﻠﻒ ﻭﻫﻮ ﺻﻴﺎﻡ ﺷﻬﺮ ﺭﻣﻀﺎﻥ‬ ‫( ﻣﺎ ﻳﺠﺐ ﻟﻠﺰﻣﺎﻥ ﻧﻔﺴﻪ ﻭﻟﻴﺲ ﻟﻪ ﺳﺒﺐ ﻣﻦ ﺍﻟ‬1)
.‫ُﻤﻜﻠﻒ ﻭﻫﻮ ﺻﻴﺎﻡ ﺍﻟﻜﻔﺎﺭﺍﺕ‬ ‫( ﻣﺎ ﻳﺠﺐ ﻟﻌﻠﺔ ﻭﺳﺒﺐ ﻣﻦ ﺍﻟ‬2)
.‫( ﻣﺎ ﻳﺠﺐ ﻹﻳﺠﺎﺏ ﺍﻹﻧﺴﺎﻥ ﺫﻟﻚ ﻋﻠﻰ ﻧﻔﺴﻪ ﻭﻫﻮ ﺻﻴﺎﻡ ﺍﻟﻨﺬﺭ‬3)
: ‫ ) ﺻ ﻴ ﺎ ﻡ ﺗ ﻄ ﻮ ﻉ ( ﻭﻳ ﻨ ﻘ ﺴ ﻢ ﺇﻟ ﻰ ﻗ ﺴ ﻤ ﻴ ﻦ‬: ‫● ﺍﻟ ﻘ ﺴ ﻢ ﺍﻟ ﺜ ﺎﻧ ﻲ‬
.‫( ﺗﻄﻮﻉُﻣﻄﻠﻖ‬1)
.( ‫( ﺗﻄﻮﻉُﻣﻘﻴﺪ )ُﻣﻌﻴﻦ‬2)
‫ﻭ ﺳ ﻴ ﺄ ﺗ ﻲ ﺑ ﻴ ﺎ ﻥ ﺃ ﻗ ﺴ ﺎ ﻡ ﺻ ﻴ ﺎ ﻡ ﺍ ﻟ ﺘ ﻄ ﻮ ﻉ ﻭ ﺃ ﺣ ﻜ ﺎ ﻣ ﻪ ﻓ ﻴ ﻤ ﺎ ﺑ ﻌ ﺪ ﺇ ﻥ ﺷ ﺎ ﺀ ﷲ ﻓ ﻲ ﺍ ﻟ ﺠﺰ ﺀ ﺍ ﻟ ﺜ ﺎ ﻧ ﻲ‬
.‫ُﻤﺨﺘﺼﺮ‬ ‫ﻣ ﻦ ﻫ ﺬ ﺍ ﺍﻟ‬
Qoodaminsa Soomanaa
Soomanni bakka lamatti qoodama kunis
●Kan duraa (Soomana dirqamaa ) kunis bakka
saditti qoodama
1, Kan yeroo isaa eeggatee dhufu ta'ee kan
sababaan dirqama sirratti hin taanedha kunis Ji'a
Ramadaanaati.
2,Kan dirqama ta'ee sababaa sirratti dirqama ta'eef
qabuudha kunis kan akka Kakuudhaaf, nama
lubbuu ilma namaa ajjeesee ji'a lama kan soomanu
fi k.k.f . Dha.
3,Kan ilmi namaa mataa ofiitif ofirratti dirqama
godhuudha kunis Sooma qodhaa jedhama
●Kan lammaffaa (Soomana sunnaa)ti kunis bakka
lamatti qoodama.
1,Kunis Kan yeroo murtaa'aa qabu kan akka
guuyyaa jahan (6) Shawwaal fa'a.
2,Kan sunnaa te'ee yeroo murtaa'aa hin qabneedha.

: ‫ﻣﺮ ﺍ ﺣ ﻞ ﻓﺮ ﺿ ﻴ ﺔ ﺍ ﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ‬
:‫ُﻓﺮﺽ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﻋﻠﻰ ﺛﻼﺛﺔ ﻣﺮﺍﺣﻞ‬

­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
4

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
‫ ﻓﺮﺽ ﺻﻴﺎﻡ‬:‫ﺍﻷﻭﻟﻰ‬
. ‫ﻋ ﺎ ﺷ ﻮ ﺭﺍ ﺀ‬
‫ُﻳﻄﻌﻢ ﻋﻦ ﻛﻞ‬ ‫ُﻳﻔﻄﺮ ﻭ‬‫ ﻓﺮ ﺽ ﺻ ﻴ ﺎ ﻡ ﺭ ﻣ ﻀ ﺎ ﻥ ﻋ ﻠ ﻰ ﺍ ﻟ ﺘ ﺨ ﻴ ﻴﺮ ﺑ ﻴ ﻦ ﺃ ﻥ ﻳ ﺼ ﻮ ﻡ ﺃ ﻭ ﺃ ﻥ‬: ‫ﺍ ﻟ ﺜ ﺎ ﻧ ﻲ‬
.‫ًﺎ ﺃﻡ ﻏﻴﺮُﻣﺴﺘﻄﻴﻊ‬ ‫ًﺎ ﺳﻮﺍﺀ ﻛﺎﻥُﻣﺴﺘﻄﻴﻌ‬ ‫ﻳ ﻮ ﻡ ﻣ ﺴﻜ ﻴ ﻨ‬
‫ًﺎ ﻓﺈﻧﻪ‬ ‫ ﻓﺮﺽ ﺻﻴﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﺑﺪﻭﻥ ﺗﺨﻴﻴﺮ ﺇﻻ ﻋﻠﻰ ﻣﻦ ﻻ ﻳﺴﺘﻄﻴﻌﻪ ﺇﻃﻼﻗ‬:‫ﺍﻟﺜﺎﻟﺚ‬
.‫ُﻳﻄﻌﻢ‬
‫ًﺎ‬‫ِﺤﻜﻤﺔ ﻓﻲ ﻫﺬﺍ ﺍﻟﺘﺪﺭﺝ ﺃﻥ ﺍﻟﺼﻮﻡ ﻓﻴﻪ ﻧﻮﻉ ﻣﺸﻘﺔ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﻨﻔﻮﺱ ﻓﺄﺧﺬﺕ ﺑﻪ ﺷﻴﺌ‬ ‫ﻭ ﺍﻟ‬
.‫ًﺎ‬‫ﻓ ﺸﻴﺌ‬
Adeemsa Soomanni ittiin Dirqamaa Ta'e
Soomanni adeemsa sadihitti dirqama godhame
●Jal-qaba shari'aa islaamaa keessatti soomanni
Kan dirqama ta'e ji'a Ashuura' jechuunis bara hijraa
keessaa ji'a tokkoffaa Maqaan Muharram
jedhamuun beekkamtuudha. kana booda
dirqamummaan soomana Ashuuraa ni haqamte.
●Lammaffatti Kan dirqama godhame ji'a
Ramadaanaa ta'us garuu dirqamni isii akka yeroo
ammaa kana oson ta'in osoo soomanuu
danddeessus filannaa qabda.
Kana jechuunis yoo feete ni soomanta yoo feete
ammoo soomana lakkiftee guyyaa hunda miskiina
(dhabaa) nyaachista
●Sadaffarratti Garuu Soomanni Ramadaanaa
akkuma guuyyaa har'aa jiru kanatti Namoota
sababaa Dullumaa ykn, Dhibeedhaatif hin
dandeenyef malee filannoo takkalleehu Kan hin
qabne dirqama taasifame.
Hub:-Wanni adeemsa dila kana keessa dabree
dirqama ta'eef yeruma hunda waan lubbuun feetu
dhoorkuun ilma namaa irratti akkaan jabaata
Soomannis fedhii lubbuu hundarraa waan
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
5

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
dhoorkuufidha.
Akkasuma iddoo tanatti waa'ee sanii addaan
baasee himuu lakkisullee Farshoonis ilma namaa
irratti Haram (dhoorkaa) yeroo ta'u adeemsa hedduu
keessattidha
‫ﻣﺘﻲُﻓﺮﺽ ﺻﻴﺎﻡ ﺷﻬﺮ ﺭﻣﻀﺎﻥ؟‬
‫ُﻓﺮﺽ ﺻﻴﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﻳﻮﻡ ﺍﻻﺛﻨﻴﻦ ﻟﻠﻴﻠﺘﻴﻦ ﺧﻠﺘﺎ ﻣﻦ ﺷﻌﺒﺎﻥ ﻣﻦ ﺍﻟﺴﻨﺔ ﺍﻟﺜﺎﻧﻴﺔ ﻣﻦ‬
‫ُﺗﻮﻓﻲ‬ ‫ًﺎ ﻷﻧﻪ‬ ‫ﺍ ﻟ ﻬ ﺠﺮ ﺓ ﻓ ﺼ ﺎ ﻡ ﺭ ﺳ ﻮ ﻝ ﷲ ﺻ ﻠ ﻰ ﷲ ﻋ ﻠ ﻴ ﻪ ﻭ ﺳ ﻠ ﻢ ﺗ ﺴ ﻊ ﺭ ﻣ ﻀ ﺎ ﻧ ﺎ ﺕ ﺇ ﺟ ﻤ ﺎ ﻋ‬
. ‫ﻓ ﻲ ﺍ ﻟ ﺴ ﻨ ﺔ ﺍ ﻟ ﺤ ﺎ ﺩ ﻳ ﺔ ﻋ ﺸﺮ ﺓ‬
Soomanni Ramadan Yom Dirqama ta'e
Soomanni ji'a Ramadana dirqama kan ta'e Ergamaan
Rabbii Nagayaafi Rahmanni isaanirratti haa jiraatu
madinatti galanii waggaa lammaffaa keessa galgal
isniinaa(wiixataa) ji'a Sha'abaana halkan
lammaffaatti yoo ta'u Ergamaan Rabbii Nagayaafi
Rahmanni irra haa jiraatuu jiruu isaanii keessatti
Ramadana Sagal(9) soomanan yeroo ta'u
Kana jechuunis Ergamaan Rabbii Hijraa booda
waggaa kudha tokkoffaa keessa Jiruu Addunyaa
dhumtuu dhiisanii Gama bootaa isaanii Deeman
jechuudha.
Yaa Rabbi Addunyaa irratti biraa nu hambiftee
arkaa Fuula isaanii nu hanqiftus Aakhiratti biraa nu
darbitee Ollummaa isaanii nun hanqisin !
Yaa Allah

:‫ُﺣﻜﻢ ﺻﻴﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ‬


‫ﺻﻴﺎﻡ ﺷﻬﺮ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﻭﺍﺟﺐ ﺑﺎﻟﻜﺘﺎﺏ ﻭﺍﻟﺴﻨﺔ ﻭﺍﻹﺟﻤﺎﻉ ﻭﻫﻮ ﺃﺣﺪ ﺃﺭﻛﺎﻥ ﺍﻹﺳﻼﻡ ﺍﻟﺘﻲ‬
.‫ُﻋﻠﻤﺖ ﻣﻦ ﺍﻟﺪﻳﻦ ﺑﺎﻟﻀﺮﻭﺭﺓ‬
:‫ُﺣﻜﻢ ﻣﻦ ﺗﺮﻙ ﺻﻴﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ‬

­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
6

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
‫ًﺍ ﻟﻔﺮﺿﻴﺘﻪ ﻛﺎﻓﺮ ﺑﺈﺟﻤﺎﻉ ﺍﻟﻤﺴﻠﻤﻴﻦ ﻭﻣﻦ ﺗﺮﻙ ﺻﻴﺎﻣﻪ‬
‫ﻣﻦ ﺗﺮﻙ ﺻﻴﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥُﻣﻨﻜﺮ‬
‫ًﺍ ﺑﺪﻭﻥ ﻋﺬﺭ ﺷﺮﻋﻲ ﻭﻫﻮ ﻳﻌﺘﻘﺪ ﻓﺮﺿﻴﺘﻪ ﻻ ﻳﻜﻔﺮ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﺮﺍﺟﺢ ﻣﻦ ﻗﻮﻟﻲ‬ ‫ُﻣﺘﻌﻤﺪ‬
‫ُﻣﺮﺗﻜﺐ ﻟﻜﺒﻴﺮﺓ ﻣﻦ ﺍﻟﻜﺒﺎﺋﺮ ﻭﻫﻮ ﻋﻠﻰ ﺧﻄﺮ‬
‫ُﻔﺴﺎﻕ ﻭ‬‫ﺍﻟ ﻌ ﻠ ﻤ ﺎ ﺀ ﻭﻟ ﻜ ﻨ ﻪ ﻓ ﺎ ﺳ ﻖ ﻣ ﻦ ﺍﻟ‬
. ‫ﻋ ﻈﻴ ﻢ‬
‫ ) ﻭﻋﻨﺪ ﺍﻟﻤﺆﻣﻨﻴﻦُﻣﻘﺮﺭ ﺃﻥ ﻣﻦ ﺗﺮﻙ ﺻﻮﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﻣﻦ ﻏﻴﺮ‬:‫ﻗﺎﻝ ﺍﻟﺬﻫﺒﻲ ﺭﺣﻤﻪ ﷲ‬
‫ُﻣﺪﻣﻦ ﺍﻟﺨﻤﺮ ﺑﻞ ﻳﺸﻜﻮﻥ ﻓﻲ ﺇﺳﻼﻣﻪ ﻭﻳﻈﻨﻮﻥ ﺑﻪ ﺍﻟﺰﻧﺪﻗﺔ‬ ‫ُﻋﺬﺭ ﺃﻧﻪ ﺷﺮ ﻣﻦ ﺍﻟﺰﺍﻧﻲ ﻭ‬
.‫ﻭﺍﻻﻧﺤﻼﻝ ( ﺃﻩـ‬

