Professional Documents
Culture Documents
OROMOO
أورومو
Kitaabni
hundeelee sadeen
Imaamu-Shaafi’iin, Rabbiin isa haa mararfatuu, ni jedhe: Lammaffaan: Rabbiin ibaadaa isaa keessatti wanti
“odoo Rabbiin suurattii kana malee ragaa biraa uumama tokkollee isatti qindeeffamuu hin jaalatu; maleykaa gara
8 9
isaatiif buusuu baateeyyuu isaaniif ni geessi ture.”
isaatti dhiheenya qabus ta’ee nabiyyiin ergamaanis isatti
Bukhaariin, Rabbiin isa haa mararfatuu, ni jedhe: qindeeffamuu hin jaalatu. Ragaan isaa jecha Rabbii ol ta’eeti:
“boqonnaan kun barumsi dubbachuufi hojjachuu akka
]18 :﴿ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ ﭼ ﭽ ﭾ﴾ [اجلن
dursu dubbata; ragaan immoo jecha Rabbiiti:
]19:﴿ﰊ ﰋ ﰌ ﰍ ﰎ ﰏ ﰐ ﰑ﴾ [محمد
“Masjiidonni kan Rabbiiti. Rabbii wajjiin homaa hin
waammatinaa (gabbarinaa).” [Aljinni: 18]
‘dhugumatti akka Rabbiin malee dhugaan gabbaramaan
hin jirre bari; dilii keetiifis araarama barbaadi.’ Sadaffaan: namni Ergamichaan bulee Rabbiin
Dubbiifi hojiidhaan dura beekumsaan jalqabe.” tokkoomse nama Rabbiifi Ergamaa isaa morme, odoma
fira dhihoo ta’eeyyuu, jaalallee iccitii godhachuun isaaf
Beeki, Rabbiin si haa mararfatuu, Muslima dhiiraafi
hin eeyyamamu. Ragaan kanaas jecha Rabbii ol ta’eeti:
Muslima dubartii cufa irratti ibsa sadan kana barachuuniifi
ittiin hojjachuun dirqama ta’a. ﴿ﭑ ﭒ ﭓ ﭔ ﭕ ﭖ ﭗ ﭘ ﭙ ﭚ ﭛ ﭜ
Tokkoffaan: Rabbiin nu uumee nu nyaachise; duwwaas
ﭝ ﭞ ﭟ ﭠ ﭡ ﭢ ﭣ ﭤ ﭥﭦ ﭧ
akka kanaan nu hin dhiifne. Hinumaa ergamaa nutti erge. ﭨ ﭩ ﭪ ﭫ ﭬ ﭭ ﭮﭯ ﭰ ﭱ ﭲ
Namni isaan bule jannata seena; namni isa faallesse immoo ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷﭸ ﭹ ﭺ ﭻ ﭼ ﭽﭾ ﭿ ﮀ
ibidda seena. Ragaan isaas jecha Rabbii ol ta’eeti: ]22 :ﮁﮂ ﮃ ﮄ ﮅ ﮆ ﮇ ﮈ﴾ [اجملادلة
[Annisaa’i: 35]
Isaan garee Rabbiiti. Dhagayaa! Dhugumatti, gareen
Rabbii isaantu milkaa’oodha.” [Almujaadalaa:22] Yeroo “bu’uurri (usuulli) sadan ishee baruun nama irratti
dirqama ta’u maali?” Siin jedhame “garbichi Rabbii isaa
Beeki, Rabbiin gara isaaf ajajamuutti si haa qajeelchuu,
beekuu, amantii isaa beekuufi Nabiyyii isaa Muhammadiin
daandiin sirriin karaan Ibraahiim Rabbii tokkichaaf
(saw) beekuudha” jedhii deebisi.
amantii qulqulleessitee isa gabbaruudha. Kanumatti
Rabbiin cufa namaa ajaje; isheedhaaf jechas isaan uume.
Rabbiin ni jedhe:
]56 :﴿ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ﴾ [الذاريات
13
“Halkan, Guyyaan, Aduufi baatiinis mallattoolee Isaati. isiniif taasisee, kan samii irraa bishaan buusee ergasii isaan
Aduufis ta’ee baatiif hin sagadinaa; yoo kan (dhugaan) fuduraa irraa soorata isiniif baaseedha. Kanaafuu odoo
14 15
Isa gabbartan taatan Rabbii isaan uume qofaaf sagadaa.” (kan gabbaramuu malu Rabbiin qofa akka ta’e) beektanuu
Ammas Ragaan jecha Rabbii ol ta’eeti: Rabbiif shariikota hin godhinaa.” [Albaqaraa:21-22]
Rabbiin isa qofatu gabbaramaadha. Ragaan jecha Rabbii “Masjiidonni kan Rabbiiti. Rabbii wajjiin homaa hin
ol ta’eeti: waammatinaa (gabbarinaa).” [Aljinni: 18]
﴿ﮜ ﮝ ﮞ ﮟ ﮠ ﮡ ﮢ ﮣ ﮤ ﮥ ﮦﮧ Namni isaan kana irraa tokkollee waan Rabbiin malee
ﮨﮩﮪ ﮫﮬﮭﮮ ﮯﮰﮱﯓﯔ ﯕﯖ jiruuf dabarsee kenne inni Mushrika; kaafiras.
]22-21 :ﯗ ﯘ ﯙﯚ ﯛ ﯜ ﯝ ﯞ ﯟ ﯠ﴾ [البقرة 1 Tawhiidni guddaan bakka kana keessa jira. Namni tokko tawhiida qaba je-
chuuf wantoota armaan olitti dubbataman cufaa Rabbiif qofa taasisuun isar-
“Yaa namootaa! akka Rabbiin sodaattaniif jecha gooftaa ratti dirqama. Du’aa’ii ogga kadhatu Rabbiin qofa kadhachuun dirqama.
keessan isa isiniifi warra isiniin duraa uume qofa gabbaraa! Waliyyii wahii, sheeka, qabrii nama awwaalamee ture, muka wahii fi kkf
kadhachuun seera Islaamaa tokko keessallee hin jiru. Kun hinumaa waan
(Rabbiin) Isa dachii afaa, samii immoo ijaarsa (gubbaa) Islaama diiguudha. Ibaadaan hafan hundinuu akkuma kana.
