You are on page 1of 2

Jalqabni maqaa Rabbii Rahmata

qabuuti

ha. (Rabbitti maganfanna)

Nagayaa fi Rahmanni Rasuulaa


fi maatii isaatirratti, sahaabota isaa
akkasuma warra isa jala deeme hundarratti haa jiraatu.

Muslimni kamuu wantoota Islaamummaa namarraa balleessan


kanniin barachuun (beekun)dirqama
isaati, akka beekee of eeguf jecha.

Beeki wantoonni Islaamummaa


namarraa balleessan wantoota kudhan.

Rabbiin akkana jea:


21

SEENSA

Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana


jedhan: nama amantii Isaa jijjiiru
ajjeesaa!

Ragaan jecha Rabbitti:



48

{Allaahaan Isaatti Qindeessu


(sharrakku) hin araaramu, waan sanii gad jiru namaaf irra dabra} AnNisaa: 48

21





72 : 217

Bukhaarii: 3175



217

Ulamaaiin akkana jedhan: namni


tokko eega Islaama tahee of duuba
deebiee kan kaafira tahu dalagaadhaan, jechaan, amanuudhaan ykn
yaada san dhugoomsuudhaani fi shakkiidhani.

{Isinirraa namni Amantii isaatirraa if duuba deebiu, yoo due inni


Kaafira. Orma san dalagaan isaanii

Wantoonni Islaamummaa namarraa balleessan wantoota kudhan


asiin gadiiti.

217

Ibaadaa (gabbarttii) Rabbii keessatti waan biroo Allaahatti qindeesuudha.

{If
duuba
hin
deebiinaa
(Kaafirummaatti) duyda duuba
keessanitti warra hongowe taatanii.} Al-Maaiidaa: 21
Wantoonni Islaamummaa namarraa balleessan jechuun: waan namni
tokko eega Islaama seene waan san
dalaguudhaan ykn jechuudhaan ykn
yaaduudhaan Islaamummaa keessaa bahu. Kan sabaaaba isii Islaama
jedhamurraa Kaafira tahu jechuud-

1 FFAA.

baddee jirti Adunyaa fi Akhiraatti


ammallee isaan warra Ibiddaati,
Isaan isii keessatti turoodha.} AlBaqaraa: 217

{Isa Allaahatti qindeesu dhugumatti Allaahaan Jannata haraam


(dhowwaa) isaratti godhee jira, bakki inni qubatu Ibidda, warra rabbitti
waan biroo qindeessuuf wanni tumsuuf hin jiru.} Al-Maaidaa:82
Rabbitti qindeesuun: Allaahaaf
malee qaluu (gorrauu) akka nama

4FFAA. Inni karaa qajeelaa na2FFAA. Isa Allaaha fi Isa jid- biyyiin (s.a.w) dhufeenirra karaa biduutti jiddu deemaa (dubbii fixaa) rootu caala dha jedhee amanu ykn
godhatuu, kan isaan yaammatu, kan murtii Isaatirra Murti birootu caala
isaan kadhatu, kan isaanitti irkatu dha filatamaa dha jedhee yaadu.
haala tayeen.
Fakkeenyaaf: inni seera warri
nama jallisu baase seera nabiyyiirra
caalchiise, inni kaafira.
Namni akkanaa kuni Kaafira
5FFAA. Inni waan Rasuulli (s.a.w)
waliigala warra Islaamaa biratti
dhufeenirraa
waan takka jibbe, osoo
(ijmaaaan)
waan jibbe san itti dalagellee inni
Kaafira.
3FFAA. Inni Mushrikoota hin ka6FFAA. Namni waan Amanfarsiisne ykn Kaafira tahuu isaanii tii rasuularraa tahe takkatti hanshaakke ykn karaan isaanii sirriidha jamaa (qishnaa) godhe ykn galata
jedhu.
(sawaaba) Allaahaan dubbatetti ykn
Adaba Isaatti kan qishnaa godhe
(akka taphaatti laale), kaafira.
jinniif qaluu ykn qabriif qaluu faa.

Ragaan jecha Rabbiiti:



65

Inni kaafira (mataan isaatuu)


66-65 217

qindeesuuf, kaafiraa fi waaqeeffataaf) gargaaru ykn jara wajji musliYoo isaan gaafatte nuti ni han} marratti duulu. (Sunis Kaafira)
jamne (qishnaa goone) ammas ni
Ragaan jecha Rabbii ol taheeti:
taphanne jedhan. sila Allaahatti,

Aayaata Isaatti, ergamaa Isaatti

qishnaa gootanii? jedhiin. Rak51 : 51

koo hin himatinaa dhugumatti eega
{Namni isinirraa Isaaniif (Mushamantanii kafartanii jirtan. Yoo tuu- irikootaaf) tumse, inni isaanumarta isinirraa taate gariif irra dabarre rahi.}
tuuta garii ni adabna, sababaa isaan
}.cubbaawoo tahaniif
At-towbaa: 65-66
7FFAA. Raaguu fi falfala dalaguu,
namni dalage ykn dalagaa isaanii
jaalate, kaafira.

Al-Maaiidaa:51
9FFAA. Inni gariin namaa shariaa
nabi Muhammad s.a.w keeysaa bahuun Isaaniif ni taha jedhee amanu
akka Kadiir shariaa nabi Muusaarraa
bahetti jedhee. Inni sun kaafira

Ragaan jecha Allaahatti:


102 102

{Isaan lamaan (falfala) nama


tokkollee hin barsiisan hanga nuti
mokkoraa hin kafarinaa (namaan)
jaanitti.} Al-Baqaraah:10 2
8FFAA. Nama muslima Irratti
Mushrikaaf (warra Rabbitti waa

10FFAA. Inni Amantii Allaaharraa


garagalu kan hin baranne, kan itti
hin hojjane. Sunis kaafira.
Ragaan jecha Rabbii ol taheeti:




22 : 22

{Inni lubbuu Isaa miidhe hin jiru


Isa aayata (keewata ykn malattoo)
Rabbii isaatiin yaadachiifamee isir-

raa garagalerra. Nuti orma cubNama muslimaarraa wanni barbaaworraa haluu ni bahanna.}
baadamu isiirraa baqachuu ykn of tiysuu qaba, lubbuu Isaatiif sodaachuu
As-Saajidah: 22
qaba isii keeysa buurraa.
Waan Islaamummaa namarRabbiin tiyfamna waan dallansuu
raa balleesu kan dubbanne hunda
keeysatti, garaagarummaan hin jiru isaa nutti sabachiisurraa ammallee
beekaan tahuu, sodaan tahuu nama azaaba isaa laaleessarraa.
dirqame malee.
Nagayaa fi Rahmanni irra caalaa uumaa nabi Muhammad irratti,
maatii isaarratti, sahaabaa isaarratti
haa jiraatu.

) (

Hundi isii irra guddaa waan balaa


namatti tahurraahi, ammallee irra
guddaa waan namni keeysatti argamuu dandaurraahi.


SA 21 8000 0251 6080 1007 5881

SA13 8000 0251 6080 1017 7778

SA13 1500 0999 1142 5508 0005

SA98 4000 0000 0099 0724 3310

Google

NAWAAQID
UL-ISLAAM
7


( )

Qopheessan: Sheek Muhammad bin Abdulwahhaab


Hiikaan: Abdulmannaan Manzaa Adam
w :
:

www.theda3wa.com

You might also like