Dirqama Soomana Ramadanaa


Jia Ramadanaa soomanuun qur'aanafi Hadiisa
akkasumas Ulamaa'otaa fi Ummata Muslimaa
dirqama ta'uu isaatiifi Arkaana (Ulaagaalee)
islaamummaa keessaa takka akka ta'e
beekkamaadha
Osoo ta'uu namni soomanni kun dirqamaa miti
jedhee lakkise Kaafira jedhama
Garuu yoo soomanuu baatus dirqamummaa isaa
mormuu baate Munaafiqa malee kaafira hin
jedhamu.
=> Imam Muhammad Ahmed Azahabiy Kan jedhamu
akkana jedhe "Ulamaa'ii Mu'uminaa biratti namni
osoo Rakkoo soomana isa lakkasiftu hin qabaatin
soomana lakkise nama Zinaa (wal-qunnamti
dhorkaa) dalaguufi nama yeroo hunda farshoo
dhugurrallee hamaadha islaamummaan isallen
Shakkiidha inni irra guddaa munaafiqaati" jedhan

‫ﺑ ﻢ ﻳ ﺜ ﺒ ﺖ ﺩ ﺧ ﻮ ﻝ ﺷ ﻬﺮ ﺭ ﻣ ﻀ ﺎ ﻥ ؟‬
‫ﻳ ﺜ ﺒ ﺖ ﺩ ﺧ ﻮ ﻝ ﺷ ﻬﺮ ﺭ ﻣ ﻀ ﺎ ﻥ ﺑ ﺄ ﺣ ﺪ ﺃ ﻣﺮ ﻳ ﻦ‬

­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
7

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
‫ُﺭﺅﻳﺔ ﻫﻼﻟﻪ ﻭﺗﺜﺒﺖ ﻫﺬﻩ ﺍﻟﺮﺅﻳﺔ ﺑﺸﻬﺎﺩﺓ ﺭﺟﻞ ﻭﺍﺣﺪ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﺮﺍﺟﺢ ﺑﺸﺮﻁ ﺃﻥ‬:‫ﺍﻷﻭﻝ‬
. ‫ًﺎ ﺑﺨﺒﺮﻩ ﻭﺃﻥ ﻳﻜﻮﻥ ﻗﻮﻱ ﺍﻟﺒﺼﺮ‬ ‫ً ﻣ ﻮﺛ ﻮ ﻗ‬ ‫ً ﻋﺪ ﻻ‬‫ًﺎ ﻋﺎﻗﻼ‬‫ًﺎ ﺑﺎﻟﻐ‬ ‫ﻳﻜ ﻮ ﻥ ﻣ ﺴ ﻠﻤ‬
.‫ًﺎ‬
‫ ﺇﻛﻤﺎﻝ ﻋﺪﺓ ﺷﻌﺒﺎﻥ ﺛﻼﺛﻴﻦ ﻳﻮﻣ‬:‫ﺍﻟﺜﺎﻧﻲ‬
‫ﻓ ﺈ ﺫ ﺍ ﻛ ﺎ ﻧ ﺖ ﺍ ﻟ ﺴ ﻤ ﺎ ﺀ ﺻ ﺎ ﻓ ﻴ ﺔ ﻭ ﺧ ﺎ ﻟ ﻴ ﺔ ﻣ ﻦ ﻛ ﻞ ﻣ ﺎ ﻳ ﻤ ﻨ ﻊ ﺍ ﻟﺮ ﺅ ﻳ ﺔ ﻣ ﻦ ﻏ ﻴ ﻢ ﺃ ﻭ ﺳ ﺤ ﺎ ﺏ ﻭ ﻧ ﺤ ﻮ ﻩ‬
.‫ﻟﻴﻠﺔ ﺍﻟﺜﻼﺛﻴﻦ ﻣﻦ ﺷﻌﺒﺎﻥ ﻭﻟﻢ ﻳﺮﻭ ﺍﻟﻬﻼﻝ ﻭﺟﺐ ﺍﻟﺼﻮﻡ‬
. ‫● ﺃﻣﺎ ﺇﺫﺍ ﺣﺎﻝ ﺩﻭﻥ ﺭﺅﻳﺔ ﺍﻟﻬﻼﻝ ﻏﻴﻢ ﺃﻭ ﻧﺤﻮﻩ ﻟﻴﻠﺔ ﺍﻟﺜﻼﺛﻴﻦ ﻣﻦ ﺷﻌﺒﺎﻥ ﻓﻼ ﻳﺠﺐ‬

Ji'a Ramadanaa seenuu Akkami Beekna ?


Ji'a Ramadanaa seenuu karaa lamaan beekun ni
dand'ama
Kunis
1, Jiini ( baatin) argamuudhan
Kan arge sun garuu Muslima , Kan yaadu (maraataa
Kan ta'in ) ijoollee Kan ta'in , Kan hin sobne qaro
jabeessaa fi Kan jechisaa fudhatama qabu ta'uu
qaba
Garuu Kan arge sun nama tokko yoo te'e
soomanuun dirqama moo nama lama ta'uu qaba
Kan jedhu keessatti Ulamaa'oota biratti wal-dhabbii
jira.
Gariin Ulamaa'oota nama lama ta'uu qaba jedhanillee
garuu Irra hedduun Ulamaa'oota namni arke sun
Ulaagaa armaan olitti dubbatame kana ni qaba
taanan tokko ta'us soomanuun dirqama jedhan.
Garuu sha'abaana guyyaa 29tti yoo dumeysaf
baatte guuyyaa 30ffaa Soomanuun baatin mul'atuu
harami.
2,Lakkofsa guuyyaa ji'a sha'abaana soddoma

­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
8

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
guutuudha. Erga Sha'abaana soddoma guuttattee
booda garuu baatin mul'atuu baattus Soomanuun
dirqama
=> Baatii arkuudhaaf meshaa ammayyaa Kan Jia
mul'iftutti fayyadamuun yoo arkamte humaa miti
Kan arge sun nama Amanamaa taanaan
Soomanuun ni ta'a.

‫ﺑ ﻢ ﻳ ﺜ ﺒ ﺖ ﺩ ﺧ ﻮ ﻝ ﺷ ﻬﺮ ﺷ ﻮ ﺍ ﻝ ؟‬
‫ُﺮﺅﻳﺔ ﻫﻼﻟﻪ ﺑﺸﻬﺎﺩﺓ‬ ‫ًﺎ ﺃﻭ ﺑ‬ ‫ﻳﺜﺒﺖ ﺩﺧﻮﻝ ﺷﻬﺮ ﺷﻮﺍﻝ ﺑﺈﻛﻤﺎﻝ ﻋﺪﺓ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﺛﻼﺛﻴﻦ ﻳﻮﻣ‬
‫ُﺗﻘﺒﻞ ﻓﻴﻪ ﺷﻬﺎﺩﺓ ﺍﻟﻌﺪﻝ ﺍﻟﻮﺍﺣﺪ ﻋﻨﺪ ﺟﻤﻬﻮﺭ ﺍﻟﻌﻠﻤﺎﺀ ﻭﻫﻮ‬ ‫ﺍﺛﻨﺎﻥ ﺫﻭﺍ ﻋﺪﻝ ﻭﻻ‬
. ‫ﺍ ﻟﺮ ﺍ ﺟ ﺢ‬
Jiini Shawwala seenun akkamitti beekkama ?
Baatin Shawwala seenuu isii Kan beeknu takkaa
yoo Ramadaanni guuyyaa 30 guute ykn yoo
guuyyaa 29tti jini argame qofa.
Garuu Kan arge sun Nama lama Kan dhugaa
dubbatani fi jechisaanii fudhatama qabu yoo ta'e
malee akka Kan dabretti jecha nama tokkootin
soomana furuun hin ta'u.

:‫ُﺣﻜﻢ ﻣﻦ ﺭﺃﻱ ﻫﻼﻝ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﻭﺣﺪﻩ‬


Namni Baati Ramadana Kophaa arke Yo ?
Namni biyya gammoojjii namni tokko isa bira hin
jirre keessatti baatii arke ykn osuma nama hedduu
wajji baatii barbaadanii inni qoftiin yoo arke
takkahis baatii arkuusaa namatti himee yoo ni

­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
9

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
kijiba ykn Wallaaladha jedhanii irraa fudhachuu
didan Soomanuun isarratti dirqama jedhan Irra
hedduun Ulamaa'otaa.
:‫ُﺣﻜﻢ ﻣﻦ ﻟﻢ ﻳﻌﻠﻢ ﺑﺪﺧﻮﻝ ﺷﻬﺮ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﺇﻻ ﺑﻌﺪ ﻃﻠﻮﻉ ﺍﻟﻔﺠﺮ‬
‫ُﻳﻤﺴﻚ ﺑﻘﻴﺔ ﻳﻮﻣﻪ‬ ‫ﻣﻦ ﻟﻢ ﻳﻌﻠﻢ ﺑﺪﺧﻮﻝ ﺷﻬﺮ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﺇﻻ ﺑﻌﺪ ﻃﻠﻮﻉ ﺍﻟﻔﺠﺮ ﻓﻌﻠﻴﻪ ﺃﻥ‬
‫ﻭ ﻋ ﻠ ﻴ ﻪ ﺍﻟ ﻘ ﻀ ﺎ ﺀ‬
Namni erga Fajriin behee Jiini Ramadaan Seenuu
Yoo Dhagehe
Namni Fajrii booda Ramadaanni seenuu beeke ykn
dhagehe guuyyaa Nyaata oson nyaanne oola garuu
booda qadaa kafaluun isarratti dirqama.
Sababni isaatis osoo Fajriin hin bahin duratti
Soomanuuf hin niyanne ykn hin yaanne waan
ta'eef.
Kanaafuu Soomana Dirqamaa keessatti galgala
niyachuun dirqama.

‫ﺷﺮ ﻭ ﻁ‬
ُ‫ ﺻﺤﺔ‬:‫ﺻﻴﺎﻡ‬v
:‫ُﻳﺸﺘﺮﻁ ﻟﺼﺤﺔ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺃﻣﺮﺍﻥ‬
‫( ﺍﻟﻨﻴﺔ‬1)
‫ُﻤﻨﺎﻓﻲ ﻟﻠﺘﺮﺩﺩ ﻭﺍﻟﺘﻌﻴﻴﻦ ﺃﻱ ﺃﻥ ﻫﺬﺍ ﺍﻟﻴﻮﻡ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﺼﻮﻣﻪ‬ ‫● ﻭ ﻳ ﺸ ﺘﺮ ﻁ ﻓ ﻴ ﻬ ﺎ ﺍ ﻟ ﺠﺰ ﻡ ﺍ ﻟ‬
. ‫ﻣ ﻦ ﺭ ﻣ ﻀ ﺎ ﻥ ﺃ ﻭ ﻣ ﻦ ﻗ ﻀ ﺎﺋ ﻪ ﻭ ﻫ ﻜ ﺬ ﺍ‬
( ‫● ﻭﻳﺸﺘﺮﻁ ﻓﻴﻬﺎ ﺗﺒﻴﻴﺘﻬﺎ ﻣﻦ ﺍﻟﻠﻴﻞ ) ﻣﺎ ﺑﻴﻦُﻏﺮﻭﺏ ﺍﻟﺸﻤﺲ ﺇﻟﻰُﻃﻠﻮﻉ ﺍﻟﻔﺠﺮ‬
‫ﻭ ﻳ ﺤ ﺼ ﻞ ﺫ ﻟ ﻚ ﻓ ﻲ ﺃ ﻱ ﺟﺰ ﺀ ﻣ ﻨ ﻪ ﻭ ﻫ ﺬ ﺍ ﻓ ﻲ ﺍ ﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ﺍ ﻟ ﻮ ﺍ ﺟ ﺐ ﻟ ﻘ ﻮ ﻟ ﻪ ﺻ ﻠ ﻰ ﷲ ﻋ ﻠ ﻴ ﻪ‬
‫ُﻳﺒﻴﺖ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﻣﻦ ﺍﻟﻠﻴﻞ ﻓﻼ ﺻﻴﺎﻡ ﻟﻪ ( ﺭﻭﺍﻩ ﺃﺑﻮﺩﺍﻭﺩ ﻭﺍﻟﺘﺮﻣﺬﻱ‬ ‫ ) ﻣ ﻦ ﻟ ﻢ‬:‫ﻭ ﺳﻠ ﻢ‬
‫ﻭ ﺍﻟ ﻨ ﺴ ﺎﺋ ﻲ ﻭ ﺍﺑ ﻦ ﻣ ﺎ ﺟ ﻪ‬

Ulaagaalee Soomanaanaf Barbachisan


:- Obboleessa Aakiraa Soomanni kankee akka

­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
01

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
sirraa qeebalamuuf Ulaagaaleen Hadiisa keessatti
dubbataman guutamuu qaba.
Isaanis waa lama qofa
1, Niyaa (Yaaduu)
Kana jechuunis fkn Guuyyaa boru yoo kan
soomanuu deemtu taate guuyyaa boruu soomana
Ramadaana ykn yoo Kan dabre sirraa hir'ates qadaa
Ramadaana Kan soomantu yoo taate Nin soomana
moo hin soomanu jettee osoo qalbirra hin
deddeebisne boru nin soomana jettee murachuudha.
●Yeroon niyaatis Soomana waajibaa keessatti
halkan (yeroo aduun seenterraa jalqabee hanga
fajriin bahutti) dirqama ta'a
=>Ergamaan Rabbii nagaafi Rahmanni isaanirratti
haa jiraatu Akki jedhan "Namni halkan niyaa
soomanaa hin bulfatin ykn hin niyatin Soomanni
isaa hin jiru" Hadisa kana Abi Dawid, Turmuzy,
Annasa'iy, ibnu Majah, Faatu odeesse
Hub:-Halkan niyachuun Kunis Kan dirqama ta'u
soomana Waajibaa ykn Dirqamaa keessatti qofa.
Soomana sunnaa keessatti fajrii boodas Erga
aduun baatehis walakkeessa guuyyaatiin duratti
oso nyaata hin nyaatin yoo soomanuu niyate ni ta'a

‫ُﻳﺸﺘﺮﻁ ﺃﻥ ﺗﻜﻮﻥ ﻣﻦ ﻛﻞ ﻟﻴﻠﺔ ﻣﻦ ﻟﻴﺎﻟﻲ ﺷﻬﺮ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﻋﻨﺪ ﺃﺑﻲ ﺣﻨﻴﻔﺔ‬


‫●ﻭ‬
. ‫ﻭ ﺍﻟ ﺸ ﺎ ﻓ ﻌ ﻲ ﻭ ﺭ ﻭ ﺍﻳ ﺔ ﻋ ﻦ ﺃ ﺣ ﻤ ﺪ‬
Halkan yaaddee ykn niyattee buluun Kan dirqama
ta'u Halkan tokko oson ta'in halkan Ramadaanaa
guutuudha.