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
Ragaan jecha Rabbii ol ta’eeti: “Namni Gooftaa isaatiin wal ga’uu kajeelu dalagaa
﴿ﯥ ﯦ ﯧ ﯨ ﯩ ﯪ ﯫ ﯬ ﯭ ﯮ ﯯ ﯰ ﯱ ﯲﯳ ﯴ ﯵ gaarii haa hojjatu; Gooftaa isaa gabbaruu keessattis
16 17
“Namni Rabbii wajjin odoo ragaa isa irratti hin qabne, Ragaan tawakkulaa (Rabbirratti hirkachuu) jecha Rabbii
gabbaramaa biraa kadhatu (gabbaru), qormaanni isaa ol ta’eeti:
Gooftaa isaa bira jira. Dhugumatti, warri kaafaran hin ]23 :﴿ﯽ ﯾ ﯿ ﰀ ﰁ ﰂ﴾ [املائدة
milkaa’anu.” [Almu’uminuun: 117]
“Yoo Mu’umina taataniif Rabbirratti hirkadhaa.”
Hadiisa keessa immoo “du’aa’iin dhuka ibaadaati” [Almaa’idaa: 23]
jechuutu jira. Ragaan jecha Rabbii ol ta’eeti:
]3 :﴿ﮧ ﮨ ﮩ ﮪ ﮫ ﮬ﴾ [الطالق
﴿ﭝ ﭞ ﭟ ﭠ ﭡﭢ ﭣ ﭤ ﭥ ﭦ ﭧ
]60 :ﭨ ﭩ ﭪ﴾ [غافر “Nama Rabbirratti hirkate inni isaaf ga’aadha.”
[Axxalaaq: 3]
“Gooftaan keessan ni jedhe: “Na kadhaa; isiniifin
owwaadhaa. Dhugumatti, isaan ana gabbaruu irraa Ragaan raghbaa (kajeellaa), sodaafi of gadi qabuu jecha
boonan, salphattoota ta’anii jahannam seenuuf jiru.” Rabbii ol ta’eeti:
[Ghaafir:60] ﴿ﯦﯧ ﯨ ﯩ ﯪ ﯫ ﯬ ﯭﯮ ﯯ
Ragaan sodaa jecha Rabbii ol ta’eeti: ]90 :ﯰ ﯱ﴾ [األنبياء
]175 :﴿ﭧ ﭨ ﭩ ﭪ ﭫ ﭬ﴾ [آل عمران “Dhugumatti, isaan (nabiyyoonni) toltuu keessatti kan
“Yoo mu’umina taataniif isaan hin sodaatinaatii anuma daddafan ta’anii kajeellaafi sodaan (guutamanii) kan
sodaadhaa.” [Aali Imraan: 175] Nu kadhataniifi Nu sodaatan ta’an.” [Al-ambiyaa’i: 90]
Ragaan kajeellaa jecha Rabbii ol ta’eeti: Ragaan beekumsaan Rabbiin sodaachuu jecha Rabbii ol
﴿ﰄ ﰅ ﰆ ﰇ ﰈ ﰉ ﰊ ﰋ ﰌ ﰍ ﰎﰏ ﰐ ﰑ ﰒ ﰓ ﰔ ﰕ ta’eeti:
]110 :ﰖ ﰗ ﰘ ﰙ ﰚ ﰛ ﰜ﴾ [الكهف ]150 :(ﮭ ﮮ ﮯ) [البقرة
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
“Isaan hin sodaatinaatii ana sodaadhaa.” [Albaqaraa: 150] Ragaan qalmaa jecha Rabbii ol ta’eeti:
]1 :(ﭤ ﭥ ﭦ ﭧ) [الفلق
21
Hiikti ishee dhugaan gabbaramu Rabbii tokkicha malee irraa gara galan ‘akka nuti Muslimoota taane ragaa
hin jiru jechuudha. Laa Ilaaha ( )ال الهjechuun waan ba’aa’ jedhaa.” [Aali Imraan:64]
22 23
Rabbii gaditti gabbaramu cufa dhabamsiisa. Illallaah Ragaan ‘Muhammad ergamaa Rabbii ta’uu ragaa ba’uu’
( )إال اللهimmoo ibaadaa Rabbii tokkichaaf mirkaneessa. jecha Rabbii ol ta’eeti:
Inni akkuma mootummaa isaa keessatti hiriyaa hin qabne
﴿ﮬ ﮭ ﮮ ﮯ ﮰ ﮱ ﯓ ﯔ ﯕ
ibaadaa isaa keessattis hiriyaa hin qabu. Hiikti ishee kan
]128 :ﯖ ﯗ ﯘ ﯙ ﯚ﴾ [التوبة
ishee ibsu jecha Rabbii ol ta’eeti:
﴿ﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ ﮋ ﮌ ﮍ “Dhugumatti, ergamaan isin irraa ta’e, kan rakkinni
]28-26 :ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ ﮖ ﮗ﴾ [الزخرف
keessan isa irratti jabaa ta’e, kan isiniif (akka amantanuuf)
bololu, mu’umintootaaf immoo mararfataa, rahmata
“Yeroo Ibraahiim abbaa isaatiifi ummata isaatiin jedhe godhaa ta’e isinitti dhufeera.” [Attawbaa: 128]
(yaadadhu): ‘Dhugumatti ani waan isin gabbartan
irraa qulqulluu dha. Isa na uume malee. Inni na Hiikti Muhammad ergamaa Rabbiitii ragaa ba’uu:-
qajeelcha.’ Akka isaan gara jechattii deebi’aniif jecha Waan inni ajaje ittiin buluu,
isa booda haftuu ishee godhe.” [Azzukhruf: 26-28]
Waan inni odeesse dhugoomsuu,
Ammas jecha Rabbii ol ta’eeti:
Waan inni irraa dhorgeefi dheekkame irraa fagaachuufi
﴿ﭪ ﭫ ﭬ ﭭ ﭮ ﭯ ﭰ ﭱ ﭲ ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ
Waan inni karaa godheen maleetti Rabbiin gabbaruu
ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ ﮂﮃ ﮄ ﮅ ﮆ
dhabuudha.