­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
11

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


‫‪------------------------------------------‬‬

‫)‪ (2‬ﺍﻟﻄﻬﺎﺭﺓ ﻣﻦ ﺍﻟﺤﻴﺾ ﻭﺍﻟﻨﻔﺎﺱ‪.‬‬

‫‪2ffan , Qulqullaahuudha.‬‬

‫‪Kunis Dhiiga marsaa laguu tii fi dhiiga Yeroo‬‬


‫‪dahuumsaa (dhalaa) irraa qulqullaahuudha‬‬
‫‪Bu'uraalee Soomanaa‬‬
‫‪Bu'uraalee soomanaa Jechuun Kan soomanni‬‬
‫‪isiidhaan malee hin arkamne jechuudha.‬‬
‫‪1,Wantoota soomana namarraa furan hunda‬‬
‫‪dhiisuudha. Isaanis full duratti isiniif ibsina.‬‬
‫‪2, Yeroon ati keessa soomantu guuyyaa ta'uu‬‬
‫‪qaba‬‬

‫ﻋ ﻠ ﻰ ﻣ ﻦ ﻳ ﺠ ﺐ ﺍﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ؟‬
‫ﺃ ﺟ ﻤ ﻊ ﺍﻟ ﻌ ﻠ ﻤ ﺎ ﺀ ‪ :‬ﻋ ﻠ ﻰ ﺃ ﻥ ﺍﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ﻳ ﺠ ﺐ ﻋ ﻠ ﻰ ‪:‬‬
‫ُﻤﺴﻠﻢ‪ ) :‬ﻓﻼ ﺻﻴﺎﻡ ﻋﻠﻰ ﻛﺎﻓﺮ (‪.‬‬ ‫‪ -1‬ﺍﻟ‬
‫ُﻳﺪﺭﻙ ﺍﻷﺷﻴﺎﺀ‬ ‫ُﻳﺪﺭﻛﻬﺎ ﻭﻳﻔﻬﻤﻬﺎ ﺃﻣﺎ ﻣﻦ ﻟﻢ‬ ‫‪ -2‬ﺍﻟﻌﺎﻗﻞ‪ ) :‬ﻭﻫﻮ‪ :‬ﻣﻦ ﻳﻌﻘﻞ ﺍﻷﺷﻴﺎﺀ ﻭ‬
‫ﻓﻼ ﻳﺠﺐ ﻋﻴﻪ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﻣﺜﻞ ﺍﻟﻤﺠﻨﻮﻥ ﻭﻣﻦ ﻛﺒﺮ ﺳﻨﻪ ﺣﺘﻰ ﺻﺎﺭ ﻻ ﻳﻌﻘﻞ (‪.‬‬
‫‪ -3‬ﺍﻟﺒﺎﻟﻎ‪ ) :‬ﻭﻫﻮ ﻣﻦ ﺍﺗﺼﻒ ﺑﺄﺣﺪ ﻋﻼﻣﺎﺕ ﺍﻟﺒﻠﻮﻍ ﻭﻫﻲ ﺛﻼﺛﺔ ﺑﺎﻟﻨﺴﺒﺔ ﻟﻠﺬﻛﺮ‪ُ:‬ﺧﺮﻭﺝ‬
‫ُﺑﻠﻮﻍ ﺍﻟﺴﻨﺔ ﺍﻟﺨﺎﻣﺴﺔ ﻋﺸﺮ ﺃﻭ ﺇﻧﺰﺍﻝ ﺍﻟﻤﻨﻲ ﻭﺗﺰﻳﺪ ﺍﻟﻤﺮﺃﺓ ﺃﻣﺮ ﺭﺍﺑﻊ‬ ‫ﺷ ﻌﺮ ﺍ ﻟ ﻌ ﺎ ﻧ ﺔ ﺃ ﻭ‬
‫ﻭﻫﻮ ﺍﻟﺤﻴﺾ (‪.‬‬
‫ﻭﻻ ﻳﺠﺐ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﺼﺒﻲ‪.‬‬
‫● ﺍﻟﺼﺒﻲ ) ﻭﺇﻥ ﻛﺎﻥ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﻏﻴﺮ ﻭﺍﺟﺐ ﻋﻠﻴﻪ ( ﺇﻻ ﺃﻧﻪ ﻳﻨﺒﻐﻲ ﻟﻮﻟﻲ ﺃﻣﺮﻩ ﺃﻥ ﻳﺄﻣﺮﻩ‬
‫ًﺍ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﻳﺼﺢ ﻣﻨﻪ ﻭﻟﻪ ﺃﺟﺮ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ‬ ‫ًﺎ ﻟﻪ ﻭﻗﺎﺩﺭ‬ ‫ﺑﻪ ﻟﻴﻌﺘﺎﺩﻩ ﻣﻦ ﺍﻟﺼﻐﺮ ﻣﺎﺩﺍﻡُﻣﺴﺘﻄﻴﻌ‬
‫ﻋ ﻠ ﻰ ﺍ ﻟ ﺼ ﺤ ﻴ ﺢ ﻭ ﻟ ﻮ ﺍ ﻟ ﺪ ﻳ ﻪ ﺃ ﺟﺮ ﺍ ﻟ ﺘ ﻌ ﻠ ﻴ ﻢ ﻭ ﺍ ﻟ ﺘﺮ ﺑ ﻴ ﺔ ﻭ ﺍ ﻟ ﺤ ﺚ ﻋ ﻠ ﻰ ﺍ ﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ﻓ ﻌ ﻦ ﺍ ﻟﺮ ﺑ ﻴ ﻊ ﺑ ﻨ ﺖ‬
‫ﻣ ﻌ ﻮ ﺫ ﻗ ﺎﻟ ﺖ ‪ :‬ﻛ ﻨ ﺎ ﻧ ﺼ ﻮ ﻡ ﺻ ﺒ ﻴ ﺎﻧ ﻨ ﺎ ﻭﻧ ﺠ ﻌ ﻞ ﻟ ﻬ ﻢ ﺍﻟ ﻠ ﻌ ﺒ ﺔ ﻣ ﻦ ﺍﻟ ﻌ ﻬ ﻦ ﻓ ﺈ ﺫ ﺍ ﺑ ﻜ ﻰ ﺃ ﺣ ﺪ ﻫ ﻢ ﻋ ﻠ ﻰ‬
‫ﺍﻟﻄﻌﺎﻡ ﺃﻋﻄﻴﻨﺎﻩ ﺫﺍﻙ ﺣﺘﻰ ﻳﻜﻮﻥ ﻋﻨﺪ ﺍﻹﻓﻄﺎﺭ ( ﺭﻭﺍﻩ ﺍﻟﺒﺨﺎﺭﻱ ﻭﻣﺴﻠﻢ‪.‬‬
‫‪ -4‬ﺍﻟﺼﺤﻴﺢ‪ :‬ﻓﻼ ﺻﻴﺎﻡ ﻋﻠﻰ ﻣﺮﻳﺾ ﻭﻣﻦ ﻓﻲُﺣﻜﻤﻪ ﻣﺜﻞ ﺍﻟﺸﻴﺦ ﺍﻟﻜﺒﻴﺮ ﻭﺍﻟﺤﺎﻣﻞ‬
‫ُﻤﺮﺿﻊ‪.‬‬ ‫ﻭ ﺍﻟ‬
‫­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­‬
‫‪21‬‬

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
( ‫ ) ﻓﻼ ﻳﺠﺐ ﻋﻠﻰُﻣﺴﺎﻓﺮ‬:‫ُﻤﻘﻴﻢ‬
‫ ﺍﻟ‬-5
.( ‫ُﻧﻔﺴﺎﺀ‬‫ ) ﻓﻼ ﻳﺠﺐ ﻋﻠﻰ ﺣﺎﺋﺾ ﺃﻭ‬:‫ ﺍﻟﺨﻠﻮ ﻣﻦ ﺍﻟﻤﻮﺍﻧﻊ‬-6
Soomanni Nama kamirratti Dirqama ?
1, Muslima (Nama Islaama hin ta'in irratti soomanni
dirqamaa miti )
2, Nama Yaadu (Aaqila) jechuunis Nama sammuun
isaa yoo waa gaafatan yaaddee beekee deebisuu
danda'uudha.
Kana jechuunis maraataa fi namoota dullumaan
sammuun isaa yaaduu dhiifte irratti Soomanni
dirqamaa miti jechuudha.
3, Ballakhu ykn Umrii saala lammeysoo gahuu
Kunis Dhiira biratti mallattoo sadi agarsiisudhaan
beekama isaanis Umriin waggaa 15 gahuu, Qaama
saalaa gama olitti Rifeensa magarsuu, Fedhiin
(sparme) irraa bu'uudha.
Warri Shamarranii ammoo mallattoo sadeen
tanarratti afuraffa Laguu (daraaraa)kan jedhamu
san arkuudha.
●Waggaan 15 gaditti dirqama ta'uu baatus garuu i
ijoollee yeroo isaan danda'anitti soomanatti ajajuun
Haadhaa fi Abbaa ykn Nama isaan guddisurratti
dirqama yoo soomananis soomana isaanii irratti
sawaaba ni arkatan Haadhaa fi Abbaan ykn Kan
isaan guddises isaan barsiisurratti sawaaba
arkatan. Gogaa jiidhatti Maran jedhaniimiree !
●Hadiisa Raabi' intalti jedhamtu odeessite Rabbiin
irraa haa jaalatu akkas jette "Nuti ilmaan keenya
soomanatti ajajnee waan taphataniin isaaniif
qopheessinee hanga furuun geessutti yeroo isaa
beelawani iyyan taphaan irraanfachiifna"jette
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
31

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
Bukhari fi muslimtu odeesse.
4,Fayyaa Qabaachuu.
Kana jechuun dhibee xixiqqaa oson ta'in Nama
dhibee cimaa sababa soomanaatin itti hammaatee
lubbuu isaa dabarsuu ykn miidhaa hamaa itti fiduu
danda'u dhukkubsatu irratti dirqamaa miti.
5,Nama Biyya jiru (imaltuu Kan ta'in)
Nama karaa deemu (imaltuu) irratti soomanni
dirqamaa miti
Deemsa ykn imala Dirqamummaa soomanaa sirraa
buusu imala akkami akka ta'e Fuul-duratti yoo Rabbi
jedhe siif ibsina.
6,Dubartii Laguun (daraaraan) itti hin jirre
akkasumas tan Dhalte waan hin ta'in Hundarrattuu
Soomanni dirqama ta'a.

i
:‫ُﻳﺮﺧﺺ ﻟﻬﻢ ﺍﻟﻔﻄﺮ ﻭﻳﺠﺐ ﻋﻠﻴﻬﻢ ﺍﻟﻘﻀﺎﺀ ﻓﻘﻂ‬ ‫ﻣﻦ‬

:‫ُﻳﺮﺟﻰ ﺷﻔﺎﺀ ﻣﺮﺿﻪ‬ ‫( ﺍﻟﻤﺮﻳﺾ ﺍﻟﺬﻱ‬1)


.‫ُﺑﺮﺅﻩ )ﺷﻔﺎﺅﻩ ( ﻭﻳﺠﺐ ﻋﻠﻴﻪ ﺍﻟﻘﻀﺎﺀ‬ ‫ُﻳﺮﺟﻰ‬
‫ﻳ ﺒ ﺎ ﺡ ﺍ ﻟ ﻔ ﻄﺮ ﻟ ﻠ ﻤﺮ ﻳ ﺾ ﺍ ﻟ ﺬ ﻱ‬
‫ُﻤﺒﻴﺢ ﻟﻠﻔﻄﺮ ﻫﻮ ﺍﻟﻤﺮﺽ ﺍﻟﺸﺪﻳﺪ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﺰﻳﺪ ﺑﺎﻟﺼﻮﻡ ﺃﻭ ﻳﺨﺸﻰ ﺗﺄﺧﺮ‬ ‫ﻭ ﺍ ﻟ ﻤﺮ ﺽ ﺍ ﻟ‬
. ‫ﺑﺮ ﺋ ﻪ‬
:‫ُﻤﺴﺎﻓﺮ‬ ‫( ﺍﻟ‬2)
‫ُﺗﻘﺼﺮ‬ ‫ُﺗﻘﺼﺮ ﺍﻟﺼﻼﺓ ﺑﺴﺒﺒﻪ ﻓﻴﻬﺎ ﺃﻥ ﺍﻟﺬﻱ‬ ‫ُﻤﺒﻴﺢ ﻟﻠﻔﻄﺮ ﻫﻮ ﺍﻟﺴﻔﺮ ﺍﻟﺬﻱ‬ ‫● ﺍﻟﺴﻔﺮ ﺍﻟ‬ii
‫ ﻛﻢ ( ﺑﺎﻟﺘﻘﺮﻳﺐ ﻻ‬81 ) :‫ ﻭﻣﻘﺪﺍﺭ‬:‫ُﻳﻘﺪﺭ ﺑﻤﺴﺎﻓﺔ ﻣﺴﻴﺮﺓ ﻳﻮﻣﻴﻦ ﻭﻫﻲ‬ ‫ﺍﻟﺼﻼﺓ ﺑﺴﺒﺒﻪ‬
. ‫ﺍﻟ ﺘ ﺤ ﺪﻳ ﺪ‬
‫● ﺇﺫﺍ ﻛﺎﻥ ﺍﻟﺴﻔﺮ ﺃﻭ ﺍﻟﻤﺮﺽ ﻳﺸﻖ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﺼﺎﺋﻢ ﻣﺸﻘﺔ ﺷﺪﻳﺪﺓ ﻏﻴﺮُﻣﺤﺘﻤﻠﺔ ﻭﻳﻀﺮﻩ‬
. ‫ﻓ ﺈ ﻧ ﻪ ﻳ ﺤﺮ ﻡ ﻋ ﻠ ﻴ ﻪ ﺍ ﻟ ﺼ ﻮ ﻡ‬
Nama Soomana Furee Booda Qadaa Kafaluun
isaaf Hayyamamu

­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
41

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
Amantaa islaamaa keessatti namni Soomana
furee booda qadaa Kafaluun isaaf Hayyamamu
keessaa
1, Dhukkubsataa Ni fayya jedhamee yaadamu
Soomana furee yeroo fayyetti qadaa baasa.
Yoon fayyin achumaan du'e ammoo qadaan
isarratti hin jiru
Ammoo Yoo erga Jiini Ramadaanaa dhumee
fayyee hanga silaa oso soomanee qadaa san
Kafaluu danda'u caalaa oso qadaa hin baasin erga
tureen booda dhibeen itti deebitee oso hin fayyin
yoo du'e Haadhaa ykn Abbaa takkawu maatiisaatu
irraa soomana.

2, Imaltuudha.
Imalli sababaa isaatif soomana furuun
hayyamamu imala (deemsa) gabaabaa oson ta'in
imala isa keessatti salaata gabaabsuun hayyamamu
qofa.
●Ulamaa'oonni akka jedhan imalli keessatti Salaata
gabaabsuun hayyamamu amna guuyyaa lamaa ykn
tilmaaman (81km) tti tilmaamamuudha jedhan.
● Yeroo ammaa kan imalli ilma namaa konkolaatan
ta'e kanatti garuu yoo itti ulfaate malee Fururra
soomanuutu irra caala.
Sababnis Jiini Ramadaanaa yeroo akkaan
kabajamtuu waan taatef Soomana isii keessa
soomantuutu qadaa boodaatirra Caala
‫ًﺍ ﺃﺛﻨﺎﺀ ﺻﻴﺎﻣﻪ ﻣﺘﻲ ﻳﻔﻄﺮ؟‬
‫ًﺎ ﺃﻛﻴﺪ‬
‫● ﻣ ﻦ ﻧ ﻮ ﻱ ﺍ ﻟ ﺴ ﻔﺮ ﻭ ﻋﺰ ﻡ ﻋ ﻠ ﻴ ﻪ ﻋﺰ ﻣ‬
‫ُﻳﻔﺎﺭﻕ ﻋﺎﻣﺮ ﺑﻠﺪﺗﻪ ﻭﻫﻮ ﻗﻮﻝ ﺟﻤﻬﻮﺭ ﺍﻟﻌﻠﻤﺎﺀ ﻭﻫﻮ ﺍﻟﺮﺍﺟﺢ ﻷﻧﻪ ﻟﻢ‬ ‫ُﻳﻔﻄﺮ ﺣﺘﻰ‬
‫ﻻ‬
‫ُﻳﻌﺮﺽ ﻟﻪ ﻣﺎ ﻳﻤﻨﻌﻪ ﻣﻦ ﺳﻔﺮﻩ ﺃﻣﺎ ﻣﻦ‬ ‫ُﻤﻘﻴﻢ ﺣﺘﻰ ﻳﺨﺮﺝ ﻷﻧﻪ ﻗﺪ‬ ‫ﻳﺰﻝ ﻓﻲُﺣﻜﻢ ﺍﻟ‬
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
51

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
‫ﻧ ﻮ ﻱ ﺍ ﻟ ﺴ ﻔﺮ ﻭ ﻟ ﻢ ﻳ ﺸﺮ ﻉ ﻓ ﻴ ﻪ‬
‫ُﻤﺴﺎﻓﺮ ﻭﻓﺮﻕ ﺑﻴﻦ ﻧﻴﺔ ﺍﻟﺴﻔﺮ ﻭﺍﻟﺴﻔﺮ ﺫﺍﺗﻪ‬ ‫ٍﻭ ﻓﻘﻂ ﻭﻟﻴﺲ ﻟﻪُﺣﻜﻢ ﺍﻟ‬‫ﺑ ﺎ ﻟ ﺨﺮ ﻭ ﺝ ﻓ ﻬ ﻮ ﻧ ﺎ‬
‫ُﺗﺸﺮﻉُﺭﺧﺺ ﺍﻟﺴﻔﺮ ﻣﻦ ﻗﺼﺮ ﻟﻠﺼﻼﺓ‬ ‫ﻷﻥ ﺍﻟﺴﻔﺮ ﻫﻮ ﺍﻟﻌﺬﺭ ﻭﻟﻴﺴﺖ ﻧﻴﺘﻪ ﻭﻟﺬﻟﻚ ﻻ‬
.‫ﻭﻧﺤﻮﻫﺎ ﺇﻻ ﺑﻌﺪ ﺍﻟﺸﺮﻭﻉ ﻓﻴﻪ‬
Namni ji'a Ramadan keessa amnadeemuu niyate
(yaade) yeroo Kam fura ?

Namni Ramadaana keessa imaltuu deemu imalli


isaa imala dheeraa soomana furuu isaaf
hayyamsiisu ta'ullee osoo jogola ganda keessa
jiraatuu ykn ganda keessa jiraatu san keessaa oso
hin bahin Soomana furuun hin ta'u.
Sababni isaatis hanga ganda sanirraa bahutti
imaluuf niyate ( yaade) malee imaltuu hin jedhamu
rakkoon itti dhuftee isa hambisuu dandeessi
kanaafuu yoo oso gandarraa hin bahin isaa fure
Rakkoon itti dhuftee isa hambifte inni akkuma nama
soomana beekaa furetti itti gaafatama.
Hub:- Akkuma namni tokko yoo biyya fagoo takkan
imala jedhee qalbiin yaade hanga amna jal-qabutti
Salaata gabaabsuun isaaf hin taane hanga imala
jal-qabutti Soomanas furuun isaaf hin ta'u.
‫( ﺍﻟﺤﺎﺋﺾ ﻭﺍﻟﻨﻔﺴﺎﺀ‬3)
‫ﺃ ﺟ ﻤ ﻊ ﺍ ﻟ ﻌ ﻠ ﻤ ﺎ ﺀ ﻋ ﻠ ﻰ ﺃ ﻧ ﻪ ﻳ ﺤﺮ ﻡ ﻋ ﻠ ﻴ ﻬ ﻤ ﺎ ﺍ ﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ﻭ ﺇ ﺫ ﺍ ﺻ ﺎ ﻣ ﺘ ﺎ ﻻ ﻳ ﺼ ﺢ ﺻ ﻮ ﻣ ﻬ ﻤ ﺎ ﻭ ﻳ ﻘ ﻊ ﺑ ﺎ ﻃ ﻼ‬
ً
. ‫ﻭ ﻋ ﻠ ﻴ ﻬ ﻤ ﺎ ﺍﻟ ﻘ ﻀ ﺎ ﺀ‬
3,Dubartii dhaltee fi tan laguun itti jirtus Soomanni
irratti haraami yeroo qulqullaahan booda hanga
furan san qadaa baasun isanirratti dirqama.

:‫ُﻣﺴﺘﺤﺒﺎﺕ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﻭﺁﺩﺍﺑﻪ‬


:‫ُﻳﺮﺍﻋﻲ ﻓﻲ ﺻﻴﺎﻣﻪ ﺍﻵﺩﺍﺏ ﺍﻵﺗﻴﺔ‬
‫ُﻳﺴﺘﺤﺐ ﻟﻠﺼﺎﺋﻢ ﺃﻥ‬
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
61