]64 :ﮇ ﮈ ﮉ﴾ [آل عمران
Ragaan salaataa, zakaafi tafsiira tawhiidaa jecha Rabbii ol
“Jedhi: yaa warra kitaabaa! Gara jecha nuufi isin ta’eeti:
gidduutti wal qixa taatee kottaa. (Isheenis) akka Rabbiin
﴿ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ ﮜ ﮝ ﮞ ﮟ ﮠ ﮡ ﮢ ﮣ ﮤﮥ
malee waan biraa hin gabbarre, Isattis waan biraa akka
]5 :ﮦ ﮧ ﮨ﴾ [البينة
hin qindeessine, gariin keenyas garii Rabbiin alatti
gabbaramaa akka hin taasifanneedha. Yoo isaan kana “Rabbiin qofa gabbaruu, qajeelanii amantii Isa qofaaf
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
qulqulleessuu, salaata dhaabuufi zakaah kennuutti malee ja’a: Rabbitti amanuu, maleykaa isaatti amanuu, kitaabota
homaa hin ajajamne. Kun immoo amantii qajeelaadha.” isaa, ergamoota isaa, Guyyaa Aakhiraattiifi murtee Rabbii
24 25
[Albayyinah: 5] toltuufi hamtuu isaattillee amanuudha. Ragaan arkaana
Ragaan soomaa jecha Rabbii ol ta’eeti: ja’anii jecha Rabbii ol ta’eeti:
﴿ﭣ ﭤ ﭥ ﭦ ﭧ ﭨ ﭩ ﭪ ﭫ ﭬ ﭭ ﴿ﭒ ﭓ ﭔ ﭕ ﭖ ﭗ ﭘ ﭙ ﭚ ﭛ ﭜ ﭝ ﭞ
]183 :ﭮ ﭯ ﭰ﴾ [البقرة ]177 :ﭟ ﭠ ﭡ ﭢ ﭣ﴾ [البقرة
“Yaa warra amantan! Akka isin Rabbiin sodaattaniif jecha “Dalagaan gaariin fuula keessan gara bahaafi dhiyaa
Soomni akkuma warra isiniin duraa irratti barreefametti naannessuu miti; haa ta’u malee dalagaan gaariin nama
(dirqama godhametti) isin irrattis barreeffameera.” Rabbitti, Guyyaa Aakhiraatti, malaa’ikootatti, kitaabattiifi
[Albaqaraa: 183] nabiyyootatti amaneedha.” [Albaqaraa: 177]
Ragaan hajjiis jecha Rabbii ol ta’eeti: Ragaan qadaraa (murtii Rabbii) immoo jecha Rabbii ol
﴿ﮬ ﮭ ﮮ ﮯ ﮰ ﮱ ﯓ ﯔ ﯕﯖ ﯗ ﯘ ﯙ ﯚ ﯛ ﯜ ta’eeti:
]97 :ﯝ﴾ [آل عمران ]49 :﴿ﰌ ﰍ ﰎ ﰏ ﰐ﴾ [القمر
“Rabbiif nama irratti, kan gara isaa deemuu danda’e irratti, “Nuti waan hunda murteedhaan isa uumne.” [Alqamar: 49]
manicha hajja’uun dirqamni jira. Namni kafares, dhugumatti bachuu of keessaa qaba. Kanaafuu caalaan iimaanaa isa arrabaan laa ilaaha
Rabbiin aalama irraa duroomaadha.” [Aali-Imraan: 97] illallaah jedhan ta’e. kana jechuun arrabaanis dubbachuun iimaana keessatti
akka ramadamu nu agarsiisa. Akkasumas waan nama rakkisu karaa irraa kaa-
suun iimaana irraayi; kana jechuun immoo gochi namaas iimaana keessatti
Sadarkaa lammaffaa: Iimaana ramadama jechuudha. Walumaa galatti iimaanni qalbiin amanuu, qaamaan
hojjachuufi arrabaan dubbachuu of keessaa qaba. Nama khayrii hojjateef
Inni damee torbaatamii wahi qaba. Caalaan ishee jecha Laa iimaanni ni dabala; nama hamtuu hojjate irraa immoo ni hir’ata. Namni tokko
badii irra turaa iimaana guutuun qaba jechuu hin danda’u. namni khayrii tok-
ilaaha illallaah jedhuudha; inni xiqqaan (garjalee) immoo ko raawwatu isa khayrii sana hin raawwanne irra iimaana qaba. Namni badii
waan rakkisaa ta’e karaa irraa dabsuudha(1). Arkaanni isaa irraa of tiksu isa badii irraa of hin tiksine irra caalaa iimaana qaba. Kanaafuu
namni tokko badii hojjataa iimaanni qalbii keessahoo jedhee falmuun dogon-
1 Ibsi kun akka iimaanni jechaa fi gocha of keessaa qabu sirriitti ibseera. gora guddaa akka ta’e irraa hubanna. Namni tokko iimaana argachuuf hanga
Iimaanni qalbiidhaan amanuu qofaa miti; qaamaan dalaguu fi arrabaanis dub- danda’een toltuu hojjatee badii irraa of eeguun dirqama itti ta’a.