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


‫‪------------------------------------------‬‬
‫‪ -1‬ﺍﻟﺴﺤﻮﺭ‪ :‬ﻭﻫﻮ ﺍﻷﻛﻞ ﻭﺍﻟﺸﺮﺏ ﻓﻲ ﻭﻗﺖ ﺍﻟﺴﺤﺮ ﺑﻨﻴﺔ ﺍﻟﺼﻮﻡ ﻭﻗﺪ ﺃﺟﻤﻌﺖ ﺍﻷﻣﺔ‬
‫ﻋ ﻠ ﻰ ﺍ ﺳ ﺘ ﺤ ﺒ ﺎ ﺑ ﻪ ﻭ ﺃ ﻧ ﻪ ﻻ ﺇ ﺛ ﻢ ﻋ ﻠ ﻰ ﻣ ﻦ ﺗﺮ ﻛ ﻪ ‪.‬‬
‫‪ -2‬ﺗﺄﺧﻴﺮ ﺍﻟﺴﺤﻮﺭ ﺇﻟﻰ ﺍﻟﺠﺰﺀ ﺍﻷﺧﻴﺮ ﻣﻦ ﺍﻟﻠﻴﻞ‪ :‬ﻭﻳﺒﺘﺪﺉ ﻭﻗﺖ ﺍﻟﺴﺤﻮﺭ ﻣﻦُﻣﻨﺘﺼﻒ‬
‫ﺍ ﻟ ﻠ ﻴ ﻞ ﺇ ﻟ ﻰ ﻃ ﻠ ﻮ ﻉ ﺍ ﻟ ﻔ ﺠﺮ ‪.‬‬
‫ُﻳﻌﺠﻞ ﺍﻟﻔﻄﺮ ﻣﺘﻰ ﺗﺤﻘﻖُﻏﺮﻭﺏ ﺍﻟﺸﻤﺲ‪.‬‬ ‫ُﻳﺴﺘﺤﺐ ﻟﻠﺼﺎﺋﻢ ﺃﻥ‬ ‫‪ -3‬ﺗﻌﺠﻴﻞ ﺍﻟﻔﻄﺮ‪:‬‬
‫ًﺍ‪:‬‬‫‪ -4‬ﺍﻟﻔﻄﺮ ﻋﻠﻲ ﺗﻤﺮ ﺃﻭ ﻣﺎﺀ ﻭﻳﻜﻮﻥ ﻭﺗﺮ‬
‫‪ -5‬ﺍﻟﺪﻋﺎﺀ ﻋﻨﺪ ﺍﻟﻔﻄﺮ ﻭﺃﺛﻨﺎﺀ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ‪ :‬ﻓﻌﻦ ﺃﻧﺲ ﺑﻦ ﻣﺎﻟﻚ ﺭﺿﻲ ﷲ ﻋﻨﻪ ﻗﺎﻝ‪ :‬ﻗﺎﻝ‬
‫ُﺗﺮﺩ ﺩﻋﻮﺓ ﺍﻟﻮﺍﻟﺪ ﻭﺩﻋﻮﺓ ﺍﻟﺼﺎﺋﻢ‬ ‫ﺭﺳﻮﻝ ﷲ ﺻﻠﻰ ﷲ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ‪ ) :‬ﺛﻼﺙ ﺩﻋﻮﺍﺕ ﻻ‬
‫ُﻤﺴﺎﻓﺮ ( ﺭﻭﺍﻩ ﺍﻟﺒﻴﻬﻘﻲ‬ ‫ﻭ ﺩ ﻋ ﻮ ﺓ ﺍﻟ‬
‫‪ -6‬ﺍﻟﺪﻋﺎﺀ ﻋﻨﺪ ﺍﻟﻔﻄﺮ ﺑﻤﺎ ﻳﺄﺗﻲ‪ :‬ﻋﻦ ﻋﺒﺪﷲ ﺑﻦ ﻋﻤﺮ ﺭﺿﻲ ﷲ ﻋﻨﻬﻤﺎ ﻗﺎﻝ‪ ) :‬ﻛﺎﻥ‬
‫ﺭ ﺳ ﻮ ﻝ ﷲ ﺻ ﻠ ﻰ ﷲ ﻋ ﻠ ﻴ ﻪ ﻭ ﺳ ﻠ ﻢ ﺇ ﺫ ﺍ ﺃ ﻓ ﻄﺮ ﻗ ﺎ ﻝ ﺫ ﻫ ﺐ ﺍ ﻟ ﻈ ﻤ ﺄ ﻭ ﺍ ﺑ ﺘ ﻠ ﺖ ﺍ ﻟ ﻌﺮ ﻭ ﻕ ﻭ ﺛ ﺒ ﺖ‬
‫ﺍﻷﺟﺮ ﺇﻥ ﺷﺎﺀ ﷲ ( ﺭﻭﺍﻩ ﺃﺑﻮﺩﺍﻭﺩ ﻭﺍﻟﻨﺴﺎﺋﻲ ﻭﺍﻟﺒﻴﻬﻘﻲ ﻭﺍﻟﺪﺍﺭﻗﻄﻨﻲ ﻩ‪.‬‬
‫ُﻣﺪﺍﺭﺳﺔ ﺍﻟﻘﺮﺁﻥ‪:‬‬ ‫ُﺠﻮﺩ ﻭ‬ ‫‪ -7‬ﺍﻟ‬
‫‪ -8‬ﺍﻻﺟﺘﻬﺎﺩ ﻓﻲ ﺍﻟﻌﺒﺎﺩﺓ ﻓﻲ ﺍﻟﻌﺸﺮ ﺍﻷﻭﺍﺧﺮ ﻣﻦ ﺭﻣﻀﺎﻥ‪:‬‬
‫ُﻳﺤﺒﻂ ﺛﻮﺍﺏ ﺍﻟﺼﻮﻡ ﻣﻦ ﺍﻟﻤﻌﺎﺻﻲ‪ :‬ﻣﺜﻞ ﺍﻟﻜﺬﺏ ﻭﺍﻟﻐﻴﺒﺔ ﻭﺍﻟﻨﻤﻴﻤﺔ‬ ‫‪ -9‬ﺍﻟﺘﺮﻓﻊ ﻋﻤﺎ‬
‫ُﻤﺤﺮﻣﺎﺕ‬ ‫ُﺒﻌﺪ ﻋﻦ ﺟﻤﻴﻊ ﺍﻟﺸﻬﻮﺍﺕ ﻭﺍﻟ‬ ‫ُﺨﺼﻮﻣﺔ ﻭﺍﻟﻤﺮﺍﺀ ﻭﺍﻟ‬ ‫ﻭ ﺍﻟ‬
‫ﺷ ﺘ ﻢ ﺇ ﻧ ﻲ ﺻ ﺎ ﺋ ﻢ ‪ :‬ﻓ ﻌ ﻦ ﺃ ﺑ ﻲ ﻫﺮ ﻳﺮ ﺓ ﺭ ﺿ ﻲ ﷲ ﻋ ﻨ ﻪ ﻗ ﺎ ﻝ ‪ :‬ﻗ ﺎ ﻝ‬ ‫‪ -10‬ﺃﻥ ﻳﻘﻮﻝ ﺇﺫﺍُ‬
‫ﺭﺳﻮﻝ ﷲ ﺻﻠﻰ ﷲ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ‪ ) :‬ﺇﺫﺍ ﻛﺎﻥ ﻳﻮﻡ ﺻﻮﻡ ﺃﺣﺪﻛﻢ ﻓﻼ ﻳﺮﻓﺚ ﻭﻻ ﻳﺼﺨﺐ‬
‫ﻓ ﺈ ﻥ ﺳ ﺎ ﺑ ﻪ ﺃ ﺣ ﺪ ﺃ ﻭ ﻗ ﺎ ﺗ ﻠ ﻪ ﻓ ﻠ ﻴ ﻘ ﻞ ﺇ ﻧ ﻲ ﺍ ﻣﺮ ﺅ ﺻ ﺎ ﺋ ﻢ ( ﺭ ﻭ ﺍ ﻩ ﺍ ﻟ ﺒ ﺨ ﺎ ﺭ ﻱ ﻭ ﻣ ﺴ ﻠ ﻢ ‪.‬‬
‫‪Namoota Soomananiif Barbaachisoo Kan ta'an‬‬
‫‪Wantoonni nama soomana qabuuf barbaachisan.‬‬
‫‪1,Hiraaba nyaachuu.‬‬
‫‪Kunis boru nisoomanaa yaadaa halkan keessa‬‬
‫‪nyaata nyaachuu yeroo ta'u kunis Dirqama oson‬‬
‫‪ta'in Jaalatamaadha.‬‬
‫‪2,Hiraaba booda aansuu.‬‬
‫‪Yeroon hiraabaatis walakkeessa halkanirraa‬‬
‫‪eegalee hanga fajriin bahuttillee ta'u Garuu‬‬
‫‪Ergamaan Rabbii Nagayaa fi Rahmanni isaanirratti‬‬
‫‪haa jiraatuu hiraaba booda aansaa jedhan‬‬
‫‪3,Furaa jerjersuu.‬‬
‫­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­‬
‫‪71‬‬

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
Kana jechuun oso aduun hin seenin jechuu miti
erga seensa aduu sirritti addaan baafattee booda
malee.
5,Yoo Arkatte Timiraan furuu inninuu qarii goote
3,5,1
Yoo hin arkanne ammoo bishaaniin furuu.
6, Yeroo furte booda Du'aa'ii godhachuu.
■ Ergamaan Rabbii Nagayaa fi Rahmanni
isanirratti haa jiraatuu akki jedhan "Gammachuun
nama Soomanee yeroo lama tan duraa yeroo
Soomana fure ammoo tan lammaffa Jannatatti
waan Rabbiin Sababa soomanaatin isaaf qopheesse
yeroo arke" jedhan.
Nutis guuyyaa har'aa yeroo Soomana furre ni
gammanna Garuu ta'us nuti waan biraatiif oson
ta'in Hanga guuyyaa beeloyne amma garaa
guuttanne jenneeti kan gammannu.
Gammachuun Mu'mintootaa garuu garaan isaanii
guutachuuf oson taane
Yaa Rabbi kan guuyyaa har'aa kanatti waan
Soomana kiyya balleessu hunda narraa qabdee
nagayaan Soomana nu Oolfachiifte Galanni sihaa
gahu jedhaniti gammadu.
7, Qur'aana Qara'uu fi Kan hin beynes barachuufii
dhaggeeffachuu heddommeysuu.
8,Kurnan boodaa keessa ibaadaa jabeessuu.
9,Wantoota sawaaba Soomanaa nama duraa
hir'isan Kan akka Kijiba, nama hamachuu, nama
walidiruu fi k.k.f irraa fagaachuu.
10, Nama si arrabse ykn waan si mufachiisu siin
jedhe An Soomana jetteenii bira dabruu.
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
81

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
:‫ُﻳﺒﺎﺡ ﻓﻲ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ‬ ‫ﻣﺎ‬
:‫ُﻳﺒﺎﺡ ﻓﻲ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﻣﺎ ﻳﺄﺗﻲ‬
‫( ﺍﻟﻨﺰﻭﻝ ﻓﻲ ﺍﻟﻤﺎﺀ ﻭﺍﻻﻧﻐﻤﺎﺱ ﻓﻴﻪ ﻟﻠﺘﺒﺮﺩ ﻣﻦ ﺷﺪﺓ ﺍﻟﺤﺮ ﻣﻊ ﺍﻻﺣﺘﺮﺍﺯ ﻣﻦ‬1)
. ‫ﺗ ﺴﺮ ﺏ ﺍ ﻟ ﻤ ﺎ ﺀ ﺇ ﻟ ﻰ ﺍ ﻟ ﺠ ﻮ ﻑ‬

Wantoota Nama Soomanaatif Hayyamaman


Wantoonni nama soomana qabuuf hayyamaman
kanneen armaan gadiiti.
1,Bishaan keessa limuu ykn lixu qabbaneeffachuuf
jecha akka bishaan Afaanin, funyaanin, fi qaawa
biraatiinis gara keessatti hin seenne eeggachaa
akkasumas hoo'af jecha Qaama dhiqachuu fi
bishaan qabbanaawaa matarratti naqachuun
dhoorkaa miti.
2, Kuulii ijaa kuullachuu
3, Limmee qorichaaf diratamu hidda dhiigaarra ykn
gogaa jala Kan diramu ta'us dirachuun ni
danda'ama
Hub:-Limmeen sun yoo tan akka nyaatatti ykn
dhugaatitti fayyaddu taate fi Kan nyaatatti isan
haajamsiifne yoo taate fkn Kan akka Glucose
fayyadamuun hin ta'u nama isii fayyadame
Soomannisaa ni furama.
4, Afaan lulluuqqachuu fi Funyaanittis ol fudhachuu
Kan yeroo wudu'aa sunnummaadhaaf godhamudha.
Garuu akka yeroo soomana hin qabnetti haalan ol
fudhachuu hin ta'u.
5,Wantoota liqimfamuu isii dhoorkuu hin dandeenye
Kan akka hancufaa,dhukkee karaa, dhukkee
midhaanii keessaahuu namoota mana maashina
midhaan daaku keessa hojjataniif akkasumas
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
91

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
wantoonni biraatis te'ee Kan akka hin liqimfamne
hambisuun hin danda'amne hundinuu hin balleysu.
6, Dhiqaansa dirqmaa yoo qabaate sababa abjutin
ta'us ykn halkan jaartii wajjiin ciisus hanga fajriin
bahu eegee boodarra dhiqachuun ni danda'ama.
7, Dubartiin laguun itti jirtu ykn tan dhalte dhiigni
halkan keessa yoo irraa dhaabbate oson dhiqatin
soomanuuf niyattee erga fajriin behee booda yoo
dhiqattes ni ta'a.
8,Nyaata Dhandhamanii soogidda akka likkii te'e
laaluun ni danda'ama.
Garuu dhandhama san yoo liqimse soomanni ni
bada
9, Namni Soomana qabu wantoota akka qorichaa
ijaa fii gurra keessa bufachuun ni danda'ama.
10, Foolii Urgaawaa funfachuu.

: ‫● ﻣ ﻜﺮ ﻭ ﻫ ﺎ ﺕ ﺍ ﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ‬
Wantoota Namoota Soomana Qabanif
Jibbamoo Ta'an

‫ُﺒﻌﺪ ﻋﻨﻬﺎ‬‫ُﺗﻔﻀﻲ ﺇﻟﻰ ﻓﺴﺎﺩﻩ ﻓﻴﻨﺒﻐﻲ ﺍﻟ‬


‫ﻭ ﻫ ﻲ ﻓ ﻲ ﺍﻟ ﺤ ﻘ ﻴ ﻘ ﺔ ﻻ ﺗ ﻔ ﺴ ﺪ ﺍﻟ ﺼ ﻮ ﻡ ﻭﻟ ﻜ ﻦ ﻗ ﺪ‬
: ‫ﻣ ﻦ ﺑ ﺎ ﺏ ﺳ ﺪ ﺍﻟ ﺬ ﺭﻳ ﻌ ﺔ ﻭ ﻫ ﻲ‬
Wantoota Nama Soomana qabanirratti jibbamoo
ta'an jechuun wantoota Soomana balleessan jechuu
oson ta'in wantoota yoo daleyde gara Soomana
sirraa baleysutti nama geessan jechuudha
kanaafuu irraa fagaatuun barbaachisaadha. Isaanis,
.‫ُﻤﺒﺎﻟﻐﺔ ﻓﻲ ﺍﻟﻤﻀﻤﻀﺔ ﻭﺍﻻﺳﺘﻨﺸﺎﻕ ﻟﺤﺪﻳﺚ ﻟﻘﻴﻂ ﺑﻦ ﺻﺒﺮﺓ ﺍﻟﺴﺎﺑﻖ‬ ‫( ﺍﻟ‬1)
Yeroo wudu'aatis tehee waan biraatiifis afaan
lulluuqachuu fii funyaanitti ol-fudhachuu keessatti
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
02

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
haalan ol xuuxuu irraa of eeguu.
kanaafuu namni soomanaa bakka kanatti of
eeggachuu qaba.
Yoo of eeggannoon bishaan ol xuuxee
akkasumaanuu fedhii isaatiin ala gad liqinfame
soomanni hin badu.
Garuu yoo haalan ol-xuuxee osoo ittin yaadin gad
liqimse Soomanni ni bada. Sababnisaatis nama
Soomana qaburratti yeroo wudu'aa bishaan haalan
ol-xuuxun jibbamaadha.

.‫( ﺍﻟﺘﻔﻜﻴﺮ ﻓﻲ ﺍﻟﺠﻤﺎﻉ‬2)


2, Waa'ee wal-qunnamtii saalaa sammuun yaaduu
.3‫(ﺗﺬﻭﻕ ﺍﻟﻄﻌﺎﻡ ﻟﻐﻴﺮ ﺣﺎﺟﺔ‬3)

3Wantoota Soomana Balleessu Ta'ee Kan Qadaa


Qofa Dirqama Taasisu.

:‫( ﺗﻌﻤﺪ ﺍﻷﻛﻞ ﻭﺍﻟﺸﺮﺏ‬1)


‫ ﺇﺩﺧﺎﻝ ﺷﻲﺀ ﺇﻟﻰ ﺍﻟﻤﻌﺪﺓ ﻋﻦ ﻃﺮﻳﻖ ﺍﻟﻔﻢ ﻭﻫﻮ ﻋﺎﻡ ﻳﺸﻤﻞ ﻣﺎ ﻳﻨﻔﻊ ﻭﻣﺎ‬:‫ﻭﺍﻷﻛﻞ ﻫﻮ‬
.‫ﻳﻀﺮ ﻭﻣﺎ ﻻ ﻧﻔﻊ ﻓﻴﻪ ﻭﻻ ﺿﺮﺭ‬
1, Nyaataa fi Dhugaatii:
Kunis wantoota afaaniin Kara qochimaa ( garaacha
)tti gadi liqinfaman te'ee kan ilma namaa fayyadu
ykn miidhu ta'us akkasumas kan faayidaa fii miidhas
hin qabne ta'us soomana ni balleessa.
Qadaa qofaatu irratti wajjaba (dirqama ) ta'a.

‫ً ﻓﺈﻧﻪ ﻳﺘﻢ ﺻﻮﻣﻪ ﻭﻻ ﻗﻀﺎﺀ ﻋﻠﻴﻪ‬


‫ًﺎ ﺃﻭ ﺟﺎﻫﻼ‬
‫ﻭ ﻣ ﻦ ﺃ ﻛ ﻞ ﺃ ﻭ ﺷﺮ ﺏ ﻧ ﺎ ﺳ ﻴ‬
●HUB:- Namni Irraanfiidhaan yookawu wallaalaan
akkasumas dirqisiifamee waa nyaate ykn dhuge
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
12

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
yeroo yaadatetti, takkahu Soomana ta'uu beeketti
nyaata ykn dhugaatii isaa addaan kutee Soomana
isaa itti fufuu qaba qadaanis isarratti hin jiru.
●Ilmi namaa waan Dirqamaan, irraanfiin, akkasumas
wallaalan dalage (hojjate ) irraa hin gaafatamu.

:‫( ﻣﺎ ﻳﻘﻮﻡ ﻣﻘﺎﻡ ﺍﻷﻛﻞ ﻭﺍﻟﺸﺮﺏ‬2)


2, Wantoota akka Nyaatatti ykn Dhugaatitti fayyadan
Kan akka Glucose Kan hidda dhiigaatiin namaaf
kennamu akka Nyaatatti waan gargaaruuf soomana
ni balleessa.
Garuu qadaa qofa baasa.
:‫( ﺗﻌﻤﺪ ﺍﻟﻘﻲﺀ‬3)
3, Ofiin of haqqisiisuu Quba isaa lagaa keessa
kaawudhan ykn halkan salaata Subhiitin duratti
waan nama haqqisiisu nyaatee Subhii booda yoo
haqqisiifte soomanni ni bada Qadaa baasun
isarratti dirqama ta'a.
=>Ammoo namni dhukkubaan ta'uu ykn
Xabiyaadhaan ta'uu Kan akka nama konkolaataa
keessatti haqqisuuti fedhii isaatiin maletti yoo
haqqise soomanni isaa hin badu qadaanis irran jiru
:‫( ﺍﻟﺤﻴﺾ ﻭﺍﻟﻨﻔﺎﺱ‬4)
‫ﻓﻤﻦ ﺣﺎﺿﺖ ﺃﻭ ﻧﻔﺴﺖ ﻭﻟﻮ ﻓﻲ ﺍﻟﻠﺤﻈﺔ ﺍﻷﺧﻴﺮﺓ ﻣﻦ ﺍﻟﻨﻬﺎﺭ ﻓﺴﺪ ﺻﻮﻣﻬﺎ ﻭﻋﻠﻴﻬﺎ‬
. ‫ﻗ ﻀ ﺎ ﺀ ﻫ ﺬ ﺍ ﺍﻟ ﻴ ﻮ ﻡ ﺑ ﺈ ﺟ ﻤ ﺎ ﻉ ﺍﻟ ﻌ ﻠ ﻤ ﺎ ﺀ‬
Dubartii laguu argite ykn tan dhalte Osoo erga aduun
jihaa tokkoon lixxee boodallee argitee Soomanni isii
ni bada qadaa baasuunis dirqama.
:‫( ﺗﻌﻤﺪُﺧﺮﻭﺝ ﺍﻟﻤﻨﻲ‬5)
5,Fedhii ykn (sperm) ofiif ofirraa buusuu.
Dubartii laaluu bay'isuudhan takkaahu
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
22

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
Yaaduudhaan akkasumas harkaan qaama saalaa of
riguudhaan yoo bu'e soomanni ni bada qadaa
baasuun dirqama ta'a.
6, Dubartiin garaa qabdu ykn tan hoosiftu lubbuu
ofiitif miidhamuu sodaattee yoo furtes qadaa
qofaatu irratti dirqama ta'a.
7,Namoota sababa dhukkubaatiif Soomana furanis
yeroo fayyetti qadaa qofaatu irratti dirqama ta'a.
8, Nama imaltuu dhaaf jecha furee fi k.k.f nis
qadaa qofaatu dirqama irratti ta'a.

‫( ﻣﻦ ﻧﻮﻱ ﺍﻹﻓﻄﺎﺭ ﻭﻋﺰﻡ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﻫﻮُﻣﺘﻌﻤﺪ ﺑﻄﻞ ﺻﻮﻣﻪ ﻭﺇﻥ ﻟﻢ ﻳﺄﻛﻞ ﺃﻭ‬9)
. ‫ﻳ ﺸﺮ ﺏ‬
9, Namni tokko waallaalan oso hin ta'in Soomana
furuu yoo niyate ykn yaade Nyaataafii dhugaatii
tuquu baatus soomanni isaa ni bada.
‫(( ﺍﻟﺮﺩﺓ ﻋﻦ ﺍﻹﺳﻼﻡ ﻛﻤﻦ ﺷﺒﻪ ﷲ ﺑﺨﻠﻘﻪ ﻛﺄﻥ ﻳﻘﻮﻝ ﺇﻧﻪ ﻓﻲ ﺟﻬﺔ ﻛﺬﺍ ﺃﻭ‬10
‫ﺇﻧ ﻪ ﻳ ﺤ ﺘ ﺎ ﺝ ﺇﻟ ﻰ ﺧ ﻠ ﻘ ﻪ ﺃ ﻭ ﺳ ﺐ ﷲ ﺟ ﻞ ﻭ ﻋﻼ ﺃ ﻭ ﻧ ﺒ ﻴ ﻪ ﺻ ﻠ ﻰ ﷲ ﻋ ﻠ ﻴ ﻪ ﻭ ﺳ ﻠ ﻢ ﺃ ﻭ ﺩﻳ ﻨ ﻪ‬
.‫ﻭﺍﻟﻌﻴﺎﺫ ﺏﷲ‬
10, Islaamummarraa garagaluu.
Kan akka Rabbi uumama isaatitti fakkeessuu ykn
Rabbiin Kallattiilee jahan (Baha, Dhiha, Kaaba, Kibba,
Jalaa fi Gubbaa )keessaa kallattii takka qofatti
argama jettee yaaduu, akkasumas Rabbiin
uumama isaatitti haajama jettee yaaduu
Kana males Rabbii fi Ergamaa isaa akkasumas
Diin-islaam Arrabsuu fi k.k.fakkaatan hundi waan
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
32

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
islaamummaarraa nama baasu waan ta'eef
Soomana ni balleessa.
:‫ُﻳﻮﺟﺐ ﺍﻟﻘﻀﺎﺀ ﻭﺍﻟﻜﻔﺎﺭﺓ‬‫ُﻳﺒﻄﻞ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﻭ‬
‫ﻣﺎ‬
Waan Soomana namarraa Furee Qadaa fi Kaffaartaa
Dirqama Taasisu.
.‫ُﻳﻮﺟﺐ ﺍﻟﻘﻀﺎﺀ ﻭﺍﻟﻜﻔﺎﺭﺓ‬‫ﺃﺟﻤﻊ ﺍﻟﻌﻠﻤﺎﺀ ﻋﻠﻰ ﺃﻥ ﺍﻟﺠﻤﺎﻉُﻳﺒﻄﻞ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﻭ‬
●Wal-qunnamtii saalaa.
Namni Osoo beekuu ykn irraanfiin maletti
akkasumas osoo hin dirqamin Fajrii booda
Wal-qunnamtii saalaa godhe soomanni isaa ni bada.
Innis qadaa baasee dabalataan gabra bilisoomsa,
yoon dandeenye ykn yeroo ammaa gabri hin jiru
waan te'eef ji'a lama wal-faana kan addaan hin
kunne soomana.
Yoo sababa adda addaatin dhukkubee ta'us guuyyaa
tokko fure irra deebi'a.
Takkaahuu Miskiina (dhabaa ) jahaatam (60)
nyaachisa.
Namoota Soomana Furan Kan Fidyaa Qoftiin Irratti
Dirqamaa.
●Namni Dullumaaf (jaarsummaaf) akkasumas
Dhukkubsataa fayyaan isaa hin kajeelamne yoo
soomana furan Qadaan isaanirratti dirqamaa miti.
Garuu guuyyaa hunda miskiinaaf (dhabaaf) sadaqaa
Muddii takka ykn 1/4 sugudaa Kenna.
Namoota Soomana Furan Kan Qadaa fi Fidyaan
irratti Dirqama Ta'u
●Dubartiin garaa qabdu ykn tan hoosiftu yoon
Soomane lubbuun Daa'ima kanaa ni miidhama
jettee yoo soomana furte yeroo qadaa baastu
hunda guuyyarraa muddii takka Miskiinaf kennuun
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
42

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
irratti dirqama.
Garuu yoo lubbuu ofiitif jettee furte Qadaa qofaatu
irratti dirqama ta'a.
●Nama Soomana Ramadaana furee osoo qadaa
hin baasin Ramadaanni itti aanu irra dabre qadaa
hundaa wajjiin Muddii takka takkaatu dirqama ta'a.

‫ﺯ ﻛ ﺎ ﺓ ﺍ ﻟ ﻔ ﻄﺮ‬
Zakaan fixrii Kan wajjabu ( dirqama) Kan ta'u nama
Islaama te'ee ji'a Ramadaanaatii fi shawwalirraa
yeroo gabaabdullee ta'u dhaqqabate irratti dirqama
ta'a.
Kana jechuunis namni tokko ji'a Ramadaanaa
guutuu jiraatee Soomana guuyyaa xumuraa oso
aduu seenuf waa xiqqo hafe yoo du'e zakaan fixrii
irratti dirqama miti. Erga aduun lixxe yoo du'e garuu
zakaan fixrii dirqama ta'a.
Akkasumas daa'imni takka Ramadaana guuyyaa
xumuraa aduun seenuun duratti yoo dhalatte
daa'imni tun dhaloonni isii ji'a Ramadaanaa keessa
te'ee yeroo aduun lixxe ji'a Shawwaala seente waan
te'eef zakaan fixrii irratti dirqama ta'a.
akkasuma oso aduun hin seenin dhalattee erga
aduun seente yoo duutes fixrii irraa baasuun
dirqama ta'a.

●Zakaan fixrii nama muslimaa mataa isaatiifi


nama nafaqaan isaa irratti dirqamaa hundarraa
baasuun dirqama taati.
Kunis hangi kennuun dirqama ta'u Nama tokko
irraa Suguda tokko ykn guuyyaa har'aa mizaanaan
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
52

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
kilo lama fi cinaa (2.5)Kg dha.
■ Ergamaan Rabbii Nagayaa fi Rahmanni
isaanirratti haa jiraatuu akki jedhan "Soomanni
Ramadaanaa Kan hundi keessan soomantan
Dachee fi samii jiddutti fannifamee taa'a hanga
Zakaa fixrii baafattanitti " jedhan.
Kana jechuunis Soomanni nuti soomannu
hundinuu hanga fixrii hin baasinitti hin qeebalamu
jechuudha.
▪ Erga fixrii baasnu malee soomanni keenya Kan
fudhatama hin qabne ykn hin qeebalamne te'ee
yeroon fixrii baasnu yoo yeroo kami ?
Zakaan Fixrii yeroo mutaa'aa osoo qabuu garuu
yeroo jaalatamtus ni qaba yeroo jibbamtus ni qaba
yeroo dhoorkaatis ni qaba.
● Sababni zakaan fixrii dirqama te'eef Soomanaa fi
Furiinsafi waan te'eef Sababaa lamaan keessa
takka yoo arkamte jechuunis Yeroo Ramadaanni
seenerraa jalqabee fixrii baasuun ta'ullee garuu ji'a
Ramadaanaatirraa guuyyaan lama yeroo hafe ykn
Ayyaana iidaa dura guuyyaa lama kennachuun irra
jaalatamaadha.
●Namni yeroo Ramadaanni dura seenu Zakaa fixrii
yoo baase jiini Ramadaanaa oso hin dhumin yoo
du'e zakaan fixrii irratti dirqamaa miti. Kan inni
dursee kannate sun sadaqatti isaaf lakkaawama.
●Hubachiisa.
1,Zakaa fixrii Ramadaana jal-qaba irraa eegaltee
kennuun ni ta'a.
2,Guuyyaa Ayyaana Iidaatiif guuyyaa lama Kan hafe
kennuun jaalatamaadha.
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
62

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
3,Guuyyaa Iidaa yeroo fajriin behe irraa kaasee
hanga salaata Iidatti kennuun dirqama.
4,Salaata Iidaa booda hanga Aduun lixxutti kennuun
jaalatamaa miti.
5, Guuyyaa Iidaa erga aduun lixxe booda kennuun
haraami.