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
Hiikti ‘ka’ii akeekkachiisi’ jechuu shirkii irraa sodaachisanii jedhan. “Dachii keessatti hacuucamoo turre” jedhu.
gara tawhiidaa (Rabbiin qofa gabbaruutti) waamuudha. “Sila dachiin Rabbii akka ishee keessa godaantaniif
30 31
‘Gooftaa keetis guddisi’ jechuun immoo tawhiidaan isa bal’aa hin taanee?” jedhan. Jarri sun qubsumni isaanii
guddisi jechuudha. ‘Uffata keetis qulqulleessi’ jechuun jahannami. Deebiin waa hammaatte! Isaan dadhaboo
immoo dalagaa kee shirkii irraa qulqulleesi jechuudha. dhiira, dubartootaafi ijoollee irraa ta’an kan karoora
‘Taabotaan oodi’in immoo taabonni waan Rabbii gaditti baafachuu hin dandeenyeefi karaa hin qajeelle malee.
gabbaramu hunda. Isheen ooduun immoo ishees ta’ee warra Warra kana Rabbiin irra isaaniif dabruun dhugaa dha.
ishee gabbaru dhiisuudha; isheefi warra ishee gabbaru irraa Rabbiin akkaan irra dabraa, akkaan araaramaa ta’e.”
qulqullaa’uu (fagaachuudha). Kana irra waggaa kudhan [Annisaa’i: 97-99]
tawhiidatti waamaa turan. Waggaa kudhan booda gara samii
]56 :﴿ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ﴾ [العنكبوت
ol baafamanii salaanni shanan dirqama irratti godhame.
Makkaan keessatti waggaa sadii salaatan. Booda sanaatii “Yaa gabroota kiyya warra amantan! Dachiin kiyya
Madiinatti godaanuu ajajaman. Godaansi biyya shirkii irraa bal’oo dhaa, Anuma qofa gabbaraa.” [Al-ankabuut: 56]
gara biyya Islaamaatti buqqa’uudha. Godaansi, biyya shirkii Baghawiin, Rabbiin isa haa mararfatuu, ni jedhe:
irraa gara biyya Islaamaa baqachuun, ummata kana irratti sababni bu’iinsa aayata kana waa’ee Muslimoota
dirqama. Isheen hanga Qiyaamaan dhaabbattutti ni jirti. Makkaan keessa jiran kan hin godaaniniiti; Rabbiin
Ragaan isiis jecha Rabbii ol ta’eeti: maqaa iimaanaatiin isaan waame. Ragaan hijraa hadiisa
irraa jecha Ergamaa Rabbiiti (saw): “hanga tawbaan
﴿ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ ﮆ ﮇ ﮈﮉ ﮊ ﮋ ﮌ ﮍ ﮎﮏ
cittutti hijraan hin cittu; tawbaan immoo hanga biiftuun
ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ ﮖ ﮗﮘ ﮙ ﮚ ﮛﮜ ﮝ ﮞﮟ
lixa isheetiin baatutti hin cittu.” Ergamaan Rabbii (saw)
ﮠﮡﮢﮣ ﮤﮥﮦﮧﮨﮩﮪ
yeroo Madiinaan qubatan sharii’aa Islaamaa kan biraa
]99-97 :ﮫﮬ ﮭ ﮮ ﮯ ﮰ ﮱ ﯓﯔ ﯕ ﯖ ﯗ ﯘ﴾ [النساء
kan akka Zakaa, soomaa, Hajjii, azaanaa, jihaadaa,
“Warri haala lubbuu isaanii miidhoo ta’aniin malaykaan gaariitti ajajuu, hamtuu irraa dhorguufi sharii’aa
isaan ajjeefte (malaykonni) “maaluma keessa turtan?” Islaamaa kan biroottillee ajajaman. Kana irra waggaa
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
kudhan turan. Kana booda ni du’an. Rahmanniifi Ragaan du’a isaanii jecha Rabbii ol ta’eeti:
nageenyi Rabbii isaan irra haa jiraatu. Amantiin isaanii ﴾﴿ﰁ ﰂ ﰃ ﰄﰅ ﰆ ﰇ ﰈ ﰉ ﰊ ﰋ ﰌ
32 33
immoo turaadha. Kun amantii isaaniiti. Toltuu tokkollee ]31 -30 :[الزمر
odoo ummata itti hin akeekin hin dhiifne; hamtuu tokko
“Dhugumatti, (Yaa Muhammad SAW) ati ni duuta;
irraas odoo ummata hin akeekkachiisin hin dhiifne.
isaanis ni du’u! Ergasii isin (hunduu) Guyyaa Qiyaamaa
Khayriin caalaan isaan ummataaf akeekan tawhiidaafi
Gooftaa keessan biratti wal mormitu.” [Azzumar:30-31]
waan Rabbiin jaallatuufi nama irraa fedhu hunda.
Sharriin isaan irraa akeekkachiisan immoo shirkiidhaafi Namoonni ogga du’an ni kaafamu. Ragaan jecha Rabbii
waan Rabbiin jibbuufi nama irraa didu cufa. Rabbiin ol ta’eeti:
gara nama hundaatti isaan erge. Isaaniin buluu jinniifi ]55 :﴿ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ﴾ [طه
nama cufa irratti dirqama godhe.