Gaaffiilee Adda Addaa Waa'ee Soomanaa Irratti


Deebisaa Wajjiin
1,Soomanni Ramadaana yoom dirqama te'e.
D- Hijraa ykn godaansa Ergamaan Rabbii Makka
irraa Kara madiinaa galanii waggaa lammaffatti
dirqama te'e.
2, Ergamaan Rabbii Nagayaf Rahmanni isaanirratti
haa jiraatuu Ramadaana meeqa Soomane. ?
D- Ramadaana sagal (9) soomanan.
3, Wantoota gurguddoo ji'a Ramadaanaa keessa
ta'e maal faadha.?
D - 1, Qur'aanni isii keessa bu'uu jalqabe
2, Banaminsi (Fat-hin) makkaa
Ramadaana keessa taate.
3, Lolli Badrii isii keessa adeemsifame.
Kan biraatis Hedduudha.
4, Namni tokko guuyyaa Ramadaana rakkoon
maletti yoo fure akkam ta'a. ?
D- Namoota Islaamummaan Ramadaana akka furu
hayyamteef hin ta'in rakkoo takkaan maletti namni
fure Dilii gurguddoo seene waan te'eef Towbachuu
qaba.
5, Hanga fure yoo qadaa ni kafalaa ?
D - Eyye ! Garuu
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
72

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
Akkuma Namni Salaata irraanfate yeroo yaadatetti
salaatus Kan beekaa dhiisa irra deebi'ee salaatullee
dilii jalaa hin baanetti Kan soomanaatis dilii jalaa
hin ba'u.
6, Soomanni Nama Kam irratti dirqama ta'a. ?
D - Dhiiraa fi Dubara Muslima ta'anii amala saala
lammaffa agarsiisan (baaligh) ta'an hunda irratti
dirqama yoo Nama Dhukkubsatu , Kan karaa deemuu
fi Dubartii xahara hin qabne taate malee.
7, Namni Kaafiraa tokko Ramadaana guuyyaa
keessa yoo Islaamummaa fudhate akkam ta'a. ?
D - Guuyyaa san erga Islaamummaa fudhatee
booda waa nyaachuun hin ta'u.
8, Ramadaana achi dura dabre yoo qadaa ni baasaa
?
D - Guuyyaa tokkicha isa keessa Islaamummaa
fudhate san malee kan dabre qadaa hin baasu.
9, Namni tokko Gànamarraa hanga galgalatti yoo
Gaggabaan ture soomanni isaa ni ta'aa.?
D - Yoo Fajrii dura Gaggabee hanga aduun lixxutti
dammaquu baate Soomanni isaa ni bada Garuu
guuyyaa keessa Yeroo xiqqoo taatullee yoo
dammaqe soomanni isaa ni jira.
10, Salaanni ji'a Ramadaana qofa suunnaa ta'u ni
jiraa. ?
D - Eyyee !
11, Maqaan isaa maali.?
D - Taraawiha.
12, Sunnaa ta'uu isii Ragaan maali.?
D - Ergamaan Rabbii Nagayaa fi Rahmanni irratti
haa jiraatuu akki jedhan "Namni Ramadaana
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
82

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
keessa Waadaa Rabbii dhugoomsee dhaabbate dilii
isaa tan dabarte hunda isaaf araarama" jedhan.
13,Raka'aa Meeqan dhaabbachuutu sunnaadha. ?
D - Raka'aa hangana jedhamee daangeeffamni
Ergamaa Rabbii irraa hin dhufne.
14, Duuba Guuyyaa har'aantanaa hangam yoo
salaanne Gaariidha.?
D - Salaata sunnaati waan te'eef namuu hanga
dande'e Salaatus Rakkoo hin qabu ta'ullee Garuu
Khaliifan Ergaa Rabbii Umar Kan akka salaatamu
ajaje raka'aa digdama (20) Ergamaan Rabbii s.a.w
Sunnaa kiyyaa fi Khaliifoota kiyyaa qabadhaa
waan jedhaniif Raka'aa digdama yoo salaatan irra
caala.
15, Taraawiha Raka'aa kudhatokko (11) Kan salaatu
yoo sunnaa Ergaa Rabbiiti moo eessarraa
fuudhame.?
D- Osoo Ergamaan Rabbii tarawiha raka'aa
kudhatokkon Sunnaa ykn karaa godhanii Umar
ibnu Khaxxab akkamitti tan Ergaa Rabbii dhiisee
Digdama akka salaatan ajaja ?
=> Hub:- Ergamaan Rabbii Yeroo Ramadaanaatis
te'ee Yeroo biraatis Halkan keessa Raka'aa
kudhatokkoo ol hin salaanne jedha.
Salaanni Taraawihaa Ramadaana keessa malee hin
jiru.
Kanaafuu kudhatokkoo isaan salaatan kun
Ramadaana keessa Taraawiha yoo jedhame yeroo
Ramadaanni behe silaa ni dhiisan.
garuu Ergamaan Rabbii s.a.w waggaa guutuu
Salaatan waan te'eef Kun Tarawiha oso hin ta'in
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
92

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
Salaata leyliiti.
Ergamaan Rabbii Tarawiha hin salaanne kanaf
Umar Raka'aa hangana haa salaatamu jedhe
murteesse malee oso isaan Salaatanii turani silaa
hanguma isaan Salaatan qofa Salaata.
■Gariin Namaa akki jedhu "Namni Tarawiha
Raka'aa kudhatokko salaate Sunnaa Ergaa Rabbii
jala deeme Kan digdama salaate ammoo sunnaa
Umar jala deeme" jedhu
Hub:-Umar Sahaabota keessaa Nana Sunnaa
Rassuulaa akkaan hordofuun beekkamuudha.
Umar ibnu Khaxxaab Sunnaa Ergaa Rabbii ni
faallessaa Yookin Sunnaa Sunnaa Rassuulaa
Faalleessitu ni qabaa. ?
Kana jechuun sirrii miti Kanaafuu Tarawiha guutuu
Kan jedhamu Kan yeroo duraa irraa eegalee Irra
hedduun Masjiidootaa addunyaa gubbarraa Masjiida
Makkaatii fi Kan Madiinaatis dabalatee salaataa
turee fi Salaataa jiranii Raka'aa digdama.
Garuu Akkas ta'us kanaaf jecha wal-falmuu fi
wal-loluun hin barbaachisu Sababnis Sunnaadha
waan ta'eef kan dande'e raka'aa lamallee tahu hanga
dande'e haa salaatu.
Guuyyaa har'aa Islaamni nama Salaata Fardii ykn
dirqamaa lakkisetti osoo hin dubbanne Tarawiha
keessatti wal-lolaa jira Hadaraa Kun hin
barbaachisu.
16, Jiini Ramadaanaa Jalqabarraa hanga dhumatti
darajaan takka moo yeroo caaltuu ni qaba.?
D- Ni qaba Kunis Kurnan boodaa keessa.
17,Maalif Kurni boodaa caalaa te'e.?
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
03

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
D - Halkan sadarkaa qabu kan ibaadaan ykn kheyriin
halkan tokkicha sanii tan ji'a kumaatirra ykn waggaa
83.3tirra namaaf caaltu keessatti waan argamuufi
Rabbiin San nu qunnamsiisee warra ittiin milkaawu
nu haa godhu.
18, Shawwala irraa guuyyaa jaha soomanaa kan
jedhamu kana walitti yoo maxxansuu baatan ni
ta'aa.?
D - Eyyee,!Xumura shawwalitti ta'us ykn guyyaa
tokko soomantee jiddun furaa ooftus ni ta'a.
19, Guuyyaan Soomanuun haramii (dhoorkaa ) ni
jiraa.?
D - Eyyee,! Guuyyaa sadihi isaanis Guuyyaa Iidaa
lamaanii fi Guuyyaa baatiin dhabamuudhan
Ramadaanni Seene moo hin seenne jedhamee
Shakkamuudha.
20, Zakaan fixrii nama akkam irratti dirqama taati.?
D - Nama Qabeenyarraa waan guuyyaa idaatii fi
halkan san nyaaturraa waan hafuuf qaburratti
dirqama taati.

‫۔‬Rabbiitu Beeka. !!!


"‫" ﺗ ﺘ ﺠ ﺎ ﻓ ﯽ ﺟ ﻨ ﻮ ﺑ ﻬ ﻢ ﻋ ﻦ ﺍ ﻟ ﻤ ﻀ ﺎ ﺟ ﻊ‬
، ‫ ﻭ ﺫﻟ ﻴ ﻞ ﻣ ﻐ ﻤ ﻮ ﻝ ﻣ ﺘ ﻮ ﺍ ﺿ ﻊ‬، ‫ﻟ ﻮ ﺭ ﺃﻳ ﺘ ﻬ ﻢ ﺑ ﻴ ﻦ ﺳ ﺎ ﺟ ﺪ ﻭ ﺭ ﺍ ﻛ ﻊ‬
، ‫ﻭ ﻣ ﻨ ﻜ ﺴﺮ ﺍ ﻟ ﻄﺮ ﻑ ﻣ ﻦ ﺍ ﻟ ﺨ ﻮ ﻑ ﺧ ﺎ ﺷ ﻊ‬
، ‫ ﻓ ﺈ ﺫ ﺍ ﺟ ﻦ ﺍﻟ ﻠ ﻴ ﻞ ﺣ ﻦ ﺍﻟ ﺠ ﺎ ﺯ ﻉ‬،
" ‫"ﺗ ﺘ ﺠ ﺎ ﻓ ﻰ ﺟ ﻨ ﻮﺑ ﻬ ﻢ ﻋ ﻦ ﺍﻟ ﻤ ﻀ ﺎ ﺟ ﻊ‬
‫ ﻭﺃﺑﺪﺍﻧﻬﻢ‬،‫ ﻭﻗﻠﻮﺑﻬﻢ ﺑﺎﻷﺷﻮﺍﻕ ﻓﻠﻘﺖ‬،‫ﻧﻔﻮﺳﻬﻢ ﺑﺎﻟﻤﺤﺒﺔ ﻋﻠﻘﺖ‬