“Ishee (dachii) irraa isin uumne; ishee keessatti isin
Ragaan jecha Rabbii ol ta’eeti: deebifna; yeroo biraas ishee irraa isin baafna.” [Xaahaa:55]
]158 :﴿ﮢ ﮣ ﮤ ﮥ ﮦ ﮧ ﮨ ﮩ [األعراف ]18-17 :﴿ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ ﮆ﴾ [نوح
“Jedhi: Yaa namootaa! Dhugumatti, ani ergamaa Rabbii “Rabbiinis biqilchuu dachii irraa isin biqilche. Ergasiis
Isa mootummaan samiifi dachii kan Isaa ta’e irraa gara ishee keessatti isin deebiseeti, baasuus isin baasa.”
hunda keessaniitti (ergamee dha).” [Al-a’araaf: 158] [Nuuh:17-18]
Rabbiin amantii kana isaaniin guute. Erga kaafamanii immoo qoratamanii hojii isaaniitiin
﴾﴿ﭻ ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ mindaa galfamu. Ragaan jecha Rabbii ol ta’eeti:
]3 :[املائدة ﴿ﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ ﮖ ﮗ ﮘ ﮙ
]31 :ﮚ ﮛ﴾ [النجم
“Amantii keessan har’a isiniif guuteera, ni’imaawwan
kiyyas isin irratti guuteera. Amantiis Islaama isiniif “Wanti samii keessaafi wanti dachii keessaa hundi kan
jaaladheera.” [Almaa’idaa:3] Rabbiiti. Isaan hamtuu dalagan waan isaan dalaganiin
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
Rabbiin ergamoota hundaa jannataan gammachiisuufi “Dhugumatti, Nuti “Rabbiin gabbaraa; taabota (gabbaruu)
ibidda irraa sodaachisuudhaan erge. Ragaan jecha Rabbii irraas fagaadhaa” (jechuun) ummata hunda keessatti
ol ta’eeti: ergamaa erginee jirra.” [Annahl:36]
Mataa hunda irra haxaa’uu: gurri lamaanis kana jala teessumaatiifi qunxurrootiin) ba’e, waan fokkisaa najasa
seena. qaama irraa ba’u, sammuun deemuu (yeroo hanga ta’e of
40 41
wallaaluu), fedhii saalaatiin dubartii tuquu, farjii fuulduras
Miila lamaan koronyoo wajjin dhiquu,
ta’ee duubaa harkaan tuquu, foon gaalaa nyaachuu, du’aa
Duraa duuba eeguu fi dhiquufi Islaamummaa irraa deebi’uudha. Rabbiin kana
Wal hordofsiisuudha. irraa nu haa eegu.
danda’uu qullaa salaate akka badu walii galaniiru. “Aduun dabuu irraa hnga dukkana halkaniitti salaata
Daangaan awrata dhiiraa handhuuraa hanga jilbaati. ulaagaa ishee guutii sagadi. Salaata fajriis (sagadi).
42 43
Garbittiinis akkasuma. Dubartiin bilisni immoo fuula ishee Salaanni fajrii (maleykaadhaan) hirmaatamaa ta’eera.”
malee qaamni ishee cuftinuu awrata (sataruun dirqama). [Al-israa’i: 78]
Ragaan jecha Rabbii ol ta’eeti:
Ulaagaan saddeettaffaan qiblaatti
]31 :﴿ﭒ ﭓ ﭔ ﭕ ﭖ ﭗ ﭘ﴾ [األعراف garagaluudha
“Yaa ilmaan Aadam masjiida hunda biratti huccuu Ragaan jecha Rabbii ol ta’eeti:
keessan qabadhaa.” [Al-a’araaf:31] ﴿ﮜ ﮝ ﮞ ﮟ ﮠ ﮡﮢ ﮣ ﮤ ﮥﮦ ﮧ ﮨ
Masjiidatti kan fedhame salaata. ]144 :ﮩ ﮪ ﮫﮬ ﮭ ﮮ ﮯ ﮰ ﮱ ﯓ﴾ [البقرة
Ulaagaan torbaffaan waqtiin seenuudha “Dhugumatti, gara samii deddeebi’uu fuula keetii
arginee jirra. Gara qiblaa ati jaallattuu si deebisuuf
Ragaan hadiisa irraa hadiisa Jibriil kan inni Nabiyyiif jirra. (Ammuma) fuula kee gara Masjidal-Haraam
(saw) waqtii jalqabaatiifi waqtii dhumaa irratti imaama (Ka’abaatti) gara galchi. Eessallee yoo taatan fuula
ta’ee salaachisee ergasii “yaa Muhammad salaanni jidduu keessan gara isaa gara galchaa.” [Albaqaraa:144]
waqtii kana lamaaniiti” jedheedha. Ammas Ragaan jecha
Rabbii ol ta’eeti: Ulaagaan saglaffaan niyyaadha
]103 :﴿ﮣ ﮤ ﮥ ﮦ ﮧ ﮨ ﮩ﴾ [النساء Bakki ishee immoo qalbiidha. Ishee sagaleen jechuun
bida’aadha. Ragaan hadiisa “dalagaan kan sirrii ta’ee
“Salaanni Mu’umintoota irratti dirqama yeroon ishee
argamu niyyaadhaani. Nama hundaafuu wanta inni
murteeffame taateetti.” [Annisaa’i:103] niyyatetu jira” jedhuudha.
Ragaan waqtiilee immoo jecha Rabbii ol ta’eeti:
﴿ﭭ ﭮ ﭯ ﭰ ﭱ ﭲ ﭳ ﭴ ﭵﭶ ﭷ ﭸ ﭹ
]78 :ﭺ ﭻ﴾ [اإلسراء
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
45
salaamtaadha.” Booda takbiiraatii du’aa’ii salaanni ittiin Rukniin sadaffaan Faatihaa qara’uudha. Inni
banamutu jira. Inni immoo sunnaadha. akkuma hadiisa “nama Faatihat Al-kitaabiin hin
46 47
Subhaanaka Allaahumma wabihamdika watabaaraka qara’iniif salaanni hin jiru” jedhu keessa jirutti raka’aa
ismuka wata’aalaa jadduka walaa ilaaha ghayruka. hunda keessatti rukniidha. Isheen haadha Qur’aanaati.