­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
13

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


‫‪------------------------------------------‬‬
‫ﻟ ﻠ ﺨ ﺪ ﻣ ﺔ ﺧ ﻠ ﻘ ﺖ ‪ ،‬ﻳ ﻘ ﻮ ﻣ ﻮ ﻥ ﺇ ﺫ ﺍ ﺍﻧ ﻄ ﺒ ﻘ ﺖ ﺃ ﺟ ﻔ ﺎ ﻥ ﺍﻟ ﻬ ﺎ ﺟ ﻊ ‪،‬‬
‫"ﺗ ﺘ ﺠ ﺎ ﻓ ﻰ ﺟ ﻨ ﻮﺑ ﻬ ﻢ ﻋ ﻦ ﺍﻟ ﻤ ﻀ ﺎ ﺟ ﻊ "‬
‫ﻳﺒﺎﺩﺭﻭﻥ ﺑﺎﻟﻌﻤﻞ ﺍﻷﺟﻞ‪ ،‬ﻭﻳﺠﺘﻬﺪﻭﻥ ﻓﻲ ﺳﺪ ﺍﻟﺨﻠﻞ‪ ،‬ﻭﻳﻌﺘﺬﺭﻭﻥ‬
‫ﻣ ﻦ ﻣ ﺎ ﺿ ﻲ ﺍ ﻟﺰ ﻟ ﻞ ‪ ،‬ﻭ ﺍ ﻟ ﺪ ﻣ ﻊ ﻟ ﻬ ﻢ ﺷ ﺎ ﻓ ﻊ ‪،‬‬
‫"ﺗ ﺘ ﺠ ﺎ ﻓ ﻰ ﺟ ﻨ ﻮﺑ ﻬ ﻢ ﻋ ﻦ ﺍﻟ ﻤ ﻀ ﺎ ﺟ ﻊ "‬
‫ﺳﺒﻖ ﻭﷲ ﺍﻟﻘﻮﻡ‪ ،‬ﺑﻜﺜﺮﺓ ﺍﻟﺼﻼﺓ ﻭﺍﻟﺼﻮﻡ‪ ،‬ﻓﺈﺫﺍ ﺃﻗﺒﻞ ﺍﻟﻠﻴﻞ ﺣﺎﺭﺑﻮﺍ‬
‫ﺍ ﻟ ﻨ ﻮ ﻡ ‪ ،‬ﻭ ﺍ ﻟ ﻌﺰ ﻡ ﻓ ﻲ ﺍ ﻟ ﻄ ﻮ ﺍ ﻟ ﻊ ‪،‬‬
‫"ﺗ ﺘ ﺠ ﺎ ﻓ ﻰ ﺟ ﻨ ﻮﺑ ﻬ ﻢ ﻋ ﻦ ﺍﻟ ﻤ ﻀ ﺎ ﺟ ﻊ "‬
‫ﻳ ﻨ ﺎ ﺩ ﻱ ﻣ ﻨ ﺎ ﺩ ﻱ ﺗ ﺎﺋ ﺒ ﻬ ﻢ ‪ :‬ﻻ ﺃ ﻋ ﻮ ﺩ ‪ ،‬ﻭ ﺍﻟ ﻤ ﻨ ﻌ ﻢ ﻳ ﻨ ﻌ ﻢ ﺑ ﺎﻟ ﻘ ﺒ ﻮ ﻝ ﻭﻳ ﺠ ﻮ ﺩ ‪ ،‬ﻫ ﻢ‬
‫ﻭﷲ ﻣﻦ ﺍﻟﻜﻮﻥ ﺍﻟﻤﻘﺼﻮﺩ‪ ،‬ﻓﻤﺎ ﺣﻴﻠﺔ ﺍﻟﻤﻄﺮﻭﺩ ‪،‬ﻭﺍﻟﻤﻌﻄﻲ ﻣﺎﻧﻊ‬
‫"ﺗ ﺘ ﺠ ﺎ ﻓ ﻰ ﺟ ﻨ ﻮﺑ ﻬ ﻢ ﻋ ﻦ ﺍﻟ ﻤ ﻀ ﺎ ﺟ ﻊ "‬
‫ًﺎ‬
‫ﻛ ﻦ ﻳ ﺎ ﻫ ﺬ ﺍ ﺭ ﻓ ﻴ ﻘ ﻬ ﻢ ‪ ،‬ﻭﻟ ﺞ ﻭ ﺇ ﻥ ﺷ ﻖ ﻣ ﻀ ﻴ ﻘ ﻬ ﻢ ‪ ،‬ﻭ ﺍ ﺳ ﻠ ﻚ ﻭﻟ ﻮ ﻳ ﻮ ﻣ‬
‫ﻃﺮ ﻳ ﻘ ﻬ ﻢ ‪ ،‬ﻓ ﺎ ﻟ ﻄﺮ ﻳ ﻖ ﻭ ﺍ ﺳ ﻊ ‪،‬‬
‫" ﺗ ﺘ ﺠ ﺎ ﻓ ﻰ ﺟ ﻨ ﻮ ﺑ ﻬ ﻢ ﻋ ﻦ ﺍ ﻟ ﻤ ﻀ ﺎ ﺟ ﻊ"‬
‫ﺍ ﻫ ﺠﺮ ﺑ ﺎ ﻟ ﻨ ﻬ ﺎ ﺭ ﻃ ﻴ ﺐ ﺍ ﻟ ﻄ ﻌ ﺎ ﻡ ‪ ،‬ﻭ ﺩ ﻉ ﻓ ﻲ ﺍ ﻟ ﺪ ﺟ ﻰ ﻟ ﺬ ﻳ ﺬ ﺍ ﻟ ﻤ ﻨ ﺎ ﻡ ‪ ،‬ﻭ ﻗ ﻞ‬
‫ﻷﻏﺮﺍﺽ ﺍﻟﻨﻔﺲ ‪ :‬ﺳﻼﻡ‪ ،‬ﻭﷲ ﻳﺪﻋﻮﺍ ﺇﻟﻰ ﺩﺍﺭ ﺍﻟﺴﻼﻡ‪، ،‬ﻓﻤﺎ ﻳﻘﻌﺪ‬
‫ﺍﻟ ﺴ ﺎ ﻣ ﻊ ‪،‬‬
‫" ﺗ ﺘ ﺠ ﺎ ﻓ ﻰ ﺟ ﻨ ﻮ ﺑ ﻬ ﻢ ﻋ ﻦ ﺍ ﻟ ﻤ ﻀ ﺎ ﺟ ﻊ"‬
‫ﻳ ﺎ ﻣ ﻦ ﻳﺮ ﺟ ﻮ ﺍ ﻣ ﻘ ﺎ ﻡ ﺍ ﻟ ﺼ ﺎ ﻟ ﺤ ﻴ ﻦ ‪ ،‬ﻭ ﻫ ﻮ ﻣ ﻘ ﻴ ﻢ ﻣ ﻊ ﺍ ﻟ ﻐ ﺎ ﻓ ﻠ ﻴ ﻦ ‪ ،‬ﻭ ﻳ ﺄ ﻣ ﻞ‬
‫ﻣ ﻨ ﺎ ﺯ ﻝ ﺍ ﻟ ﻤ ﻘﺮ ﺑ ﻴ ﻦ ‪ ،‬ﻭ ﻫ ﻮ ﻳ ﻨﺰ ﻝ ﻣ ﻊ ﺍ ﻟ ﻤ ﺬ ﻧ ﺒ ﻴ ﻦ ‪ ،‬ﺩ ﻉ ﻫ ﺬ ﺍ ﺍ ﻟ ﻮ ﺍ ﻗ ﻊ ‪ ،‬ﺍ ﻟ ﺼ ﺪ ﻕ‬
‫ﺍﻟ ﺼ ﺪ ﻕ ﻓ ﻴ ﻪ ﺗ ﺴ ﻠ ﻢ ‪ ،‬ﺍﻟ ﺠ ﺪ ﺍﻟ ﺠ ﺪ ﻓ ﻴ ﻪ ﺗ ﻐ ﻨ ﻢ ‪ ،‬ﺍﻟ ﺒ ﺪ ﺍ ﺭ ﺍﻟ ﺒ ﺪ ﺍ ﺭ ﻗ ﺒ ﻞ ﺃ ﻥ‬
‫ﺗ ﻨ ﺪ ﻡ ‪ ،‬ﻫ ﺬ ﺍ ﻫ ﻮ ﺍﻟ ﺪ ﻭ ﺍ ﺀ ﺍﻟ ﻨ ﺎ ﻓ ﻊ ‪،‬‬
‫"ﺗ ﺘ ﺠ ﺎ ﻓ ﻰ ﺟ ﻨ ﻮﺑ ﻬ ﻢ ﻋ ﻦ ﺍﻟ ﻤ ﻀ ﺎ ﺟ ﻊ "‬

‫‪Seenaa Dinqisiisaa‬‬
‫‪Sheka Keenyarra akka dhageenyetti‬‬
‫­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­‬
‫‪23‬‬

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
"Nama Tokko Aalima Beekkamaa Hayyuu
Amantaa islaamaa Kan te'e Ilmi isaa
joollummaadhan tilmaama umrii waggaa kudhanii
keessatti isaan biraa bade.
isaanis barbaadanii osoo Du'ee hin awwaallatin
dhabanii Ni jiraa fi ni du'ee isaa Kan hin beekne akka
waan du'etti sabbaran.
Erga isaan du'a isaa malee jireenya saa shakkullee
dhiisanii waggaa soddoma dabree guuyyaa tokko
gama galgalaa Kan biiftuun lixxee diiminni ifa isii
dachee nuura bareedaa uwwisee walaq jechaa jiru
keessa namni tokko adeemaa dhufee Hayyuu
beekkamaa kanatti ol-seenee isarra kufee booyaa
dhungachutti seene.
Nama guddaa qaama qabeessa Kan gaalee
(Areeda ) rifeensaa kana Sheytichi beekuu dhiisii
eessattin arke jedhee yaaduu mudateYaaboo ati
eenyu ?, jedhee gaafate
Namtichis maqaa isaa himee ilmasaa Kan waggaa
soddom dura bade ta'uu isaa itti hime yeroo kana
Sheytichi of wallaalee mucaa hammatee wal
dhungachaa walitti boohuu jal-qaban.
Osoo isaan walitti boohaa jiranii ijoollee fi
dubartoonni hulaa duraa ililbee eegalan yeroo kana
maali ? jedhanii gaafannaan bar baatii
Ramadaanaatu dhalatee jennaan Jarri lachuu
walitti boohuu dhiisii nagaallee wal-gaafachuu
lagatanii manuma tokkicha keessatti Namuu
kophaa behee zikrii fi qur'aanan wajji malee walii
wajjiin haasawuu dhiisanii Erga Ramadaanni behee
boodaa nagaa wal-gaafachutti deebi'an"
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
33

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------
Garaan isaanii akkamitti dande'e Kan jedhuuf
deebiin Meeshaa qaalii Kan beekuutu bitata.

●Har'a ilmoo ykn obboleessa keenya Kan xiqqo adda


turre dhiisii Dubartii bareeddu Ramadaana keessa
Kan arge yeron furen sif bilbila lakkofsa bilbilaa naaf
kanni jedhaan.!

●Hub:-Namni yeroo ramadaanaa Dubartiidhaan


yeroo soomanni behe wal-garra jedhuu fi Kan
namaan wal-lolee gaafa soomanni behe jedhee itti
dhaaddatu Wallahi inni Sheyxana.
Nama mana hidhaa jiru qofaatu asumaa haa bahuu
jedhee dhaaddata.
Kanaafuu Sheyxaanni Ramadaana keessa waan
hidhamuuf haa Ramadaanni bahuu jedhee
dhaaddata.!

●Warra gorsa irraa fudhatu Kan hamtuu Ji'a


Ramadaanaa keessa dhiise ittin deebine akkasumas
Kan toltuu Ramadaana keessa jalqabe hin dhiifne
nu haa godhu.!
Aamiin

■ Kun Xumura Kitaaba kiyyaa kanin hatattamaan


barreyseeti.
Waan Kana keessatti barreesse keessaa Kan
dogoggore yoo jiraate wallaala kiyya ta'uu nin
beeka isinis naaf beekaa bakkan dogoggore naaf
sirreysaa na gorfadhaa.!
­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
43

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


------------------------------------------

Bakka Jirtanitti Obboleeyyan islaamaa hundi


Soomana keessan Kan qeebalamu isiniif haa
taasisu Dhaabbata halkanii isiniif haa laaffisu
Galata Soomana keessanii Aakhiratti Jannata
warra Soomanaa Rayyaan keessa isin haa
teessisu.
●Nabiyyii Rabbii Nagayaa fi Rahmanni irratti haa
jiraatuu Naanniga (howdii) isaanii irratti wal nuhaa
garsiisu.

: ‫ﺃ ﺧ ﻲ ﺍﻟ ﺤ ﺒ ﻴ ﺐ‬
‫● ﻭ ﻣ ﺎ ﻛ ﺎ ﻥ ﻣ ﻦ ﺻ ﻮ ﺍ ﺏ ﻓ ﻤ ﻦ ﷲ ﻭ ﻣ ﺎ ﻛ ﺎ ﻥ ﻣ ﻦ ﺧ ﻄ ﺄ ﺃ ﻭ ﺯﻟ ﻞ ﻓ ﻤ ﻨ ﻰ ﻭ ﻣ ﻦ‬
‫ﺍﻟﺸﻴﻄﺎﻥ ﻭﷲ ﻭﺭﺳﻮﻟﻪ ﻣﻦ ﺑﺮﻳﺌﺎﻥ ﻭﷲ ﺍﻟﻤﻮﻓﻖ ﻭﺻﻠﻰ ﷲﻡ ﻋﻠﻰ ﻧﺒﻴﻨﺎ‬
. ‫ﻣ ﺤ ﻤ ﺪ ﻭ ﻋ ﻠ ﻰ ﺁﻟ ﻪ ﻭ ﺃ ﺻ ﺤ ﺎﺑ ﻪ ﺃ ﺟ ﻤ ﻌ ﻴ ﻦ‬

­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­
53

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬


‫‪------------------------------------------‬‬
‫ﺃ ﺧ ﻮﻛ ﻢ‬
‫ﺃ‪ / .‬ﻋﺒﺪ ﺭﺏ ﺍﻟﺼﺎﻟﺤﻴﻦ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬
‫ﻣﺤﺎﻓﻈﺔ ﺑﺪﻳﺜﺎ ‪ /‬ﻣﺠﻠﺲ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻷﺷﻌﺮﻱ‪ /‬ﻗﺮﻳﺔ ﺍﻟﻮﻟﻴﻨﺒﻮﻱ‬

‫ﺍﻟ ﻤ ﺤ ﺘ ﻮﻳ ﺎ ﺕ‬
‫ﺍﻟ ﻤ ﻘ ﺪ ﻣ ﺔ ‪3‬‬
‫‪3‬‬ ‫ًﺎ‪:‬‬‫ﻣ ﻌ ﻨ ﻰ ﺍ ﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ﺷﺮ ﻋ‬
‫ﺃ ﻗ ﺴ ﺎ ﻡ ﺍﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ‪4 :‬‬
‫ﻣﺮ ﺍ ﺣ ﻞ ﻓﺮ ﺿ ﻴ ﺔ ﺍ ﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ‪4 :‬‬
‫‪5‬‬ ‫ُﺣﻜﻢ ﺻﻴﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ‪:‬‬
‫ﻣﻌﺮﻓﺔ ﺍﻟﻬﻼﻝ ﺑﺎﻟﺮﺅﻳﺔ ﻻ ﺑﺎﻟﺤﺴﺎﺏ‪7 :‬‬
‫ُﺣﻜﻢ ﻣﻦ ﺭﺃﻱ ﻫﻼﻝ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﻭﺣﺪﻩ‪7 :‬‬
‫‪7‬‬ ‫ُﺣﻜﻢ ﺍﻟﺪﻋﺎﺀ ﻋﻨﺪُﺭﺅﻳﺔ ﺍﻟﻬﻼﻝ‪:‬‬
‫ُﺣﻜﻢ ﻣﻦ ﻟﻢ ﻳﻌﻠﻢ ﺑﺪﺧﻮﻝ ﺷﻬﺮ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﺇﻻ ﺑﻌﺪ ﻃﻠﻮﻉ ﺍﻟﻔﺠﺮ‪8 :‬‬
‫‪9‬‬ ‫ﺷﺮ ﻭ ﻁ ﺻ ﺤ ﺔ ﺍ ﻟ ﺼ ﻴ ﺎ ﻡ ‪:‬‬
‫ُ‬
‫ﺃﺭﻛﺎﻥ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ‪10 :‬‬
‫ُﻣﺴﺘﺤﺒﺎﺕ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﻭﺁﺩﺍﺑﻪ‪15 :‬‬
‫ﻣﺴﺎﺋﻞُﻣﺘﻔﺮﻗﺔ ﻓﻲ ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ‪22 :‬‬

‫‪i‬‬
‫‪ii‬‬

‫­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­­‬
‫‪63‬‬

‫ﺃﺣﻜﺎﻡ ﺍﻟﺼﻴﺎﻡ ﺑﻘﻠﻢ ﺃﺑﻮ ﺿﻤﻀﻢ ﺻﺪﺍﻡ ﺇﺑﻦ ﺍﻹﻣﺎﻡ ﺍﻟﻬﺪﻯ‬

You might also like