‘Bismillaahi Arrahmaani Arrahiim’ immoo barakaafi
Hiikti isaa: yaa Rabbi! Faaruu keetii wajjinin qulqullina gargaarsa barbaachaaf ta’a. Alhamdu lillaahi; Al-
siin malun si qulqulleessa. Tolli maqaa keetiis baay’ate. hamduun faaruudha. ‘Al’ kun akka seera Lughaa Arabaatti
Guddinni keetis ol ta’eera. Si malees kan dhugaan ‘istigraaqaaf’ taati. Istigraaqa jechuun waan faaruu ta’e
gabbaramu hin jiru. hunda of keessatti qabachuudha. Gaarummaan inni abbaan
Hiikti subhaanaka Allaahumma jechuu qulqulleessuu isaa hojii wahii keessaa hin qabne kan akka bareedumaafi
guddina keetiin malun si qulqulleessa; wabihamdika kkf isaan faarfamuun jajuu jedhama malee faarsuu
jechuun immoo faaruu sirra jiru jechuudha. Watabaaraka (galateeffaachuu) miti. ‘Rabbil aalamiin’ immoo Rabbiin
ismuka jechuun immoo barakaan faarsuudhaan argama; isa gabbaramaa, uumaa, nyaachisaa, mootii, wantoota
wata’aalaa jadduka jechuun guddinni kee ol ta’e; walaa gara gaggalchaafi uumama hundaa tola isaatiin guddisaa
ilaaha ghayrukaan immoo dachiifi samii keessa yaa kan ta’eedha. Aalamiin jechuun immoo wanti Rabbiin
Rabbi! Si malee dhugaan gabbaramaan hin jiru. Ammas ala jiru hundinuu aalama jedhama. Inni immoo gooftaa
sana booda ‘a’uuzu billaahi minashayxaani-rrajiim’ jedha. hundaati. Arrahmaan immoo rahmata hunda uumamaa wal
Hiikti isaas shayxaana rahmata irraa fageeffamaa ta’e geesseedha. Arrahiim immoo rahmata mu’umina qofaaf
irraa Rabbittin maganfadha jechuudha. A’uuzu jechuun dhuunfaa taateedha. Ragaan jecha Rabbii ol ta’eeti:
gara keen daba, nan hirkadha, siinan of tiksa yaa Rabbi ]43 :﴿ﰑ ﰒ ﰓ﴾ [األحزاب
jechuudha. Minashayxaan arrajiim immoo shayxaanni
rahmata Rabbii irraa darbatamaafi fageeffamaa ta’e akka “Inni Mu’umintootaaf rahiim (mararfataa) ta’eera.”
[Al-ahzaab: 43]
amantii kootiifi duniyaa koo keessatti na hin miineefin
isarraa Rabbittin maganfadha jechuudha. Mootii guyyaa murtii kan jedhame immoo guyyaa
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
mindaatiifi qormaataati. Guyyaa hundinuu dalagaa isaatiin Islaama; Ergamaadhas jedhameera; Qur’aanas jedhameera.
yoo khayrii ta’e khayriidhaan, yoo hamtuu ta’e immoo Hundinuu dhugaadha. Sirraawaa jechuun isa jallinni keessa
48 49
hamtuudhaan mindaa galfamuudha. Ragaan jecha Rabbii hin jirreedha. Karaa warra isaan qanansiifteetti kan fedhame
ol ta’eeti: immoo warra tolli Rabbiin biraa itti oolameedha. Ragaan
jecha Rabbii ol ta’eeti:
﴿ﮝ ﮞ ﮟ ﮠ ﮡ ﮢ ﮣ ﮤ ﮥ ﮦ ﮧ ﮨ ﮩ ﮪ ﮫ ﮬ ﮭ
]19 - 17 :ﮮ ﮯﮰ ﮱ ﯓ ﯔ﴾ [االنفطار ﴿ﭹ ﭺ ﭻ ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ ﮄ
]69 :ﮅ ﮆ ﮇﮈ ﮉ ﮊ ﮋ﴾ [النساء
“Sila guyyaan murtii maal akka ta’e maaltu si beeksise?
Ammas, guyyaan murtii maal akka ta’e maaltu si “Namni Rabbiifi Ergamaadhaaf ajajame isaan sun
beeksise? (Inni) guyyaa lubbuun tokko lubbuu biraatiif nabiyyoota, dhugoomsitoota, shahiidotaafi warren
homaa godhuu hin dandeenye. Guyyaa san ajajni gaggaarii irraa warra Rabbiin qanansiise waliin ta’u.
(hundi) kan Rabbiiti.” [Al-infixaar: 17-19] Warra kanaan hiriyoomuun waa tole!” [Annisaa’i: 69]
Hadiisni Ergamaa Rabbii (saw) irraa odeeffame immoo Kan isaan irratti hin dallanaminiifi hin jallatin ogga jennu
kan irratti dallaname yahuudaa warra odoo beekumsa
“nama collee jechuun kan fedhii lubbuu isaa mo’atee
qabanuu itti hojjachuu didaniidha; Rabbiin karaa isaanii
waan du’a boodaatiif hojjateedha. Dadhabaan immoo
irraa nu fageessuu kadhanna. Jallattoonni immoo nasaaraa
nama lubbuu isaa fedhiidhuma ishee hordifsiisee hawwii
warra wallaalumaafi dogongoraan Rabbiin gabbaranuudha.
qofa Rabbirratti hawweedha.” Si qofa gabbarra jechuun
Ragaan jallattoota kanaa jecha Rabbii ol ta’eeti:
immoo waan siin ala jiru hin gabbarru jechuudha. Kun
immoo waadaa gidduu garbichaatiifi Rabbii isaa Isa malee ﴿ﮓ ﮔ ﮕ ﮖ ﮗﮘ ﮙ ﮚ ﮛ ﮜ ﮝ ﮞ ﮟ ﮠ ﮡ
gabbaruu dhiisuu irratti jiruudha. Si qofa gargaarsifannaan ]104 - 103 :ﮢ ﮣ﴾ [الكهف
immoo waadaa gidduu garbichaatiifi Rabbii isaa si malee “Sila warra hojiin isaanii akkaan honga’oo ta’an isiniif
hin gargaarsifadhu jechuun jiruudha. ‘Ihdina Assiraaxal himnuu?” jedhi. Isaan warra odoo dalagaa tolchinee
musataqiim’ karaa sirraawaa nu qajeelchi. ‘Ihdina’ jechuun hojjannaa yaadanuu addunyaa keessatti hojiin isaanii
immoo nu qajeelchi, nu raggaasisi jechuudha. Karachi immoo duraa badeedha.” [Alkahf: 103-104]
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
Hadiisa Ergamaa Rabbii (saw) irraa odeeffame keessatti Hadiisni Ergamaa Rabbii (saw) irraa odeeffame immoo
immoo “karaa warra isiniin duraa hanga qalahaan “lafee torba irratti sujuuduun ajajame” jedha.
50 51
xiyyaa xiyya hordofu tokko hordofuuf jirtu” jennaan
Saglaffaan immoo arkaana hunda keessattuu
(sahaabonni) ‘Yahuudaafi Nasaaraamoo?’ jedhan. “Eenyu
tasgabbaa’uudha.
ree?” jedhaniin. Bukhaaariifi Muslimtu gabaase. Hadiisni
lammaffaan immoo Nabiyyiin (saw) “Yahuudaan garee Kurnaffaan immoo duraa duuba gidduu arkaanaa
torbaatamii tokkotti qoodamte; Nasaaraanis qoodaa eeguudha. Ragaan kanaa immoo hadiisa namicha
torbaatamii lamatti qoodamte. Ummatattiin kunis qoodaa salaata isaa balleessee salaateedha. Abuu Hurayraa irraa
torbaatamii saditti qoodamuuf jirti. Tokko malee hundi odeeffamee ni jedhe: odoo nuti Ergamaa Rabbii
isheetuu ibidda keessa” jedhan. ‘Isheen eenyu ree? Yaa wajjin taa’aa jirruu achumaan namichi tokko seenee
Ergamaa Rabbii!’ jenne. Isaanis (saw) “nama fakkii waan salaate, sana booda dhufee Nabiyyiidhaan salaamataa
aniifi sahaabonni kiyya irra jirru irra jiraateedha” jedhan. jedhe. Isaanis “deebi’ii salaati; ati hin salaannee” jedhan.
Rukuu’ii Innis deebi’ee akkuma duraan salaatetti salaatee ergasii
dhufee Nabiyyii irratti salaamtaa jedhe. Isaanis “deebi’ii
Shanaffaan immoo isa irraa ol jechuudha.
salaati; ati hin salaanne” yeroo sadi jedhaniin. Innis “Isa
Jahaffaan immoo qaama torban irratti sujuuda dhugaadhaan si erge natti haa ta’uu! Kana malee ani hin
bu’uudha.
tolchu kanaafuu na barsiisi” jedhe. Isaanis “yeroo gara
Torbaffaan sujuuda irraa sirraa’anii ol ka’uudha. salaataa dhaabbatte takbiiraa godhi; ergasii Qur’aana irraa
Saddeettaffaan jidduu sujuuda lamaanii taa’uudha. waan siif laafe kan sii wajjin jiru qara’i. Ergasii hanga
rukuu’a keessatti tasgabbooftutti rukuu’a bu’i. Sana booda
Ragaan jecha Rabbii ol ta’eeti:
hanga dhaabbiitti tasgabbooftutti dhaabadhu. Ergasii
]77 :﴿ﮕ ﮖ ﮗ ﮘ ﮙ﴾ [احلج hanga sujuuda keessatti tasgabbooftutti sujuudi. Ergasii
“Yaa warri amantan! Rukuu’a godhaa; sujuudas hanga taa’ichatti tasgabbooftutti ol ka’ii taa’i. salaatuma
godhaa.” [Alhajji:77] kee hunda keessattuu kana raawwadhu” jedhan.
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
Kudha tokkoffaan tashahhuda(1) dhumaati. Inni ruknii Hiikti attahiyyaatuu kabajaan hundinuu kan akka of gadi
dirqama. Kun immoo hadiisa Ibn Mas’uud keessatti dhufee qabuufii, rukuu’a godhuu, sujuuda bu’uufi achi keessatti
52 53
jira. Ibn Mas’uud irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: odoo hafuufi turuu horachuudhaanis ta’ee Isaan maluudhaan
tashahhudni dirqama nurratti hin godhamin dura akkana kan Rabbiiti. Wanti Gooftaan aalama kanaa ittiin kabajamu
jenna turre: ‘nageenyi gabroota Isaa irraa ta’e Rabbirra hundinuu kan Allaahti. Namni isaan keessaa waan
haa jiraatu! Nageenyi Jibriiliifi Mikaa’iil irra haa jiraatu.’ tokkollee waan Rabbiin ala jiruuf kenne inni Mushrika
Nabiyyiin (saw) ni jedhan: ‘nageenyi gabroota Isaa irraa kaafira. Salawaanni immoo hiikti ishee du’aa’ii hunda
ta’e Rabbirra haa jiraatu!’ hin jedhinaa. Rabbiin isumatu jechuudha. Salaata shananis jedhameera. Waxxayyibaatu
nagaadha. Haa ta’u malee kan armaan gadii jedhaa: lillaahiin immoo Rabbiin gaariidha; jechaafi gocha irraas
Attahiyyaatu lillaah! Wassalawaatu, waxxayyibaatu. gaarii malee hin qeebalu jechuudha. Yaa Nabiyyichaa!
Assalaamu alayka ayyuhannabiyyu warahmatullaahu Nageenyi sirra haa jiraatu; Rahmanni Rabbiitiifi barakaan
wabarakaatuh. Assalaamu alaynaa wa alaa ibaadillaahi isaas kan jedhu immoo Nabiyyiidhaaf (saw) nageenya,
assaalihiin. Ash-hadu Allaa ilaaha illallaah; wa ash- rahmataafi barakaa Rabbi biraa kadhatta. Nabiyyiin
hadu anna Muhammadan Abduhuu warasuuluh.’ (saw) inni du’aa’iin isaaf godhamu kun Rabbi waliin hin
kadhatamu. Nageenyi nuufi gabroota Rabbii gaggaarii irras
Hiikti isaa: Kabajaan, salaatonni (ibaadaan adda addaa)fi
dubbiin gaggaariin hunduu kan Rabbiiti. Yaa Nabiyyichaa! haa jiraatuun immoo lubbuu keetiif nageenya barbaadda;
Nageenyi sirra haa jiraatu; Rahmanni Rabbiitiifi barakaan akkasumas gabroota Rabbii gaggaarii ta’an kan samiifi
isaas. Nageenyi nuufi gabroota Rabbii gaggaarii irras haa dachii keessa jiranuufis nageenya kadhatta. Nageenya
jiraatu. ‘Dhugaan gabbaramaan Rabbiin malee hin jiruu’ barbaaduun du’aa’iidha. Warri gaggaariin immoo du’aa’iin
ragaan ba’a. Muhammadis garbicha Rabbiifi ergamaa Isaa isaaniif kadhatama malee Rabbii waliin hin kadhatamanu.
ta’uu ragaan ba’a. Ash-hadu Allaa ilaaha illallaah wahdahuu laa shariika
lah! Ragaa yaqiina (dhugaa) ta’ee ‘Dhugaan gabbaramaan
1 Tashahhuda jechuun du’aa’ii taa’icha salaataa keessatti raka’aa lama irrat-
ti, yoo salaata raka’aa sadihii ta’e raka’aa sadaffaa irratti yookiin yoo afur dachii keessas ta’ee samii keessa Rabbi malee hin jiruu’
ta’es dhuma irratti godhamuu dha. Ergamaan Rabbii du’aa’ii isaa Ibnu
Mas’uudiin barsiisani. Tashahhuda keessatti du’aa’ii hedduutu dhufe; garuu
ragaa baata. Muhaamad Ergamaa Rabbiitii ragaa ba’uun
du’aa’iin haala gaariidhaan guutuu ta’ee dhihaate du’aa’ii Ibnu Mas’uud kana. immoo isaan Gabricha Rabbiitii hin gabbaramanu;
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
ergamaa Rabbiitii hin kijibsiifamanu. Inumaayyuu ittiin garee (maleykaa) warra olii keessatti isa faarsuudha.
bulamu; ni hordofamu. Gabricha Rabbii ta’uun kabajaa Bukhaariin Abul Aaliyaa irraa odeessee ni jedhe: ‘Salaanni
54 55
isaaniiti (saw). Ragaan jecha Rabbii ol ta’eeti: Rabbirraa ta’e gabricha Isaa garee olii (maleykaa)
]1 :﴿ﯔ ﯕ ﯖ ﯗ ﯘ ﯙ ﯚ ﯛ ﯜ﴾ [الفرقان
keessatti isa faarsuudha.’ Rahmatas immoo jedhameera.
Isa duraatu irra sirriidha. Maleykota irraa immoo araarama
“Inni furqaaniin (Qur’aana) akka aalama hundaaf kadhachuudha. Ilmaan Aadam irraa du’aa’ii godhuudhaaf.
dinniinaa (sodaachisaa) ta’uuf, garbicha Isaa irratti
Kudha afraffaan salaamtaa lamaani. Wabarakaatuhuufi
buuse toltuun isaa baay’atte.” [Alfurqaan: 1]
wanti isa boodaa jechas ta’ee gochi sunnaadha.
Kudha lammaffaan tashahhudichaaf taa’uudha.
Kudha sadaffaan immoo “Allaahumma salli alaa
Muhammadin wa alaa aali Muhammadiin Kamaa sallayta
alaa Ibraahiima wa alaa aali Ibraahiima innaka Hamiidun
Majiid.(1)” Hiikti isaa ‘yaa Rabbi akkuma Ibraahiim irratti
Rahmata buufte Muhammadiifi Maatii Muhammad irrattis
Rahmata buusi; Ati faarfamaa guddaa waan taateef’
jechuudha.
Salaanni Rabbirraa ta’e kun gabricha Isaa Muhammadiin
1 Garuu salawaata buufamu kana hanga kanatti gabaabsuun gaarii miti. Guu-
tuun isaa kan armaan gadiiti:
Allaahumma salli alaa Muhammadin wa alaa aali Muhammad. Kamaa sal-
layta alaa Ibraahiima wa alaa aali Ibraahiima innaka Hamiidun Majiid. Allaa-
humma baarik alaa Muhammadin wa alaa aali Muhammad; kamaa baarakta
alaa Ibraahiima wa alaa aali Ibraahiima innaka Hamiidun Majiid.
Hiikti isaas: yaa Rabbi akkuma Ibraahiim irratti Rahmata buufte Muham-
madiifi Maatii Muhammad irrattis Rahmata buusi; Ati faarfamaa guddaa
waan taateef. Ammas akkuma Ibraahim irratti barakaa buufte Muhammadiifi
Maatii Muhammad irrattis barakaa buusi; Ati faarfamaa guddaa waan taateef.
HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII
57
IslamHouseOr/